๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒปIyyaasuus wantoota
kana dubbatee gara
guyyaa #8 booda.
โœ แŠจแ‹šแˆ…แˆ แ‰ƒแˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹
#แˆตแˆแŠ•แ‰ต แ‰€แŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ˆแ‹ญแ‰ถ
โ—ˆ=Luq 9:28
โ—ˆ=แˆ‰แ‰ƒแˆต 9:28
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=kuta_2_ffaa

โ™จ๏ธ Kuta_1 ffaa keessatti
Guyya 6 biyya Qisaariyaa
Jenne ture.
โž› MAT17:1
โž› Mar 9:2
Kuta kitaaba Qulqulluu
Luqaas immoo guyyaa
8 booda jedha

=akkamitti Maatewoos
Fi maraqoos guyyaa
6 booda jedhuu
=Luqaas immoo
Akkamit guyyaa
8 booda jedha

โ—ˆhiika jechoota
Kan hubbadha

โžŠโž›biyyaa Qisaariyaa
guyyaa 6 turee dhugaa

โž‹โž›iccitiin duubbatamef
Qaama
#fooni qofan
Tullu Tabori irratti
Kan Argaman 6 taโ€™u
=1โž›Kiristoos
=2โž›Muse
=3โž›Eliyaas
=4โž›Pheexiroos
=5โž›Yaaqoobi
=6โž›Yohaannis
โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ
โžŒโž›iccitii,Luqaas
8 jedhe immoo
Qaama foonii,kan
Mulโ€™atan 6 fi Abbaa,
Affuura Qulqulluudha
=1โž›Abbaa
=2โž›ilma
=3โž›Affuurra Qulqulluu
=4โž›Muse
=5โž›Eliyaas
=6โž›Pheexiroos
=7โž›Yaaqoobi
=8โž›Yohaannis
โœฆโœฆโœฆโœฆโœฆโœฆโœฆ
โž iccitii Afuraffan
(4n) immoo akkana
=maatewos fi Maarqoos
Jecha tokko bareessan
(Mat,17:1*Mar 9:2)
guyyaa 6 ni jedhama
Ni taโ€™as
โž›karaa,biraa 8 jechuun
Adda hin godhu,hikka
Guyya 6 tti malee
Iccitti 6 fi 8 jidduu
jiru ilaala
=maatewos fi marqoos
Ibrootaani fi Roomaan
#ARASAAA kan
dhiyeessan

โ™ˆ๏ธ โž›ji'a Hagayya guyyaa
8 Ibrootaani, ji'a seeni Abiyaadha

โ™ˆ๏ธโž›ji'a Hagayya guyyaa
8 Roomonni, ji'a seeni Awugusxosidha

= ji'a hagayya irra
guyyaa 7 yoo Dhisnee
โž›kanafuu kan waara
Ibroota ji'a gara
#Adoollessati
Deebi'a
โž›kan warra Roomaan
Immo gara
#Fulbaanatti
Deebi'a
=akkuma beekamuu
Nutti ayyaanni kabajama
Kan jiru guyyaa
#13 dha
โ™จ๏ธsababi maalif guyyaa
13 taโ€™e kan kanumaf

โž›Haaluma kani guyyaa
Itti dhiyaatu Ibrootaatti
Fi roomonati Guyyaa
6 yoo ta'e Qofa
=amma mirkaneessu
Ni dandeenya
=7+6=13
โœฆโœฆโœฆโœฆโœฆโœฆโœฆ
โžŽ maatewos fi Maarqoos
Gara Ibrootaan
ji'a 5 ffaatti
#Arasa
gara tullu Tabori
yeroo itti bahan
guyyaa yoo lakkawwan
guyyaa 6 ta'a Sababa
kanaafi
#fudhatee
oli bahe jechi jechu
kan ibsuufi
โ™จ๏ธ kitaaba kan dubisaa
Kuno akkasii jedha
โœMat 17:1
"( Iyyaasuu guyyaa 6
booda Pheexiros
Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoob Yohaannisiin
kophaa isaanii
#fudhatee
gaara dheeraa tokkotti
ol bae "

=jechi fudhatee jedhuu
Sababa Kanaafi
barreeffame Jira
=Afaan Amaariffa kanuma
Ibsa แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 17:1
แŠจแˆตแ‹ตแˆตแ‰ต แ‰€แŠ•แˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹
แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒดแŒฅแˆฎแˆตแŠ•แŠ“ แ‹ซแ‹•แ‰†แ‰ฅแŠ• แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆ™แŠ•แˆ แ‹ฎแˆแŠ•แˆตแŠ•
#แ‹ญแ‹ž
แ‹ˆแ‹ฐ แˆจแŒ…แˆ แ‰ฐแˆซแˆซ แ‰ฅแ‰ปแ‰ธแ‹แŠ•
แŠ แ‹ˆแŒฃแ‰ธแ‹
๐Ÿช€=jedhi (แ‹ญแ‹ž) jechuu afaan Oromiffaan fudhe/fudhate
kan jedhu ibsa
โœฆโœฆโœฆโœฆโœฆโœฆ#
โž kan barreffamaa
Luqaas immoo
maali jedha
โž›Luq 9:28
Iyyaasuus
#wantoota
kana
#dubbatee gara
guyyaa 8 booda
Pheexiros, Yohaannisii
fi Yaaqoobiin fudhatee kadhachuudhaaf
gaara tokkotti ol bae

=hikaan jechoota kan
Wanta #2 ofii keesaa qaba
1โž›jecha "dubbatee jechuu
2โž›jechaa fudhatee jedhuu
๐ŸŒพ แˆ‰แ‰ƒแˆต 9:28
แŠจแ‹šแˆ…แˆ
#แ‰ƒแˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹
แˆตแˆแŠ•แ‰ต แ‰€แŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ˆแ‹ญแ‰ถ
แŒดแŒฅแˆฎแˆตแŠ•แŠ“ แ‹ฎแˆแŠ•แˆตแŠ• แ‹ซแ‹•แ‰†แ‰ฅแŠ•แˆ
#แ‹ญแ‹ž แˆŠแŒธแˆแ‹ญ แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆซแˆซ แ‹ˆแŒฃ
=akkuma beekamu jechi
Fudhate jedhuu
Kan maatewos fi marqoos
Dubbatan waliin tokko
Akkuma jalqabaa
hiikne turee

โž›=jechi inni lamaffaa
garuu Maatewoos fi
marqoos irraa hin jiru
=inni jedha kan
"dubbatee (แ‰ƒแˆ)
Kanaafuu hiika isaa
ilaala amma immo
Luq 9:23-27"kana
hundi keessan dubisaa
=Luqaas 9:28 kan isaa
Kiristoos dubbatee (แ‰ƒแˆ)
isa kan turee, Kanaafuu
jechi booda jedhuu dubbi
kan xumuree jechuu ibsa , xumura guyyaa kan irraa yoo,eeggalu 8 jedhee

๐Ÿ‘‰Kuta_3 ffaa Jira
โž›Kiristoos maalif
Gara Tullu Tabor
Oli kan jedhuu
kutaa3 ffaan
ni ilaala

โœ link kan irraa
Immoo barrefama
Kan dubbisuu
Ni dandeessu๐Ÿ‘‡

โ™จ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha

โœฆyeroo kamiyyuu
Kitaabni Qulqulluun
Walitti bu'u hin
Danda'u๐Ÿ–•