🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Ati garuu ni #jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa
ni
#moofau
#አንተ ግን ጸንተህ ትኖራለህ
ሁሉም እንደ ልብስ ያረጃሉ
=Ibroota 1:11
=ዕብራውያን 1:11
===//==//===
#Bagaa_Geessan
Ibroota 1:11-12👇
Isaan ni badu
ati garuu ni jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa ni moofau
👉ati akkuma uffataas
isaan ni marmarta
isaanis ni
#jijjiiramu
#Ati garuu isuma sana #waggoonni kees
matumaa
#dhuma
hin qaban
▬▬▬▬▬
🌻waggaa
#haaraan
Akka jiruu yeroo ibsu
Kitaabni Qulqulluun
Akkasi jedha
=Waaqayyo fuulduraatti
Bari haaraan Maali
Fakkaata

Ati ni jirta,
Waggoonni kee
dhumaa Hin qabni
akkuma uffata
Ni marata
Ati garuu isuma
Sana

🌹erga Phaawuloos
Kan irraa kan
Hubbaannu garuu
Waaqayyo bara haaraa
Lakkawwun akka hin
barbaachisne ibsa‼️

◈ Haata’u malee
Bara lakkaawama kan
Dhufe guyyaa Waaqayyo
#Sami fi lafaa Uume
Sana irraa akka ta’e ifa

◈Haata’u malee
bartuu namaf uumamee
Namni baraaf
hin Uumamne
♨️Maarqoos 2:27-28
#Sanbatatu_namaaf uumame
malee
#namni Sanbataaf hin uumamne
#Kanaaf #Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha
⛳️
#ሰንበት ስለ ሰው
#ተፈጥሮአል እንጂ
#ሰው ስለ ሰንበት አልተፈጠረም

#እንዲሁም የሰው ልጅ ለሰንበት
እንኳ
#ጌታዋ ነው አላቸው
=ማርቆስ 2:27-28

=Sanbata jechuun
Guyyoota jiran keessa tokko
Guyyoota tokoo(1) hanga
Guyya torba(7)
kan jiranidha
=guyyaa jiran kan
Walitti lakkoofsne
Torbe tokoo argana
torbee afurii lakkoofsne
Ji'a tokko argana
ji'a 12 lakkoofsne
Wagga tokko argana
🌹kanafuu waggatu namaaf
Uumame male
Namni waggaaf hin
Uumamne.
Yoo,jeene sirriidha

yoo,akkasii ta’e immoo
Namni waggaa haaraa
iraatti Aangoo qaba
◈ Kanaafuu bara
Gammachu
Bara gaarii
Bara jaalala
Jeenne dubbanna
Malee,osoo nuuti
Bara irratti Aangoo
Hin qabnuu ta’e
Akkasi jechuu hin
Dandeenyu...

inni biraa Waaqayyo
Fuula duratti waggoonni.
Hundinu akkuma Uffata
Moofa ni ta’u jedha
yeroo akkasii jennu
Waggooni akkamitti
Akka uffata Moofaa
Tau danda'a.
=Haata’u malee
Waaqayyo fulaa duratti
Bari hundinuu waliqixxeedha
Male bari kaleessa Moofaa
Tae bari itti anu haaraadha
Hin jedhamu

◈sababi Kitaabni akkasii
Jedhe immoo Waaqayyof
Bara lakkaawuun akka
Hin danda'amne ibsuuf
Akkasi jedhamee
◈yookiin waqqayyo bara
Kanas, bara biraas inni
Isuma sana wanii ta’ef
=far_Daawit 102:25-27

◈"namni foonii
Waani qabuuf
Qorumsa hedduu
Keessa osoo jiraatu
Bara haaraa gochuu
Dide bara mooraa
Keesaa jira yeroo
Hunduma

♈️ fakkeenya tokko
#Dubarti yeroo dheeraadhaaf
Bara Moofaa keessa jiracha
Ture,
Bara tokko immo bara haaraa
Jirachun qaba jeette akkuma
Yaada ishee bara haaraa
Jiraate tokko,
Kitaabni Qulqulluun
Haala kanaa seenaa
Ishe nuuti hima.


=kutaa 1-ffaa
🌻Namicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
ማቴዎስ የሚባል አንድ ሰው
አየና ተከተለኝ፡ አለው
ተነሥቶም ተከተለው
+ማቴዎስ 9:9
▬▬▬▬▬▬
❖Onkoloolessa=12

#Bagaa-Geessan
➢Ayyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
➢Ayyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos🤲
=====||======
➢Maatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
➢Duuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
➢wangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
➢wangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
➢Iddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
➢Onkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
➢maqaan matewoos inni
Bira
#Leewii jedhama...
Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
➢hojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
➢Abbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼 🌼
🌻Seena Maatewoos🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼

=1◉ Maatewoos 9:9-13👇

🌻Gooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha
#Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis

Duuka buutuu koo
tai!” jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

Boodas,
#mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban

#Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
“Barsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jedhan

Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: “Namoota
#dhukkubsataniif
malee, namoota
#fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu

Kanaaf dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin tain gara
#laafina nan barbaada’ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa

Sababiin isaas ani
namoota
#Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=2.◉ Maarqoos 2:13-17👇

👉Gooftan keenya Kiristoos ammas gara
#qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe

Utuu darbaa jiruus
#Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,

#Duuka buutuu koo tai” jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

➢Sana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan

sababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan

Haatau malee,
#barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
“Inni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jechuu
jalqaban

➢Gooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe

=3.◉Luqaas 5:27-32👇
👉 Kana booda achii baee
utuu deemuu
#namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, “Duuka buutuu koo tai” jedheen

👉innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe

Achiis Leewwiin mana isaatti
#afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse

namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan

Yeroo kanatti
#Fariisonnii
fi
#barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?” jedhanii barattoota isaatti
#gungumuu jalqaban

Gooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu

Ani namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
▬▬▬▬||▬▬▬

🌹=
#Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhan

2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheessee
💒 sagaleen tokko
samii irraa, “Kun Ilma
koo isa jaallatamaa
isa ani itti
gammadu dha” jedhe

🔊እነሆም,ድምፅ ከሰማያት
መጥቶ በእርሱ ደስ የሚለኝ
የምወደው ልጄ ይህ ነው፡ አለ
=Maatewoos 3:17
=ማቴዎስ 3 :17
▬▬▬▬▬▬▬
#Bagaa_Geessan
-Ayyaanna cuuphaa-
🔈🔈🔈🔈🔈🔈

◈ sadumma Sillaasee
Qabxiiwwan ibsan.
1=Mat 3:16-17

#Iyyaasuus erga
cuuphamee booda
battaluma sanatti
bishaanicha keessaa
bae yeroo
kanatti samiiwwan
ni banaman
Afuurri Waaqayyoos
akka gugeetti gadi buee
utuu isa irra
qubatuu arge
sagaleen tokkoo samii
Irraa Dhufe
= Jechi Waaqayyo jedhuu
Abbaa jechuudha
= ilma kan jedhamee Iyyaasuus
=Affuurri Qulqulluun ni bu'ee
Kanaafuu
➢Abbaa
➢ilma
➢Affuurra Qulqulluu
▬▬▬▬▬▬
Saduma inni jedhamuu
Isuma kan.

◈Tokkumma kan ibsan
Far-Daawit 113/114:3-7
#Galaanni argee in
baqate lagni
#Yordaanosis
gara booddeetti in
deebi'e Tulloonni akka korbeeyyii hoolaa
gaaronnis akka ilmoolee
in quruphisan
Yaa galaana nana
maal taatee baqatte?
Yaa laga Yordaanos
maaliif gara booddeetti deebite?

Yaa tullootaa maaliif
akka korbeeyyii hoolaa
yaa gaarotaa, maaliif
akka ilmoolee quruphiftan?

Yaa lafaa fuula
Gooftaa duratti
#fuula_Waaqayyo isa kan #Yaaqoobii duratti holladhu

ከያዕቆብ አምላክ ፊት
ከጌታ ፊት ምድር ተናወጠች
=መዝሙር 114 :7
➢akkuma beekamu
Kiristoos kan cuuphame
Laga Yordaanositi
Daawit laga Yordaanos
Maqaa kan waamee
Kanaafi

➹jechii yaa, galana
Fuula Waaqa Yaaqoobi
Jala maalif dubbati
deebitee Kan jedhuu
irratti "Tokkuma
Ibse jira
🔈 "Abbaa, ilma
affuura Qulqulluu
Bakka tokkootti Waaqa
Yaaqoobi jedhee jira
Kuni dirqama
tokkummaa ibsaa

💒 Maalif yoo,jennee
kan Cuuphame ilma
Ture laga Yordaanositi Akkumas Affuuri
Qulqulluun fi Abbaan hin cuuphamne
➢ Kanaafuu ilmi, Abbaan, Affuuri Qulqulluun Waaqa
Tokko Waani ta'aniif,akkasii
Jedhe Daawiti
▬▬▬▬▬▬▬
◈=Mat 3:17
ilmi koo inni jalatama
Jedhe jira Abbaan
samii irraa

