๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.61K subscribers
56 photos
3 videos
10 files
118 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœLuqaas 7:36-50๐Ÿ‘‡

โ—ˆGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin
#nyaatuuf turee

โœKanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti
#cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee

โœ
#zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte

โœAchiis
#duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde
#rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana
#haxoofti turte

โœKana malees miilla
isaa
#dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte

โœFariisichi isa
#afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade

โœ Kiristoos garuu deebisee
#Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qabaโ€ jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)

Innis,
#Barsiisaa,
natti himi!โ€ jedhe

โœ Namoonni
#lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
โ—ˆinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
โ—ˆ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate

โœ Haatau malee
#lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban

namichi akkasumaan
isaaniif
#dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallataโ“

โœSimoonis deebisee
Isa namichi
#baayee
dhiiseef sana natti
fakkaataโ€ jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen

โœAchiis gara
#dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaaโ“
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu
#bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee
#rifeensa
ishiitiin haxoofte

โœAti ana hin
#dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.

โœAti
#mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti

โœKanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus
#ishiidhaaf dhiifameera

๐ŸŒน
#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.

โœAchiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameeraโ€ jedheen

โœYeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti

#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyuโ“ jedhanii
yaaduu jalqaban

โœinni garuu
#dubartii
sanaan
#Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa taโ€™e, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate

โ›ณ๏ธNamni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qabaโ€ผ๏ธ
โ—ˆYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii
#hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana
#jaallatan

#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni
#jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

โœ
#Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa
#fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti
#dhufa
โ—ˆwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
โœrajii isay 51:6
โœMulโ€™ata 6:14
โœfar,Daawit 90:2
โœrome 12:10
โœ2 Qor 9:10
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
โ—ˆAyyaana
Gaarii isiniif
Haataโ€™u. Ameen.
๐ŸŒนAkkami jirtu Nageenyi
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
โ– #Bagaa||๐Ÿ‚|| geessan=16
โžœ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif

โ– kitaba raajicha
Milkiyasi irra๐ŸŒบ

โœ Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladheโ€ jedha
isin garuu, โ€œAttamitti nu jaallate? jeetu

#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?โ€ jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, โ€œAni amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
โžœinni #1ffยชยช =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
๐ŸŒนfakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
โžœinni #2_ffยชยช Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
๐ŸŒนfakkeenyi isaa
Essawuu dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœfakkeenyuma kan
๐Ÿ…ฐ haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
โžœakkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%โ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธ%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
โžœ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu

โœ Yohannis 3:20-21๐Ÿ‘‡
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.

# แŠญแ‰ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แˆแˆ‰ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แŠ•
แ‹ญแŒ แˆ‹แˆแŠ“แฅ แˆฅแˆซแ‹แˆ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŒˆแˆˆแŒฅ
แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• #แŠ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ

#แŠฅแ‹แŠแ‰ตแŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แŒแŠ• แˆฅแˆซแ‹ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ฐแ‹ฐแˆญแŒŽ แŠฅแŠ•แ‹ฐ
แˆ†แŠ #แ‹ญแŒˆแˆˆแŒฅ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ˆแ‹ฐ #แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ
=แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3 :20-21
โ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณ
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.

โœ ฮšฮฌฮธฮต ฮฌฮฝฮธฯฯ‰ฯ€ฮฟฯ‚ ฯ€ฮฟฯ… ฯ€ฯฮฌฯ„ฯ„ฮตฮน #ฮญฯฮณฮฑ ฯ†ฮฑฯฮปฮฑ ฮผฮนฯƒฮตฮฏ ฯ„ฮฟ ฯ†ฯ‰ฯ‚ ฮบฮฑฮน ฮดฮตฮฝ ฮญฯฯ‡ฮตฯ„ฮฑฮน ฯƒฯ„ฮฟ
ฯ†ฯ‰ฯ‚, ฮณฮนฮฑฯ„ฮฏ ฯ†ฮฟฮฒฮฌฯ„ฮฑฮน ฮผฮฎฯ€ฯ‰ฯ‚ ฮฑฯ€ฮฟฮบฮฑฮปฯ…ฯ†ฮธฮฟฯฮฝ ฯ„ฮฑ ฮญฯฮณฮฑ
ฯ„ฮฟฯ… ฮบฮฑฮน ฮบฯฮนฮธฮฟฯฮฝ.

#ฮŒฯ€ฮฟฮนฮฟฯ‚ ฯŒฮผฯ‰ฯ‚ ฮบฮฌฮฝฮตฮน ฯ€ฯฮฌฮพฮตฮนฯ‚ ฯƒฯฮผฯ†ฯ‰ฮฝฮตฯ‚ ฮผฮต ฯ„ฮทฮฝ ฮฑฮปฮฎฮธฮตฮนฮฑ ฯ„ฮฟฯ… ฮ˜ฮตฮฟฯ, ฮฑฯ…ฯ„ฯŒฯ‚ ฮญฯฯ‡ฮตฯ„ฮฑฮน ฯƒฯ„ฮฟ #ฯ†ฯ‰ฯ‚ฮ‡ ฮญฯ„ฯƒฮน ฮธฮฑ ฯ†ฮฑฮฝฮตฮฏ ฯ€ฯ‰ฯ‚ ฮฟฮน ฯ€ฯฮฌฮพฮตฮนฯ‚ ฯ„ฮฟฯ… ฮญฯ‡ฮฟฯ…ฮฝ ฮณฮฏฮฝฮตฮน ฮฑฯ€ฯŒ ฯ…ฯ€ฮฑฮบฮฟฮฎ ฯƒฯ„ฮฟ ฮ˜ฮตฯŒยป.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒพAyyanna||gaari isinif haata'u
๐ŸŒบโžœ yaada yoo qabtan
Link kan xuqa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ…ฐ ๐Ÿ‘‰ @Gutema123
๐Ÿ…ฑ ๐Ÿ‘‰ https://t.me/Haaqa_bot
โ–ธyookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====