๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.61K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนHojii.mana hojjadha
โžœPhenxeqosxee jechuun
Maali jechudha....โ“

Jecha Giriikii irraa
Dhufe hikaa isaa
Eenyutu nutti hima
mee...โ“

โžœafaan Giriikii =
( ฮ ฮตฮฝฯ„ฮทฮบฮฟฯƒฯ„ฮฎฯ‚)...hikaa isaa
Pheenxeqoosi jechudha.

Kanafuu gaaffii kanaa
Yaala...โœ๐Ÿ‘†
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebi=Pheenxeqoose
Jechuun ayyaana 50ffยชยช
Jechuudha

Sababa ayyaana 50ffaa
Jedhamee immoo
Guyyaa Sanbata 7 wani
Qabuufi
=kunis lakkoofsa isa
1=Sanbata tokko=guyyaa 7
qaba
2=Sanbata lamata=guyyaa 7 qaba
3=Sanbata sadi =guyyaa 7 qaba
4=Sanbata afurii=guyyaa 7 qaba
5=Sanbata shanii=guyyaa 7 qaba
6=Sanbata ja'a=guyyaa 7 qaba
7=Sanbata torba=guyyaa 7 qaba

โžœguyyaa kan hunda yoo
Walitti idane =49 ta'a
โžœ7+7+7+7+7+7+7=49
โžฃguyyaa xumura 1 yoo
Itti idane 50 ta'a
=49+1=50

=kanafuu Pheenxeqoose
Jechuun guyyaa 50ffยชยช
Jedhama

Seraa oriti kanaa dhufee
Yoo, ta'u
โžงseera Lewoota 23:15-16
โžงseera kessa deebi 16:9-10
================
๐Ÿ“Affuurra Qulqulluu jechun
Immoo Afaan Giriikiitiin
๐Ÿ‘‰ฮ†ฮณฮนฮฟ ฮ ฮฝฮตฯฮผฮฑ
๐Ÿ“Jecha kan Afaan Oromiffaan yeroo dubbisnu
Immo
๐Ÿ‘‰
#Agiyos_penvama
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงhikaa Affuura Qulqulluu
inni biraa jajjabeesa jechudha

Afaan Giriikiitiin immoo
Jajabessan hiika kan
Qaba
โž›ฮ ฮฑฯฮฌฮบฮปฮทฯ„ฮฟฯ‚ jedhama

Afaan Oromiffaan
Yeroo dubbisnu immoo
โžง
#parakliktosi jedhama
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