🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.36K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
✍ Ulfina #Waaqayyo biraa argamu caalaa
ulfina
#namoota biraa
argamu waan jaallataniif ture
=
#ኚእግዚአብሔር ክብር
ይልቅ
#ዹሰውን ክብር ወደዋልና
=Yohaannis 12:43
=ዮሐንስ 12 :43
====//=====
#sirna_qidase guyyaa
Kan =6/1/2014)
◈kitaaba Yohaannis
12:36-50
=Haata’u malee, nuuti
Lakkoofsaa 34 irraa
eeggala,
✍ Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
“Nuti
#Kiristoos bara
baraan akka jiraatu
Seericha irraa
dhageenyeerra

✍Maarree ati akkamitti
Ilmi namaa olii kaafamuu
qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin

✍ Kanaaf
#Iyyaasuus
akkana isaaniin jedhe
“
#Ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira
ni tura
Kanaaf
#dukkanni sun akka
isin hin liqimsine
#yeroo ifa qabdanitti deemaa

#namni dukkana keessa
deemu hundi
#garamitti
akka deemu hin beeku

✍ isin
#ilmaan ifaa
akka taataniif, yeroo ifa
qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.”

#Iyyaasus wantoota kana
erga dubbatee booda achii deeme isaan jalaas ni dhokate.

✍ inni
#dinqii hedduu
isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti hin amanne;

✍kunis kan tae
wanti
#isaayyaas_raajichi
“Yaa Waaqayyo wanta nu
irraa
#dhagaetti kan amane eenyu❓
#irreen Waaqayyo hoo
eenyutti mulifame❓ jedhee dubbate akka
raawwatamuuf ture

✍
#Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee #Isaayyaas
ammas akkana jedheera

✍ “
#isaan_ija isaaniitiin arganii
#garaa isaaniitiin hubatanii,
akka hin deebinee fi
#anis akka
isaan hin
#fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera
#garaa isaaniis #jabeesseera.”

✍
#isaayyaas wantoota kana
kan dubbate
#ulfina isaa waan argeef ture
#waaee isaas dubbateera

✍Taus
#bulchitoota
keessaa illee
hedduun isaanii isatti
amananii turan
haa tau malee
#mana_sagadaa
keessaa akka hin
#ariamneef sababii #Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa
#ifatti hin dubbatan turan

✍ sababiin isaas
#ulfina Waaqayyo biraa argamu
#caalaa, ulfina #namoota
biraa argamu waan
#jaallataniif ture

✍
#Iyyaasuus garuu
sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
“
#Namni anatti amanu
hundi, anatti qofa utuu
hin tain isa na ergettis ni amana;

✍
#namni na argu hundi
isa na erge Sanas ni
#arga

✍
#Namni anatti amanu
hundi
#dukkana keessa
akka hin jiraanneef
#ani ifa taee gara
addunyaa dhufeera

✍ Haa tau malee
namni tokko
#dubbii koo dhagaee yoo eeguu baate
ani isatti hin murteessu
sababiin isaas ani
addunyaa
#fayyisuuf malee addunyaatti murteessuuf
hin dhufne

✍
#Nama ana tuffatuu fi
dubbii koo hin fudhannetti
kan murteessu tokko jira
#Dubbii ani #dubbadhetu #guyyaa dhumaatti isatti murteessa

Sababiin isaas, wanta ani
jedhuu fi wanta ani
dubbadhu Abbaa
isa ana erge sanatu
na ajaje malee
ani ofii kootiin kakaee hin dubbanne

✍
#Ajajni isaas jireenya bara baraa akka tae ani beeka Kanaaf, ani
wantan dubbadhu hunda akkuma Abbaan anatti himettan dubbadha
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=hiikkaa jechoota
Bareeffama kana
Keessatti fayyadamnee
Hundi isaa hiika qaba.
=ijoollee
#Muslimaa
Hundi isaanii jecha
Kitaaba kan irraatti
Ni guufatuu
=akkuma isaayaas jedhee
iji fi lapheen ijoollee
#Musiliimaa hundi duudaa
Ta'e jira.

= mee, ijoolleen ortodoksii
Yeroo tokko Dubbisa
Yeroo biraa bakka Muslimoonni
Itti dogoggora jiran kan ilaala
▬▬▬◈▬▬▬
Nagaan Tura

🌹=channeel kan irratti👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌻Namicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
✍ ማ቎ዎስ ዚሚባል አንድ ሰው
አዹና ተኚተለኝ፡ አለው
ተነሥቶም ተኹተለው
+ማ቎ዎስ 9:9
▬▬▬▬▬▬
❖Onkoloolessa=12

#Bagaa-Geessan
➢Ayyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
➢Ayyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos🀲
=====||======
➢Maatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
➢Duuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
➢wangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
➢wangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
➢Iddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
➢Onkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
➢maqaan matewoos inni
Bira
#Leewii jedhama...
✍ Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
➢hojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
➢Abbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
🌌🌌🌌🌌🌌🌌 🌌 🌌
🌻Seena Maatewoos🌻
🌌🌌🌌🌌🌌🌌🌌 🌌

=1◉ Maatewoos 9:9-13👇

🌻Gooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha
#Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis

✍Duuka buutuu koo
tai!” jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

✍Boodas,
#mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban

✍
#Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
“Barsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jedhan

✍ Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: “Namoota
#dhukkubsataniif
malee, namoota
#fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu

✍Kanaaf dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin tain gara
#laafina nan barbaada’ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa

✍Sababiin isaas ani
namoota
#Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=2.◉ Maarqoos 2:13-17👇

👉Gooftan keenya Kiristoos ammas gara
#qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe

✍Utuu darbaa jiruus
#Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,

#Duuka buutuu koo tai” jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

➢Sana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan

✍sababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan

✍ Haatau malee,
#barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
“Inni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jechuu
jalqaban

➢Gooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe

=3.◉Luqaas 5:27-32👇
👉 Kana booda achii baee
utuu deemuu
#namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, “Duuka buutuu koo tai” jedheen

👉innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe

✍ Achiis Leewwiin
mana isaatti #afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse

namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan

Yeroo kanatti
#Fariisonnii
fi
#barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?” jedhanii barattoota isaatti
#gungumuu jalqaban

✍Gooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu

✍Ani namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
▬▬▬▬||▬▬▬

🌹=
#Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhan❓

2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos
mana isatti
Qopheessee❓
🌹🌹🌹🌹🌹🍃🍃🍃🍃🍃
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
➜ kuta.8ffªª
=======
➢ gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
🌹Yoh 4:34-👇
🍃 #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#ኢዚሱስም እንዲህ አላቾው
ዚእኔስ መብል #ዹላኹኝን
ፈቃድ አደርግ ዘንድ
ሥራውንም እፈጜም ዘንድ ነው
➜ዮሐንስ 4 :34
▬▬▬▬▬▬▬
❖ Deebi isaa....❓
Yoh 4:31-38👇
🌟Yeroo kanatti #barattoonni
isaa, “Rabbii
#nyaadhu malee” jedhanii
isa kadhatu turan

Haatau malee inni, “Ani nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektan” isaaniin jedhe.

Kanaaf, barattoonni isaa “Namni nyaata isaaf
fide jiraa laata?”
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
“Nyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.


Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu

inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;

jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, ‘Inni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haama’
jedhudhugaa dha

Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.”
▬▬▬▬▬▬▬
➜ mateewos 9:37-38👇
✍ Achiis #barattoota isaatiin, “Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaa” jedhe
➜luq 10:1-3👇
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge

Achiis akkana isaaniin jedhe: “ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
✍ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata

Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha

Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
➢ Efesoon 2:19-22👇
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira

Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu

➢ 1Qor 9:16👇
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!

➢ Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.

Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista

❖ Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.

Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina

anaaf kenn i
🌹Yoh 5:17👇
Kiristoos akkasi jedhen “Abbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedha”
jedhee isaaniifdeebise

❖ser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan
;
namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.

Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, “Eessa jirta?” isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
“Ani iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;
🌹=1=biiftuun maalif
dukkaanofte❓
=deebi isaa (4)
➛1➛
#kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
✍ Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
➛መዝሙር 19:1
#ሰማያት ዚእግዚአብሔርን #ክብር ይናገራሉ፥ ዹሰማይም #ጠፈር ዚእጁን ሥራ ያወራል

2=fakkeenyi biiftuu
#Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
✍ser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, “Ani #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadan”jedhee obboloota isaatti hime.

Achiis abjuu kana
#abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
“Hiikni abjuu kee kanaa maali
dha❓
#Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaa❓” isaan jedhe.
◈
#fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
➛Fakkeenyi
#addeessa "Raahel"
➛Fakkeenyi
#urjii ijoollee Yaaqoobi
➛fakkeenyi
#yoseefii Kiristoos
✍Luq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: “Kunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa

eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.”
🍃Jechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti

=3= inni bira dubbiin
#rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
✍Raaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma
#hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni
#cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.

#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
✍Raaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.

