🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
➡🌺kutaa _ 52 ffªª 🌞🌞
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
➡ Gaaffii fi Deebii
🚯musiliimota 🚯
✍ Yohaannis 12:49
wanta ani jedhuu fi wanta ani dubbadhu
#Abbaa isa ana erge sanatu na ajaje malee ani #ofii kootiin kakaee hin dubbanne.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⚫ Gaafii isaanii
⓵=wanta dubbatuu hunda kani Abbaatti malee kani Kiristoos mitii jedhuu....❓
====================
🔳 Deebi keenya.
✍lakki dubbii kani qaamaa lamanuu iyyuu itti kan jedhuu ta'a.
✍jalqabaa irratti dubbii Kiristoos ta'u ragaa keenya kitaaba Qulqulluu dha.
⓵👉Yohaannis 8:31
Achiis Iyyaasus(Kiristoos )Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: “Isin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti;
⓶👉Yohaannis 8:43
Wanta ani dubbachaa jiru maaliif hin hubattan?
#Dubbii_koo fudhachuu waan
hin dandeenyeefi.
⓷👉Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.”
ⓞ👉Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?
#Ati_dubbii jireenya bara baraa qabda
⓹👉Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#hafuura; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti
dubbadhe
hafuura, akkasumas jireenya.

🌺Gara mataa duree keenya yeroo deebinuu immoo Dubbiin kuni kani Abbaatii malee kiyyaa mitii kani jedhee Kiristoos ,yihudoonni barumsa isaa fi dubbii isaa fudhachuu wani didaniif ,akkasumas Kiristoos ni tuftani ,sababaa Kanaaf dubbii Abbaa jedhee ,yihudoonni immoo Abbaa akka waaqati wani ilaalaniif ,ni Amanuu jedhee itti dubbate.

