🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
Audio
🅰 orthodoksi fi pheenxee.
           🌺Rakkoo pheenxee kana ilaala kuno👇👇👇
⓵➩pheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
⓶➩maqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
⓷➩pheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
⓸➩pheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa

nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
pheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
Audio
🌺 sagalee gara oli dhageeffadhaa

👉 waee #sharia irratti
▲jechi sharia jechu Qur’aanaa fi hadisa keessa jiramoo hin jiru
▬▬▬▬▬▬▬▬
▲ Gutema fi kamil walin dubbatani ilaala.

🌸 namoonni sagalee kana dhageessan murtii sirrii murteessaa.🌸

➡️ wali dubbi baay'ee bareda
Amala gaarii dhaan
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍 #orthodoksi(Gutema)👈
📍#Musiliimaa (kamil)👈
Audio
🌹mormii guddaa
Orthodoksi fi pheenxee
➡️ mata duree Fayyisaan eenyu jedhuu
⬇️ kitaaba keessatti kani hin bareeffamne jira, isaa hoo, ni fudhata,moo hin fudhatu
#Orthodoksi(Gutema )
#pheenxee paasterii (iyuel)
🔺soba pheenxee ilaala kunoo😜😜😜😜😜😜😜
Audio
🅰 falmii Kiristiyaanaa fi Musiliimaa gidduutti ta’e.
#Orthodoksi irra 👉Gutema
#Musilima irra👉Xaaliburidallah
=========*

⤴️ mata duree falmii
👉Yohaannis 8:21 Irratti
Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu fayyisee moomiti kani jedhu irratti
➡️ Guteman Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu, fayyise kani jedhu mirkaneessa 100%
➡️ xaaliburidallah immoo Kiristoos cubbuu irraa hin fayyisne kana jedhuu mirkaneessa 0%
📍murtii isaa namoota sagalee kana dhaganif dhifnee jira.

  -----kutaa-1-ffªª--------
Audio
ortodoksi fi pheenxee
➩ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
➛gara tokko Waaqa
➛gara tokko nama
nutti orthodoksi biratti
🅰Gara tokko waaqa
🅱Gara tokko nama
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
🅾 Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1️⃣ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu 😜

🅰 nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa

1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?”
🌺Raji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)
Audio
🅰 orthodoksi fi pheenxee.
           🌺Rakkoo pheenxee kana ilaala kuno👇👇👇
⓵➩pheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
⓶➩maqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
⓷➩pheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
⓸➩pheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa

nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
pheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
Audio
🅰 orthodoksi fi pheenxee.
= #orthodoksi irraa Gutema Gelana

= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩mata dura waliin dubbii keenya isa kana ture 👇👇
🅾mootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu
Pheenxee #wangeela_guutuu moo
pheenxee makanna iyyasus moo
Pheenxee gosa isa kami
▲Deebi isaa👇
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩maaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deema
Audio
🌺 Mormii Guddaa Tokkoo
=
Orthodoksi fi pheenxee jidduutti ta’e.
🅰
#Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
🅾
#pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩pheenxee kuni
#waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
    🅱
#dogoggora_pheenxee kana ilaala kuno👇👇
⓵➩kanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee
#ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe😁.
⓶➩cuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha😁
⓷➩Kiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha 😁
⓸➩Adaa yihudoota gonkuma hin beekuu.😁
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▲sagalee dhageeffadhaa.
Audio
🅱 ortodoksii fi pheenxee
👉 
#orthodoksi(Gutema)
👉
#pheenxee (Baqala)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1➩dhuguma nama kabajaa fi jalatama obboolleessa keenya Baqala baay'ee jalana.
2➩dhuga jiruu himma malee gonkumaa sobaa hin beekuu
3➩isaa qofa namni samuu fayya, kana dhuga barbaduu.
4➩Baqalan yeroo dhiyoo keessatti gara dhugaa deemuuf kani ofii qopheessedha.
5➩Waaqayyo sii, fana Haata’u.
Dafi gara obboloota Qulqulloota
Orthodoksi tti gali.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬.
2 Qorontos 6:1 -2
Kana malees, isaa wajjin waan hojjennuuf gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fudhattanii
#kaayyoo isaa irraa akka hin #jalʼanne isin gorsina. 

Sababiin isaas inni, “Ani yeroo fudhatama qabutti si dhagaʼeera, guyyaa fayyinaattis si gargaareera” jedha. Kunoo, yeroon
#caalaatti fudhatama qabu amma. Kunoo, #guyyaan #fayyinaa_amma.
2 ቆሮንቶስ 6:1-2
አብረንም እየሠራን የእግዚአብሔርን ጸጋ በከንቱ እንዳትቀበሉ ደግሞ እንለምናለን፤
በተወደደ
#ሰዓት ሰማሁህ፡ በመዳንም ቀን ረዳሁህ፡
ይላልና፤ እነሆ፥
#የተወደደው ሰዓት አሁን ነው፤ እነሆ፥ #የመዳን_ቀን አሁን ነው
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Jabadhuu.
Audio
🌹 Orthodoksi fi Muslimaa
➻mataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa  jedhuu irratti.
➸hoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti
#Kiristiyaanota” jedhaman

🌹Luqaas 11:28
Inni garuu
#Lakki_gammadoon
illee
#namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
❤️kanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.

👉 koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa ta’a fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.

Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha” isaaniin jedhe.
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
1➻
#orthodoksi irraa
     Gutema Gelana
2➻
#Muslimaa irraa
     Abbuu.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