🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.49K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
‼️Baay'ee sodatanii
turanii
πŸ‘‰ αŠ₯αŒ…αŒαˆ αˆαˆ­α‰°α‹ αŠα‰ αˆ­
✦=Mat 17:6
✦=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 17:6
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=kutaa 4 ffaa
Baay'ee sodaan kan
jedhuu irraa Kan
sodaatee Barattoota
3 turee
1βž›Pheexiroos..
2βž›Yohaannis.
3βž›Yaaqoobi
Sababiin sodatan
immoo yeroo Tokko
keessatti wanti sadi
ni rawwatamee

1=Abbaan saami irraa
ilmi koo,kan itti
gammaduu isa,dhaga

2=dummeessi jaban
sagalee qabu dhufee
isaan hagugu isaa
dumeessa kan jedhame
#Affuurra,Qulqulluudha
akkuma lagaa Yordaanos tti bifa gugeen dhufee, amma immoo bifaa dumeesaan
dhufee jira

3=ilmi fuulli isaa fi
huccuun isaa,ifudha

=Haata’u malee
β—ˆ Saduma kan ibsuu
βž›abbaa
βž›ilma
βž›Affuurra,Qulqulluu
β—ˆ=Tokkumaa kan ibsu
πŸ‘‰barattoonni sodachun, sodaan waaqa tokko
qofa,akka ta'e ibsuf
sodachuu isaani,

πŸ‘‰ barattoonni isaan fuula durati lafatti gadi sagaduu isaatiin tokkummaa isaan
ibsa sagadaa tokko qofaan

πŸ‘‰ Abbaa,Ilmi, Affuurri Qulqulluun yeroo Tokko argamuu isaanii tokko
isaan godhaa


🌹Gooftaan keenya ifa
qaama Foonni malee
osoo ifaa Waaqummaa ta’e Namoota,achi jiran yaa,hafti lafti saami fuula isaa dura ni badu turee.

🌻Ragaa kitaaba
Qulqulluu irraaπŸ‘‡

β—ˆRakkina guyyoota
sanaa booda battaluma
sanatti, aduun ni
dukkanoofti addeessis
ifa ishii hin kennitu
urjiiwwan samii irraa ni
harcau humnoonni
samiis ni raafamu

Yeroo sanatti mallattoon
#Ilma namaa samii irratti
ni mulata saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma
isaanii rurrukutu isaanis
Ilmi namaa
#humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
➹=Mat 24:29-30

Kanaafuu yaannii
kuni ifa Aangoo
Waaqummaa hoomtuu
fuula isa,duratti hin arguu

🌼 αŠ¨α‹šα‹«α‰½ α‹ˆαˆ«α‰΅αˆ መከራ
α‰ αŠ‹αˆ‹ α‹ˆα‹²α‹«α‹
#α€αˆα‹­
α‹­αŒ¨αˆαˆ›αˆ αŒ¨αˆ¨α‰ƒαˆ
α‰₯αˆ­αˆƒαŠ•α‹‹αŠ• αŠ α‰΅αˆ°αŒ₯ም
αŠ¨α‹‹αŠ­α‰₯α‰΅αˆ αŠ¨αˆ°αˆ›α‹­
α‹­α‹ˆα‹΅α‰ƒαˆ‰

α‹¨αˆ°αˆ›α‹«α‰΅αˆ αŠƒα‹­αˆ‹α‰΅ α‹­αŠ“α‹ˆαŒ£αˆ‰
α‰ α‹šα‹«αŠ• αŒŠα‹œαˆ
#α‹¨αˆ°α‹ αˆαŒ…
αˆαˆαŠ­α‰΅ α‰ αˆ°αˆ›α‹­ α‹­α‰³α‹«αˆ
α‰ α‹šα‹«αŠ• αŒŠα‹œαˆ α‹¨αˆα‹΅αˆ­ α‹ˆαŒˆαŠ–α‰½
αˆαˆ‰
#α‹‹α‹­ α‹‹α‹­ α‹­αˆ‹αˆ‰
α‹¨αˆ°α‹ αˆαŒ…αŠ•αˆ
#α‰ αŠƒα‹­αˆαŠ“
α‰ α‰₯α‹™ ክα‰₯ር α‰ αˆ°αˆ›α‹­ α‹°αˆ˜αŠ“
ሲመጣ α‹«α‹©α‰³αˆ
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 24:29-30

🌻=ragaa 2 ffaa

Dammaqaa eegaa
akkasumas wantoota
tauun isaanii hin oolle
kana hunda jalaa
bauu fi
#Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
#hunda wawwaannaa dhiheessaa.”
➴=Luq 21:36

αŠ₯αŠ•αŒα‹²αˆ… ሊመጣ αŠ«αˆˆα‹
αŠ¨α‹šαˆ… αˆαˆ‰ αˆˆαˆ›αˆαˆˆαŒ₯
#α‰ αˆ°α‹ αˆαŒ…αˆ αŠα‰΅ αˆˆαˆ˜α‰†αˆ
αŠ₯αŠ•α‹΅α‰΅α‰½αˆ‰
#αˆ΅α‰΅αŒΈαˆα‹© ሁል
αŒŠα‹œ α‰΅αŒ‰
➴=αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 21 :36

πŸ‘‰ilma Nama kan
jedhamee Kiristoos

β—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆβ—ˆ
amma gara mataa
duree keenya yaa
deebinuu
1=♨Pheexiroos
2=♨️Yaaqoob
3=♨️Yohaannis
4=♨️Musee.
5=♨️Eliyaas.
=namoota 5 kan keessa.
✦namni lama
#haadha
manaa qaba
1=βž›Muse
Seera.Bau 2:4
akka haadhaa
mana qabu

2=βž›Pheexiroos
=1Qor 9:5
akka haada mana
qabuu ni dubbata

✦namni 3 haadha
mana hin qaban

1=βž›Eliyaas
2Mot 2:11
akka haadha mana
hin qabnee gara
samiirratti olii
ni dubbatan
2=βž›Yaaqoobi
HDB 12:1
3=βž›Yohaannis
Yoh 21:23.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Fakkeenyaa dukaa
bu'oota 3
πŸ‘‰1=ijoollee
#Nohii
sadan ni fakkeeffamu
βž›seemi
βž›kaami
βž›yaafeti
Seera.Uummama 6:10
=akkuma sanyii nama kamiyyuu ijjoollee
Noohi sadan sana ala
hin jiruu Kiristoos
hundumaa keessan
faani dhufee jechuu
isaan 3 fudhee olii
bahee

2πŸ‘‰ fakkeenya kan bira
βž› Jaalala,
βž› Amanti
βž›Abdi
ni fakkeeffaman
akkuma Phaawuloos
jechuu yeroo hundaa
wantoonni kuni adda
hin bahan jedha
=1Qor 13:13

3πŸ‘‰ ragaan kan dhiyaatu
seera oritti keessatti
raga 3 dha
✦seera keesa,deebi 17:6
✦seera keesa,deebi 19:15
βž›Mat 18:16
βž›2 Qor 13:1
βž›1 xim 5:19
βž›Ibr 10:28
=akkuma inni jedhee isin raagoota kooti jedhee jira

🌼 Nama namoota
duratti dhugaa anaaf
bau hundumaatiif
#Ani immoo Abbaa koo
isa samii duratti dhugaa
nan baaaf.

Nama namoota duratti
na ganu hunda garuu
anis Abbaa koo isa samii duratti isa nan gana
=Mat 10:32-33

=αˆ΅αˆˆα‹šαˆ…
#α‰ αˆ°α‹ αŠα‰΅
ለሚመሰክርልኝ αˆαˆ‰ αŠ₯αŠ”
α‹°αŒαˆž α‰ αˆ°αˆ›α‹«α‰΅ α‰£αˆˆα‹
α‰ αŠ α‰£α‰΄ αŠα‰΅ αŠ₯αˆ˜αˆ°αŠ­αˆ­αˆˆα‰³αˆˆαˆ

#α‰ αˆ°α‹ αŠα‰΅αˆ α‹¨αˆšαŠ­α‹°αŠαŠ•
αˆαˆ‰ αŠ₯αŠ” α‹°αŒαˆž α‰ αˆ°αˆ›α‹«α‰΅
α‰£αˆˆα‹ α‰ αŠ α‰£α‰΄ αŠα‰΅ αŠ₯αŠ­α‹°α‹‹αˆˆαˆ
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 10:32-33

4πŸ‘‰ duuka bu'oota
iccitii wanii ta'anif
βž›icciitti isaan argaman
Yero Kiristoos namoota
du'a kasu
yeroo kadhannaadha
yeroo dubbi gara fulaa
dura dubbate
βž›mar 5:37
βž›mar 13:3
βž›Mat 17:1
βž›mar 9:2
βž›mar 14:13
βž›Luq 8:51

5πŸ‘‰ barattoota jalqabaa Kiristoos duuka bu'an
keessa isaan 3 kun
tokko ture
BARATOOTA Galiilaa
naannoo Beetasiyida
βž›mar 1:16-19
===============
Qabxiwwaan 5 kanaa
malee sababa biraa
hedduun jira

β—ˆTulluu Tabor mana Kiristiyaanaa keenyaa ni fakkeeffama akkuma
Daawit dubatee
"Kunoo, inni Israa'elin
#eegu,matumaa hin
mugu, hin rafus
=Far _Daawit 121:4
πŸ”»=kutaa_12ffΒͺΒͺ =πŸ”»
βž›deebi=Musiliimootaf
kitaaba Yohaannis irraa kan jiru
β–¬β–¬
β–ΆοΈβž” Yohaannis 5:30πŸ‘‡
Ani ofii kootiin kaka'ee wanta
tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaetti nan murteessa
Ani
fedhii isa na ergee malee fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo qajeelaa dha.
βž›kanafuu Kiristoos fedhi
Waaqayyo guutuuf Dhufe
Ofi isaaf hooma gochuu
Hin danda'u jedhuu...❓
βž›Sababiin osoo Waaqayyo
Ta'e wanta hundumaa
Godha jedhuu...❓
βž›ser.Uumama 18:14
Wanti Waaqayodhaaf hin dandaamne jiraa?
Ani waggaa dhufu yeroo murteeffame kanatti
gara keetti nan deebia; Saaraanis ilma ni deessi

♦️deebi keenya Kiristoos
Wanta hundumaa akka
Godhu Kitaabni ni ibsaa


✍Mul’ata Yohaannis 5:12
Isaanis akkana jedhanii sagalee guddaadhaan faarfatan;
β€œHoolaa qalame sanaaf, #humnaa fi qabeenya,
ogummaa fi jabina, kabajaa fi ulfina,
galatas argachuun ni mala

Ibroota 1:3
Ilmi calaqqisa ulfina Waaqaa ti; eenyummaa Waaqaas akkuma jirutti mulΚΌisa; dubbii isaa #humna qabeessa sanaanis waan hunda hirkisee baata. Innis erga cubbuu keenya nurraa qulqulleessee booddee samii irra mirga Waaqa ulfina qabeessa sanaa taaΚΌe.

✍Filiphisiiyus 4:13
Humna Kiristoos anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a
=kanafuu Kiristoos ergaa wanta Hunduma akka gootu sii, tasise
Inni Waaqayyo jechuudha
✍Yohaannis 1:3
Wanti hundi isaan ta'e wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko illee hin jiru
✍Yohaannis 3:31
inni oli samii irraa dhufe warra kaan hunda irra ni caala.
Inni lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata
Inni samii irraa dhufe warra kaan hunda irra ni caala
πŸ”»inni wanta hundumaa irraa
Erga caalee "Waaqayyo jechudha mitti ree❓
kan hundumaa caaluu Kuni Waaqayyo qofaa, kanafuu
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa
Ni ibsaa
βž›Kiristoos osoo Waaqayyo
Ta'e jiruu maalif dubbii kan
Dubbate ree,yoo, jennee immoo
βž›Yihudoota fi Fariisonni, Kiristoos ta'u isaa gonkumaa hin baree turan, sababa Kanaafi
Dubbi isa fudhachuu didanii
Yero kanaa immoo Kiristoos,
Isaani isaa Waani hin beekneef
Dubbiin kuni kan Waaqayyo tti
Yookin kan Abbaati, isaatuu
Na, ergee jedhee itti dubbate
βž”ragaa kitaabaπŸ‘Œ

1=✍Yohaannis 7:16-27
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise: Wanti ani barsiisu, kan isa na erge
sanaa ti malee kan koo miti.
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kunWaaqayyo biraa akka dhufe yookiin
ani ofii kootiin kakaee
kanan dubbadhe ta'uu fi dhiisuu
koo ni beeka.

Namni ofii isaatiin kakaee dubbatu hundi ulfina
mataa isaa barbaada
namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni dhugaa dha; jalinnis isa keessa hin jiru.

Museen Seera isiniif kennee hin turree? Haatau malee, tokkoon keessan iyyuu Seerichaaf hin ajajamtan. Na ajjeesuu kan
barbaaddan maaliifi❓”

Namoonni sunis, Jinniitu si irra jira. Eenyutu si ajjeesuu barbaada❓ jedhanii deebisan Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe: β€œAni hojii tokko hojjennaan, hundi keessan ni dinqisiifattan Museen seera dhaqna qabaa isiniif kennee ture
haatau malee, seerri kun abbootii keessan biraa kan dhufe ture malee, Musee biraa kan dhufe hin turre. Kanaaf isinis guyyaa Sanbataatti nama
dhaqna ni qabdu.

Seerri Musee akka hin cabneef namni tokko guyyaa sanbataatti dhaqna kan qabatu erga ta'ee ani guyyaa sanbataatti
nama tokko guutummaatti fayyisuu kootti maaliif akka malee natti aartu❓
Wanta alaan mulatu ilaaltanii murteessuu dhiisaa; kanaa mannaa murtii qajeelaa murteessaa.”

Yeroo kanatti jiraattota iyerusaalem keessaa tokko tokko akkana jechuu jalqaban β€œKun, namicha isaan ajjeesuu barbaadan sana mitii❓

Garuu kunoo, inni ifatti dubbachaa jira, isaanis homaa isatti hin dubbatan. Tarii bulchitoonni inni
dhuguma Kiristoos tauu isaa hubataniituu laata❓
Nuti garuu, namichi kun eessaa akka dhufe beekna; haatau malee, Kiristoos yeroo
dhufu eenyu illee eessaa
akka inni dhufu hin beeku.”

Achiis Iyyasuus mana Qulqullumaa keessatti
utuu barsiisuu sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe
β€œisin ana beektu, eessaa akkan dhufes beektu. Ani ofii kootiin kakaee hin dhufne; haatau malee inni ana erge Sun dhuguma jira; isin garuu isa hin beektan.