🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.6K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa-8-ffaa:
πŸ‘‰gaaffii fi deebii Muslimoota.
➊=gaaffii isaanii akkasii ture Β« Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.❓
AπŸ‘‰Galiilaa..❓
BπŸ‘‰Geensereex..❓
CπŸ‘‰Beetisayidaa... ❓

✍Maarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.

✍Maarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisaΒ« kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa Β»

✍Luqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaΚΌanii dubbii Waaqayyoo dhagaΚΌaa jiranuu

✍Luqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus SimΚΌooniin, β€œHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe.

✍Yohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture

🌷=Deebi keenya=πŸ‘‡
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.

Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa Β« Mana Qurxummii Β»jechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
✍ haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.

maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.

geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha

𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™–π™©π™ž

Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)

#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)

#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1

baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.

Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti  kufee, β€œYaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!” jedhe.

Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus SimΚΌooniin, β€œHin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buΚΌan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
βž›π‘—π‘’π‘β„Žπ‘– π‘Žπ‘šπ‘šπ‘Ž π‘—π‘Žπ‘™π‘žπ‘Žπ‘π‘‘π‘’ π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ 𝑓𝑖
βž›π‘€π‘Žπ‘› β„Žπ‘’π‘›π‘‘π‘Ž π‘‘β„Žπ‘–π‘ π‘Žπ‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ Β« πš‘πšžπš–πšžπš›πšŠ πš’πš‹πšœπšŠ : πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ πšπšžπšžπš”πšŠ πš‹πšž'𝚞 πš’πš‹πšœπšŠ.

πŸ•Ή=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).

link telegramaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ‚kuta-12-ffaa
β›±gaafi fi deebi Musilimoota.
🍭gaafi isaani pheexiros duuka bu'a ta'e kani wamame erga kiristoos (Amaati) isaa fayyise «Dura moo?Booda?» jedhu.

Ragaa islamoota immoo kunoπŸ‘‡
βž€π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘’π‘‘π‘– Β« π‘—π‘Žπ‘™π‘žπ‘Žπ‘π‘Ž π‘Žπ‘šπ‘Žπ‘Žπ‘‘π‘– π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž π‘“π‘Žπ‘¦π‘¦π‘–π‘ π‘’π‘’ π‘π‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘˜π‘œπ‘œπ‘‘π‘’ π‘›π‘Žπ‘Ž π‘‘π‘’π‘’π‘˜π‘Ž 𝑏𝑒'𝑖 π‘—π‘’π‘β„Žπ‘’π‘’ π‘–π‘π‘ π‘Ž.Β»
βžŠβž›Luqaas 4:38-39
Iyyaasus(kiristoos) mana  sagadaatii baΚΌee mana #Simoon dhaqe.  #Haati_Niitii(Amaati) Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa kadhatan. Innis isheetti gad jedhee, dhagna gubaa sana ifate; dhagna gubaan sunis ishee dhiise. Isheenis yeruma sana kaatee isaan tajaajiluu jalqabde.

βž‹βž›Luqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan Iyyaasus(kiristoos) SimΚΌooniin, β€œHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu #namootaa ni taataa” jedhe

βž€π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž π‘šπ‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘žπ‘œπ‘  π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘’π‘‘π‘– π‘–π‘šπ‘šπ‘œ π‘—π‘Žπ‘™π‘žπ‘Žπ‘π‘Ž π‘β„Žπ‘’π‘’π‘₯π‘–π‘Ÿπ‘œπ‘  π‘‘π‘’π‘’π‘˜π‘Ž 𝑏𝑒'π‘Ž π‘‘π‘Žπ‘’,π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž π‘π‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘Žπ‘šπ‘Žπ‘Žπ‘‘π‘– π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž π‘“π‘Žπ‘¦π‘¦π‘–π‘ π‘’π‘’ π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘ŽΒ»
βžŒβž›Marqoos 1:16-17
Iyyaasus(kiristoos) utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii. Iyyaasus, β€œKottaa, na #duukaa buΚΌaa; anis akka isin qabduu #namootaa taataniif isin nan erga” jedheen.

