๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.51K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โ€ผ๏ธFiroottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
โ™จ๏ธ แŠจแ‹ˆแŒˆแŠ•แˆฝ แˆ›แŠ•แˆ แ‰ แ‹šแˆ… แˆตแˆ แ‹จแ‰ฐแŒ แˆซ แ‹จแˆˆแˆ
โ›Ž=Luq 1:61
โ—‰=แˆ‰แ‰ƒแˆต 1:61
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen

๐ŸŒป dhaloota isaa
akkana ture๐ŸŒป

๐ŸŒผ
#Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan
#maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan

๐ŸŒป
#Haati isaa garuu deebistee, โ€œHin tau! Yohaannis jedhamuu qabaโ€ jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beekuโ€ jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan

๐ŸŒป innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa
#Yohaannisiโ€ jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate

๐ŸŒป
#Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi,
#Mucaan kun
maali taa laata?โ€ jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas
#Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture

๐ŸŒป Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa
#Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1โžœyaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif
#xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2โžœ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa
#fayyinaa nuu kaaseera
3โžœ kunis akkuma
#afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha

4โžœ
#Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5โžœAkkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti
#gara_laafina nutti argisiisa
6โžœ kakuu isaa isa
#Qulqulluus ni yaadata
7โžœ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya
#Abrahaamiif kakate dha
8โžœ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9โžœ sodaa malee
#tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna

10โžœ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya
#hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11โžœ Ati garuu yaa mucaa
nana,
#daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12โžœ sabni isaa dhiifamni
#cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13โžœKunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis
#ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14โžœ inni warra
#dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15โžœ Mucaan sunis ni guddate,
#Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Galani Waaqayyof Haataโ€™u
Ameen
๐ŸŒบHundi isaani โ Ortodooksiโž dha
1โผ
#Adaami Ortodooksii mooโ“miti โ“
2โผ
#Abrahaamii Orthodooksi mooโ“miti
3โผ Pheexiroos Ortodoksii mooโ“mitii
====================
โœ Tiitoo 1:15
Namoota
#qulqulluu taสผaniif wanti hundi qulqulluu dha; namoonni #xuraaสผoo taสผanii fi amantii hin qabne garuu, sammuun isaaniis taสผe qalbiin isaanii xuraaสผaa waan taสผeef, isaaniif wanti qulqulluu taสผe hin jiru.

แ‰ฒแ‰ถ 1:15
แˆแˆ‰
#แˆˆแŠ•แŒนแˆ–แ‰ฝ แŠ•แŒนแˆ• แŠแ‹แค #แˆˆแˆญแŠตแˆณแŠ•แŠ“ แˆˆแˆ›แ‹ซแˆแŠ‘ แŒแŠ• แŠ•แŒนแˆ• แ‹จแˆ†แŠ แˆแŠ•แˆ แ‹จแˆˆแˆแฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠ แŠฅแˆแˆฎแŠ แ‰ธแ‹แˆ แˆ•แˆŠแŠ“แ‰ธแ‹แˆ แˆจแŠญแˆถแŠ แˆแข

Hoji duka buota 4:31
Erga kadhannaa dhiheessanii boodas, bakki isaan itti wal gaสผan sun
#ni_sochoสผe; #hundi isaanii iyyuu #Afuura_Qulqulluudhaan guutamanii #dubbii_Waaqayyoo ija jabinaan dubbachuu jalqaban.
แˆแ‹‹. แˆฅแˆซ 4:31
แŠจแŒธแˆˆแ‹ฉแˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ฐแˆฐแ‰ฅแˆตแ‰ แ‹ แ‹จแŠแ‰ แˆฉแ‰ แ‰ต แˆตแแˆซ
#แ‰ฐแŠ“แ‹ˆแŒ แฅ  #แ‰ แˆแˆ‰แˆ
#แˆ˜แŠ•แˆแˆต_แ‰…แ‹ฑแˆต แˆžแˆ‹แ‰ฃแ‰ธแ‹แฅ แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•แˆ แ‰ƒแˆ แ‰ แŒแˆแŒฅ แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉแข
๐Ÿ‘‰kanafu
#hundi isaan erga jedhee isaani ortodoksiidha afuurri Qulqulluun daandii sirrii irraa sii, qajeelchaa
Barattoonni Kiristoos hundi orthodoksi dha haala kanani.
Orthodoksi=Daandii sirrii
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha