๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
โ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธ

โœNama,ajjeesuun dhorkaa
=lolotuun Tokko nama baay'ee ajjeesuu danda'a yookiin qaama midhuu danda'a

=Kanaafu sababa namaa
Ajjeessen mootummaa Waaqayyo ni argata, moo,hin argatu kan jedhuu turee

โ›Ž ajjaja 10n keessa nama hin ajjeessin kan jedhuu barreefame jira ๐Ÿคฒ

Deebi =______โ“

ragaa kitaaba waliin ilaala deemnaa
โžงnamnii meshaa lolaan qofa nama hin ajjeessuu,kallattii gargaaran nama ajjeesuu ni danda'a

๐ŸŒป = Waaqayyo namaa yoo,ajjeessee,namnii sunii booda mootummaa isaa yookiin Gannata,ni gala
moo,hin galu=_____โ“

Fakkeenyaaf Waaqayyo namoota ajjeessee jira
1โžง
#namoonni hundinuus in dhuman(s.Uma7:21)
โžช แˆฐแ‹แˆ แˆแˆ‰ แŒ แ‹(แ‹˜แแŒฅแˆจแ‰ต 7:21)
2โžงWaaqayyo samii keessaa dhagaa boba'u, ibiddas mandaroota Sodoomii fi Gomoraa irratti gad in roobse
(S.uma19:24)
โžง= แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‰ แˆฐแ‹ถแˆแŠ“ แ‰ แŒˆแˆžแˆซ แˆ‹แ‹ญ แŠจแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠจแˆฐแˆ›แ‹ญ แŠฅแˆณแ‰ตแŠ“ แ‹ฒแŠ• แŠ แ‹˜แŠแ‰  (แ‹˜แแŒฅแˆจแ‰ต 19:24)
3โžงWaaqayyo samii keessaa dhagaa cabbii gurguddaa isaa isaanitti in roobse; isaanis in dudu'an; warra Israa'eloonni billaadhaan ajjeesan irra, warra dhagaa cabbiitiin du'antu caala turee( k. iyaasuu 10:11)
=แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠจแˆฐแˆ›แ‹ญ แ‰ณแˆ‹แˆ‹แ‰… แ‹จแ‰ แˆจแ‹ถ แ‹ตแŠ•แŒ‹แ‹ญ แŠ แ‹ˆแˆจแ‹ฐแ‰ฃแ‰ธแ‹แŠ“ แˆžแ‰ฑแค แ‹จแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ แˆแŒ†แ‰ฝ แ‰ แˆฐแ‹ญแ แŠจแŒˆแ‹ฐแˆ‰แŠ แ‰ธแ‹ แ‹ญแˆแ‰… แ‰ แ‰ แˆจแ‹ถ แ‹ตแŠ•แŒ‹แ‹ญ แ‹จแˆžแ‰ฑแ‰ต แ‰ แˆˆแŒก
(แŠขแ‹ซแˆฑ 10:11)
๐ŸŒป Waaqayyo kallattii gargaaran namaa adabuu danda'a fakkeenya dhukkuba namoota ttii gadi yoo, dhisee fixuu danda'a
โžชkirkira lafaa fudhachuu dandeenya
โžชbishaanii akka
namni dhumuu gochuu ni danda'a
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Haataโ€™u malee Waaqayyo kallattii gargaraan namaa adabuu akka danda'u hubbate jirta
Akkuma ofii nama adabuu sanaa Waaqayyo,
namni irraa bulee Waaqayyo nama adabuu ni danda'aโ–ชโ–ฝโ–ช

โœ gosa adabi Waaqayyo nama adabuu lamatu jira (2)

1๐Ÿ‘‰adaba foonii qofaa

Raga kitaaba Qulqulluu.

Waaqayyo Musee fi Aaroniin, "Sababii isin anatti hin amaniniif Israa'eloota durattis,wani nan hin qulqulleesinef gara biyya isa ani isaaniif kenneetti hin galchitan" jedhe (S.lakk 20:12)
๐Ÿคฒ
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แˆ™แˆดแŠ•แŠ“ แŠ แˆฎแŠ•แŠ•แก แ‰ แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ แˆแŒ†แ‰ฝ แŠแ‰ต แ‰ตแ‰€แ‹ตแˆฑแŠ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แŠฅแŠ” แŠ แˆ‹แˆ˜แŠ“แ‰ฝแˆแˆแŠ“ แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‹ˆแ‹ฐ แˆฐแŒ แŠ‹แ‰ธแ‹ แˆแ‹ตแˆญ แ‹ญแˆ…แŠ• แŒ‰แ‰ฃแŠค แ‹ญแ‹›แ‰ฝแˆ แŠ แ‰ตแŒˆแ‰กแˆแก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹(แ‹˜แŠแˆแ‰ 20:12)
๐ŸคฒMuseen gadi ba'ee dubbii kanatti fufee jiru Uumata Israa'elitti in dubbate. inni isaaniin, โ€œAni amma nama 120 ta'eera, ani si'achi nama gadi ba'uu fi olii galuu danda'u miti,
#Waaqayyos, โ€˜Ati Yordaanos kana hin ceetuโ€™ anaan jedheera (s.Keessa Deebii 31:1-2)
=~kuni adaba foonii malee kan lubbuu mitii, osoo adabaa lubbuu qabatee Muse tuuluu taboor irratti hin dhufuu ture (mat 17:2-5)
=Haaluma kan Waaqayyo adabaa foonii qofa adabee dhisuu ni danda'a

Fakkeenyaa biraa
=Mat 11:24
=Mar 10:15
=Luq 17:29
dubbisa

2๐Ÿ‘‰adaba 2 ffaan adabaa foonii fi lubbuutti

Ragaa kitaaba Qulqulluu

#Namni_sooressi uffata dhiilgee fi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatu, akkasumas guyyaa guyyaadhaan jireenya qananii jiraatu tokko jira ture.

Haatau malee, kadhattuun
#Alaazaar jedhamuu
fi guutummaan qaama isaa madaae tokko yeroo hunda karra mana namichaa dura kaaama ture;

innis wanta maaddii namicha sooressa sanaa irraa harcau nyaatee quufuuf hawwa ture.
#Saroonni illee dhufanii
madaa isaa arraabu turan.Yeroo booda kadhattuun sun ni due;
#Ergamoonni.maleekonnis fuudhanii #Abrahaamii
cinaatti isa geessan.
โ€œNamichi
sooressi sunis duee
awwaalame.

#Awwaala keessatti utuu dhiphachaa jiruus ol jedhee
fagootti Abrahaamiin, isa cinaattis Alaazaariin arge.

Kanaaf sagalee isaa ol fuudhee, โ€˜Yaa Abrahaam
abbaa ko, garaa naa laafi, ani
#ibidda cimaa kana keessatti dhiphachaa waanan jiruuf, Alaazaar fiixee quba
isaa bishaan keessa cuuphee arraba koo akka naa qabbaneessu naa ergiโ€™ jedhe

Abrahaam garuu akkana jedhe: โ€˜ilma ko, ati bara jireenya keetti wantoota gaggaarii akka
argatte, Alaazaar garuu wantoonni gadheen isa irra ga'aa akka turan
yaadadhu. Amma garuu inni asitti jajjabina argachaa jira; ati garuu dhiphachaa jirta..๐Ÿ‘‡