๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa _ 61 _ ffaa ๐Ÿ”ณ๐ŸŒน
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐ŸŒธ Gaafii fi Deebi
๐Ÿ”ณ musiliimota ๐Ÿšท
โœYohaannis 14:10

#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..โ“
๐Ÿ“=Deebi keenya=
๐Ÿ‘‰ kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...โ“

๐Ÿ“#โ“ตโœMatewoos 26:34

Iyyaasuus(Kiristoos)โ€œDhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
๐Ÿ‘‰kanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.โ“
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.๐Ÿ˜

๐Ÿ“#โ“ถโœMatewoos 27:46

Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,โ€œEelohe  Eelohe laamaa saabaaqtaanii?โ€
jedhee iyye; hiikni isaas โ€œYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?โ€ jechuu dha.
๐Ÿ‘‰dubbii kuni kani eenyutiโ“
A)) kani Abbaa mooโ“
B)) kani Kiristoos โ“
๐Ÿ‘‰Lakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi
#fanoo irraa oole.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โœ akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee
#Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
๐Ÿ“#โ“ทโœYohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'aโ€ ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, โ€œUtuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, โ€˜Abbaa nu argisiisiโ€™ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
๐ŸŒบHaaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
๐Ÿ“#โ“ธโœYohaannis 5:36

Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
๐Ÿ“#โ“นโœYohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, โ€œHanga yoomiitti
#qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAni isinitti himeera, isin garuu hin amantan
#Hojiiwwan ani
maqaa
#Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
๐Ÿ“#โ“บโœYohaannis 10:37-38
Egaa Ani
#hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattuโ€ isaaniin jedhe
๐Ÿ“#โ“ปโœYohaannis 12:48-50
Nama Ana
#tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadhaโ€ jedhe
๐Ÿ‘‰ yaada xumura๐Ÿ‘ˆ
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu ยซ namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise mitiยป
๐Ÿ“#โ“ผโœYohaannis 1:3_4
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
๐Ÿช€ erga wanti hundi karaa Kiristoos taโ€™e dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
๐ŸŒผ link walda keenyaa
๐ŸŒน
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
๐Ÿ…ฐ kutaa-82-ffยชยช _๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    โžปgaaffii fi deebi
    โžปMusiliimota
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžŠโž fannoo Kiristoos kani
baate iddoo Golgootaati
kani geesse eenyuโ“
A))โžป #Kiristoos mooโ“
B))โžป #Simi'oon jedhuuโ“
 ๐ŸŒพ Ragaa isaanii
โœ Yohaannis 19:17
#Iyyaasus_kiristoos fannoo sana #ofuma_isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin #Golgootaa jedhamutti olii baสผe.
โœMaatewos 27:32
Achii baสผanii utuu deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis #fannoo_Iyyaasus itti fannifamu akka #baatu isa dirqisiisan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ“Deebi keenya.
A)โžป Kitaabni lamaan isaanii iyyuu sirriidha*.
B)โžป fannoo Kiristoos illee baate jira. Iddoo Golgootaatin kani gahee Kiristoos qofaa
C)โžป Simi'oon illee baate jira.Haataโ€™u malee iddoo Golgootaatin Simi'oon
gahee hin jedhuu Kitaabni QulqulluunโŒ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒบRAGAA keenya๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉYohaannis 19:17
Iyyaasus kiristoos fanno sana ๐™ค๐™›๐™ช๐™ข๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™—๐™–๐™–๐™ฉ๐™š๐™š gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin ๐™œ๐™ค๐™ก๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– jedhamutti ๐™ค๐™ก๐™ž baสผe.
โผ Kanaafuu Jechi ofuma isaa jedhuu iddoo Golgootaati kani fudhee bahee Kiristoos=ok.

๐ŸŒบ  kitaboonni sadani immoo akka ibsaanitti
โžŠMaatewos 27:32
โทMaarqoos 15:21
โธLuqaas 23:26
๐Ÿ‘‰ jalqabaa dura fannoo sanaa ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ฅ๐™๐™ž๐™ก๐™–๐™–๐™ญ๐™ค๐™ค๐™จ biraa fudhee osoo deemuu namni ๐™จ๐™ž๐™ข๐™ž๐™ค๐™ค๐™ฃ jedhamu ๐™ ๐™–๐™ง๐™–๐™– irratti itti dhufe baatee jedhanii jiruu.
โžป fakkii kana ilaali๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“Kiristoosโž Simi'oon.

๐Ÿ‘‰ Kitaabni sadan Simi'oon irraa fudhee baatee jedhan
malee ,Simi'oon iddoo Golgootaattin gahee gonkumaa hin jenneeโŒ
๐Ÿ‘‰ Walumaagalatti fakkii kana ilaali immoo ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ-๐™จ๐™ž๐™ข๐™ž๐™ค๐™ค๐™ฃ-๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ
โžŠโžป๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค๐™›๐™›๐™–๐™–(-1-ffยชยช) Kiristoos ni baate fanno
โทโžป๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–(-2-ffaa) Simi'oon ni baatee fannoo
โธโžป๐™จ๐™–๐™™๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–(-3-ffยชยช) Kiristoos ni baate fannoo.
= xumura โ ๐™œ๐™ค๐™ก๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– โž
โ“ถโžฉMaarqoos 15:21
#Namni biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko
๐™—๐™–๐™–๐™™๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™™๐™๐™– ๐™ช๐™ฉ๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™ช๐™›๐™ช๐™ช ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ฃ๐™ž๐™ž ๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค #Iyyaasus
itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan. Namni kun abbaa Iskindirii fi abbaa Ruufos ture.
โœkanafuu Simi'oon eessa dhufee Philaaxoos biraa mooโ“baadiyyaa irraa โ“
โœ Jechi argani jedhuu hoo, duraan gonkumaa akka hin arginee ibsaa.
๐ŸŒบkanafuu Philaaxoos biraa fannoo kani fidee Kiristoos akka taee Kitaabni sirriitti ibseera.
โžŠKiristoos -โท Simi'oon jedhudha.
๐Ÿ‘‰kana booda Simi'oon Golgootaan gahee kani jedhuu gonkumaa hin jiruu.
๐Ÿ‘‰Yohaannis immoo Kiristoos ofuma baate Golgootaan gahee jedhee -โธ Kiristoos. Ta'a
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ-โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โžŠKiristos-โทSimi'on-โธKiristos
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ“ทโžฉMaatewos 27:31-33
Dhuma irrattis erga itti qoosanii booda, uffaticha irraa baasanii uffata isaa deebisanii itti uffisuudhaan #Fanno irratti akka fannifamuuf fuudhanii deeman.
Achii baสผanii #utuu_deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis fanno Iyyaasuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan Yommuu bakka #Golgootaa, isa Bakka Buqqee Mataa jedhamu dhufanis.
โš› xumuraa irratti gaaffii tokko Muslimootafi .
โ“ธโžฉLakkii fannoo baatee iddoo Golgootaan kani gahee Simi'oon yoo, jeettanii ragaa fida....โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘‘๐‘Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž โ„Ž๐‘œ๐‘Ÿ๐‘‘๐‘œ๐‘“๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ, ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘Ž๐‘‘๐‘’ ๐Ÿ‘‡ ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘–๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha