βΌοΈFiroottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
β¨οΈ α¨αααα½ ααα α αα α΅α α¨α°α α« α¨αα
β=Luq 1:61
β=ααα΅ 1:61
β¬β¬β¬β¬ββ¬β¬β¬β¬
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen
π» dhaloota isaa
akkana tureπ»
πΌ #Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan #maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan
π» #Haati isaa garuu deebistee, βHin tau! Yohaannis jedhamuu qabaβ jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beekuβ jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan
π» innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa #Yohaannisiβ jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate
π» #Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi, #Mucaan kun
maali taa laata?β jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas #Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture
π» Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa #Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1βyaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif #xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2β inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa #fayyinaa nuu kaaseera
3β kunis akkuma #afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha
4β #Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5βAkkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti #gara_laafina nutti argisiisa
6β kakuu isaa isa #Qulqulluus ni yaadata
7β Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya #Abrahaamiif kakate dha
8β akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9β sodaa malee #tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna
10β kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya #hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11β Ati garuu yaa mucaa
nana, #daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12β sabni isaa dhiifamni #cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13βKunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis #ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14β inni warra #dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15β Mucaan sunis ni guddate, #Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
β¬β¬β¬β¬ββ¬β¬β¬β¬
Galani Waaqayyof Haataβu
Ameen

π»Namicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
β αα΄αα΅ α¨αα£α α αα΅ α°α
α α¨α α°α¨α°ααα‘ α αα
α°αα₯αΆα α°α¨α°αα
+αα΄αα΅ 9:9
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βOnkoloolessa=12
#Bagaa-Geessan
β’Ayyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
β’Ayyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoosπ€²
=====||======
β’Maatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
β’Duuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
β’wangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
β’wangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
β’Iddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
β’Onkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
β’maqaan matewoos inni
Bira #Leewii jedhama...
β Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
β’hojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
β’Abbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
πΌπΌπΌπΌπΌπΌ πΌ πΌ
π»Seena Maatewoosπ»
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ πΌ
=1β Maatewoos 9:9-13π
π»Gooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis
βDuuka buutuu koo
tai!β jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue
βBoodas, #mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban
β #Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
βBarsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?β jedhan
β Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: βNamoota #dhukkubsataniif
malee, namoota #fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu
βKanaaf dhaqaa, βAni aarsaa utuu hin tain gara #laafina nan barbaadaβ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa
βSababiin isaas ani
namoota #Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=2.β Maarqoos 2:13-17π
πGooftan keenya Kiristoos ammas gara #qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe
βUtuu darbaa jiruus #Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,
#Duuka buutuu koo taiβ jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue
β’Sana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan
βsababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan
β Haatau malee, #barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
βInni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?β jechuu
jalqaban
β’Gooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe #Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe
=3.βLuqaas 5:27-32π
π Kana booda achii baee
utuu deemuu #namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, βDuuka buutuu koo taiβ jedheen
πinnis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe
β Achiis Leewwiin mana isaatti #afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse
namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan
Yeroo kanatti #Fariisonnii
fi #barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?β jedhanii barattoota isaatti #gungumuu jalqaban
βGooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise #Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu
βAni namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
β¬β¬β¬β¬||β¬β¬β¬
πΉ= #Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhanβ
2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheesseeβ