πΉπππππππππΉ
Iyyaasuus akkana ishiidhaan jedhe: β #Du'aa ka'uu fi #jireenyi
Ana. Namni anatti amanu
yoo #due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu #hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa
reeβ
Ishiinis, βEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate
nan amanaβ jetteen.
βLuqaas 24:5
Dubartoonni sun sodaatanii utuma lafa ilaalaa jiranii
#namoonni sun akkana isaaniin jedhan: β #Isa_jiraataa ta'e maaliif warra du'an keessa barbaadduβ
βMaatewoos 16:16
#Simoon Pheexiros, βAti Kiristoos, Ilma Waaqayyo isa #jiraataa tiβ jedhee deebiseef.
β Kiristoos Ani waaqa Abrahaami, Jedhe ofi
ibse jira.
β #Ergamoonni Qulqulluun
Kiristoos jirata ta'u ibsanii jiruu
β #duukaa bu'oonni Kiristoos
Jirata ta'u isa ragaa bahanii jiru
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉLink kan xuqaaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//====//====