🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.56K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌻Namicha Maatewos jedhamu bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu arge; achiis,
Duuka buutuu koo tai jedheen Innis battaluma sanatti
kaee isa duukaa bue
+Mat 9:9
ማቴዎስ የሚባል አንድ ሰው
አየና ተከተለኝ፡ አለው
ተነሥቶም ተከተለው
+ማቴዎስ 9:9
▬▬▬▬▬▬
❖Onkoloolessa=12

#Bagaa-Geessan
➢Ayyaanna jia Qulqulluu
#Mikaa'el
➢Ayyaanna waggaa
boqonnaa Qulqulluu
duuka bu'aa
#Maatewoos🤲
=====||======
➢Maatewoos jechuun
Filatama jechuudhaa
➢Duuka bu'oota 12 keessa
Isaa tokko Ture
➢wangeela isaa kan barressaa
Gooftaan keenya olii bahee
Naanoo waggaa 53 ttii
➢wangeela inni bareesse
Boqonna 28 qaba
➢Iddoo inni Itti barsiisee
Filisxeemi fi Nanawwa biraatti
Barsise jira
➢Onkoloolessa 12 guyyaa
Boqonna isaatii
➢maqaan matewoos inni
Bira
#Leewii jedhama...
Kiristoos yeroo matewoos
Filatuu sanaa namoonni
Sababa matewoosif Kiristoos
Irraati akka Arbasan ifa
➢hojii matewoos qaraxa
sasaabuudha
➢Abbaan Maatewoos
#Alfewoos jedhama
🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼 🌼
🌻Seena Maatewoos🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼

=1◉ Maatewoos 9:9-13👇

🌻Gooftaan keenya
Kiristoos Osoo karaa irraa deemaa jiruu, namicha
#Maatewos jedhamu bakka #qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu arge; achiis

Duuka buutuu koo
tai!” jedheen. Innis battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

Boodas,
#mana Maatewositti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi namoonni #cubbamoota
taan hedduun dhufanii isaa
fi barattoota isaa wajjin nyaachuu jalqaban

#Fariisonni garuu yommuu kana argan, barattoota isaatiin
“Barsiisaan keessan maaliif warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jedhan

Gooftan keenya Kiristoos wanta isaan jedhan dhagaee akkana jedheen: “
Namoota #dhukkubsataniif
malee,
namoota #fayyaadhaaf #ogeessi fayyaa hin barbaachisu

Kanaaf dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin tain gara
#laafina nan barbaada’ jechuun maal jechuu akka tae hubadhaa

Sababiin isaas ani
namoota #Qulqulluu utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=2.◉ Maarqoos 2:13-17👇

👉Gooftan keenya Kiristoos ammas gara
#qarqara
#galaanaa deeme
namoonni sun hundis gara
isaa dhufuu jalqaban; innis isaan barsiisuu jalqabe

Utuu darbaa jiruus
#Leewwii ilmi #Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taauu
isa argee,

#Duuka buutuu koo tai” jedheen. Innis #battaluma sanatti kaee isa duukaa bue

➢Sana booda utuu inni
#mana Leewwiitti maaddiitti dhihaatee jiruu, #namoonni qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hedduun isaa
fi barattoota isaa wajjin maaddiitti dhihaatan

sababiin isaas, isaan
keessaa hedduun isaanii
duuka buutota isaa
taanii turan

Haatau malee,
#barsiisonni seeraa Fariisota yeroo inni #cubbamootaa fi warra #qaraxa sassaabanii wajjin nyaatu
arganii barattoota isaatiin
“Inni akkamitti warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa wajjin nyaata?” jechuu
jalqaban

➢Gooftan kana yommuu
dhagau akkana isaaniin jedhe
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa
hin barbaachisu. Ani
namoota
Qulqulloota utuu hin tain cubbamoota waamuufan dhufe

=3.◉Luqaas 5:27-32👇
👉 Kana booda achii baee
utuu deemuu
#namichi
#Leewwii jedhamuu
fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu
utuu taauu argee, “Duuka buutuu koo tai” jedheen

👉innis wanta hunda
dhiisee kaee isa duukaa
buuu jalqabe

Achiis Leewwiin mana isaatti
#afeerraa nyaataa #guddaa Gooftaa keenya
Kiristoos qopheesse

namoonni qaraxa
sassaabanii fi namoonni
kan biraan hedduunis isaanii wajjin nyaachaa turan

Yeroo kanatti
#Fariisonnii
fi
#barsiisonni seeraa garee isaanii ta'an, isin warra qaraxa sassaabanii
fi cubbamootaa wajjin kan nyaattanii fi kan dhugdan maaliifi?” jedhanii barattoota isaatti
#gungumuu jalqaban

Gooftan keenya kiristoos akkana jedhee isaaniif deebise
#Namoota dhukkubsataniif malee, namoota fayyaadhaaf ogeessi fayyaa hin barbaachisu

Ani
namoota Qulqulluu
utuu hin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan waamuufan dhufe....
▬▬▬▬||▬▬▬

🌹=
#Gaafii
1=kitaaba maatewos irratti
Nama maqaa matewoos jedhee
Jira.
Kitaabonni marqoos fi Luqaas
Sababi Maali Leewii jedhan

2=matewoos sababa maalif
Nyaata Kiristoos mana isatti
Qopheessee
🌹seena kan irraa
Maali hubbatan...

Achiis
#Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: “Namni
#sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.

Kanaaf, namichi isa waamee, ‘Wanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessi’ jedheen

Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: ‘Gooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.

Yommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na
#simataniif waanan godhu anuu beeka.

Achiis
namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, ‘Gooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?’ jedheen. Namichis deebisee,

#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, ‘ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessi’ jedheen

Itti aansees isa tokkoon,
‘Ati hoo hammamtu si irra jira?’ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100’ jedhe
Innis, ‘Waraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessi’ jedheen

Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu,
#ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.

“Anis isiniin nan jedha, yommuu
#qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa

Namni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta
#xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau

Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?

Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan,
#badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?

#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.”

Yeroo kanatti
#Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban

Kanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
#isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(◈Luqaas 16:1-15)



ሉቃስ 16:15

እንዲህም አላቸው፡
#ራሳችሁን በሰው ፊት የምታጸድቁ እናንተ ናችሁ
ነገር ግን
#እግዚአብሔር_ልባችሁን ያውቃል፤ በሰው ዘንድ የከበረ በእግዚአብሔር ፊት #ርኵሰት ነውና

👇👇👇👇👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🔈🔈🔈🔈🔈🔈
🌹=1=biiftuun maalif
dukkaanofte
=deebi isaa (4)
➛1➛
#kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
➛መዝሙር 19:1
#ሰማያት የእግዚአብሔርን #ክብር ይናገራሉ፥ የሰማይም #ጠፈር የእጁን ሥራ ያወራል

2=fakkeenyi biiftuu
#Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
ser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, “Ani #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadan”jedhee obboloota isaatti hime.

Achiis abjuu kana
#abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
“Hiikni abjuu kee kanaa maali
dha
#Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaa” isaan jedhe.
#fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
➛Fakkeenyi
#addeessa "Raahel"
➛Fakkeenyi
#urjii ijoollee Yaaqoobi
➛fakkeenyi
#yoseefii Kiristoos
Luq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: “Kunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa

eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.”
🍃Jechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti

=3= inni bira dubbiin
#rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
Raaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma
#hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni
#cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.

#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
Raaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.

=4=Kiristoos yeroo
#lamaffaa
Yero dhufu
#biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
Mat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana
#aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu,
#urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti
#mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmate
🍃=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii
#kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
🌼➛Fakkeenyi biraa
#addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
➛isaan guyyaa sana bayee
Akka akka
#Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
➛kan akka
#Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹gaafi 3ffaa
3➛laftii Maalif sochate
➛jalqabaa dura
#Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni
#dubbatee
iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree

🌹 lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
➛lafatti fakkeenya
#namatti
(Mat 13:1-7)

Raaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: ‘ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa
#gogaa nan #sochoosa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Link kan xuqaa hordofa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃

#Ani saboota #hundumaa
nan
#sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guuta’ jedha
#Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.

#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa
#samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenya

#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, “Al_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosa”jedhee #waadaa galeera.
Jechoonni “ali tokko dabalee” jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu,
#Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu

keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya
#ibidda gubee balleessu dha.

🌹 inni bira sababa lafti socho’aatefi Kiristoos Waani sodaateefi
Far 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni
#kirkire.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahani
=Deebi
◈Dubbin Kiristoos akka raawamatufi
Yohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.

Yohaannis 5:28
Kana hin
#dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;

➛inni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira
#qaamni isaani Hundi #biyyee ta’e jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)

➛Far 104:29
Yommuu
#fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu.
#lubbuu isaanii
yoo fudhatte,
#du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtan
Isaa booda du'an moo
hin dunne
=deebi
Erga
#awwaala keessa bahanii
Gara
#IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee
#Kiristoos
Dubbacha turanii'
mat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara
#magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan
#argan.
◈jechi
#namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
ማቴዎስ 27:53
#ከትንሣኤውም በኋላ ከመቃብሮች ወጥተው ወደ ቅድስት ከተማ #ገቡና #ለብዙዎች_ታዩ.

🍃
#Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko
#du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu
#wajjin jiru.
➛kanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma
#Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma
#Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Link kan xuqaa seena👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====
🌹🌼 kutaa-16ffªª=hordofa🌼
◈Gaafi fi Deebi
Musiliimoota

Yohaannis 6:57👇
#Akkuma Abbaan
inni
#jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
▬▬▬▬▬▬▬.
🌼 Musiliimoonni akkasii
jedhuu Abbaan jirta,yoo,
ta’e Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu
....
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya.👇

🅾 jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu

Mul’ata Yohaannis 22:13👇
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

Raaji isayaas 44:6👇
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani isa
#jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee
#Waaqni kan
biraan hin jiru.

Raaji_isayaas 48:12-13👇
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.

Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka
#mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu

-Ibroota 13:8👇
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis
#isuma sana

Qabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu

Erga akkasii ta’e Kiristoos
Sababa maalif Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..

🅾 Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo, Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,

🅾Kiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif Abbaan yoo
Jirata,ta’e ilmis jirata
Wani ta’efi

1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu
#Abbaas qaba

◈yeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅰 inni biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu isa
ofii isa Raga kana
Nuuti himme

namoonni tokko tokko Kiristoos
#ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅾 innii biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa ta’e Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....

🌼 lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo,
#Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha

🌼nuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu
#Du'a booda
jireenya isa dhufuu
sana ibsuf Male,,

Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male

Matewoos 22:30-32👇
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.

Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta
#Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee

inni, ‘
#Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobi’ jedheera
Inni Waaqa warra
#jiranii ti
malee, Waaqa
warra
#du'anii miti.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
Haaluma kana amma
Kiristoos
#Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee

Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
Yohaannis 6:54👇
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.

Yohaannis 6:46-47👇
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee Abbaa hin argine
#Abbaa kan arge isa #qofa dha.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
Yohaannis 6:39-40👇
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.

Sababiin isaas fedhiin
#Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa isa nan kaasa.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 11:23-27
#Kiristoos#Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.

#Maartaanis, “ #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beeka” jetteen.

▬▬▬▬▬▬▬
🅾Link kan xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====🌹===👆👆=====
🌹💒 kutaa_19 ffªª 🌹
🌹Gaaffii fi Deebi 👈
📍Musiliimoota📍
Yohaannis 7:34👇
isin na,
#barbaaddu,
garuu na
#hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii 📍
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......
👉kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....
▬▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya =laki
Kiristoos
#fannifamee jira.

📍Ragaa kitaaba Qulqulluu

=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaa” isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti
#Yihudoonni, “Manni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaa
jedhaniin.

#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.

Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan;
#Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
👉Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira

=2=Yohaannis 3:14
Akkuma
#Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;

=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa
#dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka
#ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.

=4=matewoos 27:40
“Ati yaa, isa mana
qulqullummaa
#diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti
#fannifamte irraa bui” jedhu turan.

=5=Luqaas 18:31_33
barattoota
#Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: “Amma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.

#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama

Erga isa
#garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.

=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: “isin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta
#raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!

Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitii
Achiis
#Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.

◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈ ◈◈
🌹kanafuu isin na,
#barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......

🥀=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii ta’efi

⓵=1ximotewos 6:14_16
hanga
#Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa.
#Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;

kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

⓶=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani
#dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
Achiis
#Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laata” jechuu jalqaban

#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
#isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin
#addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa
#miti.

⓷=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti
#Fariisonni tokko tokko dhufanii, “Heroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemi” jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaatii
#jeedala sanatti, ‘Kunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumura’ jedhaatii itti himaa.

