🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.61K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
➑️🌹kutaa _ 51 ffΒͺΒͺ  🌸
------------------------------------
🌾 Gaaffii fi Deebi
πŸƒmusiliimota.πŸƒ
✍Yohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na
#erge Sanas ni arga
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”³ Gaaffii isaanii
1βž›Kiristoos Ergama jedhu❓
========:============
🌺 Deebii keenya.
Jechii
#erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.❓

A.))πŸ“jalqabaa dura Kiristoos
#addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
β“΅πŸ‘‰Mul’ata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 17:5
yaa Abbaa
ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
β“·πŸ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?

B.))πŸ“Kiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha

β“΅βž›Yohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: β€œAni
#bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
β“Άβž›Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
β“·βž›Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru;
#ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
β“Έβž›Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
β“Ήβž›1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu
#samii irraa dhufe.

C.))πŸ“ gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos βž›Kiristoos immoo ilma Waaqayyo.
β“΅πŸ‘‰Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa
#Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu

β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 11:27
Ishiinis, β€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amana” jetteen

β“·πŸ‘‰Yohaannis 6:69
Nuti ati
#Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.”

D.))πŸ“Ilmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
β“΅βž›Yohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi
Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
β“Άβž›Yohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee,
#Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.

β“·βž›Qolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa
#dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;

β“Έβž›Filiphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
β“Ήβž›Ibroota 1:3
Inni
#ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

E.))πŸ“Kiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
β“΅πŸ‘‰Ibroota 2:14-16
ijoolleen” sun
#foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

β“ΆπŸ‘‰1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
🌺link kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳===========
✝ Dubbisaa gaarii isiniif Haata’u ✝ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ…° Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. ➩
Waaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 ➩ifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
⏯ kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.

Yeroo Waaqayyo
#ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii  guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
πŸ”³Sera Bau 24:17
Yeroo kanatti
#ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
πŸ”³Ibroota 12:29
Waaqayyo keenya
#ibiddaa gubee balleessuu dha.
πŸ‘‰ Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.

Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara
#fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
✍ akkuma museen yeroo fuula ifa ta’en dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
✍ yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni
ni arga jechudha.

πŸ”³ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immoπŸ‘‡
⬇️ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
πŸ”Ίβž©Deebi keenyaπŸ”Ί
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos
ni arga.
πŸ…°βž©Yohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo
ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis #ifatti of nan #mulisa.
πŸ…± ➩Yohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: β€œNamni na jaallatu
#hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“ dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
πŸ…±πŸ›„ Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko  wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))πŸ‘‰Yohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))πŸ‘‰Ibroota 1:3
Inni(kiristoos)
#ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))πŸ‘‰ 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))πŸ‘‰Yohaannis 8:19
Isaanis, β€œAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) β€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos
ni beektu turtan” jedhee deebiseef.
E.))πŸ‘‰Maatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))πŸ‘‰Yohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu
#hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))πŸ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
😜  Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
➩kutaa_2ffΒͺΒͺ itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺Link waldaa keenya kana
Xuqa hordofaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️