🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.6K subscribers
54 photos
3 videos
10 files
117 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
‌Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
♚ ኚወገንሜ ማንም በዚህ ስም ዚተጠራ ዹለም
⛎=Luq 1:61
◉=ሉቃስ 1:61
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen

🌻 dhaloota isaa
akkana ture🌻

🌌
#Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan
#maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan

🌻
#Haati isaa garuu deebistee, “Hin tau! Yohaannis jedhamuu qaba” jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku” jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan

🌻 innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa
#Yohaannisi” jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate

🌻
#Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi,
#Mucaan kun
maali taa laata?” jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas
#Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture

🌻 Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa
#Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1➜yaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif
#xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2➜ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa
#fayyinaa nuu kaaseera
3➜ kunis akkuma
#afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha

4➜
#Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5➜Akkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti
#gara_laafina nutti argisiisa
6➜ kakuu isaa isa
#Qulqulluus ni yaadata
7➜ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya
#Abrahaamiif kakate dha
8➜ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9➜ sodaa malee
#tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna

10➜ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya
#hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11➜ Ati garuu yaa mucaa
nana,
#daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12➜ sabni isaa dhiifamni
#cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13➜Kunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis
#ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14➜ inni warra
#dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15➜ Mucaan sunis ni guddate,
#Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
Galani Waaqayyof Haata’u
Ameen
♚ Guyyaa 6 booddee
=➹ ኚስድስት ቀንም በኋላ
✊👉Maatewoos 17:1
✊👉ማ቎ዎስ 17:1
▬▬▬▬▬▬
Kuta___1__ffaaa

=
#Qophii Ayyaanna
Guyyaa 13 kabajamuu
irratti

➛= ብርሃንም ወደ ዓለም
ስለ መጣ ሰዎቜም ሥራ቞ው
ክፉ ነበርና
#ኚብርሃን ይልቅ
ጹለማን ስለ ወደዱ
ፍርዱ ይህ ነው

➛=
#ክፉ ዚሚያደርግ ሁሉ
ብርሃንን ይጠላልና ሥራውም እንዳይገለጥ ወደ ብርሃን
አይመጣምፀ

➛=
#እውነትን ዚሚያደርግ ግን
ሥራው በእግዚአብሔር ተደርጎ
እንደ ሆነ ይገለጥ ዘንድ ወደ ብርሃንt ይመጣል
=(ዮሐንስ 3:19-21)=

‌Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#ifni gara addunyaa
dhufeera namoonni
garuu hojiin isaanii
hamaa waan taeef
ifa mannaa dukkana
jaallatan

‌ Wanta hamaa
hojjechuu kan
amaleeffate hundi
ifa ni jibba hojiin isaa
akka hin
#saaxilamneef
gara ifaatti hin dhufu

‌Wanta
#dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
fedhii Waaqayyoo
wajjin kan walisimu
tauun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.”
=(Yoh 3:19-21)=

◈Bagaa Gammadaan
hundi keessanuu "

=Kiristoos ifa, dhuguma
Namni gara ifatti dhufuu
Nama gaarii dha

♚ Hiikaa guyyaa 6
booda Maalidha=_❓

👉1 ffaa (Tokkoffaa)
=Kiristoos biyyaa
Qisaariyaa keessa ture jira
Biyyi Qisaariyaa immoo
iddoo dhaloota
#Filiphoos
Ture.

➮ Kitaabni Qulqulluun
Filiphoosis 2 qofa akka jiruu
Ni ibsaa
🌻=Filiphoos tokkoffaan
isaa duukaa bu'a
Kiristoos ta’e
➛Mat 10:3
➛Mar 3:18
➛Luq 6:14
➛Yoh 1:43-48
➛Yoh 12:21-22
➛Yoh 14:9
➛HDB 1:13
=H.D.B=jechun hojii
Duuka bu'oota jechudha.
◈ biiyyii Filiphoos kan
immoo
#Galiilaadha
naanno Betasiyidaa

🌻=Filiphoos lammaffaa
immoo isaa biyyaa
#Qiisaariyaatti
➛Mat 16:13
➛Mar 8:27
➛HDB 21:8
➛HDB 8:40

♚ seenaa Gababa
Filiphoos isaa biyyaa
Qisaariyaa"