=4=Kiristoos yeroo
#lamaffaa
Yero dhufu
#biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
✍Mat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana
#aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu,
#urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti
#mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmate❓
🍃=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii
#kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
🌌➛Fakkeenyi biraa
#addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
➛isaan guyyaa sana bayee
Akka akka
#Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
➛kan akka
#Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹gaafi 3ffaa
3➛laftii Maalif sochate❓
➛jalqabaa dura
#Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni
#dubbatee
✍ iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree ❓

🌹 lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
➛lafatti fakkeenya
#namatti
(Mat 13:1-7)

✍Raaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: ‘ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa
#gogaa nan #sochoosa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍Link kan xuqaa hordofa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌹🌌 Boruu galgala akka
Lakkoofsaa Ethiopia tti
Sa'aat 3:00 irratti
#live_stream
Ni banama koota

🌌 mataa dureen nutti irratti
Dubbannu Kiristoos maalif
Fooni nama uffaate
➛namoota hidhaa lafaa keesa basu didee
➛lubbuu isaa qofaan dhaqee
Hidha keessa isaan base kan jedhuu irratti... ❓
Dubbanna.............

1Pheexiroos 3:18-19

Kiristoos inni nama Qulqulluu tae warra jalootaaf jedhee cubbuudhaaf yeroo hundumaaf akka ta'utti ali tokkicha
#du'eera; kana kan godhes
gara Waaqayyootti isin geessuuf jedhee ti.
inni fooniin du'e garuu Affuuran(lubbuudhaan) jiraataa dha

Haala kana keessa utuu
jiruus, dhaqee lubbuu
#mana hidhaa keessa
jiraniif lallabe


1 ጎጥሮስ 3 :18-19
#ክርስቶስ ደግሞ ወደ እግዚአብሔር እንዲያቀርበን እርሱ ጻድቅ ሆኖ ስለ ዓመፀኞቜ አንድ ጊዜ በኃጢአት ምክንያት ሞቶአልናፀ #በሥጋ ሞተ #በመንፈስ ግን ሕያው ሆነ፥

በእርሱም ደግሞ ሄዶ
በወኅኒ ለነበሩ ነፍሳት
#ሰበኹላቾው

➛namni fedhii qabdan Qube
Sana filadhaa, sa'ati
wajjin kan jiru
🔎=A.(sa'aati 3:00)
🟠=B. (sa'aati 3:30)
🟡=C
.(sa'aati 4:00)
🟣=D.(sa'aati 4:30)
🟀=E.(sa'aati 5:00)
▬▬▬▬▬▬▬
🌹🍀kutaa_17ffªª🍀🍀🌺📍Gaaffi fi Deebi📍
◈Musiliimoota
--------------------------------
✍Yohaannis 7:16
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise:
Wanti ani
#barsiisu
kan isa na erge sanaa ti
malee kan koo miti.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◈ Gaaffiin isaanii
Kiristoos Barumsa
isaa mitii ,kani Abbaatii
Osoo kani isaa ta’e kiyya
Jechuu qaba turee ....❓
▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya
✍ lakki kanuma isati
👉Ragaa kitaaba
Qulqulluu

1=✍Matewoos 7:24
Namni
#dubbii_koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,nama hubataa
mana isaa #qarsaa
irratti ijaarrate fakkaata.
_📍dubbii kiyya jedhe jira
Kanafuu ,kan Abbaa hin jennee ,
◈
mana kani jedhamee
#Qaama_namatii malee
Mana muka ykn,sibiilaan
Ijaaranii miti.
=1Qorontos 3:16_17
#Isin_mataan keessan #mana_Qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii fi
Afuurri Waaqayyoo akka
isin keessa jiraatu hin beektanii❓

Namni kam iyyuu
mana Qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas
manni qulqullummaa Waaqayyoo
Qulqulluu dha, manni qulqullummaa
sunis isini.
◈
#Qarsaa kan jedhamee
Kiristoos

1Qorontos 3:11
bu'uura isa kaaame,
jechuunis Iyyaasuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu bu'uura kan biraa kaa'uu hin dandau.

Efesoon 2:20
#bu'uura Ergamootaa fi Raajotaa irratti ijaaramtaniittu;
#dhagaan golee inni bu'uura tae immoo
Kiristoos Iyyaasusi dha.
====
2=✍ Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan koo ta'e irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
🌹kanafuu dubbii Abbaa,hundii kan Kiristoos
Dubbi Kiristoos hundi,kan abbaatti,
----------------------------
"garuu Kiristoos osoo
Dubbii kuni kani isaa
Ta’e jiruu ,kan Abbaati
Jechuun ,isaa yihudoonni
Kiristoos Waaqayyo ta'u
Isaa wanii hin beekneef

◈ kanafuu jalqabaa Waaqayyo Abbaa
,yoo beekan ,akkuma salphaatti
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa beekuu jechudha

●yoomi iyyuu yoo,ta’e
Abbaa beekanii jechuun
Kiristoos beekan jechudha

1Yohaannis 2:23
Ilma(Kiristoos) kan
ganu hundi Abbaas
immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu #hundi garuu #Abbaas qaba.
=1 ዮሐንስ 2:23
#ወልድን ዚሚክድ ሁሉ አብ እንኳ ዚለውምፀ በወልድ ዚሚታመን አብ ደግሞ #አለው
✍ Yohaannis 8:19
Isaanis, “
#Abbaan kee eessa jira❓”
jedhaniin.
#Iyyaasuus, “Isin #Anas ta'e #Abbaa koo hin #beektan.
👉
#Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos nibeektu turtan” jedhee deebiseef.
🌹Kiristoos beekuu
Jechuun Abbaa beekuu
Jechudha.

✍2Yohaannis 1:9
#Namni_barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi #Waaqayyoon hin qabu.

👉
#Namni barumsa
kanaan jiraatu,
#inni Abbaa fi #Ilma qaba

2 ዮሐንስ 1:9
#ለሚወጣ ሁሉ በክርስቶስም #ትምህርት ለማይኖር ሰው አምላክ ዹለውም

👉
#በክርስቶስ ትምህርት ለሚኖር #አብና_ወልድ አሉት
●●●●●●●●●●●●
"kanafuu dubbii Kiristoos
Hundi kan abbaatti
"dubbii Abbaa hundii
Kan Kiristoos yeroo
Jennuu Kanumaa ibsaa
=================
📍ragaa dabalataa
Dubbisuu yoo,
Barbaadanii
✍Kutaa_12ffaa
✍Kutaa_15ffaa
Dubbisa
----------------------------
🌹link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=====
🌹💒 kutaa_19 ffªª 🌹
🌹Gaaffii fi Deebi 👈
📍Musiliimoota📍
✍ Yohaannis 7:34👇
isin na,
#barbaaddu,
garuu na
#hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii 📍
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......❓
👉kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....❓
▬▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya =laki
Kiristoos
#fannifamee jira.

📍Ragaa kitaaba Qulqulluu

=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaa” isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti
#Yihudoonni, “Manni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaa❓”
jedhaniin.

#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.

Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan;
#Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
👉Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira

=2=Yohaannis 3:14
Akkuma
#Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;

=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa
#dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka
#ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.

=4=matewoos 27:40
“Ati yaa, isa
mana
qulqullummaa
#diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti
#fannifamte irraa bui” jedhu turan.

=5=Luqaas 18:31_33
barattoota
#Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: “Amma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.

#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama

Erga isa
#garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.

=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: “isin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta
#raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!

Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitii❓”
Achiis
#Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.

◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈ ◈◈
🌹kanafuu isin na,
#barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......❓❓❓

🥀=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii ta’efi

⓵=1ximotewos 6:14_16
hanga
#Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa.
#Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;

kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

⓶=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani
#dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
Achiis
#Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laata❓” jechuu jalqaban

#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
“
#isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin
#addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa
#miti.

⓷=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti
#Fariisonni tokko tokko dhufanii, “Heroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemi” jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaatii
#jeedala sanatti, ‘Kunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumura’ jedhaatii itti himaa.
⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯
🌹link kan fayyadama👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====
🚹💒 Dubbisaa💒👇🌀🌀
Haatau malee,
#raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa
#iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.

Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, ‘Inni
#maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!’ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.”

⓾=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: “Yeroon isin guyyoota
#Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.

Namoonnis, ‘Kunoo
achi jira!’ yookiin ‘Kunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.

Akkuma
#bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu,
#guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.


🥀gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.

⏩=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.

Yaa
#ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira.
#Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, ‘Isin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessan’
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.

Akka isin
#wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa

⏩=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, “Yaa Gooftaa eessa dhaqxa❓” jedheen. #Iyyaasuus deebisee, “Bakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buuta”
jedhe.
#Pheexirosis, “Yaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kenna” jedheen.

⏩=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis
#iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.”
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🌹yeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.

⓵=Mul’ata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi teesï¿Ÿsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis
#baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.

⓶=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis
#iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas
#maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
🌹link kan fayyadama📍
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====🌌🌌🌌=====
🌹🍀kutaa-23ffªª📍📍
👉 Gaafi fi Deebi👈
❌Musiliimota❌

✍Yohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee
#sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
⏩Gaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...❓
⏯ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...❓

▬▬▬▬▬▬▬▬
✍Deebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
📍sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.

=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira

⏩ ragaa kitaaba
Qulqulluu

⓵=matewoos 26:45
gara
#barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: “
#Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo,
#sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.

⓶=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa
#gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.

Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: “
#Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;

⓷=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
“
#Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.

⓾=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka
#beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.”
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: “Amma amantanii?

#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara
mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
▬▬▬▬▬▬
=kutaa-19ffaa dubbisa

📍
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

⏩Yohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link channeel kan
Yoo, barbadani👇
💒
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====
🌞➡ kutaa_38 ffªª.♚♚

⚠ Gaaffii fi Deebi
⏯ Musiliimota.

