Forwarded from Gutema Gelana
๐นakka Pheexiroos
jedhutt๐
#Gooftaadhaaf jedhaatii #Aangoo namoonni hundeessan hundaaf #bitamaa; inni #iddoo ol aanaa
waan qabuuf #mootiidhaaf bitamaa;
โ #bulchitoonnis warra #dogoggora hojjetan #adabuuf, warra gaarii hojjetan immoo #galateeffachuuf isa biraa
kan ergaman waan taaniif isaaniif bitamaa.
โ #Fedhiin Waaqayyoo,
isin waan gaarii hojjechuudhaan namoota gowwaa wanta faayidaa hin qabne dudubbatan akka cal jechisiistani dha
โ Akka namoota bilisa taaniitti jiraadhaa; taus bilisummaa keessan dogoggora hojjettan
#dhoksuuf utuu hin tain, akka #garboota_Waaqayyootti itti fayyadamaa.
๐ป Namoota akaakuu hundumaa #kabajaa, guutummaa waldaa obbolootaatiif jaalala qabaadhaa, Waaqayyoon sodaadhaa, #mootii_kabajaa.
๐ป #Tajaajiltoonni gooftolii isaanii warra gaarii fi warra tole jedhaniif qofa utuu hin tain, warra gammachiisuun ulfaataa taeefis sodaa isaaniif malu kennuudhaan haa bitaman.
๐ป Sababiin isaas, namni Waaqayyo #duratti qalbii #qulqulluu qabaachuuf
jecha rakkina isa irra gauu fi jalina isa irratti raawwatamu yoo dandae kun gaarii dha.
โ #Cubbuu_hojjettanii yommuu #reebamtan yoo dandeessan kun galata maalii qabaโ Haa
tau malee, wanta gaarii hojjechuu
keessaniin kan kae rakkina isin irra gau yoo dandeessan kun Waaqayyoon kan #gammachiisu dha.
๐ป Dhugaa dubbachuuf isin #jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera.
โ inni cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne. (1Phe 2:13-21)
๐mootii dha bitama jecha jira
Kana caala,anii hooma,itti hin dabaluu
๐ yoo,Ati ajaja kan hin eegnee lololtun mootii yoo,sii,ajjeesee rakkoo mata keetii
๐ปakka #Phaawuloos
jedhutti immoo ๐ป
โ #Garboota nana, akkuma #Kiristoosiif_ajajamtan garaa qulqulluudhaan sodaa fi romaan warra karaa
#foonii_gooftolii keessan taaniif ajajamaa
โ namoota gammachiisuuf
jecha ija namaa ilaallachaa utuu hin tain, akka garboota Kiristoos garaa guutuudhaan fedhii Waaqayyoo raawwachaa jiraniitti isaaniif ajajamaa.
โ Namootaaf utuu
hin tain akkuma waaqayoodhaaf hojjettaniitti ilaalcha gaariidhaan tajaajilaa;
โsababiin isaas garbichis
tae namni bilisa tae, namni hundi wanta gaarii hojjete kamiif iyyuu, Waaqayyo biraa gatii isaa akka argatu beektu
๐น Akkasumas #gooftolii kan taatan, Gooftaan isaaniis tae
kan keessan #samii keessa akka jiruu fi isa biras #looguun akka hin jirre waan beektaniif, #sossodaachisuudhaan utuu hin tain, isinis haaluma
kanaan isaan qabaa
(Efesoon 6:5-9)
โโโโโโโโ
#mooti ykn gooftolii foonii kan jedhaman namoota angoo lafaa kana irratti nama irratti qabaniidha
#isaaniif immoo Waaqayyo angoo akka isaan irratti qabu hubbadha jedha jira Phawuloos
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
Kanaafuu mootummaan biyyaa bulchuu gaarii taโe dhisee, ati yeroo hundumaa hojjii gaarii hojjachuu, nama sii,ajajuu ajajamif
โ namichii du'e yakka yoo, qabatee, ni gafatama
