๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.6K subscribers
54 photos
3 videos
10 files
117 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป Erga Herodis du'e
Galiilaa keessa kan turan,
Ammas
#waggaa 6 fi jia 7 erga guute ayyaana
Faasikaa kabajuuf yeroo
Ilmi Ishee dubatti hafee
Waggaa 12 ta'a
=5.5+6.7=12
โž›kan Maariyaami immoo
hanga Yeroo sanatti
=21.2+6.7=27.9
waggaa 27 fi jia 9 ta'a

โ– kan booda Ilmi Ishe
Waaggaa 30 tti cuuphame
Kan jechun, erga ayyaana
Sanati waggaa 18 Ture
Jechuudha
=12+18=30
โž›kan Maariyaami immoo
=27.9+18=45.9
waggaa 45 fi ji'a 9 tati

โž›Kiristoos kan
#barsiisa
immoo waggaa 3 fi jia 3
Ture...
=kan ilma hanga fannootti
=30+3.3=33.3.
Waggaa 33 fi jia 3 ta'a
โž›kan
#Maariyaami hanga
Fannooti 45.9+3.3=49
Waggaa 49 ta'a

Isaa booda duuka bu'aa
#Yohaannis wajjin
Wagga 15 jiratee
Akkuma ilma Ishe
guyyaa 3 ffaatti gara
mirga ilma
Isheeti olii baatee.
Walumaagalatti
Kan haadha isaa
=49+15=64
waggaa 64 ffaatti gara
Samitti olii baatee
Kan ilma Ishe immoo
Wagga 33 fi 3 ttii
Boola keessa gara
Samitti Oli bahee jira

โ—ˆ Kiristoos ergaa
Awwala keessa olii
Bahe booda deebi'ee
Duuka bu'oota isaa
Barsise jira fakkeenya
Guyyaa 40 guutuu
Isaan wajjin Ture jira

Kan biraa erga Affuurri
Qulqulluun duuka
bu'oota Buee booda
Kiristoos Kallatidhan Phaawuloosit Mulate Phaawuloos gorsee
Jira

โž›kanafuu umurii
Isaa Maaliifi
Wagga 33 fi jia 3
Qofan ibsan
Kan jedhuu irratti
Yookin maalif guyyaa 40
Sana,hin dabalee kan
Jedhuu irratti

โž›Namni tokko
Erga du'e booda
Umuri hin lakkaawwamu

โž›garuu immoo kristos
Erga du'e foonii,
Isaan guyyaa 3 ffaatti
Kae jira,

โž›hundumaa
Oli garuu Waaqayyo
Du'u akka hin deenyee
Ta'u isati,,, sababa Kanaafi
#inni du'a ka'ee

โœraji-inbaqoomi 1:12๐Ÿ‘‡
Yaa Waaqayyo ati
kan durii durii mitii reeโ“

Yaa Waaqayyo ko
yaa isa qulqulluu
ati hin
#duutu ati kattaa
keenya Isaan kana firdiif
kaafte, adabaafis
isaan dhaabde

แ‹•แŠ•แ‰ฃแ‰†แˆ 1:12
แŠ แ‰คแ‰ฑ แ‹จแ‰ฐแ‰€แ‹ฐแˆตแˆ… แŠ แˆแˆ‹แŠฌ แˆ†แ‹ญ
แŠ แŠ•แ‰ฐ แŠจแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŒ€แˆแˆฎ
แŠ แˆแŠแ‰ แˆญแˆ…แˆแŠ•โ“

แŠฅแŠ› แŠ แŠ•แˆžแ‰ตแˆ แŠ แ‰คแ‰ฑ แˆˆแแˆญแ‹ต
แˆ แˆญแ‰ฐแŠธแ‹‹แˆ แˆˆแ‰ฐแŒแˆฃแŒฝแˆ
แŠ แ‹ตแˆญแŒˆแŠธแ‹‹แˆ
====||====
Haaluma kan Waani
Taef yeroo ilmi Ishe fi
Haati isaa biyya
Gibxii deemanitti Kiristoos
#Da'imaa waggaa 2 akka
Tae beeka.......
โž›yeroo gara Itoophiyaa
Dhufan immoo
#Kiristoos da'ima
Waggaa 5 fi ji'a 5 akka
Tae ni hubbaana
===||====||===

#Kadhanna inbaaqoomi
keessatii immoo wa'ee
Nama fayyisuu Kiristoos
Dhufe akka jedhee jira
Wanta hundumaa irraa
Fayyisu Kiristoos yeroo
Hubbatu inbaaqoomi
Baayee gammadee

โ—ˆ Raji-inbaaqomi 3:17-18
โœ1=mukti harbuu yoo
daraaruu dhisee iyyuu
โœ2=mukti waynii firii
godhachuu yoo
dhisee iyyuu
โœ3=mukti ejersaas yoo
firii godhachuu
dhisee iyyuu
โœ4=maasiin midhaan yoo
baasuu dhisee iyyuu
โœ5=hoolonni mana keessa
yoo jiraachuu dhisan iyyuu โœ6=saawwanis dallaa
keessa yoo jiraachuu
Dhisaan iyyuu

#Ani Waaqayyotti nan
ililcha Waaqayyo isa na
#fayyisutti nan gammada

แ‹•แŠ•แ‰ฃแ‰†แˆ 3:17-18๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰1=แˆแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แŠณ แ‰ แˆˆแˆตแˆ แ‰ฃแ‰ณแˆแˆซ
แ‰ แ‹ˆแ‹ญแŠ•แˆ
๐Ÿ‘‰2=แˆแˆจแŒ แแˆฌ แ‰ฃแ‹ญแŒˆแŠ
๐Ÿ‘‰3=แ‹จแ‹ˆแ‹ญแˆซ แˆฅแˆซ แ‰ขแŒแ‹ตแˆ
๐Ÿ‘‰4=แŠฅแˆญแˆพแ‰ฝแˆ แˆ˜แ‰ฅแˆแŠ• แ‰ฃแ‹ญแˆฐแŒก
๐Ÿ‘‰5=แ‰ แŒŽแ‰ฝ แŠจแ‰ แˆจแ‰ฑ แ‰ขแŒ แ‰
๐Ÿ‘‰6= แˆ‹แˆžแ‰ฝแˆ แ‰ แŒ‹แŒก แ‹แˆตแŒฅ แ‰ฃแ‹ญแŒˆแŠ™

โœ แŠฅแŠ” แŒแŠ• แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แ‹ฐแˆต แ‹ญแˆˆแŠ›แˆ แ‰ แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ด แŠ แˆแˆ‹แŠญ
แˆแˆคแ‰ต แŠ แ‹ฐแˆญแŒ‹แˆˆแˆ
===||===||===

#kutaa_2_ffaa
keessatti immoo
#Godaansa dubaroo
Maariyaami fi
ilma ishee wajjin
Rajji
#Ermiyaas
Maali Akka jedhee
ilaala ๐Ÿ‘‡

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐Ÿ€kuta-24ffยชยช๐Ÿ€๐Ÿ€
โŒGaaffii fi Deebii โŒ
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
----------------------------
โœ Yohaannis 8:21

Kiristoos akkasi jedhe
โ€œ
#Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus
#cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ€ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..โ“
โ—ˆ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni
duutu jedha
Ree.....โ“jedhuu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duโ€™u

โฉKiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif

๐Ÿ“Ragaa kitaaba
โ“ต=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ€™ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?โ€ jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: โ€œisin
#gadi irraa ti;
ani garuu
#olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani
#cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
=
#inni dhufu
sun
#Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni
duutu

โ“ถ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa
#addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.โ€

โ“ท=Yohaannis 12:34-41
Achiis
#namoonni
hedduun sun deebisanii, โ€œNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti
#ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ€ jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: โ€œIfni
sun yeroo
#gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin
#liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin
#ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.โ€Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti
#Isaayyaas raajichi, โ€œYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?โ€ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
โ€œIsaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan
#hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.โ€
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.

โ“ธ=Yohaannis 5:40

isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.

โ“น=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin
#moone

โ“บ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa
#keessa ture, addunyaanis
karaa isaa
#argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.

#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis
#Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.

โ“ป=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan
#amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.

โ€œIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin
#badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa
#tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.

Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka
#fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin
#murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,

#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.