🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.61K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸƒkuta-10ffΒͺΒͺ🌼=QophiπŸ…°

✍ Deebi"musilimoota
πŸŒ€πŸŒ€πŸŒ€πŸŒ€πŸŒ€πŸŒ€πŸŒ€
Kitaba Yohannis irra kan
jiru irraati " yaada dogogora
Oddeessa deemuu...⚠️🚸

✍ Yoh 5:20πŸ‘‡
#Abbaan Ilma ni jaallata,
wanta ofii isaatii hojjetu
hundas isatti argisiisa
akka isin dinqisiifattaniif
inni hojiiwwan kana irra caalan iyyuu isatti argisiisuuf jedha
=================
1➜kanaafuu kan isaan jedhan
Kiristoos jalatamadha, Abbaan
Isaa immoo jalatadha.jedhu..❓
2➜ inni bira immmo kiristoos
Abbaa irra Arge hojjata malee
Ofii hin hojjaatu.❓
3➜Wanti gara fuula durati Abbaan kiristoos argisisuu
jira Jedhuu.....❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Deebii keenya hordofa
✴️Share godha.βš›
=1= akkuma Abbaan ilma
Jalatu ilmis Abbaa ni jalata
Wani taef gargarumma
tokko illee hin qabu
➜jechi jalatama fi jalata jedhu
Zeroo ta'a(000000)❌

✴️ Yoh 14:31
πŸ‘‰ Haatau malee, Ani Abbaa akkan #jaalladhu addunyaan akka beekuuf, akkuma Abbaan ana ajajetti nan hojjedha
Ka'aa, asii haa,deemnu
πŸͺ΄=yero kana immo Ilmi
Abbaa Ni jalata.
➒Abbaan jalatama jedhama
➒ilmi immoo jalata jedhama.
β—ˆ kabafuu jalqaba kiristoos
Jalatama jedhani oddeessa
Jiru, amma garuu kiristoos
Jalatama ta'e hafuu qofa osoo
Hin tane "innis jalata ni jedhama
Akkuuma Abbaa isaati
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=2=Eeyyee kiristoos Abbaa
Isaa irraa argee hojjata.
➜sababin isaa kan Abbaa
Kan tae hundi kan ilmati
Kan ilma kan tae hundi
Kan Abbaati.
✍ Yoh 16:15πŸ‘‡
Wanti #Abbaan qabu hundi
kan koo ti.
Inni wanta kan koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa
kanan jedhes kanumaafi
✍ Yoh 17:10πŸ‘‡
Wanti kan koo tae hundi
kan kee ti; wanti kan
kee tae hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti ulfina argadheera
➜kanafuu Abbaan ilmati
Ni argisaa yero jenne
kanuma Ilmi beeku
Akkasumas kanuma
Abbaan beeku ilmi
ni beeka....
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=3=wanti gara fula durati
Jedhu namoota lafa irra
Jiratnif malee = Abbaa fi ilmi
Hojji isaani kan xumuran
Guuyyaa 7ffΒͺΒͺ tti...

🌹ser.Uumama 2:1-3
#Samii fi lafti, wantoonni
isaan keessa jiran hundis
uumamanii kan xumuraman
akka kanaan ture.
Waaqayyos guyyaa
torbaffaatti hojii
hojjechaa ture ni xumure
hojii isaa isa hojjechaa ture hundumaa irraas guyyaa torbaffaatti boqochuu
jalqabe.

Achiis Waaqayyo guyyaa torbaffaa ni eebbise, ni Qulqulleesses; sababiin isaas, Waaqayyo hojii uumamaa raawwachaa ture hundumaa irraa, wanta hojjechuuf
kaayyeffate hundumaa irraas
boqochuu kan jalqabe
guyyaa kanatti ture.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kanafuu gara fuula durati
Inni jedhame...
➜kiristoos gara fuula dura
Namatti dinqiqi gargara
Akka hojjachuuf jedhu ibsuuf
Malee wanta biraf mitti...

🌹Yoh 1:47-51🌼
Iyyaasus Naatnaael gara
isaa utuu dhufuu argee,
waaee isaa, ilaa, nama
Israael isa dhugaa, isa
haxxummaan keessa
hin jirre” jedhe.

Yeroo kanatti Naatnaael,
β€œAkkamitti na beekte?” jedheen
Iyyaasuus β€œFiliphoos utuu
si hin waamin dura, utuu ati muka harbuu jala
jirtuun si arge”
jedhee deebiseef

Naatnaaelis deebisee,
#Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaeli” jedhe

Yeroo kanatti Iyyaasuus β€œAni muka harbuu jalattan si
arge waanan siin jedheef amantee❓
Wantoota guguddaa kana caalan ni argita” jedhee deebiseef.

Achiis Naatnaaeliin, β€œDhuguman isiniin jedha, samiin banamee maleekonni.(Ergamooni)
Waaqayyoo gara Ilma namaatti yommuu oli baanii fi gadi
buan ni argitu” jedheen
πŸ…Ύ kanafuu jechi gara
Fuula durati jedhu
Namooni hojji dinqisisa
Kiristoos hojjate ni argu
Jechuu ta'a malee
Samii irratti wanti haaran
Hojjatamu tokko
illee hin Jiruu❌

✍ Yoh 20:30-31
Iyyaasus dinqiiwwan maraa kitaabaa kana keessatti
hin barreeffamne kan
biraa hedduu
barattoota isaa duratti hojjeteera.

Wantoonni kun garuu kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa maqaa isaa jireenya akka argattaniifi

✍ Yoh 21:25
Wantoonni Iyyasuus hojjete kan
biraa hedduunis jiru; hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru ta'ee, addunyaan iyyuu bakka kitaabni maramaan isaan irratti
barreeffaman kaaamu kan qabaatu natti hin fakkaatu. ‼️

🌹link kan xuqa seenaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
Share ======||====== share