βπYohaannis 12:48-49
Nama Ana #tuffatuu fi dubbii koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa. Sababiin isaas, wanta Ani jedhuu fi wanta Ani dubbadhu #Abbaa isa Ana erge sanatu na #ajaje malee, ani ofii kootiin kakaΚΌee hin dubbanne.
E))β©Sababa shanaffaa(-5ffaa)
gadi ofii qabuu isaa, ibsuuf
βπYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: βAni yoon #ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin Waaqa keenya jettan sana dha.
πyeroo inni dubbii kuni kani Abbaati jechuu ofi gadi qabe,
Abbaan immoo ilmaf ulfina keenna.
β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»
π Ύ π€ππππ πππππ¦π βππππππ’π’ π¦ππ,πππππππ ππππ π₯π’ππππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ||βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