๐นFaarfannaa ni jalatu yoo, taโe
Kuno gara gaditti isiniif erge.
Link xuqa gadi busa.
โฉakkasumas share godha
https://youtu.be/UvG7fhwui1c
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Wa'ee Farfannaa kitaaba Yohaannis osoo ilaalee gaariidha Fakkeenyaaf.
๐ณMulataa Yohaannis 19:1
Kana booda #samii keessaa #sagalee guddaa, kan tuuta namootaa guddaa fakkaatu tokko nan dhagae. Isaanis akkana jedhan:โ #Haleeluya jedhani Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqayyo keenyaati;
And after these things I heard a great voice of much people in heaven, saying, #Alleluia; Salvation, and glory, and honour, and power, unto the Lord our God:(Revelation 19:1).
ฮฯฯฮตฯฮฑ ฮฑฯโ ฮฑฯ ฯฮฌ ฮฌฮบฮฟฯ ฯฮฑ ฯฯฮฟฮฝ ฮฟฯ ฯฮฑฮฝฯ ฮบฮฌฯฮน ฯฮฑฮฝ ฮดฯ ฮฝฮฑฯฮฎ ฯฯฮฝฮฎ, ฯฮฟฯ ฮญฮฒฮณฮฑฮนฮฝฮต ฮฑฯฯ ฯฮฟ ฮผฮตฮณฮฌฮปฮฟ ฯฮปฮฎฮธฮฟฯ ฮบฮน ฮญฮปฮตฮณฮต: ยซ #ฮฮปฮปฮทฮปฮฟฯฮนฮฑ! ฮ ฯฯฯฮทฯฮฏฮฑ ฮบฮฑฮน ฮท ฮดฯฮพฮฑ ฮบฮฑฮน ฮท ฮดฯฮฝฮฑฮผฮท ฮฑฮฝฮฎฮบฮฟฯ ฮฝ ฯฯฮฟ ฮฮตฯ ฮผฮฑฯ.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
jecha Haleeluya//Alleluia//ฮฮปฮปฮทฮปฮฟฯฮนฮฑ//
Giriikii dhan
: แผฮปฮปฮทฮปฮฟฯฯฮฑ yero afaanii oromo dubbisinuโฉ: hallรฉlouia
Jalqaba afaanii Ibraayisxiitti irraa dhufe. ืืื'
ืืื
#halal(ืืื') and #Yah(ืืื)
โฉhalalโฉjechuu illili jedhi galateefadhu jedhuu dha.
โฉyahhโฉjechuun yahawe. Jechuu ta'a hiika isaa Waaqayyo jirta jechudha
๐บ haleeluya jechuun hiika wali gala iillidhan Waaqayyo jirata galateeffadhu.
โค๏ธkani dubartoonni orthodoksi illilli jedhuu. ,Tajaajila mana Kiristiyaanaa keessatii lubbonni halkan Haleeluya jedhani ni galateffatu.โฉ
Pheenxee guyyaa kalleessa dhufte haleeluya jetti orthodoksin garuu bara durii eeggalani illlilli jedhuu hiikni isaa haleeluya jechudha. Wani taโef.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ

YouTube
f/tottaa sadanii Geetahun shawa Tasfaaye Gammada fiqaadee