β Dubbisaa gaarii isiniif Haataβu β πππ
π ° Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. β©Waaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 β©ifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
β― kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.
Yeroo Waaqayyo #ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
π³Sera Bau 24:17
Yeroo kanatti #ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
π³Ibroota 12:29
Waaqayyo keenya #ibiddaa gubee balleessuu dha.
π Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.
Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara #fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
β akkuma museen yeroo fuula ifa taβen dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
β yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.
π³ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immoπ
β¬οΈ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
πΊβ©Deebi keenyaπΊ
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
π °β©Yohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis #ifatti of nan #mulisa.
π ± β©Yohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: βNamni na jaallatu #hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
π ±π Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))πYohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))πIbroota 1:3
Inni(kiristoos) #ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))π 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))πYohaannis 8:19
Isaanis, βAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) βIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef.
E.))πMaatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))πYohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu #hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))πYohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
π Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
β©kutaa_2ffΒͺΒͺ itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
ππππππππππ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊLink waldaa keenya kana
Xuqa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
β οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈ

π
° kutaa-101-ffaaπ
β»Gaafi fi Deebi Muslimoota
βYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taΚΌee fi Abbaa bira jirutu waaΚΌee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu β
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaΚΌamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaΚΌu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taΚΌu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
β¬β¬β¬
π Deebi keenyaπ
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
β»Abrahaam
β»Isayaas
β»Iyyoobi
β»Yohaannis
ββ»Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaΚΌee jiruu #Waaqayyo isatti #mulΚΌate.
ββ»Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duΚΌe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaΚΌee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
β¬β¬β¬β¬β¬
πAmma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf Β« jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa taβe dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a Β» .
β Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti π
ββ»Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taΚΌe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaΚΌee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taΚΌee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;
β»β€Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa taβe #Kiristoos
ββ»Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaΚΌamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaΚΌe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaΚΌaa jiru turan.
β»β€uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
ββ»Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
β»β€οΈ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
ββ»Mulβata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture; miilli isaa sibiila diimaa baΚΌeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture. Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taΚΌee fi karaa lamaan qara qabu ni baΚΌe, #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duΚΌee taΚΌeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaΚΌee akkana naan jedhe: βHin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas π#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duΚΌaa fi Awwaalaa qaba.
β»β€ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
β»β€ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.
πΉkani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
ββ»1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taΚΌe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulΚΌisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaΚΌamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaΚΌu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taΚΌu. Ameen.