๐=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โง แจแฅแแ แแ แจแแตแแกแ แต แฐแแต แ แแ แฅแแฐ แฐแจแฐ แแแแ แฅแแแค แซแแแแ แต แแ แญแแ แแณแแฝแ แแฌ แแฐ แฅแ แแญแฆแ แแ
โง Rom 13:11
โง แฎแ 13:11
โฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌ
โฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โงKanaafuu hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee. #Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha
โงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โฆamma dammaqaaโฆ.
โQulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐โ
โWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โ Kanaaf,namni aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu
โBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta #gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
= #Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta
โ sababiin isaas inni #tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta #gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.
โ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain, #qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa
โWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โSeericha keessatti, โHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โNama akka ofii keetti jaalladhuโ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โ Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.
โจ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma #fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.
โจ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee #meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)
โง แแแฑ แ แแแ แ, #แแแ แแญแฆแ แ แฅแแแฒแ แจแจแแแแ แฅแซ แ แแฅแฐแ #แจแฅแญแแแ แแป แฆแญ แฅแแแ แต
(แฎแ 13:12)
โฌโฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌโฌ
=Galani Waaqayyof Haataโu
Ameen.
โงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123

๐
ฐ kutaa-66-ffยชยช โคต๏ธ
๐ณgaaffii fi deebi
๐ฅ Musiliimota
โ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi #dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan #Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
โฉ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ//
โฒDeebi keenyaa.๐
๐ณ Dubbiin kani #lamaan isaaniitti .
๐ฏ ragaa keenya ๐ท
โตโYohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐ amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
โถโMaatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu #dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka #barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
๐ Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
โทโMaatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa #Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
๐Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
โธโMaatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti #dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta #raajichi, โAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaโ jedhee dubbate raawwachuufi
๐ณ kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
โนโFarfannaa 78:1-2
Yaa saba #koo_seera koo
dhaga #Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
๐แแแแญ 78:2
แ แแ #แ แแณแ แฅแจแแณแแ แจแแตแ แแแฎแฅ แซแแแแ แฐแแณแแต แฅแแแซแแแข
โก๏ธ erga xumura raji kana taโe ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taโe ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
๐Kiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
โฌ๏ธ Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu ยซ Ani fi Abbaan wajjin dhufnaยป
โบโฉYohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata, #Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โฉDubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
โปโฉYohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
โก๏ธ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
โผโฉMaatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas #sagaleen tokko, โKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaโ jedhe
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ #Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============