=Filiphoos akkuma nama
Kamiyyuu Qisaariyaa
Keessa jirata turee
Kiristoos Guuyyaa tokko
Gara biyya isaa,dhaqee
Guyyaa 6 biyyaa keesaa
turee,biyyaa sana keessatti
Namoonni baay'een wa'e
Kiristoos irratti shakki ni
Kasu turee, Kiristoos garuu
Waa'ee isaa ifa gochuuf
Biyya,sana deeme
=Akkuma Kitaabni
Qulqulluun Jedhuttu
Deebi siirri waa'ee
Kiristoos ibsu
#Pheexiroos
Dubbaate turee
"Dhuguma Ati Ilma
Waaqayyotti.

♚ isaa booda Filiphoos
Kuni Kiristoositti nama Amaanee turee, guyyaa
sana jalqabee jireenya isaa
Guutu Kiristoos duuka
bu'e jira

1=Filiphoos maatiin 120
Jiran keessa,Tokko turee
➮=HDB 1:15

2=Daaqoonota 7 keessa
Tokko ture
➹=HDB 6:5

3=Nama biiya Itoophiyaa keenya Kan cuuphee
Filiphoos Kan turee
➮=HDB 8:26-40

4=biyyaa Samaariyaa
hundaa kan barsisee
isaa turee
=Simoon nama,Seexanaa
Qabame qoricha biyyaatti
Samaariyaa keessa isaa beekama turee Kan
cuuphe Filiphoos turee
=➮HDB 8:4-26

5=Filiphoos ijoollee
dubartoota 4 qaba
isaan afuriin isaani
raaji nidubbatuu
=➹HDB 21:9

6=Mana Filiphoos
keessa Guyyaa
muraasa Phawuloos
akka Isa,bira tureedha
=➮HDB 21:8

🌌 yaada xumura
#Kiristoos biyyaa
Qisaariyaa keesatti
wa'ee Eenyuma
Isaa ibsuu qofaa
osoo hinTane Filiphoos
akka wamamuuf ture

=Filiphoos wamamuu
isaa immoo keessatuu
biyyaa
#Itoophiyaa dha
bu'a guddaa Nuu,fidee
jira

=Kanaafuu Ayyaanna
kabajuun keenya
Nuuf bu'a guddaa akka
Ta'e yaadadha
➛Ayyaana kan
kabajuufi Hundi
keessan ofii
qophessa

=♚namoonni biyyaa
Keessa,fi Alaa jirtan
Hundi keessan iyyuu

👉Kuta_2 ffaa jira

➮link kan ilaalu ni
dandeessu👇

@haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Egaa #ifni dukkana
irra akkuma caalu
akkasuma
#ogummaan gowwummaa irra caaluu
isaa nan arge
=kitaaba Lallabaa 2:13

🌻 እኔም
#ብርሃን ኹጹለማ እንደሚበልጥ እንዲሁ #ጥበብ
ኚስንፍና እንዲበልጥ አዹሁ
=መክብብ 2 :13

🌻 yero sana isin ana
in
#waammattu, anis
isiniif nan deebisa
gargaarsaaf gara
kootti in iyyattu
anis isin jalaa nan
oowwaadha

isin nama cunqursuu
yoo dhiiftan
#quba
namatti qabdanii jal'ina
nama irratti dubbachuus
yoo dhiiftan isa
#beela'eef nyaata
yoo kennitan

isa
#rakkates yoo
gargaartan
#ifni
keessan dukkana
keessatti in ba'a
dukkanni keessanis
akka guyyaa saafaa
in ta'a
#Ani Waaqayyo
yeroo hundaa isin nan geggeessa,

lafa gogaa keessatti
iyyuu isin nan quufsa, namummaa keessanis
nan jabeessa
yommus isin akka
iddoo dhaabaa
isa yeroo hundaa
#bishaan qabuu
akka
#burqaa bishaan
isaa hin
#hir'annees
in taatu

isa dur diigamee
ture in
#deebiftu
#hundee isa abaabiliin
keessan kaa'an
irrattis in ijaartu
#isin Warra isa
caccabe
#deddeebisan
warra
#karaa isa
duudee ture
tottolchanis in jedhamtu
=Raaji isay 58:9-12

🌻 ዚዚያን ጊዜ
#ብርሃንህ
እንደ ንጋት ይበራል
ፈውስህም ፈጥኖ ይበቅላል
ጜድቅህም በፊትህ ይሄዳል
#ዚእግዚአብሔርም ክብር
በኋላህ ሆኖ ይጠብቅሃል

ዚዚያን ጊዜ
#ትጠራለህ
እግዚአብሔርም ይሰማሃል
#ትጮኻለህ እርሱም እነሆኝ
ይላል ኚመካኚልህ ቀንበርን
ብታርቅ ጣትህንም መጥቀስ
ብትተው ባታንጐራጕርም

ነፍስህንም ለተራበ
ብታፈስስ ዹተጹነቀውንም
ነፍስ ብታጠግብ
#ብርሃንህ
በጹለማ ይወጣል ጹለማህም
እንደ
#ቀትር ይሆናል

#እግዚአብሔርም ሁልጊዜ
#ይመራሃል ነፍስህንም
#በመልካም ነገር ያጠግባል አጥንትህንም ያጠናል አንተም እንደሚጠጣ ገነት
#ውኃውም እንደማያቋርጥ
ምንጭ ትሆናለህ።

ኚዱሮ ዘመን
#ዚፈሚሱት
ስፍራዎቜ ይሠራሉ
ዚብዙ
#ትውልድም መሠሚት
ይታነጻልፀ አንተም ሰባራውን
ጠጋኝ ዚመኖሪያ መንገድን
አዳሜ ትባላለህ
=ኢሳይያስ 58:8-12

🌻Namoonni
#hojii
keessan isa gaarii
arganii
#Abbaa keessan
isa waaqa irraaf ulfina
akka kennaniif
#ifni
keessan akkuma
kanaatti namoota
duratti haa ifu jedheen
= Maatewos 5:16

♚
#መልካሙን ሥራቜሁን
አይተው በሰማያት ያለውን
#አባታቜሁን እንዲያኚብሩ
#ብርሃናቜሁ እንዲሁ
በሰው ፊት ይብራ
=ማ቎ዎስ 5 :16
==//==//====
#Bagaa_Geessaan
Miseensa channeel
Kan hundii keessan
Iyyuu, Kabaja
Ayyaanna Qulqulluu
#Taklayamanootti
=24=

✍ Akkuman dubbachuf
Yaale mataa duree
Sana irratti"jechi ifa
Jedhu bareeffame turee
Haata’u malee sadarkaa
Sana Namoonni jiran
Yeroo kamiyyuu
Waaqayyo fuulduraatti
Hoojiin isaanii kan
Bareduu ta'a
ifa kan jedhamee
Qulqulloota

◈ Kanaafuu,nama
Hundumaf fakkeenya
Kan ta’e Qulqulloota

◈Warra isin gidduutti geggeessitoota taanii
fi dubbii Waaqayyoo
isinitti himan
yaadadhaa akkasumas
#buaa gaarii jireenyi
isaanii argamsiise
irratti xiinxaluudhaan
#amantii isaanii
hordofaa
=ibr 13:7

◈ ዚእግዚአብሔርን
#ቃል
ዚተናገሩአቜሁን ዋኖቻቜሁን
አስቡ ዚኑሮአ቞ውንም
#ፍሬ እዚተመለኚታቜሁ
#በእምነታ቞ው ምሰሉአቾው
=ዕብራውያን 13:7

==//===//===
Ayyaana gaarii
Isinif Haata’u‌
==\\===\\===
✍Luqaas 7:36-50👇

◈Guyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin
#nyaatuuf turee

✍Kanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti
#cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee

✍
#zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte

✍Achiis
#duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde
#rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana
#haxoofti turte

✍Kana malees miilla
isaa
#dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte

✍Fariisichi isa
#afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade

✍ Kiristoos garuu deebisee
#Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qaba” jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)

Innis,
#Barsiisaa,
natti himi!” jedhe

✍ Namoonni
#lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
◈inni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
◈ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate

✍ Haatau malee
#lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban

namichi akkasumaan
isaaniif
#dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallata❓

✍Simoonis deebisee
Isa namichi
#baayee
dhiiseef sana natti
fakkaata” jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen

✍Achiis gara
#dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaa❓
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu
#bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee
#rifeensa
ishiitiin haxoofte

✍Ati ana hin
#dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.

