π»Raahel ijoollee ishiitiif
ni boosse :
β α«αα α΅α ααα½α α ααα°α½
---Maatewoos 2:18
----αα΄αα΅ 2:18
====:===:===
βGondansa Dubaroo
Maariyaami #Raaji_Ermiyaas
α’kan dubbatee akka
#xumuramuuf
#Kuta_2_ffaa
β Ermiyaas jechuu
Ifa Waaqayyo bira Dhufe
Jechudha
πAbbaan isa kilqiiyaa
πiddoo dhaloota isa Anaatota
βWaaggaa 40 guutuu raji
Kan dubbate yoo,ta'u
βkunis dhaloota Kiristoos
Dura waggaa 626 tti
βErmiyaas kitaabaa
#5 barreesseera
1=kitaaba jalqabaa
Isaa boqonnaa 52 qaba
maqaa isaa raji #Ermiyaas
Jedhama
2=kitaaba lamaffaa isa
Boqonna 5 qaba
Maqaan isa kitaaba
#Baaroki jedhama
3=kitaaba sadaffaa isa
Boqonna 5 qabda
Maqaa isa kitaaba
#Saqoqaa jedhama
4=kitaaba Afurafan(4)
boqonnaa 6 kan qabuu
Yoo,taβu kitaaba saqoqaa
Kanatii ane,jiru, boqonnaa
Ja'a irra,eeggala
maqaan isaa #Tarafa
Ermiyaas
Jedhama
5=kitaaba shanaffaa
Boqonna 5 qaba
Maqaa isaa #Tarafa_Baaroki
Jedhama.
===:===:==
gara #mataa duree
Keenya yoo,deebinuu
βWalumaagalatti
Jechi akkana jedhaπ
βAchiis #Heroodis
namoonni #urjii lakkaaan
sun akka isa #gowwoomsan yommuu hubatetti baayee
aare
kanaaf, yeroo namoota
urjii lakkaaan sana irraa
sirriitti mirkaneeffatetti fayyadamee, namoota erguudhaan #ijoollee_dhiiraa
umuriin isaanii waggaa
lamaa fi isaa gadi tae Beetaliheemii fi kutale ishii keessa jiraatan hunda
Ni ajjeesise
Yeroo kanatti wanti karaa #Ermiyaas raajichaa akkana
jedhamee dubbatame ni #raawwatame
#Sagaleen booichaa fi wayyoo guddaan tokko magaalaa #Raamaa keessaa ni dhagaame
#Raahel ijoollee ishiitiif ni boosse; isaan waan dhumaniifis jajjabaachuu hin dandeenye
=matewoos 2:16-18
=Raji-Ermiyaas 31:15
β’jalqabaa dura Raaheli
Yero jennuu Raajeli
Eessa dhuftee boose.β
πIjooleen Raaheli Eenyu
fa'a Turanβ
πIjoolee Raahel kan
ajjeesee Eenyuβ
πRaaheli bara mooti
Herodis jirti moo,hin
Jirtuβ
πmagaalaa Raama
Yero jennuu,Raaman
Qofati maalif dhahame
Sagaleen Raaheli
πMaali Raama eessa jirtiβ
π dubaroo Maariyaami
Fi Raaheeli wanti walii
Fakkeessuu Maalidhaβ
β¨οΈyaadoota kan Deebi
isaa yoo, ibsamuu
Akkana Ture.
β#Raahel kan jedhamtee
intala laaba yookiin haadha
Mana Yaaqoobi
=ser.Uum 29:6
βYaaqoobi ijoollee 13 qaba
Ijoolee 13 keessa 12 dhira
Isheen 1 immoo dubartii dha
βYaaqoobi ijoollee 13 kani
Argate hadhaa 4 qaba
βhaadha manaa
Yaaqoobi 4 keessa
Tokko Raaheli jedhamiti
βRaheel immoo Yaaqoobiifi
Ijoolee lama deessee
1=Yooseef
2=biiniyaami
=ser.Uum 35:24//46:19
βHaataβu malee
Raahel kan boqatte ilma
Biiniyaami jedhamu yeruma.deessu,sana,Ture
βRaahel ijoollee isheetti
Bosee kan jedhamuu Tokko
Isaa kan Ture:
=ser.Uum 35:16-18
βHaataβu malee Raahel
Osuma deemtu akka
#Karaa irratti boqote
Gadan boqotte jirti
βijoollee Ishe ammalee
Rakkoo yeroo addaan addaan
Akkuma dhuma turan
Ni beekama Ture....
Haaluma kana dhaloota
Gara dhalootan hanga
Yeroo Kiristoos dhaltuu
Ijooleen Ishe eeggani jiru
Raahel bara mooti
Herodis foonii jirachuu
Osoo hin tanee Affuura
Isheen jirti....
Ijoolee Herodis ajjeesse
Sanyi ijoollee Addaami
Ykn sanyii Yaaqoobi
Ajjeessaan Waani taβef
πΉmaatewos Waa'ee
Raahel fi Goondasa
Dubaroo Maariyaami
Akkamiti walitti fidee kan
Jedhuu irratti.
Wali fakkeenya tokko
Qabu....