✍Raaga kitaaba Qulqulluu
⓵✍Yohaannis 12:48
Nama ana
#tuffatuu fi
#dubbii_koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa
⓶✍Yohaannis 5:31_32.
“Ani qofti waaee
#ofii_koo yoon
dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau. Haatau malee,waaee koo kan dhugaa bau kan biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka.
⓷✍Yohaannis 5:40_44
Taus, isin jireenya argachuuf
gara koo
#dhufuu hin barbaaddan.Ani nama irraa #ulfina argachuu hin barbaadu; taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka.
Ani maqaa Abbaa kootiin Nani
dhufe; isin garuu na
#hin_simanne.Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina isa #Waaqa_tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu ree?
⓾✍Yohaannis 6:29_30
Iyyaassus(Kiristoos) “Hojiin Waaqayyoo, isin isa inni ergetti akka amantaniifi dha” jedhee isaaniif deebise. Yeroo kanatti isaan akkana jedhaniin: “Akka nuti arginee si amannuuf,
#mallattoo maalii argisiifta? Hojii akkamii hojjetta?
⓹✍Yohaannis 8:18-19
#Ani waaee ofii #koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa. Isaanis, “Abbaan kee eessa jira?” jedhaniin Iyyaasuus(Kiristoos), “Isin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
kutaawwan darban dubbisa
A.))➛ Kutaa _ 12 ffaa
B.))➛ Kutaa _ 15ffaa
C.))➛ kutaa _ 17 ffaa
D.))➛ Kutaa _ 25 ffaa
E.))➛ kutaa _ 26ffaa
F.))➛ kutaa _ 28ffaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺
Link waldaa kana kuno namni fedhii qabduu seenu danda’a❓
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
‎‎‎‎‎‎‎‎‎‎
🅰 kutaa-84-ffªª 🍁
   ▣➻gaaffii fi Deebi
   ▣➻Muslimoota
1➛Kiristoos yeroo lubbuu isaa kennu sana dura ni xumuramee jedhe moo ❓lubbuu kiyya Abbaati imanaa kennadhe jedhe.❓
▬▬▬▬▬▬▬
✍Yohaannis 19:30
#Iyyaasuus wayinii dhangaggaaÊŒaa sana erga dhamdhamee booda, “ #Ni_Xumurame ” jedhe; achiis #mataa isaa gadi qabee #hafuura(lubbuu)isaa kenne.
👉akka Yohaannis jedhutti ni xumurame erga jedhe booda lubbuu isaa kenee jedha.
✍Luqaas 23:46
#Iyyaasuus sagalee guddaadhaan iyyee, “ #Yaa_Abbaa, ani hafuura(lubbuu)koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha” jedhe. Erga kana jedhee #boodas lubbuu isaa kenne.
👉akka Luqaas jedhutti erga lubbuu isaa Abbaatti kenne booda jedha.
▬▬▬▬▬▬
    ðŸŒ¹ Deebii keenya👇
🍳 lamaan isaanii iyyuu sirriidha
✍ akkuma beekamuu Yohaannis xumurame kani jedhe
#dubbi_kitaba inni wa'ee fannifamu Kiristoos ibsuu akka xumuramuuf jedhee (Yoh19:28)
👉Kanaafuu jecha kitaaba Qulqulluu jedhuu samuutti qabadhu.
✍Luqaas immoo Kiristoos erga waynii dhangagga'a sana dhamdhammee booda ,Kiristoos namicha Haattuu sana wajjiin akka dubbachaa turee erga ibsee booda lubbuu isaa kennee jedha
« iddoo kanatti Yohaannis immoo Kiristoos haattu wajjiin dubbachu isaa seenaa kana osoo hin bareessin biraa darbee lubbuu isaa kennuu qofaa bareesse. 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑎𝑚𝑎𝑙𝑎 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑎 𝑞𝑢𝑙𝑞𝑢𝑙𝑙𝑢𝑢𝑡𝑡𝑖, « 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑛𝑊𝑎f 𝑘𝑎𝑛𝑖
#𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒 #𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑𝑎𝑟𝑏𝑎, 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑠𝑠𝑒 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑙𝑢𝑞𝑎𝑠 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑𝑎𝑟𝑏𝑎, 𝑊𝑒𝑟𝑜 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑊𝑎𝑎𝑑𝑎 𝑀𝑎𝑙𝑖 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑎𝑎𝑡𝑎 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑗𝑖𝑟𝑎.
🌺 𝑖𝑑𝑑𝑢𝑚𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖  𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑓𝑖 𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑊𝑜𝑜, 𝑖𝑙𝑎𝑙𝑒.
⓵➛𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑊𝑒𝑟𝑜 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑢
#𝑚𝑎𝑡𝑎 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑚𝑎𝑡𝑎 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑒 𝑏𝑜𝑜𝑑𝑎 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒.𝑙𝑢𝑎𝑎𝑎𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒.(Yoh 19:30)