✍🔎Yohaannis 10:30
Anii fi Abbaan Tokko dha »
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅟 gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
➡ kanafuu Ani fi Abbaan tokko dha jechuun
#kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
➛Jechi tokko jettu kana ibsaa jedhuu

🔻Ragaa isaanii immoo
⓵=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan
#foon_tokko tau.

➁= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu
#tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.

⓷=Yohaannis 17:22-23
 Akkuma nuyi
#tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.

Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii
#tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌞 Deebi keenyaa
🥥✏ deebi 1ffaa

1➛Mat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii tokko jedhee
malee kaayyoo tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
➛Kanaaf Jechi foonii tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)

➛lakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo tokko tani
⓵ Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara ta’e (ser.um 18:13-14)
➁ looxi fi haati
mana looxi maalif. tokko hin tain.(ser.u 19:26)

=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
➛iddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo tokko fi yaada tokko miti.

⚠ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
👍 tokko immoo ni dhaba yoo, ta’e,
➛ Affuurri tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee
#kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada


➛Jechi inni dhabuus ta’e inni bishaanii obsuu tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
➛erga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
 
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti

=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
➛akkuma nuu tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.

➛ergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo tokko isaan godha.

⓵Yoh 17:24
 Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun
#iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
➁ Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
⓷Mul’ata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee
#Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!

#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
⓾Mul’ata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu.
#Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛➡ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.

✍ jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.

ilmi fi Abbaan tokko ta'u ibsaa.
➛Yohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, “Ati Waaqayyoon waan
#arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, “‘Anoo, isin waaqayyoota isiniin jedheera’ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?
🅟 kutaa-78-ffaa.🌺
     ➛gaafi fi deebi
     ➛Musiliimaa
     ➛pheenxee
✍ Yohaannis 17:15
“Ani isa
#hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
▣▣▣▣▣▣▣▣
gaaffii isaanii
1➛warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2➛warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
👉deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
📍Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta ❝hamma❞ irraa gahee ni kadhatuu turee.

❶➛Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaÊŒan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii
#Waaqayyoon_kadhatan: “Yaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
⚛ Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
✍ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa moo❓Kiristoos hoo ni dhorkaa laata ❓,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.

❷➛1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna;
#inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaÊŒu.
▣➛iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos

❾➛2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
👉iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
📍kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu
#Abbaa fi #ilma jechudha.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega ta’e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.❓
1➪Duubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
❹➛Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaÊŒes, namoota hedduu gidduutti gaÊŒee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duÊŒaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaÊŒameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate,
#Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2➪ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
❺➛Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “
#Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
❻➛Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree
#lafa irratti #ulfina siif kenneera.  Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3➪nuuf fakkeenya ta'uf
❌➛Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
➑➛Yohaannis 13:15
➪Akkuma
#Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taÊŒeera.
🌺 inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
➒➛Yohaannis 17:20-21
 â€œAni warra kanaaf
#qofa utuu hin taÊŒin, warra dubbii isaanii dhagaÊŒanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis
#tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
✍ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haata’u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo
#ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
➓➛Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taÊŒuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🅰 Kutaa ~76~Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
🍇 Mormii Guddaa Tokko👆👆
🅰
#Orthodoks irra =
   
#Gutema-Gelana

🅱
#pheenxee irra=
    
#paasterii #Milkiyaas
▬▬▬▬▬▬
#Soba paasterii pheenxee kana ilaala❓❓❓😜😜😜
▬▬▬▬▬

❶➻
#Mataduree_Tokkoffaa
✍waee
#mana_Qulqulluuma irraatti ,mani Qulqulluummaa ni barbaachisaa moo❓hin barbaachisu ❓
👉Maatewoos 21:13
👉Yohaannis 2:20*4:22
👉maatewos 16:18
👉hojii-duka-buota 11:26
👉 1phex 2:5-8
👉 Yohaannis 21:10-17
👉 Hoji duka buota 2:14
👉hoji duka buota 1:15
▬▬▬▬▬
❷➻
#maataduree_lamaffaa
✍
#Maariyaamin maali deessee.❓
👉Raji-isayaas 9:6
👉Mul’ata Yohaannis 19:13
👉Yohaannis 1:1*14
👉Roome 1:3
▬▬▬
❞➻
#mataduree_sadaffaa.
✍
#Maqaan Waaqayyo inni #yahawe kitaaba Qulqulluu iddoo kami jalqabaa ❓
👉seera.Uumama 2:4
👉 seera.Bau 6:3
▬▬▬
❹➻
#mataduree_arfaffaa
✍
#Kiristoos guyyaa kami #fannifamee guyyaa #Roobi moo❓#jimataa.❓
👉Marqoos 15:42
👉 Yohannis 19:31
👉 Luqaas 22:1
▬▬▬▬
❺➻ Matadure-shanaffa
✍ dibata Qulqullu kani jedhame kami...❓
Dibata Qulqullu fi afura Qulqullun maali❓
▬▬▬▬▬▬▬
link kana xuqaa hordofa👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹kutaa-103-ffaa👈
🕹Gaafii fi Deebii pheenxee fi Muslimaa.
✍Yohaannis 3:13
#Ilma_Namaa isa samii irraa #gadi buÊŒe malee eenyu iyyuu samiitti #olii hin baane
🕹𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖𝑖 𝑀𝑎𝑟𝑟𝑎 #𝑝ℎ𝑒𝑒𝑛𝑥𝑒 « 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒𝑒 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑏𝑖𝑟𝑎 ℎ𝑜𝑜𝑚𝑡𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢.❓
🕹𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑀𝑎𝑟𝑟𝑎 #𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑎 « 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑜𝑠𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑛𝑛𝑒 #𝑛𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑟𝑎 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑛𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑑𝑜𝑔𝑜𝑔𝑜𝑟𝑎 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢❓
▬▬▬▬▬▬▬
𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖:
🌹jalqabaa duraa samii irraa gadi bue, oli kani bahee Kiristoos qofaa miti.❌
Fakkeenyaaf Hafuurri Qulqulluun yeroo hundumaa samii irraa gadi bu'aa olii illee ni deebii'a
➊.Maatewos 3:16
#Iyyaasuus erga cuuphamee booda, battaluma sanatti bishaanicha keessaa baÊŒe; yeroo kanatti #samiiwwan ni banaman; #hafuurri Waaqayyoos akka gugeetti #gadi_buee utuu isa irra qubatuu arge.
𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑢𝑚𝑎 #𝑎𝑏𝑏𝑎𝑛 𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑒 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑛𝑖 𝑚𝑢𝑠𝑒𝑒 𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑎.
➋.seera.Uumama 18:3
Innis akkana jedheen #Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, tajajila(garbicha) kee bira hin darbin.”
➻ #G𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑠𝑎𝑚𝑖𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑒𝑒 𝑚𝑎𝑙𝑒 𝑒𝑟𝑔𝑖 𝑖𝑊𝑊𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑛𝑒,𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑒 𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑠𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖 #𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑎 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑢.
▬▬▬▬
A📍➛amma immoo #dogoggora warra #pheenxee ilaala👇👇
-akka warri pheenxee odeessaa jiran kanatti kani oli bahee Kiristoos qofaa jedhuu ,namni oli bahee hin jiru jedhuu ,garuu kuni sobaa Fakkeenyaaf #Henok #Eliyaasii oli bahanii jiruu.
➌.Sera.Uumama 5:24
Henook Waaqa wajjin deddeebiÊŒe; waan Waaqni isa #fudhateef inni deebiÊŒee hin argamne.(Ibrota 11:5)dubbisi👈
➍.2Mootota 2:1
Yommuu Waaqayyon #Eeliyaasiin obomboleettiidhaan gara #samiitti olii fudhachuuf jedhutti, Eeliyaasii fi EelsaaÊŒi Gilgaal keessaa baÊŒanii deemuu jalqaban. (2Mot 2:11).
🕹𝚊𝚖𝚖𝚊 𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚘𝚕𝚒 𝚋𝚊𝚞𝚞 #𝚑𝚎𝚗𝚘𝚔𝚒 𝚏𝚒 #𝚎𝚕𝚒𝚢𝚊𝚊𝚜𝚒 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒.« 𝚗𝚞𝚝𝚒 𝚒𝚢𝚢𝚞𝚞 #𝚖𝚊𝚗𝚊_𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚗𝚞𝚏 𝚘𝚕𝚒 𝚋𝚊𝚑𝚞 𝚍𝚒𝚛𝚚𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊,𝚐𝚊𝚛𝚞𝚞 #𝚙𝚑𝚎𝚎𝚗𝚡𝚎 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚊𝚗𝚒 𝚖𝚊𝚗𝚊 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚚𝚊𝚋𝚞 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚍𝚑𝚒𝚖𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚖𝚘𝚛𝚖a 😂

