β»β»Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, βAbbaan keenya #Abrahaamiβ jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.
βΌβ»Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaΚΌee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaΚΌuu argee, #Duuka_buutuu koo taΚΌi!β isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaΚΌee isa #duukaa_buΚΌe.
β€οΈKanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
β€οΈwarri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam taβanii jiruu sababa kanaafi Β« isaani michuu Kiristoos taaniΒ».
π₯₯ akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.
π₯₯Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
β»Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.
π§ ππππ πππππππππππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)