โ #kutaa_1_Ffaa
======โณ======
1.Taaboonni maalif
Gara lagaati bahaโ
=Deebi isaa
1.sababa tokkoffaa
๐seera oriti keessatti
Taabooni waqayyo
Laga Yordaanos deemee
Addan kute fakkeenya
Cuphaa wani rawwatefi
๐ ragaa kitaaba Qulqulluu
(1) kitaaba Iyyaasuu 3:5-8๐
๐Sana booda Iyyaasuun #lubootaan #Taabotaf kakuu fuudhaatii sabicha dura
darbaaโ jedhe
Kanaafuu, isaan taabota
kakuu sana fuudhanii
sabicha dura ni deeman
Achiis Waaqayyo
Iyyaasuudhaan akkana jedhe: โAkkuman #Musee
wajjin ture sii wajjinis
akkan tau akka beekaniif, guyyaa kanatti
guutummaa #Israael
duratti olii sin qaba
#Luboota Taaboota kakuu baatanis Yommuu
qarqara #laga_Yordaanos geessan
achuma Yordaanos
#keessa dhaabbadhaa
jedhii ajaji.
โขโขโขโขโข
qabxiiwwan hubbachu
Qabnu
โ lubbooni jirachuu
โ Taaboota Waaqayyo jirachuu
โ Israa'eloonni jirachuu
โ lagani Yordaanos jirachuu
โ Iyyaasuun jirachuu
โขkanafuu iccitii cuuphaa
Yero gara lagaa deemtu
lubboni jirachuu qabuu
Taabooni jirachuu qaba
Fakkeenyi israeellota
Nuu,Namooni jirachuu qabna
Faakkeenyi Iyyaasuu
Immo phaaphaasii fi
namoota Aango oli ana qabuu
โข ergaa Phaawuloos
ilaali Kuno
โ 1Qor 10:2๐
#hundi isaanii #Musee
hordofanii #duumessichaa fi #galaanichaan_cuuphaman
++++++++++
Jechi hundi isaanii
jechuu Israa'elota
-dummeessicha kan
Jedhame gara tokkoon
Dummeessa amma samii
Irra jiru
Gara biraan immoo #Affuura
Qulqulluu ibsaa
-mat 17:5
- HDB 2:2
-Luqaas 3:22
โขMusee hordofanii Israa'eloni
Ni cuuphaaman jedha
โข Waaqa Aangoo Musee
Gara Iyyaasuu ni barase
โragaa kitaaba
โser.keessaa.deebii 34:9๐
#Museen_harka isaa
isa irra kaaee waan
tureef #Iyyaasuun
ilmi Nawe nama
#Affuura #ogummaatiin
guutame ture
Israaelonnis isa dhagauu jalqaban; akkuma
Waaqayyo Musee
ajajes ni godhan
โ kitaaba Iyyaasuu 3:7๐
๐Achiis Waaqayyo #Iyyaasuudhaan akkana
jedhe: โAkkuman
#Musee_wajjin ture
#sii wajjinis akkan tau
akka beekaniif
guyyaa kanatti
guutummaa Israael
duratti ol sin qaba
โนโนโนโนโนโน
akkuma Musee wajjiin
Ture sii, wajiin nan ta'a
Jedha, kanafuu Musee
Yoo, cuuphe, Iyyaasuu nis
Ni cuuphaa
-Muse fi Iyyaasuun
Aangoo walii fakkaatu
Qabu....
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
seenaa kana xinnoo
Dubbisi mee, wanta
Sii, hubbachisu qaba
:kitaaba Iyyaasuu 3:13
#faanni miila luboota
Taabota Waaqayyo
isa Gooftaa guutummaa
lafaa ta'ee baatan sanaa
bishaan Yordaanos akkuma #tuqeen, #bishaan
Yordaanos inni
gubbaadhaa yaa'aa ture
yaauu isaa ni #dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti ni #dhaabbata
โขyeroo lubbooni Taboota
Batani bishaanii Yordaanosi
Seenani bishaanii dubatti
Deebie dhabata jechuudhaa
โนFar 113/114:3-5๐
#Galaanichi kana
argee #baqate;f
#Yordaanosis #duubatti deebie
Gaaronni akka
korbeeyyii hoolaatti
Tabbawwanis akka
hoolotaatti burraaqan
๐Yaa galaanaa,maaltu
akka baqattu si godheโ
Yaa Yordaanos, maaliif
duubatti deebiteโ
โWalumaagalatti
Iccitti Taabooni gara
Lagaa itti deemi tokko
Isaa kan
2โ inni lammaffaan
Immo seeri kuni dhaloota
Hanga dhaloota yaadatamuu
Qaba jedhee waaqayyo
Wani ajajeefi.
Seeri Kuni immoo Taaboota
Wajjin ta'u qaba waggaa
hanga waggaatti kunoo
Nuuti ni kabajana..
โragaa kitaaba
โ kitaaba Iyyaasuu 4:6-7๐
๐innis isin gidduutti
#mallattoo taee
ni #tajaajila Yeroo
booda ijoolleen keessan
#Dhagoota kana
as kan keessan
maaliifiโ jedhanii yoo
isin gaafatan,akkana
jedhaa isaanitti himaa
Akkana kan goone,
#bishaan Yordaanos
#Taabota_kakuu
Waaqayyo duratti waan
dhaabbateefi. Taabotichi Yordaanosiin yommuu
ceetti, bishaan Yordaanos
ni dhaabbate.
Dhagoonni kunis
saba Israa'eelif
#yaadannoo dhaabbataa
taanii tajaajilu
โน แฅแแแฐ แ แฅแแแ แฅแแญ แแ
แชแณแ #แณแฆแต แแต แจแฎแญแณแแต
แแ แตแแฐแแจแ แแ
#แฎแญแณแแตแ แ แฐแปแแจ แแ
แจแฎแญแณแแต แแ แฐแแจแ
แฅแแแ แ แตแแแฎแฝ แแฅแตแซแคแ
แแแฝ #แแแแแ_แแณแฐแขแซ
แญแแแ แตแแ แธแแแฝแ
=แขแซแฑ 4:7
โKun Afaanni Grikii
Dubbisuu yoo, dandeessee
Ilaali
#ฮตฯฮตฮฏฯ ฮธฮฑ ฯฮฟฯ ฯ ฮฑฯฮฑฮฝฯฮฌฯฮต ฯฯฮน ฯฮฑ ฮฝฮตฯฮฌ ฯฮฟฯ ฮฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฯฯฮฑฮผฮฌฯฮทฯฮฑฮฝ ฮผฯฯฮฟฯฯฮฌ ฯฯฮทฮฝ ฮบฮนฮฒฯฯฯ ฯฮทฯ ฮดฮนฮฑฮธฮฎฮบฮทฯ #ฯฮฟฯ ฮฯ ฯฮฏฮฟฯ . ฮฮนฮฑฮบฯฯฮทฮบฮต ฮท ฯฮฟฮฎ ฯฮฟฯ ฯฮฟฯฮฑฮผฮฟฯ, #ฯฯฮฑฮฝ ฮท ฮบฮนฮฒฯฯฯฯ ฯฮตฯฮฝฮฟฯฯฮต ฮผฮญฯฮฑ ฮฑฯฯ ฯฮฟฮฝ ฮฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท. ฮฯฯฮน, ฮฑฯ ฯฮญฯ ฮฟฮน ฯฮญฯฯฮตฯ ฮธฮฑ ฮตฮฏฮฝฮฑฮน ฮณฮนฮฑ ฯฮฟฯ ฯ ฮฯฯฮฑฮทฮปฮฏฯฮตฯ ฮผฮนฮฑ ฯ ฯฯฮผฮฝฮทฯฮท ฯฮฑฮฝฯฮฟฯฮนฮฝฮฎยป.

๐บโฌ๏ธ kutaa -65- ffยชยช โฌ๏ธ๐ณ
๐gaafi fi deebi
๐musiliimota
โ Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kani isin jajjabeessu isiinif ni kenna
==================
๐gaaffii isaanii
1=kani jajjabeessu kuni #muhammadi jedhuu.โ
=======*
๐ณ deebi keenya
๐Lakki muhammadi miti , inni Affuurraa Qulqulluudhaa malee.
โฒโฒโฒโฒโฒโฒ
โฉ Fakkeenyaaf kuni sobaa ta'u isaa hubbachufi. Jalqabaa dura dubbii kana kani dubbate Kiristoos , Kiristoos immoo kani dubbate barattoota isaa 11 qofaatti , baratoonni Kiristoos immoo kani jiran iyarusalemi keessa yookiin #Israa'el keessa
โฉ muhammadi immoo kani jiratu biyya #Arabaa keessa. Kanafuu eessaati walitti dhufuu ,laata โโ
Biyyaa Israa'el jechuun biyya Arabaa jechudha laataa โ๐
๐ณ inni bira immoo barattooni Kiristoos bara34-100 jidduu barattoota jiracha turanii.
