โผ๏ธYaa ilma namaa
#Lafeen kun jireenya qabaachuu in danda'aa
ree?โ naan jedhe
ani immoo, โYaa
Waaqayyo Gooftaa
kana si qofatu
beeka na jedhe
โ แจแฐแ แแ แแญ แฅแแแ
แ แฅแแถแฝ แ แแญแแต แญแแซแแ?
แ แแ แฅแแ แแแ แคแ
แฅแแแ แฅแแญ แแญแฅ แ แแฐ
แณแแแแ แก แ แแ
=โฆRaaji_Hisqi'el 37:3
=แแแ แคแ 37:3
======+===+====
akkuma beekamu
Waaqayyo Muse iddoo boqonnaa isaatti isaa
fidee, kan Raajiin Hisqi'el
dursee dubbateera
Lafee namoota hedduu Waaqayyo akka lubbuu
itti godhee jirtan ni argatuu
โฆkan qofaa osoo
hin tanee Gooftaan
keenya iddoo #Golgootaa jedhamtutti yeroo
fannifamee namoota
du'oota bolla awwaala
keessan isaan kasee beekamadha
โโผ๏ธ#Awwaalonni ni
banaman,reeffota
qulqulloota #duaan
boqotan keessaa
hedduunis gadi
baan
Kiristoos erga duaa
kaee booda, namoonni
#awwaala gidduudhaa
baan sun gara magaalaa #qulqulluutti galan
namoota hedduuttis
ni mulatan.
๐Mat 27:52-53
๐ป #แแแฅแฎแฝแ แฐแจแแฑ
แฐแแฐแ แจแแ แฉแตแ #แจแ แฑแณแ
แฅแ แฅแแแฝ แฐแแก
๐ แจแตแแฃแคแแ แ แแ
#แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ
แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ
แแกแ แแฅแแแฝ แณแฉ
=แแดแแต 27:52-53
โKanaafuu Kiristoos
Musee du'a yoo,kaasee
isuma kan
โKiristoos jalqabaa duraa namoota guyyaa muraasa
bolla awwaala keessa turan kasee jira
โguyyaa kan immoo
du'oota yeroo dheeraa
turee kasuu isaa
โจ๏ธakkuma inni dubbate
๐ #Dhuguma dhuguman
isiniin jedha, saaatiin
warri #duan sagalee
Ilma Waaqayyoo itti
dhagaan ni dhufa
saaatiin sunis amma dha
warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu.
=Yoh 5:25
โ แฅแแแต แฅแแแต แฅแแฝแแแ
#แแณแ แจแฅแแแ แฅแแญแ #แแ
แตแแ แจแแฐแแ แต แฐแแต
แญแแฃแ แฅแญแฑแ แ แแ แแ แจแแฐแแตแ แ แแญแแต
แญแแซแ
=แฎแแแต 5 :25
๐ป sababi Kiristoos Muse du'a itti kasee kan biraa isaa
๐ Guyyuma sana
#Saduuqonni warri duaa
kauun hin jiru jedhan,
gara isaa dhufanii akkana jedhanii isa gaafatan
โBarsiisaa, #Museen
โNamni tokko utuu
dhala hin godhatin
yoo due, obboleessi isaa
haadha manaa namicha
due sanaa fuudhee
sanyii obboleessa isaa
bakka haa buusuโ jedhee ture.
Obbolaan 7 nuu wajjin
jiraatu turan Inni jalqabaa
niitii fuudhee utuu
dhala hin godhatin waan
dueef, obboleessi isaa dubartittii fuudhe Inni lammaffaan, inni
sadaffaan, hamma isa torbaffaatti ishii fuudhanii
utuu dhala hin godhatin
duan Hunduma isaanii
boodas dubartittiin ni
duute Kanaaf, hundi
isaanii ishii fuudhanii
waan turaniif, yeroo duaa kauutti torban isaanii
keessaa haadha manaa
isa kamii taati?โ
๐Kiristoos deebisee
akkana isaaniin jedhe
โIsin Kitaabota Qulqulluus
tae humna Waaqayyoo
waan hin beekneef ni dogoggortu sababiin
isaas, yeroo duaa kauutti
dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman kanaa mannaa akka
#maleekota samii irraa tau
๐ Duaa kauu warra
duanii ilaalchisee garuu
wanta Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee?
๐ Inni, โAni Waaqa
Abrahaam, Waaqa
Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobiโ jedheera
Inni Waaqa warra
jiranii ti malee Waaqa
warra duanii miti
=Mat 22:23-32
"kanafi innii ragaa kana akka ba'uf Muse wamee jira
Akkasumas Kiristoos jirta ta'u isaa ibsuuf ture
โ=ragaa dabalataa kan dubbisa
โYoh 10:18
โ1Qor 15:35
โ1Qor 15:52
โRome 5:14
โseera.Bau 3:6
โMat 13:43
=Tulluu Tabor irratti
Muuseen gara harka
mirgaanEliyaas gara
harka bitaan dhabatanii
=duuka bu'ooni gara
fulaa duraan turan
โxumuree jira
Galata Waaqayyo
Haataโu ameen
โyaada yoo qabtan๐
@Gutema123
โkan walda seenu yoo,barbadan immoo
Kan xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐น๐น๐น๐น๐น๐๐๐๐๐
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โ kuta.8ffยชยช
=======
โข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐นYoh 4:34-๐
๐ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แขแจแฑแตแ แฅแแฒแ แ แแธแ
แจแฅแแต แแฅแ #แจแแจแแ
แแแต แ แฐแญแ แแแต
แฅแซแแแ แฅแแฝแ แแแต แแ
โแฎแแแต 4 :34
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Deebi isaa....โ
Yoh 4:31-38๐
๐พYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โRabbii
#nyaadhu maleeโ jedhanii
isa kadhatu turan
Haatau malee inni, โAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ isaaniin jedhe.
