Audio
πΊ Mormii orthodoksi fi pheenxee jiddutti taee
β»Gutema(orthodoksi)
β»Darara(pheenxee)
1πKiristoosif kani #sagaduu eenyuu ββ
2π #1335 maali ibsaa β
3π #maqaan Kiristoos kaku durii keessa jiraβ
ββ»Rome 14:10-11
Yos ati maliif obbolessa ketti murtesita? Yokiin malif obbolessa kee tuffatta? Nuti hundi kenya barcuma murtii Waqayoo dura ni dhabanna. Sababiin isas, ββAkkuma ani jiraataa taΚΌun koo beekama taΚΌeβ jedha waqayoon namni hundi akka Ana duratti #jilbenfatuu fi namonni hundi ani Waqayyo taΚΌuu koo ifatti amananii akka fudhatan bekama dha
ββ»Isayas 45:23
Ani mata kotiin kakadheera;
afan kos akkana jedhee qajelumadhaan
dubbii hin geddaramne dubbateera;
#Jilbi hundi fula koo duratti ni jilbenfata;
arrabni hundis Anan kakata
ββ»Filiphisiyus 2:10
kana kan godhes #jilbi_hundi, jechunis samii keessa kan jiranii fi lafa irra kan jiran, akkasumas lafa jala kan jiran hundi maqaa Iyyasus kiristoosif akka jilbenfataniif
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
~