π
± #Deebi isas kuno ilaala
πΉ#kutaa_2_FfΒͺΒͺ
πΉ3)βsababa isa #3_ffΒͺΒͺ`
#Kiristoos nama
Dadhaba fakkate #seexanna
Yookin Affuurra xuraawwa
Dubarti kan rakkisa ture
Hidhuufi yookin balleessuf
dadhaba fakkate achi ta'e
βkunis dubarti kan
Boqonna kennuufi
Mat 11:28π
isin warri #dadhabdanii fi #ba'aan isinitti ulfaate
hundi gara koo kottaa,
Ani boqonnaa isiniif
nan kenna.
βkanafuu kiristoos
Jecha qofan osoo
Hin tane gochan
Nuuti argisisufi
βibroota 9:28
#Kiristoos #cubbuu namoota hedduu #ba'achuufi yeroo hundumaatiif akka tautti
al tokkicha of dhiheesseera
yeroo #lammataatiif
kan dhufu garuu #cubbuu
#balleessuuf utuu hin
tain, warra #fayyina
argachuuf cimsanii isa
eeggatanitti mulata.
π ragaan bira kiristoos
Akka haatun mana
Caabse seene haatu.
Dubbate ture.
Fakkeenyuma kan
Nama dadhaba ta'e
Seexana dubarti kan
irraa jiru hidhee jira...
Mat 12:29
namni tokko nama
humna #guddaa qabu
tokko jalqaba utuu
hin #hidhin akkamitti
mana isaa seenee
qabeenya isaa #saamuu dandaaβ Mana isaa
saamuu kan dandau
akkana yoo godhe
qofa dha.
βmat 13:52.
βmat 24:42-43
βmar 13:33-39
β2 phex 3:10
β kiristoos akkuma
Dubarti kana nama
Dadhabe fakkate
Bilisaa base,
Addunya kana akkanumati
Bilisaa base.jira
βΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈβΈ
πΉβ4)=inni #4_ffΒͺΒͺ
βkiristoos kan
Dadhabee foonni
Nama uffachuu isaa
Namoota ifa gochuufi
βsababin isaa fooni
Nama ni dadhaba,
Nyaata ni barbada
fooni nama ni rafaa
βkanaafi dadhabe...
βibroota 2:14-16π
#ijoolleenβ sun
#foonii fi #dhiiga waani
taaniif #innis foonii fi dhiiga #tae;a kanas kan godhe
#du'a isaatiin #Diyaabilos
isa dua fiduuf #humna
qabu sana #balleessuuf
βakkasumas warra
jireenya isaanii
guutuu dua sodaachuudhaan
#garbummaa jala turan hundumaa bilisa baasuufi
Sababiin isaas
inni gargaaraa kan jiru
#sanyii_Abrahaamie malee
#Ergamoota(maleekota)akka
hin taane beekamaa dha.
βα₯ααα²α αααΉ #α α₯αα
α α°α α΅ααα«αα #α₯αα± α°αα
α αα΅ αα α₯αα£α α«ααα α αα΅ α₯αα²α½α ααΈαα #α²α«α₯αα΅ αα α αααα³αΈαα αα α΅α αα΅ αααα΅ α α£ααα΅ αα³α°α© α¨αα α©α΅α αα αα» α₯αα²α«αα£ α α₯αα α α°α
α₯αα²α α°α«αα
β #α¨α α₯αααα αα ααα α α₯αα α¨α«αα #α¨ααα₯αα΅α α αα°αα
=(αα₯α«αα«α 2 :14-16))
πΉragaa kitaba dubbisi
βMat 1:1π= Qol 2:15
βYoh 12:31-33π=Gal 3:16
βHose 13:14π=2 Qor 1:10-11
βluq 1:74-75π=Roome 8:21
β1Yoh 3:8-10π=Roome 8:3-4
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉβ5)=inni #5_ffΒͺΒͺ
βΈkiristoos osoo
Nama dadhaba ta'e
Dubarti tanati mulachu
Baate,,, dubarti achi itti
Hin deemtu
Sababin isaa ni sodati
Turte.
βsababi isaa
βkopha ishee wani
Jirtuufi
β³akkuma bekamu
Kiristoos ta'e ishee
Eeggge male dhabate ishe
Hin eegganne "inni keesa
Nama wani beekufi akka
Isheen isaa hin sodanefi
Ta'e eeggee.(yoh 4:6)
β guutumati ifa kan
Nuufi godhu
Osoo #baratooni kiristoos
Hundi bakka bishaani
Jirtani isheen gonkuma
Itti hin deemtu ture.
βsababa kanaafi kopha
Isaa ishee eegge...
βYoh 4:8)
βYoh 4:27
πΉβ6) inni #6_ffΒͺΒͺ
#kiristoos_lubbotafi
Fakkeenya ta'uufi
βlubboonni
Yero nama cubbuma
Cubbu irra gorsan kophati
Gorsuu qabni sababa
Kanaafi
βmat 16:19
Ani furtuuwwan
#Mootummaa #samii siif
nan kenna
wanti ati #lafa irratti hiitu
hundi samii irratti dursee
kan hidhame taa
wanti ati lafa irratti hiiktu
hundis samii irratti
dursee kan #hiikame taa
βmat 18:18
βYoh 20:23
β³kanaafi phawulos
Kiristoos lubbaa oli
Anaa ta'e jedha,
(ibroota 7:26)
πΉβ7)=inni #7_ffΒͺΒͺ
kiristoos kan inni
Dadhabee nuufi
Fakkeenya ta'uf
Akkamitti yoo jenneβ
Nuuti dadhabnee jenne
Nama cubbuma gorsu
Akka hin dhifneefi
βyeroo dadhabnee irree
Deemne akka nama barsisinu
Fakkeenya nuufi ta'u
πΉ2 Qor 11:27π
#baayee dhamaeera, #dadhabeeras 'halkan hedduu hirriba malee buleera
beelaeera, dheebodheeras,
yeroo baayee
hagabuu taeera,dhaamodheera, akkasumas daareera
β2 Qor 4:4:7-9
β 1Qor 4:11
βmat 7:1-6
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ #link kan xuqa π
π @haadha_Waaqa_naJaladha π
βΌοΈ @haadha_Waaqa_naJaladha βΌοΈ
====||====||=====

πΉπΌ kutaa-16ffΒͺΒͺ=hordofaπΌ
βGaafi fi Deebi
ββMusiliimootaββ
βYohaannis 6:57π
#Akkuma Abbaan
inni #jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬.
πΌ Musiliimoonni akkasii
jedhuu Abbaan jirta,yoo,
taβe Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu....β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=Deebi keenya.π
π Ύ jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu
βMulβata Yohaannis 22:13π
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti
βRaaji isayaas 44:6π
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani isa #jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee #Waaqni kan
biraan hin jiru.
βRaaji_isayaas 48:12-13π
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.
Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka #mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu
β-Ibroota 13:8π
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis #isuma sana
βQabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu
ββββββββ
Erga akkasii taβe Kiristoos
Sababa maalif Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..β
π Ύ Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo, Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,
π ΎKiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif Abbaan yoo
Jirata,taβe ilmis jirata
Wani taβefi
β 1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu #Abbaas qaba
βyeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ° inni biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu isa
ofii isa Raga kana
Nuuti himme
β namoonni tokko tokko Kiristoos #ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Ύ innii biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa taβe Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....βββ
πΌ lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo, #Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha
πΌnuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu #Du'a booda
jireenya isa dhufuu
sana ibsuf Male,,
Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male
βMatewoos 22:30-32π
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.
Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta #Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisneeβ
inni, β #Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobiβ jedheera
Inni Waaqa warra #jiranii ti
malee, Waaqa
warra #du'anii miti.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βHaaluma kana amma
Kiristoos #Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee
Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
βYohaannis 6:54π
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.
βYohaannis 6:46-47π
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee Abbaa hin argine #Abbaa kan arge isa #qofa dha.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
βYohaannis 6:39-40π
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.
Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa isa nan kaasa.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 11:23-27
#Kiristoos β #Obboleessi kee
ni kaaβ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, β #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beekaβ jetteen.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ΎLink kan xuqaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====πΉ===ππ=====

° kutaa-88-ffΒͺΒͺ πΎπΎπ
βͺ gaaffii fi deebi
βͺ Muslimoota
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βAkkasii jedhuu.
βΆβyeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti taβe maalidha.
β΅ Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa #awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaΚΌanis hin beeknuβ isaaniin jette.
βΆ Maarqoos 16:5
Yommuu gara #awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaΚΌu arganii naΚΌan.
β· Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taΚΌee jiruus, kunoo #namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
βΈ Maatewos 28:2
Kunoo #Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaΚΌe.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
deebii keenya Β« hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a Β»
β kana #Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta taβe ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).
β» Haataβu malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
βΆβ»Yohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata #adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaΚΌame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaΚΌanii argite.
β inni #Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin taβe ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
βkani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
β·β»Maarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaΚΌu arganii naΚΌan.
β innii #Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
βΈβ»Luqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taΚΌee jiruus, kunoo #namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
β kani #Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan taβe ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
βΉβ»Maatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaΚΌe.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β» xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β»Jechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
πΊ Haataβu malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
βΊβ»Luqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaΚΌibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataΚΌu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulΚΌatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan
β»β»Raajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #GabriΚΌeel_namichi ani mulΚΌata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
β¬β¬β¬β¬
link waldaa kanaππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
πΊ kutaa-86-Dubbisaaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
π£ Baga Geesaan (27)
βMulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa, #ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa DandaΚΌu dhaβ jedha Waaqayyo
βYohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baΚΌe.
βYohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, β #Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaΚΌi. Amani malee amantii hin dhabinβ jedhe.
Toomaas immoo, #Gooftaa koo! #Waaqa koo!β jedheen.
βRaaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan #Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booΚΌuutti ni booΚΌuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayΚΌisee gadduuttis ni gadduuf.
βMaatewos 24:30-31
Ergasii #mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulΚΌata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booΚΌu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.
π¬οΈAyyaanna gaari isinif haatau