🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹Deebii isaa HordoofaπŸ‘‡
1=➧maatewos 24:36

2=➧Maarqoos 13:32

1=✍guyyaa sana #Abbaa male kan beekuu hin jiru

2=✍
#Kiristoos ni beeka moo,
hin beeku....❓

3=✍
#Affuurri_Qulqulluun hoo, ni beeka. moo, hin beeku.❓

4=✍
#Ergamoonni ni beeku moo,hin beekani..❓

5=✍
#Namoonni_Qulqulloonni
hoo, ni beeku moo, hin beekani..❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹Deebi isaa isa gara oli
sagaleen hordofaπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸŒ€link kan xuqaa
miseensa ta'aπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//=====