Kanaaf, barattoonni isaa โNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.
Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu
inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;
jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โInni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ jedhudhugaa dha
Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ mateewos 9:37-38๐
โ Achiis #barattoota isaatiin, โDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ jedhe
โluq 10:1-3๐
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge
Achiis akkana isaaniin jedhe: โ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata
Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha
Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โข Efesoon 2:19-22๐
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira
Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu
โข 1Qor 9:16๐
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!
โข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.
Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista
โ Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina
anaaf kenn i
๐นYoh 5:17๐
Kiristoos akkasi jedhen โAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ
jedhee isaaniifdeebise
โser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan; namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.
Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โEessa jirta?โ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;

๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Ani saboota #hundumaa
nan #sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ jedha #Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.
#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa #samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ
#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโjedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โali tokko dabaleeโ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu, #Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu
keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya #ibidda gubee balleessu dha.
๐น inni bira sababa lafti sochoโaatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni #kirkire.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ
=Deebi
โDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.
โYohaannis 5:28
Kana hin #dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;
โโinni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira #qaamni isaani Hundi #biyyee taโe jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)
โFar 104:29
Yommuu #fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu. #lubbuu isaanii
yoo fudhatte, #du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ
=deebi
Erga #awwaala keessa bahanii
Gara #IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee #Kiristoos
Dubbacha turanii'
โmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara #magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan #argan.
โjechi #namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แแดแแต 27:53
#แจแตแแฃแคแแ แ แแ แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ #แแกแ #แแฅแแแฝ_แณแฉ.
๐ #Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko #du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu #wajjin jiru.
โkanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma #Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma #Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====

๐น๐kutaa_15ffยชยชโโ๐บ
๐ฃ Gaafi fi Deebi
โโ Musilimootaโโ
โ Yohaannis 6:38๐
#Ani samii irraa kanan
dhufe, #fedhii isa na erge
sanaa #raawwachuuf
malee, fedhii #ofii _koo raawwachuuf miti
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ Muslimooni akkasii
jedhanii, #Kiristoos_Ergamadha.
Osoo #Waaqayyo taโe jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....โ
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ผ=Deebi.......๐๐
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
๐ พ ๐Yoh 6:38๐Yoh 3:13๐๐ พ
๐นAbbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.
๐น Kiristoos Ani #fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa
๐ ฐ osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu taโe, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.
๐นKitaabni #Qulqulluun
akkasii Jedha,"
โYohaannis 8:39๐
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.
๐น akkuma #namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.
๐ พ Haaluma #walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba
โYohaannis 5:19๐
๐น#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: #Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge #qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas #waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
โYohaannis 6:38๐
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu
โ Yohaannis 6:40
Amma garuu #ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โYohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โ #Ani nyaata jireenyaa ti. ๐Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.
Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.
Warri #Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
๐ Kiristoos Waaqayyo
Wani taโefi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa
๐ osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,โ
๐ Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
๐คmee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,๐ค
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โYohaannis 16:15๐ค
Wanti Abbaan qabu #hundi
kan koo ti. #inni wanta kan
koo ta'e irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โYohaannis 6:27-29๐
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.โ
isaanis, โ #Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna reeโโ jedhaniin
Iyyaasuus โHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dhaโ jedhee
isaaniif deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa
hordofaa...๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ข๐ผโซ๏ธ๐ผ๐ค๐ผ๐ค๐ผ๐๐ผ๐ด

๐น๐kutaa-31 ffยชยช๐๐
โง Gaaffii fi Deebi
โMusiliimota๐
โYohaannis 9:3
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee deebise: โ #Hojiin_Waaqayyoo isa irratti akka mulatuuf kun ta'e malee, namichi kunis tae warri(maatiin) isaa cubbuu hin hojjenne.
-------------------------
๐โงGaaffii isaanii Kiristoos #hojii_Waaqayyo irratti yaa,mulatu jedhee malee #hojiin_kiyyaa irratti haa, mulatu hin jennee
#kanafuu ija namicha kani fayyee humna Kiristoosiin mitii
jedhu..โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โงDeebi keenya
โlakki ija namicha kani fayyise Abbaa qofa mitii
Kiristoos illee fayyisee jira
kan jedhuu ta'a. yeroo kamiyyuu wanta Abbaan hojjatu Kiristoos illee ni hojjata.
