โจ๏ธ Guyyaa 6 booddee
=โน แจแตแตแตแต แแแ แ แแ
โฆ๐Maatewoos 17:1
โฆ๐แแดแแต 17:1
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Kuta___1__ffaaa
= #Qophii Ayyaanna
Guyyaa 13 kabajamuu
irratti
โ= แฅแญแแแ แแฐ แแแ
แตแ แแฃ แฐแแฝแ แฅแซแธแ
แญแ แแ แญแ #แจแฅแญแแ แญแแ
แจแแแ แตแ แแฐแฑ
แแญแฑ แญแ แแ
โ= #แญแ แจแแซแฐแญแ แแ
แฅแญแแแ แญแ แแแ แฅแซแแ แฅแแณแญแแแฅ แแฐ แฅแญแแ
แ แญแแฃแแค
โ= #แฅแแแตแ แจแแซแฐแญแ แแ
แฅแซแ แ แฅแแแ แฅแแญ แฐแฐแญแ
แฅแแฐ แแ แญแแแฅ แแแต แแฐ แฅแญแแt แญแแฃแ
=(แฎแแแต 3:19-21)=
โผ๏ธWanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#ifni gara addunyaa
dhufeera namoonni
garuu hojiin isaanii
hamaa waan taeef
ifa mannaa dukkana
jaallatan
โผ๏ธ Wanta hamaa
hojjechuu kan
amaleeffate hundi
ifa ni jibba hojiin isaa
akka hin #saaxilamneef
gara ifaatti hin dhufu
โผ๏ธWanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
fedhii Waaqayyoo
wajjin kan walisimu
tauun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.โ
=(Yoh 3:19-21)=
โBagaa Gammadaan
hundi keessanuu "
=Kiristoos ifa, dhuguma
Namni gara ifatti dhufuu
Nama gaarii dha
โจ๏ธ Hiikaa guyyaa 6
booda Maalidha=_โ
๐1 ffaa (Tokkoffaa)
=Kiristoos biyyaa
Qisaariyaa keessa ture jira
Biyyi Qisaariyaa immoo
iddoo dhaloota #Filiphoos
Ture.
โด Kitaabni Qulqulluun
Filiphoosis 2 qofa akka jiruu
Ni ibsaa
๐ป=Filiphoos tokkoffaan
isaa duukaa bu'a
Kiristoos taโe
โMat 10:3
โMar 3:18
โLuq 6:14
โYoh 1:43-48
โYoh 12:21-22
โYoh 14:9
โHDB 1:13
=H.D.B=jechun hojii
Duuka bu'oota jechudha.
โ biiyyii Filiphoos kan
immoo #Galiilaadha
naanno Betasiyidaa
๐ป=Filiphoos lammaffaa
immoo isaa biyyaa
#Qiisaariyaatti
โMat 16:13
โMar 8:27
โHDB 21:8
โHDB 8:40
โจ๏ธ seenaa Gababa
Filiphoos isaa biyyaa
Qisaariyaa"
=Filiphoos akkuma nama
Kamiyyuu Qisaariyaa
Keessa jirata turee
Kiristoos Guuyyaa tokko
Gara biyya isaa,dhaqee
Guyyaa 6 biyyaa keesaa
turee,biyyaa sana keessatti
Namoonni baay'een wa'e
Kiristoos irratti shakki ni
Kasu turee, Kiristoos garuu
Waa'ee isaa ifa gochuuf
Biyya,sana deeme
=Akkuma Kitaabni
Qulqulluun Jedhuttu
Deebi siirri waa'ee
Kiristoos ibsu
#Pheexiroos
Dubbaate turee
"Dhuguma Ati Ilma
Waaqayyotti.