➢ Abbaan ilma Maariyaami
Hin jennee, ilma koo, jedhee
Kan jedhuun Kiristoos
Amala lama irraa
amala tokko
Qabachu ibsa.
Kiristoos Abba isaa
wajjin walii qixa Wani ta’ef Abbaan ilma koo, jedhee
Kunis tokkummaa ibsaa

Qabxi
#Waaqummaa
Kiristoos ibsu

◈ Mat 3:3
Kunis isa Isaayyaas
raajichi waaee isaa
“Lafa onaa keessaa
#sagaleen, ‘Daandii
#Waaqayyo qopheessaa
Karaa isaas qajeelchaa
jedhu tokko ni dhagaame” jechuudhaan
dubbate sana dha.

➹Dandii kan qopheessuu
#Yohaannis cuuphaa
#Waaqayyo kan
jedhamee
Kiristoos (Yoh 1:1)

◈ Mat 3:10
Ammuma iyyuu
#qottoon
hidda mukeetii muruuf qophaaeera Kanaaf
#mukti firii gaarii
hin godhanne hundi
muramee ibiddatti gatama.

➢ Qottoo kan jedhamee
Aangoo Kiristoos
(isayaas 10:34
➢muka kan jedhamee
namoota
Luqaas 13:6-9)
➢Kanaafuu Kiristoos
Nama gaarii fi yakkamaa
Adda, ni basa
Kuni immoo
#Amala
Waaqa Keessa tokko

◈Mat 3:11
#inni Affuura qulqulluu
fi ibiddaan isin cuupha
=inni kan jedhamee
#Kiristoos
= Affuura fi ibiddan
Isin cuuphaa kan jedhamee
Ni rawwatamee
#Duuka_bu'oota isaa
cuuphee jira

HDB 2:3-4
Wantoonni akka
arraba ibiddaas
isaanitti mulatan
faffacaanii tokkoon
tokkoon isaanii irra tataaan
hundi isaaniis Afuura
Qulqulluu-dhaan guutaman akkuma Afuurri dubbachuu isaan dandeessisettis
qooqa adda addaatiin dubbachuu jalqaban

◈ Raaji_Iyu'eel 2:28
#Waaqayyo ammas
Bara booddeetti
#ani_Afuura koo nama hundumaa irratti nan dhangalaasa
<<<<<<<<<<<<<<<<
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
👉link kan xuqaa👇
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
~||===||~~~~
Ayyaanna Gaari
isiniif Haata’u..
🌹Akkami jirtu Nageenyi
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
#Bagaa||🍂|| geessan=16
➜ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif

❖ kitaba raajicha
Milkiyasi irra🌺

Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladhe” jedha
isin garuu, “Attamitti nu jaallate? jeetu

#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?” jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, “Ani amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
▬▬▬▬▬▬▬
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
➜inni #1ffªª =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
🌹fakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
➜inni #2_ffªª Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
🌹fakkeenyi isaa
Essawuu dha.
▬▬▬▬▬▬▬
➜fakkeenyuma kan
🅰 haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
➜akkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
➜ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu

Yohannis 3:20-21👇
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.

# ክፉ የሚያደርግ ሁሉ ብርሃንን
ይጠላልና፥ ሥራውም እንዳይገለጥ
ወደ ብርሃን #አይመጣም

#እውነትን የሚያደርግ ግን ሥራው በእግዚአብሔር ተደርጎ እንደ
ሆነ #ይገለጥ ዘንድ ወደ #ብርሃን ይመጣል
=ዮሐንስ 3 :20-21
△△△△△△△△△
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.

Κάθε άνθρωπος που πράττει #έργα φαύλα μισεί το φως και δεν έρχεται στο
φως, γιατί φοβάται μήπως αποκαλυφθούν τα έργα
του και κριθούν.

#Όποιος όμως κάνει πράξεις σύμφωνες με την αλήθεια του Θεού, αυτός έρχεται στο #φως· έτσι θα φανεί πως οι πράξεις του έχουν γίνει από υπακοή στο Θεό».
▬▬▬▬▬▬▬
🌾Ayyanna||gaari isinif haata'u
🌺yaada yoo qabtan
Link kan xuqa👇
🅰 👉 @Gutema123
🅱 👉 https://t.me/Haaqa_bot
▸yookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====