wanii lololtuun isaa ajjeesseef qofaa miti biraas qabachuu danda'a laphee namaa kan beekuu Waaqayyo qofaa wanii taโef, yoo, akka gaarii tti hojjii gaarii hojjatee du'e mootummaa Waaqayyo ni argata
Lololtun caalise nama yoo,ajjeesse yakka Kanaaf ni gafatama
โ " Gafin kee,bareedaa jabadhuu Waaqayyo sii,fana Haataโu
โnamnii yaada fi gaaffii qabdan ๐๐๐
@Gutema123

โNageenyi Waaqayyo
isiniif Haataโu
#Baga_Geessaann๐คฒ
@Ayyaanna||Fannoo
โ 2Qor 12:10๐
Ani #Kiristoosiif
jedhee
=1=dadhabinatti
=2=arrabsootti
=3=rakkinaatti/dhabati
=4=ariatamattii fi
=5=gidiraa/dhiphinati
guddaa nan #gammada
๐ปSababiin isaas
ani yeroon #dadhabu
yeroo sanatti
humna qaba
๐พ แตแ แญแญแตแถแต
=โแ แตแซแ
=โแ แแแแแณแตแ
=โแ แฝแแญแ
=โแ แตแฐแตแ
=โแ แญแแแตแ แฐแต แญแแแ
#แตแฐแญแ แซแ แแ #แแญแแ แแแ
โน=2 แแฎแแถแต 12 :10
โขkanafuu akkamitti
AkkaJirachuu qabnuu
Ni hubbaanna
โ Filp 2:13-15๐
Waaqayyo wanta isa gammachiisuu wajjin
haala wal simuun
#fedha akka qabaattanii fi #hojiidhaaf akka kakaataniif humna isiniif kenna
Waani #hundumaa
gungummii fi falmii
malee hojjedhaa
kunis #dhaloota jalaa fi #micciiramaa kana
keessatti ijoollee
Waaqayyoo warra
mudaa hin qabnee fi Qulqulloota akka taataniifi
isaan gidduuttis
#addunyaa keessatti
akka #ibsitoota ifaa
ni ibsitu
โผโgorsi Phaawuloos
Kuni immoo lafee Nama
Jajjabeeessa........
โFilp 3:7_8๐
#wantoota anaaf buaa
qaban #Kiristoosiif jedhee
akka kasaaraatti lakkaaeera
Kana malees, waaee
#beekumsa Kiristoos
Iyyaasuus Gooftaa koo isa hunda caalaa #gatii guddaa qabuuf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaa
Ani isaaf jedhee
wantoota hundumaa
dhabeera wantoota
ani dhabe kanas
akka kosiitti nan
ilaala; kana kanan
godhus Kiristoosiin
argachuuf jedheeni
โjireenya kan argachuuf
Waaqayyo laphee Qulqulluu
Nuuf haa,keennuu
โNamoonni tokko
Tokko jireenya kan
Dhisani gara wantaa
Jalqaba dhisani turanitti
Deebi'ani jireenya lubbuu
Dhabanii jiru.......
โYoh 6:66-69๐
#barattoota isaa keessaa baayeen isaanii wantoota
#dhiisanii turanitti deebian
๐sana boodas isa
duukaa hin buune
Kanaaf #Iyyaasuus warra
Kudha Lamaaniin(12)
isinis deemuu
barbaadduuโ jedhe
Simoon Pheexirosis
akkana jedhee isaaf
deebise Yaa Gooftaa
gara #eenyuu dhaqnaโ
Ati dubbii jireenya bara
baraa qabda
Nuti ati Ilma Waaqayyoo
Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra beekneerras
๐ปqorumsa namoota
Baayee duubati
Deebise kuni akka
Nuu,irra hin geenye
Yeroo hunduma
Dubbi jireenyatti
Cimuu nu barbaachisaa
โKanaafuu jabadha
Waaqayyo isin fanna
Haataโu
โ 1 Qor 16:13-14๐
Dammaqaa jiraadhaa, #amantiitti cimaa
dhaabadhaa
Wanta hojjettan hunda #jaalalaan hojjedhaa
๐นHordoftoota channeel
Goonfoo Qulqulloota
=yaada bagaa geesse
Ibsachuu yoo,barbadan
=link lamaan kan
Fayyadama
โน1 = @Gutema123
โน2 = @leave_a_Comment
Kan jedhu bareeffama
Kan jalatti ni argatu isa
irratti Ni dandeessu
โAyyaanna_gaarii
Isinif || Haataโu
===||=====||====