⓶➛𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠
#𝑥𝑢𝑚𝑢𝑟𝑎𝑚𝑒 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒 𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒.(Yoh,19:28-30)
⓷➛𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢𝑢 𝑘𝑜𝑜, 𝑖𝑚𝑎𝑎𝑛𝑎
#𝑎𝑏𝑏𝑎𝑡𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑒 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑒,𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒(Luq 23:46)
ⓞ➛𝑀𝑎'𝑒𝑒
#ℎ𝑎𝑎𝑡𝑢 𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑒 𝑗𝑖𝑟𝑎 ,𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑛𝑛𝑒.(Luq 23:36-42)
⓹➛𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 ,𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠
#𝑑ℎ𝑒𝑒𝑏𝑜𝑜𝑑ℎ𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 𝑖𝑏𝑠𝑒 ,𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑖𝑏𝑠𝑖𝑛𝑒𝑒
(Yoh 19:28)
🌺 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙖𝙢𝙖𝙡𝙖 𝙠𝙞𝙩𝙖𝙗𝙖 𝙊𝙪𝙡𝙊𝙪𝙡𝙡𝙪𝙪 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪𝙣 𝙙𝙞𝙧𝙊𝙖𝙢𝙖.
#𝑚𝑎𝑎𝑡𝑒𝑀𝑜𝑜𝑠 𝑓𝑖 #𝑚𝑎𝑎𝑟𝑞𝑜𝑜𝑠 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑙𝑢𝑞𝑎𝑎𝑠 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒 𝑓𝑖 𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑖𝑠 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑏𝑎𝑙𝑖𝑛 𝑥𝑢𝑚𝑢𝑟𝑎𝑛𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢.
➊➻Maatewos 27:50
Ammas
#Iyyaasuus sagalee guddaadhaan erga iyyee booda hafuura(lubbuu) isaa kenne.
❷➻Maarqoos 15:37
Iyyaasuus garuu sagalee guddaadhaan erga iyyee booda lubbuu isaa kenne.
❞➻Luqaas 23:36
#Loltoonni illee isatti qoosan, dhufanii #daadhii wayinii #dhangaggaaÊŒaa isaaf kennanii
❹➻Luqaas 23:42
Achiis, “Yaa Iyyaasuus yommuu
#gara_Mootummaa keetti dhuftu na yaadadhu” jedhe.
🅟 𝙬𝙖𝙡𝙪𝙢𝙖𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙩𝙞
𝑊𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑥𝑢𝑚𝑢𝑟𝑎𝑚𝑒 𝑊𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢
#𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑛_𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑎 𝑟𝑎𝑗𝑗𝑜𝑡𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑢 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑟𝑎𝑀𝑀𝑎𝑡𝑎𝑚𝑢𝑢𝑓 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒
❺➻Yohaannis 19:28
Iyyaasuus wanti hundi xumuramuu isaa yommuu beekee, wanti
#Kitaabni Qulqulluun jedhu akka xumuramuuf “Nan dheebodhe” jedhe.
❻➻Yohaannis 19:29
Bakka sanas okkoteen daadhiin wayinii dhangaggaaÊŒuun guutame tokko kaaÊŒamee ture. Kanaaf, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaÊŒaa taÊŒeen guutame hagadaa hisoophiitti diranii afaan isaatti qaban.
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹Haala tartiiba isaa👇
➊=Nan-dheebodhe (Yoh 19:28
❷=Ni-xumurame Dubbiin kitaaba (Yoh 19:28-30)
❞=Lubuu isaa immoo Abbati kenne jedha (Luq 23:46)*
❹=Mataa isa gadi qabe(Yoh 19:30)
👉 lubbuu isaa kenna👈
✍jecha lubuu isa kenne jedhu irraati yohannis fi luqaas yaada tokkon ni ibsu.( Yoh 19:30).(Luq 23:46)
▬▬▬▬▬
hordofuu yoo,barbaadan
👇👇𝚡𝚞𝚚𝚊𝚊 👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹𝙞𝙟𝙀𝙀𝙡𝙡𝙚𝙚 👇
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.❓
⓵➻
#𝚖𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚢𝚘𝚘 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚎
⓶➻ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚢𝚘𝚘
#𝚓𝚊𝚕𝚊𝚗𝚎 𝚏𝚒 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚢𝚘𝚘 𝚎𝚐𝚗𝚎
⓷➻
#𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚗𝚞𝚞 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞𝚞𝚏𝚒
â“žâž»
#𝚊𝚏𝚞𝚞𝚛𝚛𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚢𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚝𝚎
⓹➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚑𝚒𝚗
#𝚜𝚘𝚋𝚗𝚎 𝚢𝚘𝚘 𝚝𝚊𝚗𝚎
⓺➻ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘
#𝚠𝚊𝚕𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚢𝚘𝚘 𝚗𝚞𝚞 𝚚𝚊𝚋𝚎.
⓻➻
#𝚋𝚒𝚕𝚒𝚜𝚞𝚖𝚊𝚊 𝚢𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚗𝚎.

