Forwarded from Gutema Gelana
βΌοΈπ»βΌοΈ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti
1πMat 24:30
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1β jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira
2β saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira
2π luq 24:39-40
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πAna mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.β Utuma kana dubbachaa
jiruus, #harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.
πUUmmama hafuuraa jechuun #eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu βοΈ
ππππππππππ
3πYoh 1:1--1
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
4πYoh 1:14
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture
5π Yoh 6:53-54
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πKanaaf #Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: βDhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
πΌ Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi #jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan #kaasa
β¨οΈ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
β¨οΈ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,#Waaqayyo jecha jira
6πRom 1:2-3
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π» misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa #raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.
β§ Kunis waaee #ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha
π§¨,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma
7π Rom 9:5
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
𧨠Abbootiin kan isaanii turan, #Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
β€Abbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira
8π1 Qor 15:45-47
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΌοΈKanaaf, β #Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeβ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
πHaa tau malee, #qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa #lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
π addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha
πΉsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
π ππ jalate dhiistee
π ππ Kiristoos Waaqa

π£ Baga Geesaan (27)
βMulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa, #ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa DandaΚΌu dhaβ jedha Waaqayyo
βYohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baΚΌe.
βYohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, β #Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaΚΌi. Amani malee amantii hin dhabinβ jedhe.
Toomaas immoo, #Gooftaa koo! #Waaqa koo!β jedheen.
βRaaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan #Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booΚΌuutti ni booΚΌuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayΚΌisee gadduuttis ni gadduuf.
βMaatewos 24:30-31
Ergasii #mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulΚΌata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booΚΌu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.
π¬οΈAyyaanna gaari isinif haatau