✍Ati
#mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti

✍Kanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus
#ishiidhaaf dhiifameera

🌹
#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.

✍Achiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameera” jedheen

✍Yeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti

#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyu❓ jedhanii
yaaduu jalqaban

✍inni garuu
#dubartii
sanaan
#Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
▬▬▬▬▬▬▬
◈ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa ta’e, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate

⛳Namni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qaba‌
◈Yoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii
#hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana
#jaallatan

#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni
#jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

✍
#Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa
#fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti
#dhufa
◈wanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
✍rajii isay 51:6
✍Mul’ata 6:14
✍far,Daawit 90:2
✍rome 12:10
✍2 Qor 9:10
▬▬▬▬▬▬
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
◈Ayyaana
Gaarii isiniif
Haata’u. Ameen.
✍ Ulfina #Waaqayyo biraa argamu caalaa
ulfina
#namoota biraa
argamu waan jaallataniif ture
=
#ኚእግዚአብሔር ክብር
ይልቅ
#ዹሰውን ክብር ወደዋልና
=Yohaannis 12:43
=ዮሐንስ 12 :43
====//=====
#sirna_qidase guyyaa
Kan =6/1/2014)
◈kitaaba Yohaannis
12:36-50
=Haata’u malee, nuuti
Lakkoofsaa 34 irraa
eeggala,
✍ Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
“Nuti
#Kiristoos bara
baraan akka jiraatu
Seericha irraa
dhageenyeerra

✍Maarree ati akkamitti
Ilmi namaa olii kaafamuu
qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin

✍ Kanaaf
#Iyyaasuus
akkana isaaniin jedhe
“
#Ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira
ni tura
Kanaaf
#dukkanni sun akka
isin hin liqimsine
#yeroo ifa qabdanitti deemaa

#namni dukkana keessa
deemu hundi
#garamitti
akka deemu hin beeku

✍ isin
#ilmaan ifaa
akka taataniif, yeroo ifa
qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.”

#Iyyaasus wantoota kana
erga dubbatee booda achii deeme isaan jalaas ni dhokate.

✍ inni
#dinqii hedduu
isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti hin amanne;

✍kunis kan tae
wanti
#isaayyaas_raajichi
“Yaa Waaqayyo wanta nu
irraa
#dhagaetti kan amane eenyu❓
#irreen Waaqayyo hoo
eenyutti mulifame❓ jedhee dubbate akka
raawwatamuuf ture

✍
#Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee #Isaayyaas
ammas akkana jedheera

✍ “
#isaan_ija isaaniitiin arganii
#garaa isaaniitiin hubatanii,
akka hin deebinee fi
#anis akka
isaan hin
#fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera
#garaa isaaniis #jabeesseera.”

✍
#isaayyaas wantoota kana
kan dubbate
#ulfina isaa waan argeef ture
#waaee isaas dubbateera

✍Taus
#bulchitoota
keessaa illee
hedduun isaanii isatti
amananii turan
haa tau malee
#mana_sagadaa
keessaa akka hin
#ariamneef sababii #Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa
#ifatti hin dubbatan turan

✍ sababiin isaas
#ulfina Waaqayyo biraa argamu
#caalaa, ulfina #namoota
biraa argamu waan
#jaallataniif ture

✍
#Iyyaasuus garuu
sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
“
#Namni anatti amanu
hundi, anatti qofa utuu
hin tain isa na ergettis ni amana;

✍
#namni na argu hundi
isa na erge Sanas ni
#arga

✍
#Namni anatti amanu
hundi
#dukkana keessa
akka hin jiraanneef
#ani ifa taee gara
addunyaa dhufeera

✍ Haa tau malee
namni tokko
#dubbii koo dhagaee yoo eeguu baate
ani isatti hin murteessu
sababiin isaas ani
addunyaa
#fayyisuuf malee addunyaatti murteessuuf
hin dhufne

✍
#Nama ana tuffatuu fi
dubbii koo hin fudhannetti
kan murteessu tokko jira
#Dubbii ani #dubbadhetu #guyyaa dhumaatti isatti murteessa

Sababiin isaas, wanta ani
jedhuu fi wanta ani
dubbadhu Abbaa
isa ana erge sanatu
na ajaje malee
ani ofii kootiin kakaee hin dubbanne

✍
#Ajajni isaas jireenya bara baraa akka tae ani beeka Kanaaf, ani
wantan dubbadhu hunda akkuma Abbaan anatti himettan dubbadha
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=hiikkaa jechoota
Bareeffama kana
Keessatti fayyadamnee
Hundi isaa hiika qaba.
=ijoollee
#Muslimaa
Hundi isaanii jecha
Kitaaba kan irraatti
Ni guufatuu
=akkuma isaayaas jedhee
iji fi lapheen ijoollee
#Musiliimaa hundi duudaa
Ta'e jira.

= mee, ijoolleen ortodoksii
Yeroo tokko Dubbisa
Yeroo biraa bakka Muslimoonni
Itti dogoggora jiran kan ilaala
▬▬▬◈▬▬▬
Nagaan Tura

🌹=channeel kan irratti👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
✍ yaada Muslimaa‌
◈ijoollee Muslimaa fi hordoftoonni
#Muslimaa
akkasii jeeti 😁

=kitaaba Yohaannis
irraa dubbisaani
=Kiristoos
#Raajii dha
Jedhuu❌

➛Yohaannis12:44👇
✍
#Iyyaasuus(Kiristoos)
garuu sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
“
#Namni anatti amanu
hundi, anatti
#qofa utuu
hin tain isa na
#ergettis ni amana

◈=jecha na, ergee jedhuu
Kan fudhanni inni
#ergamaadha yookiin #raajiidha jedhuu
◈kan Ergu suni immoo
#Waaqa jedhuu
=Deebii________‌❓
✍ kallattiidhaan
Jechuma kan osoo ilaalee
Akka Kiristoos raajii hin
Tane nuuf ibsa👇
akkamitti yoo,jeennee
✍
#Namni anatti amanu
hundi, anatti
#qofa utuu
hin tain isa na
#ergettis ni amana
◈hiika jecha Amanu
Jechu irratti
1=Anittis Amana

2=ana qofaa osoo hin tanee
Abbaatis Amana jedha
=iddoo jecha Amanu jedhuu irratti Abba fi ilmi waliixa jechuudhaa
◈erga Akkasi ta’e maali
Jeete amanta=
➛raajii jeete moo❓
➛Waaqayyo jeette ❓
◈=yoo,raajiidha jeette Kiristoos
Qofti maalif raajii ta'a ree,Abbaanis raaji ta'u qaba
◈=yoo immoo Abbaan waaqa jeete, Amante Kiristoos
waaqa
Jeete Amanuu qabdaa
=//kana irratti ragaa tokko illee hin qabni jalqaba dura jecha kitaaba adda baafachuun dirqama.

✍kan bira jecha
#ergamee
jedhuu yoo,ilaalu
➛kani ergee hunma guddaa
Akka qabu godhanii ilaalu
➛kan ergee immoo isaa
Gadii godhanii ilaaluu.

➛jalqabaa dura Oso
#Kiristoos foonii nama hin
Uffaatni
◈Waaqayyo ofuma
isa ergamee ta’e gara nama
Dhufe moo, hin dhufne ❓
Kan jedhuu hubbachun
Dirqama nuuti ta'a
◈Deebi=_____❓
isaa Eeyyee Waaqayyo
Ofuma ergama ta’e gara
Nama Dhufe jira

✍Fakkeenyaaf yeroo
Addaam irra lafee harkan isaan fudhe bakka lafee sana foonii
Guute kan akkasii godhee
Waaqayyo mitti

◈ Addaami
#lafa irraa
jiracha turee malee
#samii
irra mitti,,,,kanafuu ofuma isa
Ergama godhee samii irraa
Kan Dhufe Waaqayyo erga
Ta'e
=ammas Kiristoos samii irra
Yoo,ergama ta’e Dhufe
Maali jedhuu dandeessa