🌹𝚓echi
#ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #τέκΜα (Tekna) jedhama.

❶➻Yohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan
#maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taÊŒaniif aangoo isaaniif kenne.
❷➻Raajii-Isayaas 63:8
#innis, “Isaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dha” jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taÊŒe.
❞➻Yohaannis 11:52
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaÊŒanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.

❹➻ Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma
#lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siÊŒa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
❺➻Roome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taÊŒuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taÊŒee dhugaa baÊŒa.
❻➻Raaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani
#ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.

❌➻Roome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baÊŒee,
#bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
❜➻Roome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taÊŒan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaÊŒaman warra akka
#waadaa sanaatti #ijoollee isaa taÊŒani dha.

❟➻1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
❿➻1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu
#jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.

👇𝖌𝖆𝖗𝖆 T𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑢👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇 kutaa-97-ffªª  👇👇
➻gaafi Deebi Musiliimota
✍Yohaannis 1:13
isaan #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii #dhiiraa irraa hin dhalanne.
👉gaaffii isaanii Namni akkamitti dhigaa ykn fedhii fooni ykn fedhii dhira malee dhalchuu danda'a jedhuu..❓
▬▬▬▬
🌷 Deebii keenyaa.
#Gaafi keenya immoo nuuf Deebisa yaa Musiliimota Adaami dhiga male ykn fedhii fooni malee ykn fedhii dhira malee Hin Uumamnee  moo..❓
✍gara yaada keenya yaa Deebinuu " Namni kamiyyuu foonii Adaami sana,qaba foonii nama gosummaa tokko.
1Qorontos 15:39
Foon hundinuu tokko miti; #Namni_foon_gosa_tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
👉 𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙚𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚𝙛𝙞
1.𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙩𝙀𝙠𝙠𝙀𝙛𝙛𝙖𝙖
Namni maqaa Kiristoositti Amanuu jedhe malee namaa hunda hin jennee.
➊➧Yohaannis 1:12-13
warra isa simatan #hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee Waaqayyoo akka taÊŒaniif Aangoo isaaniif kenne Isaan Waaqayyo irraa #dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.
➋Hoji-Duka.buota 2:21
Namni #maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya
➌Roome 10:13
Namni maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya.
➍Farfannaa 9:10
Warri #maqaa kee beekan sitti #amanamu; Yaa waaqayyo ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.
➎Raji-Isayaas 50:10
isin gidduudhaa waqayo kan sodaatu, Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaÊŒu eenyu? Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu? inni #maqaa_waaqayyotti haa #Amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.
➏Yohaannis 20:31
Wantoonni kun kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taÊŒuu isaa akka amantaniif, #amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
👉𝚒𝚍𝚍𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚚𝚊𝚊 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚞 𝚢𝚎𝚛𝚘 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 _𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚝𝚊𝚞 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚛𝚛𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚒𝚋𝚜𝚎.
👉𝑚𝑎𝑞𝑎𝑎𝑛 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑢𝑚𝑎 #𝑗𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑊𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑢 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑖 #𝑀𝑎𝑎𝑞𝑎𝑊𝑊𝑜 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑀𝑎𝑛𝑡𝑎,𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖.
2.𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙡𝙖𝙢𝙖𝙛𝙛𝙖𝙖.
Namni foonii fi dhiga irraa hin dhalannee jedhun nama,hafuuraa jechuudha «Sababiin isaa afuurri dhiga fi foonii hin qabuu wani taefi »

➐Luqaas 24:39
Anuma taÊŒuu koo beekuuf, harka koo fi miila koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa; uumamni #hafuuraa akka ana irratti argitan kana #foonii fi lafee hin qabu.”
➑Maatewos 16:17
 Yeroo kanatti Iyyaasuus “Yaa Simoon ilma Yoonaas, kana kan siif ibse #foonii fi #dhiiga utuu hin taÊŒin, Abbaa koo isa samii waan taÊŒeef gammadi.
👉Tolee nama hafuuraa jechuun kani hojii hafuuraa kani hojjatu wani ta’ef ,namni foonii fi dhiiga immoo hojuma foonii dhiiga hojjata jechudha.
❟Yohaannis 4:24
#Waaqayyo_hafuura #warri isa waaqeffatanis #hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
❿Roome 8:5
warri akka #fooniitti jiraatan, yaadni isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata; warri akka #hafuuraatti jiraatan garuu, yaadni isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.
➊➊Roome 8:9
Dhuguma hafuurri Waaqayyoo yoo isin keessa jiraate garuu, fedha #foonii wajjin utuu hin taÊŒin, fedha hafuuraa wajjin tokkummaa qabaattu. TaÊŒus, namni tokko #hafuura Kiristoos hin qabu taanaan, namni kun kan isaa miti.
▬▬▬▬
𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙙𝙖𝙗𝙖𝙡𝙖𝙩𝙖 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀.
✍𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙠𝙞𝙩𝙖𝙗𝙖 𝙊𝙪𝙡𝙊𝙪𝙡𝙡𝙪𝙩𝙩𝙞 𝙠𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙞 𝙝𝙚𝙙𝙙𝙪𝙣 𝙙𝙝𝙖𝙡𝙖𝙩𝙖.
⓵➻1 Pheexiroos 1:23
isin karaa #dubbii Waaqayyoo isa jiraataa taÊŒee fi yeroo hunda jiraatuun, haaraa kan #dhalattan, sanyii baduun utuu hin taÊŒin sanyii hin badneen ture.
⓶➻Yaaqoob 1:18
Kun fedhii isaa waan taÊŒeef, nuti uumamawwan isaa keessaa warra jalqabaa akka taanuuf, inni dubbii dhugaatiin nu #dhalche.
⓷➻1Yohaannis 5:1
Namni Iyyaasus dhuguma Kiristoos taÊŒuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa #dhalateera; namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata.
ⓞ➻1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa #dhalate hundi cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; inni Waaqayyo irraa dhalate sun waan isa eeguuf, Inni Hamaan sun waan tokko illee isa gochuu hin dandaÊŒu.
⓹➻Yohaannis 3:5
Iyyaasus akkana jedhee deebiseef: “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu illee #bishaanii fi #hafuura irraa yoo #dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaÊŒu.
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 #𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 #𝚍𝚑𝚒𝚐𝚊 𝚢𝚔𝚗 𝚏𝚎𝚍𝚑𝚒 #𝚍𝚑𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚊𝚗𝚎𝚎
𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚑𝚊𝚏𝚞𝚞𝚛𝚛𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚏𝚎𝚍𝚑𝚒 𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚞𝚔𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚋𝚞'𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚎𝚎𝚗𝚢𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚊𝚏𝚞𝚞𝚛𝚊𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒.
👉Yohaannis 3:6
Wanti #foon irraa #dhalate fooni; wanti #hafuura irraa dhalate immoo #hafuura.

+gαяα  𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-100-ffaa🕹
➻gaafi fi deebi Musiliimota
✍Yohannis 1:14
sagalichi #foon_taÊŒee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1➧gaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu ❓
👉Ragaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuu❓
▬▬▬▬▬
🌷Deebi Keenya❓
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98👈dubbisi
kutaa -99👈dubbisi
✍amma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
🌹kuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka ta’e ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
👆iddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee « #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe »
👇Jechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
👉 inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa ❓deebii isaa abbaa bira. 
➊➻Yohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
➻ kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
➻yeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee ta’e dhufe foonii nama fudhatee
👉akkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
➋➻Maatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaÊŒin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
✍ Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. ❝ kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.❞.
➌➻Ibroota 2:14-15👇
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis  duÊŒa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duÊŒa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duÊŒaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
➧jecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
➍➻Filiphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
➻iddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
➻amma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
▬▬▬▬
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
➧Sababiin isaa « jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu ❌
➧inni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhu❌
▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
🌹kutaa-102-ffaa.👈
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
✍Yohaannis 1:25
isaan “Ati #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu😂❓
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa 👇
➊➧ #Kiristoos dhufee jira💯
➋➧ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu💯
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taÊŒuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
🙋‍♀ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi 👈
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu❌
▬▬▬▬
🌷Deebii keenya👇
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣
➋➻Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣

🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo❓ Muhammadi kani jedhuu irratti❓

✍ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
➻ #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani « Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi 👈
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)📍#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaÊŒumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
➋➻ bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)📍#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee ❌ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne ❌
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok👌
▬▬▬
✍#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

➋➻ Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo «Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.👇
C)📍#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa👇
D)📍#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaÊŒuu qabda.
👆👉 dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).📍#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)📍 #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaÊŒee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)📍 #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos NaatnaaÊŒelin argee, “Isa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaÊŒee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaÊŒee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.
◉ 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑥𝑢𝑚𝑢𝑟𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑡𝑖.
"Raaji-Ermiyaas 32:17
Yaa #Waaqayyo Gooftaa, ati #humna kee guddaa fi irree kee diriirfame sanaan samiiwwanii fi lafa uumteerta. #Wantii ati hin dandeenye #tokko iyyuu hin jiru.

"Roome 11:8
Kunis isa,
“ #Waaqni hamma guyyaa harÊŒaatti,
akka #iji isaanii hin argineef,
akka #gurri isaaniis hin dhageenyeef,
#hafuura_nama dawweessu isaaniif kenne”
jedhamee #barreeffamee dha.

👉𝚙𝚑𝚎𝚎𝚗𝚡𝚎𝚎 𝚜𝚘𝚋𝚍𝚞 𝚝𝚊'𝚞, 𝚏𝚒 𝚔𝚒𝚝𝚊𝚊𝚋𝚊 𝚒𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚗𝚎 𝚑𝚞𝚋𝚋𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚗𝚒 𝚍𝚊𝚗𝚍𝚊𝚖𝚊.

➻(gara telegrama)
👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-11-ffaa
✍Gaaffii fi Deebii Islaama
𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞 « Kitaabni Maarqoos fi ergaa Yohaannis wali faalleessa jedhu

🎥 ragaa isaanii.
➊➻Maarqoos irratti yaa Qulqulluu Waaqayyo jedhani ragaa ba'u
Maarqoos 1:24
akkana jedhe; “Yaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha_Waaqaa!”