Muhammadi dhalate waggaa 40 tti barsisuu eeggale
Amanta musilima bara 610 tti ,
Isaa booda 700 irraa eeggale jedhee jedha seena Islaama
(ragaa kiyyaa . #how_islama_started)) jedha Google irraa ilaala))
โฉkanafuu baratoonni Kiristoos bara 34_100 erga jirtanii ,muhammadi bara 610 erga dhufee ,akkamitti wali argani muhammadi isaan jajjabdessu dandae laata....โ
๐yookaan gaaffii keenya sila Kiristoos barattoota isaatiin jedhee, barattoota Kiristoos keessa tokko immoo Pheexiroos ,kanafuu Pheexiroos fi muhammadi wali argamanii jiru jennee gaafanaโ๐
Deebi gonkumaa hin jiru Kanaaf kuni soba.
โฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒโฒ
๐ณ garuu Kiristoos kani jedhee afuurra Qulqulluudhaa malee muhammadi mitii โ
โตโYohaannis 14:16-17
Ani Abbaa nan kadhadha Abbaanis inni bara baraan akka isinii wajjin jiraatuuf kan isin jajjabeessu isiniif ni kenna innis #Affuurra_dhugaa sia tau, #addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandau. Taus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf #isin isa ni beektu.
๐ kanafuu Yohaannis 14:16* irraa kani jiruu Yohaannis 14:17 irratti qaamni kuni eenyu akka taโe ifa godhee jira.
โฒinni bira immoo Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jedhe ture , Sababa maalif kadhata Abbaan hin beekuu mooโRaajii iyyuel dubbate hin turee kana duraa ,Eeyyee dubbate jira.
โถโIyyuel.2:28
Waaqayyo ammas, โBara booddeetti #ani_hafuura koo #nama hundumaa irratti nan dhangalaasa #ilmaan keessanii fi #intaloonni keessan #raajii in dubbatu, maanguddoonni keessan abjuu in abju'atu, dargaggoonni keessanis mul'ata in argu
โฉkanafuu Kiristoos Abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa dubbii rajji kana akka rawwatamu ,
Nan godha jechuu Isaati maalee
๐akkuma Kiristoos yaa, abbaa hojji ati lafa irratti nati kinneete xumure jira jedhu, dubbi raji kana immoo isaa tokko turee Innis yaa, rawwatamuu jechu Isaatii.
โทโYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
โธโLuqaas 24:49
#Ani wanta #Abbaan koo
#abdachiise isiniif #nan_erga Isin garuu hanga #humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti magaalattii keessa turaa.โ
๐kanafuu nan kadhadhaa jechuun isaa nan erga jechudha maalif yoo,jeetani kani humna kani jedhamee afuuraa Qulqulluu dha, kanafuu. Magaalaa kana keessa tura jedhee ture, afuurri Qulqulluu immoo guyyaa 50ffaa irratti buefi
๐ ฐInni bira immoo Kiristoos fakkeenya nuufi ta'uf ,Abba nan kadhadha akka Afuura isiniif kennuuf jedhee., malee Kiristoos ofuma isaa Affuurra Qulqulluu kennuuf Aangoo qaba.
โนโYohaannis 20:22
Erga kana jedhee booda #Affuura isaanitti baafatee akkana isaaniin jedhe: #Affuura_qulqulluu fudhadhaa
๐ พ Walumaagalatti waee muhammadi gonkumaa akka hin jire akkasumas, Kiristoos abbaa nan kadhadhaa jechuun isaa hojii Abba koo,nan rawwadha jedhu isaatti ,yookiin akkuma Abbaan Affuura Qulqulluu erguu anis nan erga jechuu isaa akka taโe ni hubbanna, akkuma Kiristoos jedhe ยซ akkuma Abbaan hanga amma hojjatu ,ilmi illee haluma kani hanga amma ni hojjata jedha.ยป
โบโYohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira;#anis nan hojjedhaโ jedhee isaaniif deebise.
๐ ฑKutaa -56- ffaa dubbisaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/546
======//========

Telegram
๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
๐นโก๏ธ kutaa _ 56 ffยชยช ๐ธ๐
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐ณ Gaaffii fi Deebii
๐ณ Muslimoota๐
โ Yohaannis 13:20๐
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffii isaaniiโฆ