🌹link kan fayyadama👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====
🌹kutaa_20ffªª🌹
=📍Gaafi fi Deebi📍=
🌹Musiliimoota👇
Yohaannis 7:40
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,“Dhuguma iyyuu
kun
#Raajicha dha”
jedhan.
▬▬▬▬▬▬▬
Gaaffii isaanii
Kiristoos Raajii dha
Jedhuu....
deebi keenya
Kiristoos Kiristoos foonii
Nama uffatee wanta dhufee,
1=Nama tokko
Tokkooti,raajii fakkata
2=
Namoota tokko tokkoti
Immo samii irraa wani dhufee Kiristoos fakkata
================
Ragaa kitaaba

seera keesaa
Deebi 18:15
#Waaqayyo gooftaan keessan isin #gidduudhaa, #obboloota keessan keessaa, #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
ዘዳግም 18 :15
እግዚአብሔር ከአንተ መካከል ከወንድሞችህ እንደ እኔ ያለ
#ነቢይ ያስነሣልሃል፤ እርሱንም ታደምጣለህ
=kanafuu namoonni
Kuni sababa kanafis Raajii dha. Jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬
namoonni tokko tokko
Immo sababa
#Kiristoos
Jedhani immoo

Raajii mikiyaas 5:2
Ati immoo yaa mandara
#Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; #Israa'elin kan #mo'u(bulichu)_tokko si keessaa anaaf in ba'a; hundeen isa si keessaa ba'uuf jiruus kan #bara durii durii bara baraa ti

ሚክያስ 5 :2
አንቺም
#ቤተ ልሔም ኤፍራታ ሆይ፥ አንቺ በይሁዳ አእላፋት መካከል ትሆኚ ዘንድ ታናሽ ነሽ፤ ከአንቺ ግን አወጣጡ ከቀድሞ #ጀምሮ ከዘላለም የሆነ፥ በእስራኤልም ላይ #ገዥ የሚሆን ይወጣልኛል።
▬▬▬▬▬▬▬
kana booda yaadaa
Kitaaba keessa jiruu ilaala

Yohaannis 7:37_44
Guyyaa dhumaatti, jechuunis guyyaa
#ayyaanichaa isa guddaatti
#Iyyaasuus(kiristoos)
dhaabatee
#sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe: “ #Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee
haa dhugu.

Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan
#amanu hundi: ‘ #Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa
ni yaaa.’”

Haatau malee, inni kana kan dubbate waaee lubbuu(hafuura) isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture;

sababiin isaas amma iyyuu Affuurri gadi hin bunne turee

#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,“Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dha”
jedhan.

Kaan immoo, “Kun
#Kiristoosi” jedhu turan. Tokko tokko tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos Galiilaadhaa ni dhufaa?

Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
#sanyii Daawit keessaa, akkasumas
#Beetaliheem ganda Daawitii akka
dhufu ni dubbata mitii?”

Kanaaf, isa ilaalchisee
namoota sana
gidduutti
#waliqoqqooduun ni uumame.
Isaan keessaa tokko tokko
isa qabuu kan barbaadan taus, namni tokko illee isa hin qabne.
▬▬▬▬▬▬▬
kanafuu namoonni
Tokko Erga kiristoos
raajii dha jedhee
Yaada lamaffaa namoonni
Kiristoos jedhanii sana
Fudhachuu qaba

isaa booda raajii fi Kiristoos kan jedhuu
Garagarumma isa
Ibsuu qaba.akkasumas
Tokkummaa isa

=raajii jechuun akkuma
Kiristoos akkuma rajoota
Foonii uffachuu ibsuuf
Kiristoos yeroo jennuu
Samii irraa dhufuu ibsuu
Kunis samii irra dhufee
Sanyii Daawit irraa dhalachuu kan ibsuu
Ta'a.
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====
🌹👁kutaa_34ffªª.🌺🌹
=Gaafi fi Deebi
Muslimoota

1=Yohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani
#hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2= Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “ilaa,
#Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
▬▬▬▬▬▬▬
📍➝Gaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.
#isiinis hoolotaa jedhee jira .
👉=kanafuu
#hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....
▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya👇
➛lakki kuni
#dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii »
▢▢▢▢▢▢▢▢▢▢▢
Ragaa kitaaba

1⃣=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
#fakkeenya ” kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
💒 gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.

*⃣ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
akkuma
#Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, ”akkuma ani #Qulqulluu ta’e isin immoo Qulqulloota ta'a jedha»

2⃣ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis
#qulqulloota tauu qabdu” jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.

📍yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa ta’e isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.

3⃣=Luqaas 6:36
Akkuma
#Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.

4⃣=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii
#mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.

➧Waaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)

🔻 Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi ” Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
🔔🔔🔔🔔🔔🔔
🔉*Seera Durii keessatti Waaqayyo
#hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, 🎯Kiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.

6⃣=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: “Kunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
▬▬▬▬▬▬▬
➛ jechi hoolota koo
jedhu
#Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)

➧ yero kami iyyuu yoo, ta’e Waaqayyo malee
#hoomtuu hoolota jedhee kana nama ”“ wamamu gonkumaa hin jiruu » Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.

⓵= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta
#tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(ከዚህም በረት ያልሆኑ ሌሎች በጎች አሉኝ፤ እነርሱን ደግሞ ላመጣ ይገባኛል ድምፄንም ይሰማሉ፥ አንድም መንጋ ይሆናሉ እረኛውም አንድ (ዮሐንስ 10:16)

💒 link kan xuqaa hordofuu dandeessu 👇👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~⋕⋕⋕~~~~
🅱➡️ kutaa_41ffªª⤵️
Gaafii fi Deebi
Muslimoota

Yohaannis 11:22

#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis Maartaan Kiristoosin akkana jette: “Yaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa
#obboleessi koo hin duu ture.

Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde
#Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Gaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Deebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a

Ragaa kitaaba
⓵=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “
#Samii irrattis
tae
#lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..🚼

♨️ Aangoo samii fi lafaa kani kennef Waaqayyo kan jedhan yoo,ta’e immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.

⓶=Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
▬akka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun Waaqayyo jechudha jedha.
▶️Yoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha

gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
➞Maartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.

▶️ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura
#namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.

➡️ Maartaan garuu amma Waaqayyo yoo,
#kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.

🟰Kiristoos immoo osoo akka yaada ishe ta’e Eeyyee dhugaa jette ,Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee

🔺Kiristoos Maartaan akka
#dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne ⬇️

⓷=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, “
#Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, “Guyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: “
#Duaa kauu fi #jireenyi
ana.
#Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa ree
ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan
#amana” jetteen
➞kanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee
#Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee 🛅
▬▬▬▬▬▬▬▬
⓸=Mul’ata Yoh.1:18
Ani
#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani
#furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
🅰 erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....🚯deebii hin qabin.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
↪️ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️
🌺➡️ kutaa _54 ffaa 🌺🔺🌹
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Gaaffii fi Deebii
🍃musiliimota🍃
Yohaannis 13:13
isin
#Barsiisaa’ fi #Gooftaa’ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan
#namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, ta’e namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....
✏️Ragaa isaanii immoo
A)).
#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)).
#Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya
📥 Abrahaami fi Musee qofa dhisii
#addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo ta’e iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.🫲
🕹kanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu

Fakkeenyaaf Waaqayyo
#Gooftaa jedhamee jira
🌹👉Seera Bau 34:23👇
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo
#gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the
#Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
▬▬▬▬▬▬▬▬
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu ta’e Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha jennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii
#lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos
#Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef

➡️ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
🌺
#Ragaa_kitaaba
A.)) 📍Kiristoos Qofaani
#Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
Luqaas 2:11👇
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos
#Goofticha dha.

B.))📍 Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
Yohaannis 20:28👇
Toomaasis deebisee,
#Gooftaa ko, Waaqa ko!” jedheen.

C.))📍 cuuphaan tokko
#Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
Efesoon 4:5👇
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

D.))📍
#gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
Galaatiyaa 1:3👇
Waaqayyo
#Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.

E.)) 📍Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
Filiphisiiyus 3:20👇
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna

F)).📍 Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
1Qorontos 8:6👇
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane
#Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus
#Kiristoos qofatu jira

G.)) 📍Lubbuu
namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
Hoji.duka .buota 7:59👇
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii
#Isxifaanos, “Yaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhu” jedhee kadhate.
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya ree ammaa 😄😄
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandani😜
👇👇👇👇👇👇
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
🅰👉1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin,
#Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dha” jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dha” jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.

🅱👉1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,ta’e kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadi👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
Audio
🌹 Orthodoksi fi Muslimaa
➻mataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa  jedhuu irratti.
➸hoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman;
namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti #Kiristiyaanota” jedhaman

🌹Luqaas 11:28
Inni garuu
#Lakki_gammadoon
illee
#namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
❤️kanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.

👉 koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa ta’a fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.

Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha” isaaniin jedhe.
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
1➻
#orthodoksi irraa
     Gutema Gelana
2➻
#Muslimaa irraa
     Abbuu.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
🌺Namoonni Kiristoos qaban
« kuni eessaa dhufanii Lataa.
Maatewos ,Maarqoos ,Luqaas fi Yohaannis ❝ namoonni heduun suni garee kami keessa akka dhufanii ibsaanii jiruu.
Afaan Ingiliffaatiin
#from_the kani jedhamee kanafi yookiin afaani Giriikiitiin #ἀπo_τῶν ,Afaan Oromiffaa #bira_dhufanii jedhamee barreefame.
🅰 Maqaan gareewwan
sana immoo👇
👉Garee loltoota (
#σπεῖραν
   =Yohaannis 18:3
👉Garee Eegdotaa Mana  Qulqulluummaa (
#ὑπηρέτας)
  =Yohaannis 18:3
👉Garee Dura Buutota Luboota (
#ἀρχιερέων)
  =Yohaannis 18:3)
👉Garee Fariisotaa  (
#Φαρισαίων)
  =Yohaannis 18:3)
👉Garee Maanguddoota Sabaa  
#πρεσβυτέρων  τοῦ λαοῦ(
  = Maatewos  26:47
=Maarqoos 14:43)
👉Garee Barsiisota Seera  
#γραμματέων)
=Maarqoos 14:43)

🅱 kanafis
#Maatewos #Namoota.baay'ee jedhee lakkoofsa hedduu jedhe “ yookiin afaanii Ingiliffaatiin «great multitude» jedhe, Afaan Giriikiitiin immoo #πολὺς  jedhee.
🅰 Namoonni baay'ee Suni gareen sana qofa irraa
namoota ergamaan qofa osoo hin tanne ,warri #ergaani iyyuu #mataan isaani keessa jiruu.
Luqaas 22:52
Yeroo kanatti Iyyaasus kiristoos dura buutota lubootaa fi dura buutota mana qulqullummaa, akkasumas maanguddoota isa
#qabuu_dhufaniin_akkana #jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?
🅾 Kiristoos immoo
namoota baay’ee sanaan illee jedhe jira.
Maatewos 26:55
Saʼaatii sanatti Iyyaasus kiristoos
#Namoota sanaan akkana jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaʼee barsiisaan ture; isin garuu na hin qabne.
🌻 kana jechuun Kiristoos
#qaama_lamaanitti iyyuu dubbatee jira // warra Ergamee fi warra Ergee // «  ,kanafis #Luqaas qaamaa tokko baresse, #Maatewos immoo kani qaama bira bareesee.

Gareewwan ja'an(6) kuni immoo maali
#harka isaaniitti qabatanii dhufanii laata
afaanii Oromiffaa fi Afaan Giriikiitiin.ilaali.
➊➛Goraadee
#μαχαιρῶν
      ~Maatewos 26:47
❷➛ Ulee
#ὄχλος
       ~Maatewos 26:47
❸➛meshaa waraana
#ὅπλων)
Yohaannis 18:3
❹➛Ibsa
#λαμπάδων (kuni ibsa Zayitaan ifa kennuudhaa
      ~Yohaannis 18:3
❺➛guca
#φανῶν (ibsa Fanosi isaa jedhamu
      ~Yohaannis 18:3
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
Link waldaa kanaa argachuuf kana xuqaa👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹kutaa-102-ffaa.👈
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
Yohaannis 1:25
isaan “Ati #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu😂
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa 👇
➊➧ #Kiristoos dhufee jira💯
➋➧ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu💯
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taʼuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
🙋‍♀ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi 👈
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu
▬▬▬▬
🌷Deebii keenya👇
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣️
➋➻Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣️
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣️

🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo Muhammadi kani jedhuu irratti

#Qabxiwwan_Tokkoffaan
#Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani « Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi 👈
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)📍#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
➋➻ bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)📍#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok👌
▬▬▬
#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣️Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

➋➻ Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo «Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.👇
C)📍#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa👇
D)📍#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaʼuu qabda.
👆👉 dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).📍#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)📍 #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaʼee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)📍 #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaʼelin argee, “Isa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaʼee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaʼee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.