โจ๏ธ isaa booda Filiphoos
Kuni Kiristoositti nama Amaanee turee, guyyaa
sana jalqabee jireenya isaa
Guutu Kiristoos duuka
bu'e jira
1=Filiphoos maatiin 120
Jiran keessa,Tokko turee
โด=HDB 1:15
2=Daaqoonota 7 keessa
Tokko ture
โน=HDB 6:5
3=Nama biiya Itoophiyaa keenya Kan cuuphee
Filiphoos Kan turee
โด=HDB 8:26-40
4=biyyaa Samaariyaa
hundaa kan barsisee
isaa turee
=Simoon nama,Seexanaa
Qabame qoricha biyyaatti
Samaariyaa keessa isaa beekama turee Kan
cuuphe Filiphoos turee
=โดHDB 8:4-26
5=Filiphoos ijoollee
dubartoota 4 qaba
isaan afuriin isaani
raaji nidubbatuu
=โนHDB 21:9
6=Mana Filiphoos
keessa Guyyaa
muraasa Phawuloos
akka Isa,bira tureedha
=โดHDB 21:8
๐ผ yaada xumura
#Kiristoos biyyaa
Qisaariyaa keesatti
wa'ee Eenyuma
Isaa ibsuu qofaa
osoo hinTane Filiphoos
akka wamamuuf ture
=Filiphoos wamamuu
isaa immoo keessatuu
biyyaa #Itoophiyaa dha
bu'a guddaa Nuu,fidee
jira
=Kanaafuu Ayyaanna
kabajuun keenya
Nuuf bu'a guddaa akka
Ta'e yaadadha
โAyyaana kan
kabajuufi Hundi
keessan ofii
qophessa
=โจ๏ธnamoonni biyyaa
Keessa,fi Alaa jirtan
Hundi keessan iyyuu
๐Kuta_2 ffaa jira
โดlink kan ilaalu ni
dandeessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐บ๐ kutaa - 60-ffยชยช ๐๐บ
=======//==========
๐บ Gaafi fi Deebi
๐บ Muslimoota
โ Yohaannis 14:9
Kiristoos akkana jedheen Yaa
#Filiphoos, #yeroo_dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โAbbaa nutti argisiisiโ jettaโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ gaaffii isaanii
1=Filiphoos Kiristoos argee malee yoomi Abbaa argee jedhuu.....โ
============
๐บ Deebii keenya.
1=Kiristoos namni ana argee Abbaa argee jechuun isaa Abbaan foonii nama qaba akkuma koo,kana argitee jechuu isa mitii โ
Sababiin isaa.
A)). Abbaan gonkumaa foonii nama hin uffaanne Affuurra Qulqulluu wajjin iyyuu.
๐๐ Galatiyaa 4:4
Yeroon murteeffame sun yommuu gautti, Waaqayyo
#Ilma isaa isa #dubartii irraa dhalatee fi seera jala ture erge.
= Kanafuu kani nama irraa dhalate Kiristoos qofaa jechudha , iddoo kana irraa Abbaan akka hin dhalane ibseera.
๐๐Luqaas 1:35
Ergamaan (Maleekaan) sunis deebisee akkana ishiidhaan jedhe: โ #Affuurri_Qulqulluun si irra bua humni Isa Hundaa Oliis si golga. Kanaan kan,kaes mucaan dhalatu Qulqulluu
Ilma Waaqayyoo jedhama
====
โฉAffuurri Qulqulluu sii, irraa bu'a,jedhee malee Affuurri Qulqulluun ni dhalataa hin jennee kanafuu Hafuurri Qulqulluun hin dhalane.
โฉ ilma Waaqayyo jedhama jedhee malee ,Abbaan ofuma dhalatee ilma ta'a hin jenne.
Kanafuu Abbaan hin dhalane.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ gara mataduree keenya deebinaa amma immo.
๐ Kiristoos akkasii jedhe yaa,Filiphoos yeroo dheeraa hanga kana turee akkamitti Ana hin bare jedhe.
๐ Kiristoos akkasi yoo, jedhuu dubbii hikaa kallattii dubbachaa hin jiruu , Sababiin isaa hiikaa kallattiin yoo,taee Filiphoos fi Kiristoos sirriitti wali beekuu
Kanaafuu Filiphoos wanti haara tae tokko illee hin jiru.
ragaa kitaaba
โตโฉMaatewos 10:3
#Filiphoosii fi Bartolomewos; Toomaasii fi Maatewos isa qaraxa sassaabu; Yaaqoob ilma Alfewoos; akkasumas
Taadewos
โถโฉYohaannis 1:43
Kiristoos guyyaa itti aanutti gara Galiilaa dhaquu barbaade.
Achiis #Filiphoosiin argatee, โDuuka buutuu koo taiโ jedheen.
โทโฉYohaannis 6:5-6
Iyyaasuus(Kiristoos) namoonni hedduun gara isaa yommuu
dhufan oli jedhee ilaalee #Filiphoosiin, โDaabboo(buddeena) namoonni kun nyaatan eessaa yoo bitne wayya?โ jedhe.
Taus kana kan dubbate, Filiphoosiin #qoruuf malee waan gochuuf yaade #beeka ture.
โธโฉYohaannis 12:20_21
Namoota bakka ayyaanichaatti waaqeffachuu dhufan keessaa #Giriikonni tokko tokko jiru turan. Isaanis #Filiphoos isa nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessa jirtu sanaa dhufetti dhihaatanii, โYaa
gooftaa, Iyyaasus(Kiristoos ) arguu barbaadnaโ jedhanii isa gaafachuu jalqaban
โนโฉYohaannis 14:8
#Filiphoosis, โYaa Gooftaa, Abbaa nutti argisiisi; kunumti nu ga'aโ jedheen.
========||
๐kanafuu rakkoon Filiphoos maali ture yeroo jennuu
Akkuma Kiristoos foonii uffachuu isaa argee sana Abbaa illee akkuma kanatti arguu qaba jedhiti.nutti argisiisi jedhu Isaat akka yaada Filiphoosiit.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Kanafuu Kiristoos qaaman osoo hin tanee Abbaa fi Kiristoos Waaqummaa isaanii tokko wani tannif ยซ Namni
Ana argitee jechuun abbaa argitee jechuu ibsa.ยป
โฉ( kutaa -59-ffยชยช )) dubbisa
โก๏ธ Namni Kiristoos arge Abba argee jechuun kara Waaqummaa qofaan akka taโe ragaa keenya kuno๐
โบ๐Yohaannis 1:1-3
Jalqaba #Logos( ฮฯฮณฮฟฯ) ture; logos (ฮฯฮณฮฟฯ) Waaqayyoo wajjin ture; logos( ฮฯฮณฮฟฯ) waaqayyo ture.Inni jalqaba Waaqayyoo wajjin ture. Wanti
hundi karaa isaa tae; wanta tae
keessaas isa malee wanti tae tokko illee hin jiru.
======
โฉJechi inni jalqabaa waajin turee ,wanti hundi karaa isa taโe jedhuu ,wa'ee logos(ฮฯฮณฮฟฯ) dubbachaa jira, kanafuu Kiristoos hundumaa akka Uumee ibsee.
โป๐Yohaannis 1:9-10
Ifichi inni dhugaan akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu, gara addunyaa dhufuuf jedha ture. Inni addunyaa keessa ture, #addunyaanis_karaa isaa argame; taus addunyaan
isa hin beekne.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ itti fufi dubbisi ammasi
Kunoo link kan xuqi๐

โก๏ธ๐นkutaa _ 61 _ ffaa ๐ณ๐น
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐ธ Gaafii fi Deebi
๐ณ musiliimota ๐ท
โYohaannis 14:10
#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..โ
๐=Deebi keenya=
๐ kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...โ
๐#โตโMatewoos 26:34
Iyyaasuus(Kiristoos)โDhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
๐kanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.โ
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.๐
๐#โถโMatewoos 27:46
Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,โEelohe Eelohe laamaa saabaaqtaanii?โ
jedhee iyye; hiikni isaas โYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?โ jechuu dha.
๐dubbii kuni kani eenyutiโ
A)) kani Abbaa mooโ
B)) kani Kiristoos โ
๐Lakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi #fanoo irraa oole.
โฌโฌโฌโฌ โ akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee #Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
๐#โทโYohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'aโ ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, โUtuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, โAbbaa nu argisiisiโ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
๐บHaaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
๐#โธโYohaannis 5:36
Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
๐#โนโYohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, โHanga yoomiitti #qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himiโ isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: โAni isinitti himeera, isin garuu hin amantan #Hojiiwwan ani
maqaa #Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
๐#โบโYohaannis 10:37-38
Egaa Ani #hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattuโ isaaniin jedhe
๐#โปโYohaannis 12:48-50
Nama Ana #tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadhaโ jedhe
๐ yaada xumura๐
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu ยซ namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise mitiยป
๐#โผโYohaannis 1:3_4
Wanti #hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
๐ช erga wanti hundi karaa Kiristoos taโe dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
๐ผ link walda keenyaa
๐น @haadha_Waaqa_naJaladha
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ

๐นkutaa-102-ffaa.๐
โปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โYohaannis 1:25
isaan โAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ jedhanii isa gaafatan.
1=โป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐โ
โงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐
โโง #Kiristoos dhufee jira๐ฏ
โโง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐โโ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐
โโป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebii keenya๐
โโปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ
๐ท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ
โ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐
๐นKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โโปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โโป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โโปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โ
๐ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐
โฌโฌโฌ
โ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
โโป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐
C)๐#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
โโปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐
D)๐#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐๐ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ jedheen.