βžβž›Maarqos 1:30-31
#Haati_Niitii (Amaati) #Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; isaanis yommusuma waaΚΌee ishee #Iyyaasusiti himan. Innis dhaqee harka qabee ishee kaase. Dhagna gubaan sunis ishee dhiise; isheenis isaan tajaajiluu jalqabde.
β–¬β–¬β–¬
Deebi keenya.
Hundi isaa iyyuu sirridha.
Haali bareeffama jalqaba, jidduu yookin xumura yoo, bareeffame rakina hin qabu (πšœπšŠπš‹πšŠπš‹πš’πš— πš’πšœπšŠπšŠ πššπšŠπš‹πš‘πš’ πš™πš‘πšŽπšŽπš‘πš’πš›πš˜πšœ πšπšžπšžπš”πšŠ πš‹πšž'𝚊 πšπš’ πšŠπš–πšŠπšŠπšπš’ πš’πšœπšŠπšŠ πšπš‘πšžπš”πš”πšžπš‹πš’πšœπšŠπšŒπš‘πšžπš— 𝚒𝚊𝚊𝚍𝚘𝚘𝚝𝚊 πšπšŠπš›πšπšŠπš›πšŠ πš–πšŠπš•πšŽπšŽ πšπš˜πš”πš”πš˜ πš–πš’πšπšπš’.)

πŸ›‘ πš’πš‹πšœπšŠ πš’πš–πš–πš˜πš˜ πš“πšŠπš•πššπšŠπš‹πšŠ πš”πšŠπš–πš’ 𝚝𝚊'𝚞 πššπšŠπš‹πšŠ 𝚒𝚘𝚘 πš“πšŽπšπš‘πšŠπš–πšŽ .
β–«Pheexiros duuka bu'a ta'e, isaa booda immo Amanti pheexiros fayyise kiristoos.

πŸ‚Ragaa keenyaπŸ‚
Yohaannis 1:40-42
Warra waan Yohannis dubbate dhagaΚΌanii Iyyaasus(kiristoos) #duukaa buΚΌan #lamaan keessaa inni tokko #Indiriiyaas obboleessa Simoon Phexros ture. Innis duraan dursee obboleessa isaa Simoonin argatee, β€œNu Masiihicha arganneerra” jedheen; Masiihii jechuun Kiristoos jechuu dha. Indiriiyaasis #SimΚΌoonin gara Iyyaasus(kiristoositti) fide Iyyaasus isa ilaalee, β€œAti #Simoon ilma Yohannis, Keefaa jedhamtee ni waamamta” jedheen. Keefaa jechuun #Phexros jechuu dha.

🩸hubachisa guyya kana garuu kiristoos pheexiroos «isin qabduu #namootaa taataniif isin nan erga» hin jeneeni.

🩸kuni guyya biratti malee.
Maarqoos 1:16-17
Iyyaasus utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu Simoonii fi obboleessa isaa Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii Iyyaasusβ€œKottaa, na duukaa buΚΌaa; anis akka isin qabduu namootaa taataniif isin nan erga” jedheen.

πŸ•ΉErga isaan wanta hunda dhisaani isaa duuka bu'ani booda gara Amaati pheexiros deeme kiristoos ishi fayyise.

Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma mana sagadaatii baΚΌaniin #Yaaqoobii fi Yohannis wajjin mana #Simoonii fi Indiriiyaas dhaqan. #Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; isaanis yommusuma waaΚΌee ishee Iyyaasusitti himan.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖.
haali bareeffama akkana iyyuu kitaaboota islama keessati ni argama.

Fakkeenyaf:-
Sahi-Al-Bukhari 894
I heard Allah's Messenger (ο·Ί)  saying, " #Anyone of you coming for the Jumua prayer should take a bath."

Sahi-Al-Bukhari 895
Allah's Messenger (ο·Ί)  said, "The taking of a bath on Friday is #compulsory for #every Muslim who has attained the #age of #puberty."