🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Waaqayyoo Raaji dha
Moomitti...
🌹yoo, Raaji dha jeete
Akkamiti ta'a....

🌹➜ lakki Raji mitti
Yoo, jeete immo
Akkamitti...
===//======

△Deebin keenya
Eeyyee Waaqayyo
Rajidha.
❖ akkamitti Raji ta'e.

jalqaba dura
hiika Raaji ilaalan
barbachisa dha...

👉 " rajii jechun
Kani kan
#dura,kan ta'e
#Amma ta'a kan jiru
Gara
#fuuldurati kan
Raawwatamu...
Wanta samuu nama
oli kan Ta'e
Dubbii dhugaa kan ta'e
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅱➜gara mata duree
keenya Yeroo deebinu

🌹👉Waaqayyo rajidha
Yero jennu
➊=tokkoffaa isas
Waaqayyo sami
Fi lafa Uumee, akkasumas
Nama, ergamoota Uumun
isaa
#rajii isaa tasisa
➜kuni hundi isani iyyuu
Samu nama oli.
wanta dinqisisadha
➜kitabni Qulqulluni
Maali jedha

🌹=far-daawit 40:5👇
👉Yaa Waaqa koo
Ati wantoota
#dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.
Kan
#siin_gitu tokko
illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa
#himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii
gita hin qabu....
➜አቤቱ አምላኬ
#ያደረግኸው ተአምራት ብዙ ነው አሳብህንም ምንም የሚመስለው የለም #ባወራም ብናገርም #ከቍጥር
ሁሉ በዛ =(መዝሙር 40 :5)
🌹= seera.Bau 15:11👇
👉Yaa
#Waaqayyo waaqolii gidduudhaa kan
akka keetii eenyu
Kan Akka kee
#Qulqullummaadhaan hundumaa irra kan
caalu eenyu
Ati sodaatamuu fi jajamuu
qabda
wantoota
#dinqisiisoo
taanis situ raawwata.

አቤቱ በአማልክት መካከል
እንደ
#አንተ ያለ ማን ነው? በምስጋና የተፈራህ #ድንቅንም የምታደርግ
#በቅድስና የከበረ እንደ አንተ
ያለ ማን ነው=(ዘጸአት 15:11)

🌹raga dabalata dubbisi
Far-Daawit 139:17-18
Far-Daawit 71:15
Far-Daawit 136:4
Far-Daawit 111:2
Far-Daawit 104:24
Far-Daawit 92:4-5
Far-Daawit 139:6
kitaba. Iyyobi 5:9
kitaba. Iyyobi 9:10
***
kitaba. Iyyobi 11:7-9
kitaba. Iyyobi 26:14
kitaba. Iyyobi 42:3
Raji Ermiyasi 29:11
Raji isayasi 55:8-9
Roome 11:33
❖kanafuu waaqayyo
Hojji dinqisisa wani
Rawwatufi, ni
#raajeffama
Yookin
#raji jedhama.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➋=inni lamaffa immo
Kallatin inni rajji jedhamu
➜wanta hunduma
Dursee beeku isaati

🌹raji isayasi 45:21👇
#Gabaasa keessan
dhiheessaa,
#dhimma
keessan dhiheeffadhaa.
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
#Bara_dheeraa_dura kana
kan dubbate,
Yeroo darbe irraa
kaasees kana kan
labse
#eenyu
Ana
#Waaqayyo mitii
Ana malee Waaqni kan
biraan hin jiru;
Ana malee Waaqni
Qulqulloonis tae
Fayyisaan hin jiru.

#ይናገሩ ይቅረቡም በአንድነትም
ይማከሩ
#ከጥንቱ ይህን ያሳየ
#ከቀድሞስ_የተናገረ ማን ነው ያሳየሁም የተናገርሁም
እኔ
#እግዚአብሔር አይደለሁምን ከእኔም በቀር ሌላ አምላክ የለም
እኔ ጻድቅ አምላክና
#መድኃኒት ነኝ ከእኔም በቀር ማንም የለም
=(ኢሳይያስ 45:21)

🌹 raga dabalata dubbisi
Raji isayasi 41:22-23
Raji isayasi 43:9
Raji isayasi 44:7-8

🅰 fakkeenyuma
Kan kiristoosi
Durse kan dubbate
Jira....
🌹=matewoos 24:25👇
Egaa,
ani #dursee isin #akeekkachiiseera
#እነሆ_አስቀድሜ ነገርኋችሁ
=(ማቴዎስ 24:25

🌹=Luqasi 21:32-33👇
Dhuguman isiniin jedha, wantoonni
#hundi hamma #raawwatamanitti
#dhaloonni kun matumaa
hin darbu
#Samii fi #lafti ni darbu
#dubbiin_koo garuu
matumaa
#hin_darbu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➌=sadaffaan (dubbi
#Namooni Qulqulluuni
Dubbatan kan waaqayyo ti
Kanaafu dubbi
#rajoonni
Dubbatan waaqayyo irra
#Fudhatani.....
➜erga dubbi isaani
Waaqayyo bira dhufe
Waaqayyo
#madda yookin
#Burqa raajootati
Kanafuu waaqayyo
Mataan isaa iyyuu
#raajidha

🌹=Raji Ermiyaasi 1:9👇
👉
#Dubbiin Waaqayo
akkana jedhu gara
koo ni dhufe

#Gadameessa keessatti
sii- tolchuu koo dura
sii-beekeera

#Dhalachuu kee duras
si-Qulqulleesseera.
Sabootaaf
#raajii si godheera.”

👉
Ani garuu, “Wayyoo, yaa
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaa
#Daaima waanan ta'eef, akkamitti akkan
#dubbadhu hin beeku”
nan jedhe.

👉Waaqayyonis akkana
naan jedhe:
#Gara warran itti si #ergu
#hundumaa deemuu
waan qabduuf,
Wantan si
#ajaju hundumaas
isaanitti waan dubbattuuf,
Ani daaima’ hin jedhin

#Fuulli isaanii
si hin sodaachisin,
Sababiin isaas
Ani si-oolchuuf sii_wajjinan
jira’a jedha Waaqayyon.”

🌹Achiis waaqayyo
#harka
isaa diriirsee
👉
#afaan koo tuqe.
Sana booda waaqayyo
akkana naan jedhe
👉
#Ani_dubbii
#koo afaan kee
keessa kaaeera 👈
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹
#kuta_2_ffaan
➜itti fufa
🌹➜link kan xuqa
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====
🌼kutaa+27ffªª.👁📍
=gaaffii fi deebii
Muslimoota
Yohaannis 8:40👇
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
▬▬▬▬▬▬▬
➧gaafi isaani
Kiristoos
Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu
⓵⓵⓵⓵⓵⓵⓵⓵⓵
➧Deebii keenya
lakki inni Waaqa.

Raga kitaaba
⓵=Yohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
➧logoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
💒 Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
👉
#Λόγος👈
Jechi kuni Qube 5 qaba
➧Afaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
➧garuu kuni immoo
dogoggora ture
maalif
#word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
👉
#λέξη👈
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.

yoo,*akkasii ta’e malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.

⓶=Luqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
➧oggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.

📍 iyyob 12:13

#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni
#Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
በእግዚአብሔር ዘንድ
#ጥበብና #ኃይል አለ፤ ለእርሱ ምክርና ማስተዋል አለው
=(ኢዮብ 12 :13)
📍 1Motoota 4:29

#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae
#Solomooniif ni kenne.
➜ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
▬▬▬▬▬▬
❤️📍Waaqni nama hin
tauu jedhu

Raajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
▬▬▬▬▬▬▬
➧kanafuu Waaqayyo
Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo
Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu

➜deebi akka Jecha Raji hoseti,
ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,

sababa immoo
Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii ta’efi

💒 Ragaa kitaaba
⓷=Raaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko miti” jedha Waaqayyo

Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.

⓸=Yohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee “
Ani eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.

#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
▬▬▬▬▬▬
➧kanafu Jechi raajii hose dubbatee
Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha

kanafuu Kiristoos
Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.

➧deebii salphaa
ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka ta’e ifa,

📍💒
#sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu

➧sababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❤️📍➧kanafuu Kiristoos sababa maaliif
#nama ofiin jedhe ree,yeroo jennu

➛inni foonii nama uffachu isaa
#Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
➧akkuma Phawuloos
dubbate 👇

➜namoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.

⓹=Ibroota 2:14-16
Kanaaf, “ijoolleen” sun
#fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga
#tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;

akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.

▬▬▬▬▬▬▬▬
🌸link kan xuqaa 👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
🌺 kutaa-77-ffªª.🌺
        🥥.gaafii fi deebi
        🥥.Muslimoota
Yohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
📍gaaffii isaanii.
1➪ Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.
===========
Deebi keenya👇
Lakkii
dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu ta’a.
❶➛Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duʼu (Mat7:26)👈dubbisi.
kanafi Jechi
dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (ἐμὸν λόγον)    
#ἐμός_λόγος.
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🌺 gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga
dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti 👇
❷➛Maatewoos 27:46
Gara saʼaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,“Eelii (אֵלִ֣י) Eelii(אֵלִ֣י) laamaa(לָמָ֣ה) saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas “Yaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?” jechuu dha.
👉
dubbii kuni kani eenyutti kani Abba mookani Kiristoos
🌺lakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.😁
▣➪kani Kiristoos yoo,jeete immoo
dubbii Kiristoos akka ta’e hubbate jirta.
➪➪➪➪➪➪➪
Eli Eli  jechuun Afaanii Ibraayisxiitti אֵלִ֣י  אֵלִ֣י

Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
לָמָ֣ה שְׁבֻ֕קוּ
➪Afaanii Giriikiitiin immoo.
Ἠλὶ ἠλὶ λεμὰ  σαβαχθάνι
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti
dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos
dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu beekuu qabna.
📍
dubbii Abbaa kani jedhamee.
1👉 Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2👉 Kiristoos ilma Abba ta'u
beekuu.fi amanu
3👉 Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
ragaa keenya
❸➛Yohaannis 17:8
Ani #dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
❹➛Yohaannis 6:69
 
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.”
❺➛Yohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duʼaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti.  #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”
❻➛Yohaannis 11:27
Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.
❼➛Yohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: “Kunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taʼin ifatti dubbachaa jirta.  Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma
#beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.” Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: “Amma #amantaniif?
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
➛ namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos
dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
📍Haata’u malee osuma ta’e iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
➑➛Yohaannis 3:35
 Abbaan Ilma ni jaallata, wanta
#hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
➒➛Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
🅾 amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. ❝ kanafuu Kiristoos Waaqa ❞ Sababiin
isa👇
➓➛Iyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu?  #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