🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.61K subscribers
56 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…° Guyyaa 3 fi halkanii 3 Kiristoos lafaa keessa hin bulee jedhuu Muslimoonni ❓
➊➻Maatewos 12:40
Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddaa keessa #guyyaa_sadii fi halkan sadii ture, #Ilmi_namaas garaa lafaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ni tura.
❷➻Maarqoos 15:33
SaΚΌaatii jaΚΌaa jalqabee hanga saΚΌaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaΚΌe.
❸➻Luqaas 23:54
Guyyaan sun Guyyaa qophii ture,Sanbannis #seenuu_gaΚΌeera
✍guyya π™Ÿπ™žπ™’π™–π™–π™©π™– π™‘π™–π™›π™–π™©π™ž yeroo tokkotti halkan 1,fi guyyaa 2 kessumiste, ❝ kunis jimataa ganama sa'aatii 12 hanga ja'a guyyaa turee (1), sa'atii ja'a hanga sagalii halkan ture(1),sa'ati sagali hanga 12 guyyaa turee(1)❞
✍ Jimaata galgalaa irraa halkan 1 qabana, guyyaa π™¦π™žπ™™π™–π™’π™šπ™š guyyaa 1 qaban, qidame galgala irraa jalqabee halkanii 1 qaban.
Halkan=1+1+1=3
guyyaa=2+1=3
🌺 laftii guyyaa 3 fi halkanii ergaa lakkoofsite, Kiristoos immoo ishuma keesa bulee sababa kanafi halkanii 3 fi guyyaa sadi jedhe. Kiristoos

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha