๐
ฑโก๏ธ kutaa_41ffยชยชโคต๏ธ
Gaafii fi Deebi
โธ Muslimoota
โบ Yohaannis 11:22
#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis Maartaan Kiristoosin akkana jette: โYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa #obboleessi koo hin duu ture.
โฏ Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โGaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โDeebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a
Ragaa kitaaba
โต=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: โ #Samii irrattis
tae #lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
โฏ kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..๐ผ
โจ๏ธ Aangoo samii fi lafaa kani kennef Waaqayyo kan jedhan yoo,taโe immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.
โถ=Yohaannis 16:15
Wanti #Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โฌakka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun Waaqayyo jechudha jedha.
โถ๏ธYoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: โAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha
โฉ gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
โMaartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.
โถ๏ธ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura #namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.
โก๏ธ Maartaan garuu amma Waaqayyo yoo, #kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.
๐ฐKiristoos immoo osoo akka yaada ishe taโe Eeyyee dhugaa jette ,Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee
๐บKiristoos Maartaan akka #dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne โฌ๏ธ
โท=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, โ #Obboleessi kee
ni kaaโ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โGuyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: โ #Duaa kauu fi #jireenyi
ana. #Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa reeโ
ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ jetteen
โkanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee #Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee ๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โธ=Mulโata Yoh.1:18
Ani #dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani #furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
๐ ฐ erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....๐ฏdeebii hin qabin.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โช๏ธ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..โโ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

โก๏ธ๐บ kutaa_46 ffaa.๐บโฌ๏ธ
๐บGaaffii fi Deebii
Muslimaa.๐ฆ๐ฆ
โYohaannis 11:40๐
Iyyaasus(Kiristoos) โYoo amante #ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti #himee hin #turree?โ jedheen*
แขแจแฑแตแฆ แฅแณแแแต #แจแฅแแแ แฅแแญแ แญแฅแญ แฅแแตแณแช #แ แแแแญแแฝแแ? แ แแตแข
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงGaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงDeebi_keenya
Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
โก๏ธ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haataโu malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee โYoo amante #ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?โ jedheen*
๐ jecha #sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, โฎKanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himeeโ
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...โ
โฌโฌโฌโฌโฌ
โงDeebi isaa
Kiristoos kani itti #dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee ๐
โต=โคด๏ธYohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: โYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee, #amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ jettee
Kiristoos โObboleessi kee
ni ka'aโ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โGuyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: โDuaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?โ,Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ jetteen
๐ฅkanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti himee jira.
๐kanaa booda immoo kan dubbisaa
โถ=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
โDhagicha irraa kaasaaโ jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)โYaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateeraโ jette. Iyyaasuus(Kiristoos)โYoo #amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti #himee hin turree?โjedheen.
๐ทKiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.
๐บ Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
โท=Matewoos.13:3
โ #Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
โiddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa taโe
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu #tokko jedhee dubbatee.
๐นnamichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
โธ=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati
๐บHaaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฎ 0924777763
โฎ ๐บ๐บ๐บ๐บ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link waldaa keenyaa๐