โก๏ธ๐
ฐ kutaa-43 ffยชยช ๐ธ๐ธ
๐ธGaaffii fi Deebii
๐ผMusiliimota
๐คโฌ๏ธ Yohaannis 11:34
kiristoos akkas jedheโ #Eessa isa keessan?โ jedhe. Isaanis, โYaa Gooftaa, kottuu ilaaliโ jedhaniin #แแดแต แ แแซแฝแแต? แ แแแฅแแญแฑแ แแณ แแญแฅ แแฅแฐแ แฅแญแก แ แแต(แฎแแแต 11:34)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปGaafi isaanii
1=Kiristoos maalif iddoo #Alaazaari itti awwaalamee walale jedhuu..๐
*Eessa isaa keessan jedhee maaliif gaafata jedhuu.
๐Waaqayyo wanta hundumaa beeka ,erga inni Waaqa taโe jedhuu.โโ
๐ด kanafuu inni Waaqayyo miti jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โช๏ธDeebi keenya
#Lakki Kiristoos Waaqayyo wanta #hundumaa_beeka kan jedhuu ta'a'.
โRaga_kitaaba
โก๏ธ=Yohaannis 21:17๐
Ammas sia sadaffaadhaaf Yaa Simoon ilma Yonaa baayee na jaallattaa?โ jedheen. Pheexiros, Iyyaasus(Kiristoos) sia
sadaffaadhaaf, โBaayee na jaallattaa?โ jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaaf Pheexiros, โYaa Gooftaa,
#ati_waan_hundumaa_beekta akka ani baayee si jaalladhus
beektaโ jedheen.Iyyaasus(Kiristoos)
akkana jedheen: โIlmoolee hoolaa koo eegi jedhee
โkana booda #hiika kitaaba ilaala.โฌ๏ธ
โต=Ser.Uum 3:9
Waaqayyonis #Adaami waamee #Eessa jirta?โ isaan jedhe
โถ=Ser.Uum 4:9
#Waaqayyo Qaayeelin โObboleessi kee Abeel #eessa
jira? jedhee gaafate; innis, โAni
hin beeku. Ani eegduu obboleessa kootii tii?โ jedhee deebise
โก๏ธ kanafuu #jechi Eessa jedhuu
#Amala_Waaqayyo akka taโe ni ibsaa ,
โWaaqayyo Adaami eessa jirta jedhee kani gaafatee iddoo Adaami jiruu walale miti
โWaaqayyo Qaayeelin obboolldessi kee,eessa jira jedhe kani gaafatee iddoo #Abeeli jiruu walale miti.
โฌkunoo ragaa keenya๐
โท=Far.Daawit 139:7
Afuura kee jalaa eessattan
miliquu dandaa?
#Fuula kee duraa hoo eessattan baqachuu dandaa.
โธ=Kitaaba fakkeenya 15:3
#ijji Waaqayyo bakka hundumaa jira Namoota hamoos namoota
gaariis ni ilaala.
โน=Ibroota 4:13
#Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru; kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi #ifatti kan saaxilame dha
โก๏ธ Waaqayyo wanta hundumaa ni arga ,Kiristoos wanta laphee nama keessa jiruu hundumaa ni beeka.
โคด๏ธWaaqayyo yaadaa laphee nama keessa jiruu ni beeka ,isaan gaafachuu hin barbachisu.
โบ=Far.Daawit 139:1-2
Yaa Waaqayyo , ati akka
gaariitti na qorte, na
beektas.Yommuun taauu fi yommuun kau ni beekta #Yaada koo fagoodhaa ni hubatta
โป=Yohaannis 2:25
Kiristoos wanta #nama_keessa jiru waan beekuuf,eenyu illee waaee namaa akka isaaf dhugaa bau isa hin barbaachisu ture.
โก๏ธ Waaqayyo erga wanta #hundumaa_beekee maalif eessaa jirta jedhe gaafata
ree..โ
โDeebii
Keessa namoota(nama) sana , #Qulqulluu fi #jalaa ta'u isaa namoota ifa gochuuf =eessaa jirta, eessaa isaa keessan jedhee.
โผ=Luqaas 16:15
kiristoos akkana isaaniin jedhe #Isin namoota duratti Qulqulloota akka taatan dubbattu, #Waaqayyo garuu #laphee keessan beeka. Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.
โคด๏ธsababa maaliif #Kiristoos eessa isaa keessan Alaazaari jedhee ๐
โก๏ธSababa #Tokkoffaa keessa namoota sana ifaa gochuuf
Malee wanta biraf mitii.
Osoo isaan hin gaafane inni beeka turee.(Yoh 2:25)
โก๏ธ sababa #lamaffaa Kiristoos maalif eessa isa keessan jedhee , #Abbaa isaa wajiin #qixa ta'u ibsuuf ,akkuma bara durii #Adaami essaa jirta jedhee
Qaayeelin obbolleessi kee,eessa jira jedhee
Kiristoos immoo dubbii kan fayyadame jira.๐
โฝ=โก๏ธ Ibroota 1:3
Inni(Kiristoos)ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae แฅแญแฑแ #แจแญแฅแฉ_แแแธแฃแจแ แ_แจแฃแแญแฉ แแณแ แแแฅ แแแ แ แตแแฃแ แแ แฅแจแฐแแแฅ แแขแ แณแฝแแ แ แซแฑ #แซแแป แ แแ แ แฐแแซแต แ แแญแแ แแ แฐแแแ
(แแฅแซแแซแ 1:3))
โ Kiristoos #eenyummaa Waaqayyo ni ibsa wanii taโe eessa isaa gootan jedhee.
Kiristoos addunyaa dura akka turee immoo kunoo๐
โพ=Ibroota 13:8
Iyyasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis isuma sana
โkan jedhuun bara Adaami fi Qaayeeli kan dubbatee Kiristoos jedhuudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Link kan xuqaa ๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=========

๐
ฐ kutaa-91-ffยชยช.
๐ฅฅgaaffii fi deebii
๐ณMusiliimota.
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
โถโฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
โYohaannis 20:17
#Iyyaasuus โAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, โAni gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ jedheen.
โฉKanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ฅ.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,โ
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
โ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
ยซ #Iyyaasuus_Abbaa_qaba ยป jechudha.
๐ Kiristoos #jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedheโ
=deebii isaa ๐
โ,#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
โถโปRaaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((๐ณRaji-milkiyaas 1:6)) dubisi
โsababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
โทโปYohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: โAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
โฉiddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi โ isa isin โ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ป Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii - #Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_๐ฏ.
โ Kiristoos ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ โ
โฉjalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
โธโปYohaannis 6:62
Yoos, #Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baสผuu yoo argitan maal jettu ree?
โนโปYohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
โบโปYohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; โ isin utuu #Waaqni abbaa keessan taสผee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baสผeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
โปโปYohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ #Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaสผee ofii koo yoon dhugaa baสผe illee, dhugaa baสผiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
โผโปYohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
โฝโปYohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: โ#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
โพโปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii_irraa_gadi hin buuneetii.
โฟโปYohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
๐ฅ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
โฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธKani #Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
โAbbaa fi Kiristoos
-๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข.
-๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข
-๐ข๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข.
-๐๐๐๐๐๐ก๐,๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข.
-โ๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข
โตโปYohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โถโปMulโata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, โ #Isa_teessoo irra taaสผe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taสผuโ yommuu jedhan nan dhagaสผe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, โAmeen!โ jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
๐ฅฅ ๐๐๐๐ link waldaa๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)