โต=โYohaannis 5:19
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise #Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #Ilmi(Kiristoos) #waanuma Abbaan isaa #yeroo_hojjetu arge qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu hin dandau.
#Sababiin isaas waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma #wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.
๐kanafuu hojjin Abbaa ni mulataa yoo, taโe kan ilma ni mulata jechudha.
kanafuu hojiin Waaqayyo irraatti yaa,mulatu,jechuun
hojjin ilma illee irratti yaa,mulโatu jechudha.
โถ=โYohaannis 16:15
#Wanti_Abbaan qabu hundi kan koo ti. Inni wanta kan koo tae #irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi
โง #แแ แฅ แซแแ แแ แจแฅแ แแ แตแแแ แก แแฅแ แซแแ #แแตแถ แญแแแซแฝแแแก แ แแ
(แฎแแแต 16:15)
=================
๐fakkeenya tokkoo
ilaala๐
#Pheexiroos namicha tokkoo ni fayyisee maqaa Kiristoos qofaa fayyadame.
kanafuu humnaa eenyutin fayyee
namichi kuni...โ
โท=HDB 3:6
#Pheexiros garuu, โAni
meetii fi warqii hin qabu; wanta ani qabu garuu siif nan kenna. #Maqaa
Iyyaasus Kiristoos nama Naazireetiitiin kaiitii deemi!โ jedhe.
โธ=HDB 3:12
Pheexiros yommuu kana argu,namoota sanaan akkana jedhe: โYaa namoota Israaeli akka waan nuti #humna keenyaan yookiin namoota
Waaqayyoof bulan tauu keenyaan namichi kun akka adeemu goonetti
maaliif dinqisiifattu? Maaliifis fajajjanii
nu ilaaltuโ
๐โงakka dubbii kanatti namichi kuni humna Kiristoosiin akka fayyee ni ibsaa, Pheexiroos fi Yohaannis maqaa Kiristoos ni Fayyisaan.
๐นโง #Kiristoos garuu maqaa eenyu waamee namicha ija isa jaamaa taโe sana fayyisee
ree...โ
โง=lakki Kiristoos humna isaan fayyisee malee wanta biraa mitii, ergaa humna isaan fayyisee immoo Kiristoos Waaqayyo dha jechudha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Dubbi kitaaba namoota kana illachise akkasi jedha (#Musiliimota)
fi #shakitota hundumaa dabalatee
โถ=Roome 3:13
Laagaan isaanii #awwaala banamaa dha; arraba isaaniitiinis gowwoomsaniiru.โ
โ #Summiin bofaa afaan isaanii keessa jira.โ
แแฎแฎแ แธแ แฅแแฐ แฐแจแแฐ #แแแฅแญ แแแฅ แ แแแณแธแแ แธแแแแแแค แจแฅแฃแฅ #แแญแ แจแจแแแฎแปแธแ แ แณแฝ แ แ
(แฎแ 3:13).
โ=Roome 11:8
Waaqayyo #ija arguu hin dandeenyee fi #gurra dhagauu hin dandeenye isaaniif kennee hanga #guyyaa haraatti hirriba hafuuraa cimaa isaanitti buuseโ jedhamee barreeffametti dha.(Raji isayaas 29:10)
#แแญแแปแธแ แฅแแณแซแฉ #แแฎแปแธแแ แฅแแณแญแฐแ แฅแแแ แฅแแญ #แจแฅแแ แแ แแแแตแ แฅแตแจ แแฌ แตแจแต แฐแฃแธแแก แฐแฅแ แฐแฝแแ แ
(แฎแ 11:8)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqa
hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====

๐นkutaa_ยณโถ ffยชยช๐ทdubbisa
๐ ฑGaafi fi Deebi.
โฉMusiliimota๐ผ
โYohaannis 10:28๐
Ani #jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
๐ "Kiristoos jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...โisaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.โ ๏ธ
๐ ฑ Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf #jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa #argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
โkanafuu akka yaada isaanitti jireenya jechuun kan turee jedhu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya๐
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu jireenya bara baraa fida
โก๏ธ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... ๐
โiddoo kana irraatti Kiristoos #dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka taโe hooma hin ibsu.
๐ yaadaa Bira immoo namni jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.
โต=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
โ=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
โท=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
โธ=Affuuri Qulqulluun jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค ยซ amma gara deebii keenyatti kootaโง Kiristoos jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. โ๏ธยป
๐ พ Ragaa Kitaabaโ๏ธ
โถ=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae #jireenya
ture; jireenyi immoo #ifa namootaa ture.
โท=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti #bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf
โธ=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee #jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef jireenya ni kenna.
โน=Yohaannis 5:29
warri wanta #gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
โ=Yohaannis 5:39-40
โIsin Kitaabota Qulqulluudhaan #jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin jireenya #argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โป=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa #nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.โ
โผ=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ #Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.
โฝ=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti #duaa isa nan kaasa.โ
โพ=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: โ#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin #jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti #duaa
isa nan kaasa;
โฟ=Yohaannis 7:38
Akkuma #Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: โLagni #bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.โ
โซ=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif #barreessu, isin warri #maqaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++๐๐