🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.6K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…° Maalif jibee Waaqayyo Esaawuu ❓❓
Yaaqoobi hoo maalif jalate❓
βžŠπŸ‘‰ Roome 9:13
Ani
#Yaaqoobiin nan jaalladhe, #Esaawuun immoo nan jibbe” jedhamee barreeffametti dha.

β·πŸ‘‰Raaji_Milkiyaas 1:2-3
Ani jaalala isinitti argisiiseera” jedha waaqayyon  Isin garuu, β€œAti akkamitti jaalala nutti argisiiste?” jettu.Waaqayyoon akkana jedha: β€œEsaawu obboleessa Yaaqoob mitii? Haa taΚΌu malee, ani Yaaqoobiin nan jaalladhe,   Esaawuun immoo nan jibbe; gaarota isaa ona nan godhe; dhaala isaas sardiidota lafa onaatiif nan kenne.”

βΈπŸ‘‰Seera.Uumama 25:23
Waaqayyo immoo akkana jedheen Saboota lamatu gadameessa kee keessa jira;
uummanni lamaan ati deessus gargari baΚΌu sabni tokko saba kaan irra ni jabaata; inni hangafni isa quxisuu tajaajila.”

βΉπŸ‘‰Roome 9:21
#Suphee_dhooftuun tokko dhoqqee suphee kan bukaaΚΌe irraa qodaa ulfinaa fi salphinaaf oolu tolchuuf mirga hin qabuu?
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
Link waldaa kana hordofuu yoo,barbade
πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha