π» #nagaa uumee wantoota
lafa irra jiranis tae
wantoota #samii
keessa jiran kaan
#hunda ofitti araarse
β α α₯αα±α α α©α #α αα΅αα
#α°α α°αα α α΅αα α αα΅α
ααα #α α°αα«α΅ α«αα΅α #αα αα«α± α₯αα²α«α΅α³αα αα αΆα αα
=ααα΅αα΅1:20
βAkkuma Daawiti
Jedhe Waaqayyo
Lafa walii qixee irratti
Qoricha rawwatee jedhee
Haala kan turee.
βnamni firii bilqituu
Irra akka soorata argatu
Namni kamiyyuu fannoo
Kiristoos irra nageenya
Argaata.
βkanaafu bilqitoonni maalif
Bita mirga baala baasuu jennee
Gaafi itti finna nuuti jalqabaa dura
=fakkeenya isaa maali
Jechuu dha jenneβΌοΈ
βkitanni Qulqulluun yeroo
Baaye fakkeenya ni barsisa
=fakkeenya tokko
Kitabaa Qulqulluu keesaa
Qabeenyi nama marga yookiin
Bilqituun ni fakkeeffama
=Yaaqoob 1:9-11π
Haa tau malee obboleessi hiyyeessi oli qabamuu isaatti haa gammadu
akkasumas, inni #sooressi akka #daraaraa bakkee waan
darbuuf gad qabamu
isaatti haa gammadu
Sababiin isaas akkuma yommuu #aduun baee hoa isaatiin waxalee #biqiltuu #coolligsu, #abaaboon isaa harcauu fi bareedinni isaa
alaan mulatu badu, namni sooressis
#jireenya isaatiif utuu asii fi achi kaatuu bada
πΉ= #kutaa_2_ffaan
___________

πΉseena kan irraa
Maali hubbatan... β
β Achiis #Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: βNamni #sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.
β Kanaaf, namichi isa waamee, βWanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessiβ jedheen
β Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: βGooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.
βYommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na #simataniif waanan godhu anuu beeka.
βAchiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, βGooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?β jedheen. Namichis deebisee,
#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, β #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessiβ jedheen
βItti aansees isa tokkoon,
βAti hoo hammamtu si irra jira?β jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100β jedhe
Innis, βWaraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessiβ jedheen
β Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu, #ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.
ββAnis isiniin nan jedha, yommuu #qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa
βNamni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta #xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau
β Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?
β Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan, #badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?
#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.β
β Yeroo kanatti #Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban
βKanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
β #isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(βLuqaas 16:1-15)
βααα΅ 16:15
α₯αα²α α α ααΈαα‘
#α«α³α½αα α α°α αα΅ α¨αα³αΈα΅α α₯ααα° αα½α
ααα αα #α₯ααα α₯αα_αα£α½αα α«αααα€ α α°α ααα΅ α¨α¨α α¨ α α₯ααα α₯αα αα΅ #αα΅α°α΅ ααα
ππππππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
ππππππ
βββββββ

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)