=ser.Uum 35:16-17
Isaan #Bet'elii ka'anii in adeeman; biyya #Efraataa ga'uudhaaf amma illee waa hafe utuu jiruu, #Raahel #da'uudhaaf in #ciniinsifatte, ciniinsuun ishees jabaa ture. Utuu isheen da'uudhaaf ciniinsuu jabaa sana keessa jirtuu, deessiftuun ishee, βAmmas immoo #ilma dabalachuuf waan jirtuuf hin sodaatin!β ittiin jette
βkana Raahel Kana fakkata
βkan #Maariyaami
immoo ilaalaπ
βMulβata Yohaannis 12:1-2
Wanti guddaan dinqisiisaan tokko, waaqa keessatti in argame
#dubartiin biiftuu uffattee, ji'a miilla jala kaa'attee, gonfoo urjoota kudha lamaa mataa ishee irraa qabdu tokko in mul'atte
#Isheen #ulfa turte #ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in #iyyite
β’Raahel ilma
Dhira deessee

π
° kutaa-11-ffaa
βGaaffii fi Deebii Islaama
ππππππ ππ¨πππ£π Β« Kitaabni Maarqoos fi ergaa Yohaannis wali faalleessa jedhu
π₯ ragaa isaanii.
ββ»Maarqoos irratti yaa Qulqulluu Waaqayyo jedhani ragaa ba'u
Maarqoos 1:24
akkana jedhe; βYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha_Waaqaa!β
β erga Yohaannis irratti immoo #Iyyaasus kiristoos foonii akka dhufe ragaa ba'uβ:β ^β )
1 Yohaannis 4:2
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka #Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baΚΌu hundi kan Waaqaa ti;
β¬β¬β¬β¬β¬
πΉDeebii keenya hundinuu sirriidha kana jedhuu ta'a
β»jalqaba dura Seexanni ykn hafuura xuraawaan suni Ati Qulqullicha Waaqayyo kani jedhe eenyun jedheeβ
β»Iyyaasuusin jedhee =ok.
β»jalqaba sagalee turee(sagaleen immoo Waaqayyo turee) sagalee sanu foonii nama uffaate.=ok.
β»Yeroo kanatti maqaa Iyyaasuus jedhamu argamee.
ββ»Maarqoos 1:23-24
Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan #hafuura xuraaΚΌaan qabame tokko iyyee akkana jedhe; βYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu #balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha Waaqaa!
ββ»Yohannis 1:1
Jalqabatti #sagalee ture; sagaleen Waaqa wajjin ture; sagalee sunis #Waaqa ture.
ββ»Maatewos 1:21
#Isheen ilma deessi; atis #maqaa isaa #Yesuus jettee ni moggaafta; inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisaatii.
ββ»Roome 8:3
Waan seerri sababii fooniitiin dadhabsiifameef hojjechuu hin dandaΚΌin, Waaqni #Ilma ofii isaa #bifa_foon cubbamaatiin aarsaa cubbuu akka taΚΌuuf erguun hojjeteeraatii. Kanaanis inni fooniin cubbuutti mure.
π gara Yohaannis koota immoo yeroo tokkoo.
ββ»1 Yohaannis 4:1-2
Yaa michoota, #hafuuronni kan Waaqaa taΚΌuu fi taΚΌuu baachuu isaanii ilaaluuf qoradhaa malee hafuurota hunda hin amaninaa; #raajonni sobduun hedduun addunyaa seenaniiru
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: #Hafuurri akka #Yesuus_Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baΚΌu hundi kan Waaqaa ti;
ββ»Yohaannis 6:68-69
Simoon #Phexrosis akkana jedhee deebise; βYaa #Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati #dubbii jireenya bara baraa qabdaa. Nu akka ati #Qulqullicha Waaqaa taate #amanneerra; beekneerras.β
β¬β¬β¬β¬
ββ»Maarqoos 1:25
#Yesuus immoo, #CalΚΌisii isa keessaa baΚΌi!β jedhee ifate.
Kiristoos maalif calisi keesa bai jedhan β, sababa Seexanni hooji gaarii wani hin qabneef fi maqaa Kiristoos na fayyisee jedhe osoo hin tanee calisee iyyee
ββ»seera.Bau 20:7
#Maqaa Waaqayyo Waaqa keetii akkasumaan hin #dhaΚΌin; Waaqayyo warra #akkuma argan maqaa isaa dhaΚΌan utuu hin adabin hin dhiisuutii.
ββ»Yaaqoob 2:18-19
Namni tokko garuu, βAti #amantii qabda; ani immoo #hojii qabaβ jedha.
Ati amantii kee hojii malee na argisiisi; anis hojii kootiin amantii koo sin argisiisa. Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni_hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.
ββ»Luqaas 6:46
Isin waan ani jedhu hin hojjettan; yoos maaliif, βYaa #Gooftaa, yaa Gooftaaβ naan jettu?
β«β»Maatewos 7:21
Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa #raawwatu malee namni, βYaa #Gooftaa, yaa Gooftaaβ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§πππ©π.
β»Kan Maarqoos irraa jiru illee Seexanaani Kiristoosif ragaa baβe kunis Kiristoos Gooftaa hunda ta'u ibsuf malee ragaa Seexanaa barbachisaa taβe miti.
(Uumamni hundi waee Waaqayyo beekuu ibsuuf)
β¬β»Hoji duka bu'ota 10:36
Isin ergaa Waaqni karaa Yesuus Kiristoosiin nagaa labsuudhaan saba IsraaΚΌelitti erge sana beektu; #Yesuus Kiristoos kun #Gooftaa_waan #hundaa ti.π
β»kan Yohaannis irraa jiru raajoota sobduu irraa ofii eega jedha raajonni sobduun immoo humna Seexanaa fi kayyoo dhunfaa isaanii fayyadamni nama wani dogoggorisaanif.
^β _gara telegrama_β ^ββ β
ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)