➋ erga Yohaannis irratti immoo #Iyyaasus kiristoos foonii akka dhufe ragaa ba'u❓:⁠^⁠)
1 Yohaannis 4:2
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka #Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baÊŒu hundi kan Waaqaa ti;
▬▬▬▬▬
🕹Deebii keenya hundinuu sirriidha kana jedhuu ta'a

➻jalqaba dura Seexanni ykn hafuura xuraawaan suni Ati Qulqullicha Waaqayyo kani jedhe eenyun jedhee❓
➻Iyyaasuusin jedhee =ok.
➻jalqaba sagalee turee(sagaleen immoo Waaqayyo turee)  sagalee sanu foonii nama uffaate.=ok.
➻Yeroo kanatti maqaa Iyyaasuus jedhamu argamee.

➊➻Maarqoos 1:23-24
Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan #hafuura xuraaÊŒaan qabame tokko iyyee akkana jedhe; “Yaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu #balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha Waaqaa!

➋➻Yohannis 1:1
Jalqabatti #sagalee ture; sagaleen Waaqa wajjin ture; sagalee sunis #Waaqa ture.

➌➻Maatewos 1:21
#Isheen ilma deessi; atis #maqaa isaa #Yesuus jettee ni moggaafta; inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisaatii.

➍➻Roome 8:3
Waan seerri sababii fooniitiin dadhabsiifameef hojjechuu hin dandaÊŒin, Waaqni #Ilma ofii isaa #bifa_foon cubbamaatiin aarsaa cubbuu akka taÊŒuuf erguun hojjeteeraatii. Kanaanis inni fooniin cubbuutti mure.

🛑 gara Yohaannis koota immoo yeroo tokkoo.

➎➻1 Yohaannis 4:1-2
Yaa michoota,  #hafuuronni kan Waaqaa taÊŒuu fi taÊŒuu baachuu isaanii ilaaluuf qoradhaa malee hafuurota hunda hin amaninaa;  #raajonni sobduun hedduun addunyaa seenaniiru
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma:  #Hafuurri akka #Yesuus_Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baÊŒu hundi kan Waaqaa ti;

➏➻Yohaannis 6:68-69
Simoon #Phexrosis akkana jedhee deebise; “Yaa #Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati #dubbii jireenya bara baraa qabdaa. Nu akka ati #Qulqullicha Waaqaa taate #amanneerra; beekneerras.”
▬▬▬▬
➐➻Maarqoos 1:25
#Yesuus immoo, #CalÊŒisii isa keessaa baÊŒi!” jedhee ifate.

Kiristoos maalif calisi keesa bai jedhan ❓, sababa Seexanni hooji gaarii wani hin qabneef fi maqaa Kiristoos na fayyisee jedhe osoo hin tanee calisee iyyee

➑➻seera.Bau  20:7
#Maqaa Waaqayyo Waaqa keetii akkasumaan hin #dhaÊŒin; Waaqayyo warra #akkuma argan maqaa isaa dhaÊŒan utuu hin adabin hin dhiisuutii.

➒➻Yaaqoob 2:18-19
Namni tokko garuu, “Ati #amantii qabda; ani immoo #hojii qaba” jedha.
Ati amantii kee hojii malee na argisiisi; anis hojii kootiin amantii koo sin argisiisa. Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha!  #Hafuuronni_hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.

➓➻Luqaas 6:46
Isin waan ani jedhu hin hojjettan; yoos maaliif, ‘Yaa #Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jettu?
⓫➻Maatewos 7:21
Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa #raawwatu malee namni, ‘Yaa #Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
➻Kan Maarqoos irraa jiru illee Seexanaani Kiristoosif ragaa ba’e kunis Kiristoos Gooftaa hunda ta'u ibsuf malee ragaa Seexanaa barbachisaa ta’e miti.
(Uumamni hundi waee Waaqayyo beekuu ibsuuf)

⓬➻Hoji duka bu'ota 10:36
Isin ergaa Waaqni karaa Yesuus Kiristoosiin nagaa labsuudhaan saba IsraaÊŒelitti erge sana beektu; #Yesuus Kiristoos kun #Gooftaa_waan #hundaa ti.👈

➻kan Yohaannis irraa jiru raajoota sobduu irraa ofii eega jedha raajonni sobduun immoo humna Seexanaa fi kayyoo dhunfaa isaanii fayyadamni nama wani dogoggorisaanif.

^⁠_gara telegrama_⁠^—⁠☆

👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha