🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΊπŸ‘‡Dubbisa hunda isaπŸŒΈπŸ‘‡

β“Ό=Yohaannis 10:11
Ani
#tiksee gaarii dha; tiksee gaariin immoo hoolota isaatiif jedhee #lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
inni  bira immoo Kiristoos haruuffa isaan dhiphatee kan jedhu kuni β€œ Kiristoos dhuguma foonii fi lubbuu nama samii irraa dhufee akka uffatee ibsuuf.
βž›akkuma Kitaabni jedhuu inni ijoollee sana fakkachu
qaba jedha.
β“½=Ibroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin waliqabatan hundumaa irratti luba oli Aanaa gara laafessaa fi Amanamaa ta'uudhaan,
Aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, gama hundumaatiin β€œ
#obboloota” isaa #fakkaachuu_qaba ture.

➑️ kutaa- 42 -ffaa DubbisaaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464

β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­
β–― 🌺 ..........🌺......🌺  β–―
β–― 🌺...........🌺......🌺  β–―
β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­
➑️ link walda kana xuqaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