๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โ™จDubartoota baay'eetu
wanta Gaarii hojjete
#ati garuu hunduma
isaanii in caalta
โžด แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒ‰ แ‰ฅแ‹™
#แˆดแ‰ถแ‰ฝ แŠ แˆ‰
#แŠ แŠ•แ‰บ แŒแŠ• แŠจแˆแˆ‰
แ‰ตแ‰ แˆแŒซแˆˆแˆฝ
=Fak 31:29
=แˆแˆณแˆŒ 31:29
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ijoollee Orthodosi
Bagaa geessan
Ameen galata
Waaqayyo
Haataโ€™u
โ—ˆseenaa xinnoo
kana Dubbisa, isaa
booda hiika isaa
ilaala deemna
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ogummaadhaan in
dubbatti, barsiifni
gaariinis afaan ishee
keessaa in ba'a
Isheen yeroo hundumaa jireenya maatii isheetii
in eegdi, utuu hin
hojjetinis
akkasumaan
buddeena hin nyaattu.
= Fak 31:26-27

โœ
#แŠ แแ‹‹แŠ• แ‰ แŒฅแ‰ แ‰ฅ
แ‰ตแŠจแแ‰ณแˆˆแ‰ฝ แ‹จแˆญแŠ…แˆซแŠ„แˆ
แˆ•แŒ แ‰ แˆแˆ‹แˆตแ‹‹ แŠ แˆˆ

#แ‹จแ‰คแ‰ตแ‹‹แŠ•แˆ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ
แŠ แŠซแˆ„แ‹ต แ‰ แ‹ฐแŠ…แŠ“ แ‰ตแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ณแˆˆแ‰ฝ
แ‹จแˆ€แŠฌแ‰ตแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แŒ€แˆซ แŠ แ‰ตแ‰ แˆ‹แˆ

แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แ‹ญแŠแˆฃแˆ‰ แˆแˆตแŒ‹แŠ“แ‹‹แŠ•แˆ
แ‹ญแŠ“แŒˆแˆซแˆ‰ แ‰ฃแˆแ‹‹ แ‹ฐแŒแˆž
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‰ฅแˆŽ แ‹ซแˆ˜แˆฐแŒแŠ“แ‰ณแˆ
โ—ˆแˆแˆณแˆŒ 31:26-28

๐Ÿ‘‰ afaan ishee
ogummaa banati
keessa isheetti immoo tokummaan
guutamee jedha

=hiikaa Dubbi
kana akkasii turee

โœฆโžดkan dubbatameef
haadha Waaqa keenya Qulqulleetti Maariyaamidha
Afaan ishee ogummaan guutamee jechuun
immoo Yero Ergama
Qulqulluu Gabra'eel
wajjin dubbacha,turre
akkamitti akka isheen
dubatee Ergama
wajjin erga dubbatee
xumurtee booda
tolee akka jecha
keetii naafi Haataโ€™u
jeette

=โžดinni biraa yeroo
Elsaabet wajiin
dubbacha,turte
dubbiin ishee
Elsaabet ni gammachise

=โžดisheen dubartoota hundumaa caaluu
ishee Solomoon ni
dubbaatuu.

โ™จ๏ธ
#แŠ แ‰คแ‰ฑแ‹ˆแ‹ฐ แ‹•แˆจแแ‰ตแˆ…
แ‰ฐแŠแˆฅ
#แŠ แŠ•แ‰ฐแŠ“
แ‹จแˆ˜แ‰…แ‹ฐแˆตแˆ… แ‰ณแ‰ฆแ‰ต

๐Ÿ‘‰ maalo gara
boqonnaa
keetii ka'i
#Ati fi Taboonni
mana Qulqulluu

=Ati=kan jedhamee
Kiristoos

=Taboota Mana
Qulqulluu kan jedhamte
#haadha Waaqayyo ti
Far-Daawit 132/8
=gara samitti oli bate jirti
Kanaafu gammada

โžด=
#Yeroo hundumaa
Gooftaatti gammadaa
Ammas irra deebi'ee
nan jedha
#gammadaa
=Filiph 4:4

#แˆแˆแŒŠแ‹œ แ‰ แŒŒแ‰ณ แ‹ฐแˆต
แ‹ญแ‰ แˆ‹แ‰ฝแˆ
แ‹ฐแŒแˆœ แŠฅแˆ‹แˆˆแˆ
แ‹ฐแˆต แ‹ญแ‰ แˆ‹แ‰ฝแˆ
โ—ˆแŠแˆแŒตแˆตแ‹ฉแˆต 4:4
=Kiristoositti kan
gammanu nuttii
sababii hedduu
qabnaa malee
calsine mitii
โ—ˆ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŒฝแ‹ฎแŠ•แŠ•
แˆ˜แˆญแŒฆแŠ แ‰ณแˆแŠ“ แˆ›แ‹ฐแˆชแ‹ซแ‹แˆ
แ‰ตแˆ†แŠแ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ˆแ‹ตแ‹ถแŠ แ‰ณแˆแŠ“
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‰ฅแˆŽ
แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 132 :13
Waaqayyo Tsiyoon
filatee jira iddoo
bultoo gochuufi
=Kanaaf Waaqayyo
bultoo isaa gochuuf qofa
osoo hin tanee namoota hundaa akka kadhatuuf

โ—ˆ โžดโžด Ayyaanna
gaarii Isinif
Haataโ€™u Ameen
๐Ÿ‘‰ link kan irraa
xuqa

@haadha_Waaqa_naJaladha
โŒ #Ati yaa Betlihem ishee biyya Yihudaa keessaa Ati mandaroota gurguddoota Yihudaa hundumaa irra
hin xinnaattu
โ–ฌ sii, keessaa kan mo'u
tokko saba koo Israa'elin
kan bulchu in ba'aโ€™
kan jedhu jira
โœ #แŠ แŠ•แ‰บ แ‰คแ‰ฐ แˆแˆ”แˆ
แ‹จแ‹ญแˆแ‹ณ แˆแ‹ตแˆญ
#แŠจแ‹ญแˆแ‹ณ แŒˆแ‹ขแ‹Žแ‰ฝ แŠจแ‰ถ แŠ แ‰ณแŠ•แˆฝแˆ แˆ•แ‹แ‰คแŠ• แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแŠ• แ‹จแˆšแŒ แ‰ฅแ‰…
แˆ˜แˆตแแŠ• แŠจแŠ แŠ•แ‰บ แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆแŠ“
แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‰ แŠแ‰ขแ‹ญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‰ฐแŒฝแŽแŠ แˆแŠ“ แ‰ แ‹ญแˆแ‹ณ แ‰คแ‰ฐ แˆแˆ”แˆ แŠแ‹แก แŠ แˆ‰แ‰ต
โžน=maatewos 2:6
โžน=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 2:6
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Dubbiin rajoota ni
Xumurame,
โžขKiristoos ni dhalate
Beetaliheemitti,biyyaa
Yihuudaa keessatti
โœmatewoos 2:1๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Bara Heroodis
mootichaatti
Iyyaasuus Beetaliheem magaalaa #Yihudaatti
erga dhalatee booda, namoonni urjii lakkaaan
biyya Baha
Biiftuutii gara
IYerusaalemi dhufanii.

โ—ˆ Luqaas 2:1-7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Bara sana namoonni guutummaa#addunyaa
irratti argaman akka
galmeeffaman
#Awugusxos_Qeesaar
biraa labsiin ni bae

๐ŸŒพ #Galmeeffamuun inni jalqabaa kun kan godhame yeroo Qereenewos bulchaa #Sooriyaa turetti dha.)

Kanaaf, namni
hundi galmeeffamuuf
gara magaalaa itti
#dhalatee dhaqe

#Yosee fis #manaa fi sanyii #Daawit keessaa
waan dhalateef, galmeeffamuuf magaalaa #Naazireet ishii
#Galiilaa #keessatti
argamtuu kaee, gara #Yihudaa
magaalaa Daawit
ishii #Beetaliheem
jedhamtutti ol bae

#Innis kaadhima isaa Maariyaam ishii dauu
jalageessee wajjin galmeeffamuu dhaqe

#Utuma achi jiraniis
yeroonishiin itti deessu
ni gae

Ishiinis ilma ishii isa
hangafaa ni deesse
bakka #keessummoonni
bulan keessa iddoon
waan hin jirreef mucicha
huccuudhaan martee
moraa horiinkeessaa
nyaatu keessa ciibsite

โ—ˆMulโ€™ata Yoh 4:7-8๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Uumamni jiraataan
inni tokkoffaan
#leenca fakkaata
๐Ÿ‘‰uumamni jiraataan
inni lammaffaan
#qotiyyoofakkaata
๐Ÿ‘‰uumamni jiraataan
inni sadaffaan fuula
#namaa fakkaatu qaba
๐Ÿ‘‰uumamni jiraataan
inni arfaffaan
#risaa balaliu fakkaata ture.

โœUumamawwan jiraatoon #arfansun tokkoon
tokkoon isaanii
#qoochoo ja'a ja'a
qabu turan

๐Ÿ‘‰naannoonisaanii fi
keessi isaanii #ijaan kan guutaman turan
#Isaanis
๐Ÿ‘‰ #halkanii fi guyyaa
utuu wal irraa hin kutin

#Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha
waaqayyo inni Hundumaa Dandau,inni ture
inni jiruu fi inni dhufu
jedhu turan
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฌGooftaan keenya
Garuu yeroo dhalatuu
Fuula #nama kan fakkaatuu
Maariyaami fi yoseef,salomen
Jiru Ture
โ–ฌ fuula #qotiyyoo kan fakkatu
Immo mooraa horii keessatti
Dhalate.
โ–ฌ fuula #leencaa kan fakkatuu
Immoo naannoo yihudaa leenci jira Ture (mik 5:2)
โ–ฌfuula #Risaa kan immoo
Naanno yihudaa jiruu (mik 5:2)

โ—ˆhiika kitaaba Qulqulluu
Isaa Raaji mikiyaas dubbatee
Ati, yaa,beetilemi magaalaa
Yihuudaa keessaa tuffatamee
Hin haftuu inni jechuu

โ—ˆkan jechuun bineensota
Fi allattiwwani fi bineeldoota
Ni jiru Wani taโ€™efi

๐ŸƒHaaluma kanaa Kiristoos

โœ #Kirubeel irraa jiratu
#hojji_Sami irraa jiruu gara lafaa fidee nuti mul'ise

=kirubeel tokko fulaa 4 fi qoochoo 4 qaba
๐ŸŒพhaluma kan Kiristoos
Kirubeel 4,irraa jirta

โœ=fuuli kirubeel 4
=4+4+4+4=16
โœ=qoochoon kirubel 4
=6+6+6+6=24
โœ=iji kirubeel 4
=lakkoofsa isaa hin
Beekamu.
โœ hiika ija, sababa
Maalif Waaqayyo kirubel
Ijan qaama isanii guutee โ“
=___beekumsa guutuu qabachuu yookaan
beekumsa akka qaban ibsa______

โ—ˆakkuma ergamoonni
Sami irratti Kiristoos
Galateffatan
=(Hisqi'el 1:10-12)

โ—ˆ hojjin Kuni immoo
Lafa irraatti mul'ate

โžขLuqaas 2:8-14๐Ÿ‘‡
#Biyya sanatti
tiksitoonni #halkan
#hoolota isaanii eegaa
ala bulan jiru turan

โœ Akkuma tasaa
Ergamaan (maleekaan)
Waaqayo isaan
dura dhaabate

ulfinni waaqayyo
naannoo isaaniitti ibse
isaanis baayee sodaatan
โœ Ergaman//Maleekaan
sun garuu akkana
isaaniinjedhe

#Hin_sodaatinaa Kunoo
ani#misiraachoo namoota hundaaf #gammachuu guddaa argamsiisu
isinittinan hima.

#Hara #magaalaa_Daawit keessatti #fayyisaan
isiniif dhalateera
innis Kiristoos
#Goofticha dha

โœ Kun mallattoo
isiniif haatau
Da'imaani tokko huccuudhaan maramee mooraa
horiin keessaa nyaatu
keessa utuu ciisuu argitu

โœAkkuma tasaa
raayyaan #samii hedduun
#Ergamoonni (maleekaa) sanaa wajjin mulatanii
akkana jedhanii
Waaqayyoon galateeffatan