✍fakkeenya biraa immoo
➛yeroo Waaqayyo ofuma
Gara nama Dhufe ni argina
=yeroo mana Abrahaam seenee
Sana hoo❓
=Waaqayyo mana Abrahaam yeroo jiru,,, kabaja isaa irraa
Xiqqaate jechuudhaa
Mitti Akkasi mitti...
➛Kanaafuu Kiristoos
Gara Namoota yookiin garac
Addunya kan yoo,Dhufe maaltuu isaa irraa hirita ree
Hoomtu hin hiritatu

🌹rakkoo Muslimaa
Akkaana turee
‌wanta hundumaa samuuti
Hin qabatanii
◈Fakkeenyaaf Kiristoos
Kan dhaltee dubaroo Maariyaami irra akka ta’e ifa
Gara samii bahee Abbaa biraa
Kan ergamee immoo akkamitti
Yoo,jeenne gaaffii itti finnu
Immoo deebi tokko illee hin qabnaan

◈Kiristoos foonii dubaroo Maariyaami irra
Amaluma Waaqummaan Abbaa irra dhaltee jechuudhaa
=Kanaafi qaama lama irraa
Qaama tokko, Amala lama irraa
Amaala tokko ta’e

◈ yeroo sana Kiristoos
Namootati mul'achuu kan
Jiruu qaama foonii qofaa
Inni dubbachaa kan abba biraa
Dhufe jecha jira
=Abbaan irraa immoo qaama fooniin hin dhalne, dirqama abbaa irraa kan dhaltee qaama Waaqummaa qofa malee
◈Haaluma kana Abbaan
Akkamiti qaama Waaqummaa isaa ofii caalu danda'a ree❓

=Fakkeenyaaf wanti tokko
Qaama isaa irraa, amma qaama sana gahee kan bahuu irra gonkumaa caaluu hin danda'u.........

✍ mee,amma immoo
Yoh 12:34-35👇
🌹Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
#Nuti_Kiristoos bara #baraan akka jiraatu #Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti ilmi namaa ol kaafamuu qaba jetta?
Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin
🌹 Kanaaf
#Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana isaaniin jedhe:
“
#ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf dukkanni sun akka
isin hin liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa

namni dukkana keessa
deemu hundi, garamitti
akka deemu hin beeku
◈ ijoollee ortodoksii
Hundi keessan hubbadha
Kiristoos bara baraa akka
Jiratu seera irraa dhageenye
Jedhuu =
◈namoonni sunii yeroo
Sana Kiristoos isaa hin
Beekne jechuudhaa
=garuu jecha seera ni
Beeku erga Kiristoos seera
Keessati bara baraan akka
Jiratu bareeffame
◈Kiristoos Waaqayyo jechuu
Wanti sii,rakkisuu maaltuu jira
🍃🌞🌞🌞🌞🌌🌌🍂
Wanti murtiidhaaf
bu'uura tau kana dha:
#Ifni gara addunyaa dhufeera; namoonni garuu #hojiin isaanii #hamaa waan taeef ifa mannaa dukkana jaallatan.

Wanta hamaa hojjechuu kan
#amaleeffate hundi ifa #ni_jibba; hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu.

Wanta
#dhugaa kan hojjetu hundi hojiin isaa fedhii Waaqayyoo wajjin kan wal simu tauun isaa akka mulatuuf gara ifaatti dhufa.”

Ⓦ=Luqaas 17:20-21
#Fariisonni_Mootummaan Waaqayyoo yoomi akka dhufu yommuu
isa gaafatan,
Kiristoos akkana jedhee
isaaniif deebise: “MootummaanWaaqayyoo
#karaa nama hundumaatti
mulatuun hin dhufu; namoonnis, ‘Kunoo as jira!’ yookiin ‘Achi jira!’ hin jedhan.

#Kunoo, Mootummaan Waaqayyoo #isin_gidduu jira.”

ⓜ=matewoos 1:21
Ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
#Iyyaasus jettee moggaasta; #inni namoota #cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”
--------------------------------
📍walii galatti namni
Kiristoositti hin amanee
Akka cubbuu isatti duue
Hubbachu qaba
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔉 link kan xuqaa👇
💒
@haadha_Waaqa_naJaladha
👌
@haadha_Waaqa_naJaladha
======///======
🌹kutaa-96-ffaa👇👇
➻Gaafi Deebi Muslimoota.
➊=𝚐𝚊𝚊𝚏𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚎(𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚗) 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊(𝚢𝚘𝚑 1:1) : ❝« 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚒 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu ❌
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulÊŒisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
▬▬▬
🌷 #Deebii_keenya 🫞
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
➊.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru 👉 #πρ᜞ς 👈
➋.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru 👉  #πρ᜞ς 👈
➌.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu 👉 #Όετ 👈
❣kana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
➻jecha➻(Όετ) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
➊➻sera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
✌#Dubartii_wajjin kani ture eenyu ❓
Adaami💯 =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani

❣amma jecha πρ᜞ς prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
➋➻Seera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
🌷Eenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo ❓
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
🌹Kanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
▬▬▬▬▬▬
❣mee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha « Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
➻akka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira mee❓
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
➌➻Raji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,“Waaqni kee moÊŒeera!” jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
➻miili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
➻Oddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
➍➻1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.”
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
➻Dubbin wangeela
➻kani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
▬▬
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha « inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulʌisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
➻inni kani jedhame Waaqayyo
➻ifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani ta’e ifa jechudha.
✍kanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
➎➻Kitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani ta’efi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha ree❓dhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha
❣Haaluma wali fakkaata burqaan dhugaa Waaqayyo wani ta’efi ifaa jedhamee.
➏➻Luqaas,11:35
akka #ifni si keessaa dukkana hin taaneef of eeggadhu.
➐➻Yohaannis 1 :9
#Ifni dhugaa kan #nama_hundaaf ifa kennu sun gara addunyaa dhufaa ture
➻Amma iddoo kanatti Kiristoos ifa namoota addunyaa hundaafi kennuuf jechuun ibsa kana osoo hin tanee dhugaa namoota addunyaa kanaafi Kanaafi.

🌹akkuma amalii Waaqayyo tokko ifa ta’e ,inni bira immoo Waaqayyo jalala jedha.
➑➻1 Yohaannis 4:8
Namni jaalala hin argisiisne Waaqayyoon hin beeku; sababiin isaas, #Waaqayyo #jaalala.
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
-➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 #𝚒𝚏𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎
-➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 #𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎
-# 𝚐𝚊𝚛𝚐𝚊𝚛𝚞𝚖𝚖𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊👇
⓵➻ #𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚑𝚒𝚗 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚎❌
⓶➻ #𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚒𝚏𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚒𝚏𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎, 𝚒𝚏𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚑𝚒𝚗 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚎❌
⓷➻ #𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎 𝚝𝚞𝚛𝚎,𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚗 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚚𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎,𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚗 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚝𝚞𝚛𝚎 ✅

❣𝚐𝚊𝚛𝚊 Telegrama kota👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹kutaa-98-ffaa.
➧ gaafi fi deebi Muslimoota.
✍Yohannis 1:14
sagalichi(logos) #foon_taÊŒee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
➊.gaafii isaanii sagalee sanani Waaqayyo Kiristoos Uumee jedhuu ❓
Ragaa isaanii immoo
Seera.Uumama 1:3
#Waaqayyos_#Ifni haa taÊŒu” jedhe. Achiis #ifni ni #taÊŒe.
Raajii isayaas 55:11
dubbiin koo kan #afaan kootii baÊŒus fedhii koo #raawwata;
kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaÊŒa malee
harka #duwwaa gara kootti hin deebiÊŒu.
▬▬▬
🌹Deebii keenya👇
➧ lakkii sagalee sanani Kiristoos hin Uumne, sagaleen suni foonii ta’e jedhee malee Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee gonkumaa hin jedhuu❌

➧ kanaa booda immoo ragaa isaanii dhiyeessan wangeela Yohaannis 1:14 irraa kani jiruu seera.Uumama 1:3 fi isaayaas 55:11irraa kani jiru ilaala.
✍ jechoota Giriikiitiin fayyadamna Fakkeenyaaf Yohaannis 1:14 sagalichi foonii ta’e jechuun Qubeen isaa kana ture= « Λόγος σᜰρΟ ጐγέΜετο » #jechi #tae jedhuu Giriikiidhan ጐγέΜετο(eegeneto)jedhama.
seera Uumama 1:3 irraa kani jiruu Waaqayyo ifni Haata’u jedhee ,kani jedhuu Giriikii isaa immoo kana turee = «είπεΜ ο #Ξεός #γεΜηΞήτω φως (kana jechuun Ifnii Haata’u jechudha)
Isaa booda Ifnii ta’e jedha εγέΜετο φως
✍amma wangeela Yohaannis 1:14 irraa jechi #είπεΜ ο #Ξεός_γεΜηΞήτω jedhuu foolii isaa iyyuu hin jiruu.
😜 akka yaada Muslimootati Waaqayyo akkuma ifa godhee sana,Kiristoosiin illee Kiristoos foonii Haata’u jedhe jedhuufi deemu.
🌹garuu Kitaabni akkasii hin jennee Waaqayyo sagaleen foonii Haata’u hin jedheenn
🊆yaa Muslimoota(🐒) dogoggora kee hubbate amma.

🌹isaayaas 55:11.
Kana irraa kani jiru immoo waliin dubbii Waaqayyo fi namoota jidduu kani jiruu malee dhimma biraatti gonkumaa walii hin qabatuu " akka bareefama kanatii Waaqayyo wanta dubbadhe isaaniif nan rawwadha waadaa koo nan erga jedhuudha malee wanta bira miti.
👆Fakkeenyaafi akkasii jedhe jalqabaa
isayaas 55:8-11👇
#yaanni koo yaada keessanii wajjin, #Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko miti” jedha #Waaqayyo #Akkuma samiin lafa irraa oli fagaatu, #Daandiin koo daandii keessan irraa, #Yaanni koos yaada keessan irraa #fagoo dha.

#Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buÊŒee, Lafa jiisuudhaan #oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu, Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma #ol_hin_deebine
#dubbiin koo kan #afaan kootii baÊŒus #fedhii koo raawwata;
#kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaÊŒa malee
harka duwwaa gara kootti hin deebiÊŒu.
➧kana jechuun kaayyoo Waaqayyo ,waadaa isaa kani uummata wajjiin dubbachaa jiruu malee kani wangeela Yohaannis 1:14 irraa wajjiin tokko miti.
▬▬▬▬▬▬▬
❀ wanta salphaa tokko isinitti himma Kiristoos guyyuma sana Uumee jedhe namoota sobaanif.
➧Kiristoos yeroo sagaleen suni foonii ta’e jedhuu dhisii Waaqayyo jalqabaa samii fi lafa yeroo Uumuu iyyu jira turee.
👁Kanaafuu sagalee sanani Kiristoos Uumee kani isaanii jedhanii #soba_gudadha.
➊➧Yohaannis 17:5
yaa Abbaa, ulfina #Ani_addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.
🙏kanafuu Kiristoos addunyaa dura ergaa jiratee ammaa akkamitti sagalee sanii Kiristoos Uumee jedhu Musiliimooni❓

➋➧Qolosaayis 1:15
#inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne sanaa fi #Angafa_uumama_hundumaa ti;
🙏Kiristoos Uumama hundaaf Aangafa erga taee sagalee sani Waaqayyo isaa Uumee akkamitti jedhuu Musiliimoni❓

➌➧Yohaannis 8:58
#Iyyaasus “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #Abrahaam dhalachuu isaa #dura_ani jiran ture” isaaniin jedhe.
🙏 Kiristoos Abrahaam dura erga jiratee , sagalee sani Uumamee akkamitti jedhuu Muslimoonni❓

𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
✍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taÊŒee fi Abbaa bira jirutu waaÊŒee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu ❓
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaÊŒamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taÊŒu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
➻Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaÊŒee jiruu #Waaqayyo isatti #mulÊŒate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duÊŒe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaÊŒee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
✍ Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taÊŒe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaÊŒee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taÊŒee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;

➻❀Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaÊŒamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaÊŒe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaÊŒaa jiru turan.
➻❀uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife;  #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
➻❀ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;   miilli isaa sibiila diimaa baÊŒeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture.  Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taÊŒee fi karaa lamaan qara qabu ni baÊŒe,  #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duÊŒee taÊŒeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaÊŒee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duÊŒaa fi Awwaalaa qaba.
➻❀ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
➻❀ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.


🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taÊŒe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulÊŒisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaÊŒamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taÊŒu. Ameen.