➎. 2 Qorontos 5:1
Yoo dunkaanni #lafa irraa kan nu keessa jiraannu kun diigame #mana_Waaqni_ijaare, mana bara baraa kan harka namaatiin hin ijaaramin #samii irraa akka qabnu beekna.
➏. Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa iddoo jireenyaa baayÊŒeetu jira; utuu akkana taÊŒuu baatee silaa isinittin hima ture. #Ani iddoo isinii qopheessuuf achin dhaqaatii.
▬▬▬▬▬
B📍➻Amma immoo #Dogoggora #Muslimoota ilaala.👇👇
➻ samii irraa gadi bu'ee ,gara samiitti kani deebi'ee Eeyyee Kiristoos , Muslimooni immoo jecha kani jiranii namoonni gara samii olii bahee jiruu jedhuu.
➻ kayyoo Muslimaa immoo Kiristoos akkuma namoota kani lafa irraa dhufee wani Amananifi, kuni immoo soba isaanitti ,
Mee Fakkeenyaaf Muslimoonni Henok ,Eliyaasii oli bahee jedhu,
Kiristoos wajjiin wali qixeessufi akkasii jedhuu.
🕹𝚍𝚑𝚞𝚐𝚊𝚗 𝚓𝚒𝚛𝚞 𝚐𝚊𝚛𝚞𝚞 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚜𝚒 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚊 𝚑𝚎𝚗𝚘𝚔𝚒 𝚏𝚒 𝚎𝚕𝚒𝚢𝚊𝚊𝚜 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚊𝚊 𝚢𝚘𝚘𝚖𝚒 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚋𝚞'𝚊𝚗 𝚖𝚎𝚎❓😁❌
➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚋𝚊𝚛𝚒 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚑𝚎𝚗𝚘𝚔 𝚏𝚒 𝚎𝚕𝚒𝚢𝚊𝚊𝚜𝚒 𝚌𝚊𝚊𝚕𝚞 𝚊𝚗𝚊 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚋𝚞'𝚎, 𝚊𝚗𝚊 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚘𝚕𝚒 𝚋𝚊𝚑𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎👍
➐.Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi_Namaa iddoo #dur turetti #ol baÊŒuu argitan akkam taÊŒinna ree?
➻kanafuu Henok fi Eliyaasii jalqabaa samii irraa teessoo qabu ree yaa Muslimaa ❌
𝑙𝑎𝑘𝑘𝑖 𝑔𝑜𝑛𝑘𝑢𝑚𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑛𝑖.
🍇kutaa-3-ffaa👇
👉𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑓𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖 𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎.
✍Maarqoos 1:2-3
Kitaaba #Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee #barreeffameera ❝ #Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan erga❞

❝ #Sagalee nama #Gooftaaf #karaa qopheessaa daandii Qajeelaas isaaf hojjedhaa’ jedhee #gammoojjii keessaa iyyu tokkoo ❞
➊➻𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙚𝙞 𝙩𝙪𝙧𝙚👇
#jechi kunoo akkasii jedhuu sana ( ❝ #Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan erga❞ jedhuu sana Raajii isaayaas yoomi bareesse, kani bareesse Raajii Milkiyaas malee jedhu.
𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙚𝙀𝙗𝙚 𝙚𝙣𝙮𝙪𝙪
1=𝙢𝙖𝙖𝙧𝙊𝙀𝙀𝙚𝙞 𝙢𝙀𝙀❓
2=𝙖𝙛𝙪𝙪𝙧𝙖 𝙊𝙪𝙡𝙊𝙪𝙡𝙡𝙪𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪❓
▬▬▬▬▬▬▬
🕹Deebii keenya.
➻Maarqoos fi Afuurri Qulqulluun irree hin sobne kani jedhuu ta'a.📀

🪭 jalqabaa dura kani Raajii Milkiyaas ta’e ,Raajii isaayaas wajjiin kani turee Waaqayyo.
Haata’u malee jalqabaa duraa kani bareffame Raajii Isayaas ,isaa booda immoo raajii milkiyaas. 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙟𝙖𝙡𝙊𝙖𝙗𝙖 𝙚𝙧𝙜𝙖𝙢𝙖𝙣 𝙩𝙀𝙠𝙠𝙀 𝙜𝙀𝙀𝙛𝙩𝙖𝙖𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙊𝙀𝙥𝙝𝙚𝙚𝙚𝙚𝙪 𝙙𝙪𝙧𝙚𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙖𝙩𝙚 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙮𝙖𝙚𝙞, yeroo kanatti sabnii suni Ergamaa kani ta’e Yohaannis Cuuphaa erga turan, yeroo kanatti Waaqayyo yeroo lamaffaa Raajii milkiyaas akka dubbatuu godhee .

Raajii isaayaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 688-740=52 kana jechuun waggaa 52 ture jedhudha.


Raajii milkiyaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 440-470=kana,jechuun waggaa 30 ture jechudha.

🪭amma wali irraa fageenya Raajii isaayaas fi Raaji Milkiyaas ilaalaa.
740-440=300 kana jechuun wali irraa fageenyi isaani,waggaa 300 dha .
➻Kanaafuu sabni Israa'el bara Raajii isaayaas keessa Yohaannis Cuuphaan akka dhufuu raajii isaayaas irraa sirriitti hubbatani jiruu.

Garuu waggaa 300 irratti sabnii Israa'el gammachuun Yohaannis cuuphaa osoo erga jiran iyyuu Rajji kuni milkiyaas lamaaffaa dubbate 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙚𝙧𝙜𝙖,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙚𝙞 𝙚𝙖𝙗𝙣𝙞 𝙞𝙚𝙧𝙖𝙖'𝙚𝙚𝙡 𝙖𝙠𝙠𝙖 #𝙜𝙀𝙀𝙛𝙩𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙝𝙪𝙛𝙪 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙝𝙖𝙜𝙖'𝙖𝙣𝙞 𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙙𝙖𝙣𝙞 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙢𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖🙋‍♀❓yaa Muslimoota ❓Raajii milkiyaas bari gammachuu saba Israa'el sana idduma sanatti bareesse jira👇

➊➻Raaji Milkiyaas 3:1
❝ #Kunoo ani #ergamaa koo isa fuula koo duraan #karaa naaf qopheessu nan erga. Ergasii #Gooftaan isin eeggattan akkuma tasaa gara #mana qulqullummaa isaa ni dhufa; #ergamaan_kakuu kan isin #hawwitan sun ni dhufa” jedha Waaqayyo Waan Hunda DandaÊŒu ❞

➋➻Raajii Isaayaas 40:3-4
#Sagalee akkana jedhee #iyyu tokko:“Gammoojjii keessatti
#Waaqayyoof_karaa qopheessaa;gammoojjii keessatti Waaqa keenyaaf
#karaa guddicha qajeelchaa.
#Sululli hundi ni guutama;
tulluu fi gaarri hundinuus gad deebifama;lafti wal caalu, wal qixxeeffama;lafti buÊŒaa baÊŒiinis dirree taÊŒa.”

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
➻raajii jalqabaa dubbatame raji isaayaas , raji isaayaas kana immoo rajjin milkiyaas irraa deebi'ee dubbate malee.
𝙠𝙖𝙣𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙙𝙀𝙜𝙀𝙜𝙀𝙧𝙞 𝙢𝙖𝙖𝙧𝙊𝙀𝙀𝙚𝙞 𝙝𝙀𝙀𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙟𝙞𝙧𝙪 kanaafi Maarqoos abba jalqabaa biraa madde Dubbiin kuni raajii isaayaas wani ta’ef « rajin isayaas akka barreessite jedhee »
𝙩𝙀𝙠𝙠𝙪𝙢𝙢𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙮𝙖𝙚 𝙛𝙞 𝙢𝙞𝙡𝙠𝙞𝙮𝙖𝙖𝙚𝙞
➻✍ Raaji isaayaas
1-= #𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎 𝚒𝚢𝚢𝚞 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚘𝚓𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚒𝚗𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 #𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚌𝚞𝚞𝚙𝚑𝚊𝚍𝚑𝚊.
2-= #𝚠𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘𝚘𝚏 𝚔𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚚𝚘𝚙𝚑𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚒𝚗𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜.𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎
➻✍Raaji Milkiyaas
1-=𝚔𝚞𝚗𝚘 #𝚎𝚛𝚐𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎 #𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚌𝚞𝚞𝚙𝚑𝚊𝚊𝚍𝚑𝚊.
2-= #𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚎𝚐𝚐𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎1 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜. 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜💯
▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 1:23
#Yohannisis dubbii Isaayyaas raajichi dubbate sanaan deebisee, “Ani sagalee gammoojjii keessaa #Gooftaaf karaa qajeelchaa’ jedhee iyyu sanaa dha” jedheen

𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇kutaa-9-ffaa:-
📍Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙚𝙞 𝙩𝙪𝙧𝙚"« #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa moo❓barattoota isaa wajjiin jedhuu ❓
𝙧𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙞𝙢𝙢𝙀 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙚.
➊➛Maarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaÊŒeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=➛iddoo kanatti jechii «#Deeman » jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.

➋➛Luqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buÊŒe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=➛iddoo kanatti jechi «#inni» jedhu #Kiristoos qofa ibsa.

🕹𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
✍ jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii ta’u " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.

✍ganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos  jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.

💞 jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama.   ❝ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii

⓵➛Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baÊŒaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaÊŒee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=➛eenyudha Kiristoositti kan himme barattoota 💯


⓶➛Luqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baÊŒee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=➛eenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota💯.

𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑢𝑚𝑎 𝑏𝑎ℎ𝑎𝑛𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑎𝑎, « 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑀𝑎𝑗𝑗𝑖𝑛 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑎𝑛 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎, 𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑢 𝑀𝑎𝑗𝑗𝑗𝑛 𝑞𝑖𝑓𝑖𝑟𝑛𝑎𝑎ℎ𝑜𝑚 𝑑ℎ𝑎𝑞𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑑ℎ𝑎.

Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a. 

⓷➛Yohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taÊŒe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.

⓾➛Yohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayÊŒee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf  #iddoo gaÊŒu qabdu hin seÊŒu.


💯𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚞👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha