๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.42K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAkkami jirtu Nageenyi
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
โ– #Bagaa||๐Ÿ‚|| geessan=16
โžœ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif

โ– kitaba raajicha
Milkiyasi irra๐ŸŒบ

โœ Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladheโ€ jedha
isin garuu, โ€œAttamitti nu jaallate? jeetu

#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?โ€ jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, โ€œAni amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
โžœinni #1ffยชยช =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
๐ŸŒนfakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
โžœinni #2_ffยชยช Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
๐ŸŒนfakkeenyi isaa
Essawuu dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœfakkeenyuma kan
๐Ÿ…ฐ haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
โžœakkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%โ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธ%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
โžœ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu

โœ Yohannis 3:20-21๐Ÿ‘‡
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.

# แŠญแ‰ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แˆแˆ‰ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แŠ•
แ‹ญแŒ แˆ‹แˆแŠ“แฅ แˆฅแˆซแ‹แˆ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŒˆแˆˆแŒฅ
แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• #แŠ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ

#แŠฅแ‹แŠแ‰ตแŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แŒแŠ• แˆฅแˆซแ‹ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ฐแ‹ฐแˆญแŒŽ แŠฅแŠ•แ‹ฐ
แˆ†แŠ #แ‹ญแŒˆแˆˆแŒฅ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ˆแ‹ฐ #แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ
=แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3 :20-21
โ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณ
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.

โœ ฮšฮฌฮธฮต ฮฌฮฝฮธฯฯ‰ฯ€ฮฟฯ‚ ฯ€ฮฟฯ… ฯ€ฯฮฌฯ„ฯ„ฮตฮน #ฮญฯฮณฮฑ ฯ†ฮฑฯฮปฮฑ ฮผฮนฯƒฮตฮฏ ฯ„ฮฟ ฯ†ฯ‰ฯ‚ ฮบฮฑฮน ฮดฮตฮฝ ฮญฯฯ‡ฮตฯ„ฮฑฮน ฯƒฯ„ฮฟ
ฯ†ฯ‰ฯ‚, ฮณฮนฮฑฯ„ฮฏ ฯ†ฮฟฮฒฮฌฯ„ฮฑฮน ฮผฮฎฯ€ฯ‰ฯ‚ ฮฑฯ€ฮฟฮบฮฑฮปฯ…ฯ†ฮธฮฟฯฮฝ ฯ„ฮฑ ฮญฯฮณฮฑ
ฯ„ฮฟฯ… ฮบฮฑฮน ฮบฯฮนฮธฮฟฯฮฝ.

#ฮŒฯ€ฮฟฮนฮฟฯ‚ ฯŒฮผฯ‰ฯ‚ ฮบฮฌฮฝฮตฮน ฯ€ฯฮฌฮพฮตฮนฯ‚ ฯƒฯฮผฯ†ฯ‰ฮฝฮตฯ‚ ฮผฮต ฯ„ฮทฮฝ ฮฑฮปฮฎฮธฮตฮนฮฑ ฯ„ฮฟฯ… ฮ˜ฮตฮฟฯ, ฮฑฯ…ฯ„ฯŒฯ‚ ฮญฯฯ‡ฮตฯ„ฮฑฮน ฯƒฯ„ฮฟ #ฯ†ฯ‰ฯ‚ฮ‡ ฮญฯ„ฯƒฮน ฮธฮฑ ฯ†ฮฑฮฝฮตฮฏ ฯ€ฯ‰ฯ‚ ฮฟฮน ฯ€ฯฮฌฮพฮตฮนฯ‚ ฯ„ฮฟฯ… ฮญฯ‡ฮฟฯ…ฮฝ ฮณฮฏฮฝฮตฮน ฮฑฯ€ฯŒ ฯ…ฯ€ฮฑฮบฮฟฮฎ ฯƒฯ„ฮฟ ฮ˜ฮตฯŒยป.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒพAyyanna||gaari isinif haata'u
๐ŸŒบโžœ yaada yoo qabtan
Link kan xuqa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ…ฐ ๐Ÿ‘‰ @Gutema123
๐Ÿ…ฑ ๐Ÿ‘‰ https://t.me/Haaqa_bot
โ–ธyookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====
๐ŸŒนkuta= #7ffยชยช
โœGaafii fi deebi.
===//=====//==

๐ŸŒนโžœ1=Gaafi tokkoffaa
โ– kiristoos
Dubarti #saamariyaan
akkasi jedhe
๐Ÿ‘‰isin wanta hin beekne #waaqeffattu
#nuti garuu fayyinni
karaa #Yihudootaa waan
dhufuuf, wanta beeknu waaqeffanna (Yoh 4:22)
Jedhani jira kanafuu
Kiristoos waaqa waqeessu
Qaba jedhani #musilimoonni
Gaafi kan nu, gaafatu.โ“

=deebi keenya maali
Fakkaata.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ– @haadha_Waaqa_naJaladha โ–
โ–ธDeebi keenya raguma
Kitaba kana irratii
Bareeffame ibsina..

โœ Yoh 4:19-23
"akkasi jedha"

#Dubartittiinis akkana
jetteen: โ€œYaagooftaa
ati raajii ta'uu
kee hubadheera

#Abbootiin keenya
gaara kana irratti
#Sagada turan
isin garuu bakki
#namoonni itti
sagadu qaban
iyerusaalemi jettu.

#Iyyaasuus akkana
ishiidhaan jedhe
โ€œDubartii nana
na, amani, sa'aatiin
isin gaara kana
irrattis tae
iyerusaalemitti
Abbaa itti hin
Saganee
ni dhufa...

isin wantahin beeknef
Sagaduu nuti garuu
fayyinni karaa
#Yihudootaa waan
dhufuuf wanta beeknuf
Saganna

Haatau malee, sa'aatiin
Sagadoonni dhugaan
#Affuuraafi dhugaadhaan
Abbaa itti sagadan
ni dhufa, sa'aatiin sunis
ammadha

sababiin isaas Abbaan
#namoonni akkanaa
akka isa sagadan...
barbaada
====//===//====
โ– deebi isaa
Warri samariyaa caalisani
Garaa irraatti sagada akka
Turan.dubbi kiristoos irra
Ni hubbanna.

โžœ "kiristoos akka dubarti
Hubbatu jecha fayyinni
Gara yihudoota jedhe
Malee ofuma isaa kiristoos
Gosa yihudaa irra dhalte
๐ŸŒผ ibr 7:14๐Ÿ‘‡
#Gooftaan keenya
gosa Yihudaa keessaa
akka
#dhalate beekamaa dha Museen waa'ee
gosa kanaa yeroo
dubbate immoo
waa'ee luba ta'uu
isaanii homaa hin
dubbanne

๐ŸŒป ibr 8:8๐Ÿ‘‡
Balleessaan isaan irratti argamnaan raajichi,
Kunoo,
#guyyoonni tokko in dhufu; guyyoota sanatti ani mana #Israa'elii fi mana #Yihudaaf kakuu #haaraa iddoodhaan nan ga'aโ€™ jedha gooftichi

๐ŸŒผ ser.Uumama 49:10๐Ÿ‘‡
Siiqqeen
#Yihudaa
irraa hin darbu,

#uleen mootummaas
dhala dhala isaa
harkaa hin dhabamu!

Kunis hamma inni
qabachuun ta'uuf
hamma inni sabni abboomamuuf sun
dhufutti in ta'a
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœ2 mot 17:29-30
โžœAsteer 4:14

โžœmat 2:2
โžœyoh 19:19

โ–Galani waaqayyoof
Haata'u Ameen
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โžœ kuta.8ffยชยช
=======
โžข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐ŸŒนYoh 4:34-๐Ÿ‘‡
๐Ÿƒ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
แ‹จแŠฅแŠ”แˆต แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•
แˆแ‰ƒแ‹ต แŠ แ‹ฐแˆญแŒ แ‹˜แŠ•แ‹ต
แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ แŠฅแˆแŒฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹
โžœแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 4 :34
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebi isaa....โ“
Yoh 4:31-38๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โ€œRabbii
#nyaadhu maleeโ€ jedhanii
isa kadhatu turan

Haatau malee inni, โ€œAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ€ isaaniin jedhe.

Kanaaf, barattoonni isaa โ€œNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ€
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โ€œNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.


Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu

inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;

jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โ€˜Inni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ€™
jedhudhugaa dha

Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœ mateewos 9:37-38๐Ÿ‘‡
โœ Achiis #barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe
โžœluq 10:1-3๐Ÿ‘‡
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge

Achiis akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โœ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata

Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha

Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โžข Efesoon 2:19-22๐Ÿ‘‡
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira

Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu

โžข 1Qor 9:16๐Ÿ‘‡
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!

โžข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.

Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista

โ– Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.

Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina

anaaf kenn i
๐ŸŒนYoh 5:17๐Ÿ‘‡
Kiristoos akkasi jedhen โ€œAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ€
jedhee isaaniifdeebise

โ–ser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan
;
namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.

Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โ€œEessa jirta?โ€ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โ€œAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;
uu nan
dhokadheโ€jedhe.
โ– far.dawiti 148:1-4
hale luya
Samiiwwan irraa
Waaqayyo jajadhaa
Tessoo Ariyami irrati jajadhaa.

Maleekonni isaa
hundi isajajadhaa.
Guutummaan raayyaa
isaaiisa jajadhaa.

Aduu fi addeessi isa
jajadhaa.
Urjiileen ibsitan hundi
isajajadhaa.

Samiiwwan warri
hunda irracaalaa oli
gubbaa jirtan,
Bishaanonni samiiwwanii
olitti argamtanis
isa jajadhaa
๐ŸŒน@haadha_Waaqa_naJaladha๐ŸŒน
====//====//====
๐ŸŒน๐Ÿ€kuta.9ffยชยช ๐Ÿ€๐Ÿ€
๐Ÿ‘Gaafi fi Deebi.
โ– โŒMusilimoonniโŒ
Yero hunduma guyya hunduma oddeessa olu''
โžœjecha wangeela yohannis
Irra jiruu fudhani....
โœ Yoh 5:19๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha
Ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo #hojjetu
arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee wanta
tokko illee hojjechuu
hin dandau
#Sababiin
isaas waanuma Abbaan
hojjetu hunda, Ilmis haaluma wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
(1)โžœgaafin isani #ilmi
waanuma #Abbaan
isaa yeroo #hojjetu
arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee
wantatokko illee
hojjechuu hin dandau
Kanafuu kiristoos
Abbaa irra fudhe dubbata
Ofi isaa hooma hin beeku
Jedhani gaafi isaani
dhiyeesuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ€deebi keenya ๐Ÿ€
Eeyyee dhuguma
Wanta Abbaan hojjatu
Ilmi hojjachu qaba.
โžœakkasuma ilmi
โžœwanta Abbaan hin hojjane
Kana hojjatu ilma ta'u hin
Danda'u...
โžœโžœโžœโžœโžœโžœโžœ
=deebi kitaba
Yoh 5:19
โžข kiristoos bakka kanati
Yaada lama kenne inni
#Tokkoffaa =Ilmi waanuma #Abbaan isaa yeroo
#hojjetu arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee wanta
tokko illee hojjechuu
hin dandau

=yaada #lamaffaa
kiristoos yero lamaffa akkasi jedhe #Sababiin isaas waanuma Abbaan
hojjetu hunda, Ilmis haaluma wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta
โžœ gaafin isaani kuni
Kiristoos Abbaa isa
Gadi tau ibsa jedhu
Garuu dhugaan jiru
Kiristoos Abbaa isaa
Wajiin wali qixee ta'u ibsa
โžœ kiristoos Abbaa kan
Arge yoomi jalaqaba
Dura irratti โ“
Deebi isaa musilimootaf
Nan dhiyeessaโ“๐Ÿ™
โžœ deebi keenya kitaba
Qulqulludha
โœYoh 1:18๐Ÿ‘‡
Yeroo kamitti
iyyuu namni Waaqayyoon arge hinjiru #ilma tokkicha isa waaqa taee fi
Abbaa bira jirutu
waa'ee Isaa nuuibse
โžข kanafuu kiristoos
Aduunya kan dura
Yeroo kamiyyu Abbaa
Isa bira jirachu ibsa
โžขkanafuu hojjin Abba fi
Kiristoos tokko
โžœ yoh 5:17โœŒ
Kiristoos akkasi jedheโ€œ #Abbaankoo hanga ammaatti hojjechaa jira;
anis nan hojjedhaโ€ jedhee isaaniifdeebise.
โžœโžœโžœโžœโžœโžœโžœโžœ
โžœRaji_isayas 40:18
#Waaqayyoon eenyutti fakkeessituโ“#Fakkeenya attamiitii wajjinis
wali bira qabduโ“
โžขkanafuu kiristoos ani
Akkuma Abban hojjatu nan
Hojjadha yoo, jedhe..
โžขabbaa isaa wajjin wali
Qixa wani ta'efi male osoo
Wali qixa hin tanee
Dubbi raji isayasa kan
Soba godha mitti ree?
โžขerga kan waqayyo fakkatu
Hin jiru tane kiristoos akkamitti wanta Abbaan
Hojjatu inni hojjachu
danda'a Reeโ“
โžข kanafuu kiristoos
Waaqa wani ta'efi akkasi
Jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Lakki kiristoos
#Nama mariyaami irra
Dhalate jedhu musilimooniโ“
๐ŸŒนdeebin keenya
=kuni soba guddadha
Nutti kanati hin fudhanu

โœ kanafuu kiristoos
Ilma mariyaami fi ilma
Waaqayyo jenne Amana
Male, ilma maariyami
Qofa jenne hin Amanuu
= kanafuu ilma
Mariyaami kan jennu
Fooni nama wani ishe irra
Fudhatef ilma mariyaami jenna (yoh 1:14)
โžœilma waaqayyo kan
Jennu immo waaqayyo
Wani ta'ef ("yoh 1:1)
โ– Amala lama irra, amala
Tokko jenna.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Musilimooni yero
Odeessan wanta beekan
Itti fakkaataโŒ garuu itti
Gowwumma isaani odeessu..
โžขser.keesa.deebi 32:1-7โ˜˜
Yaa samiiwwan, #gurra
keessan asi qabaa, ani
nan dubbadha,
#Laftis dubbii afaan kootii
haa, dhageessu.

#Barumsi koo akka
bokkaattini rooba;
Dubbiin koo akka
fixeensaatti ni coccopha
Akkuma rooba marga irratti
tiifuu Akkuma bokkaa hedduu #biqiltuu irratti roobuu tis.

Ani maqaa waaqayo nan labsa.Waaee guddina Waaqa keenyaa dubbadhaa

Inni Qarsaa dha, wanti inni
godhu mudaa hin qabu;
Daandiiwwan isaa hundi
#haqa qabeessa dha.
Inni Waaqa amanamaae matumaa haqa
hin jalisnedha

Inni qajeelaa fi sirrii dha.
Hammina kan raawwate
isaani.Isaan #ijoollee isaa miti, hirinni isaa kanuma isaanii ti.

Isaan dhaloota jalaa fi micciiramaa dha!

๐ŸŒนisin yaa saba #gowwaa
fi ogummaa hin qabne
nana,waqayyo irratti akkana gochuu qabduu?
Abbaan keessan inni isin
uume,
Inni isin tolchee fi cimsee
isin dhaabe isa mitii?

Guyyoota durii yaadadhaa;
Baroota dhaloota darbaniis
qalbeeffadhaa.
#Abbaa kee gaafadhu, inni
sitti himuu dandaa;
#Jaarsolii kee gaafadhu, isaanis si beeksisu
โ–โ–โ–โ–โ–โ–โ–โ–
#แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แˆ†แ‹ญแฅ แŠ แ‹ตแˆแŒกแฅ แŠฅแŠ”แˆ แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแค แˆแ‹ตแˆญแˆ แ‹จแŠ แŒแŠ• แ‰ƒแˆŽแ‰ฝ แ‰ตแˆตแˆ›แข(แ‹˜แ‹ณแŒแˆ 32:1)

๐ŸŒนFar 74:22-23
โžขYaa Waaqayyo kai,
dhimmaseeraa kee
irrattis #falmi.
inni #gowwaan guyyaa guutuu hammam akka si, #arrabsu yaadadhu.
โœ link kan xuqa seena๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐Ÿ€Torbe-4ffยชยช๐Ÿ€โ˜˜
โžœkitaba kan dubbisa

Mulata Yohannis 2:4
Taus waanan itti si, komadhu tokko qaba
#jaalala isa jalqaba irratti
qabdu sana dhiisteetta.

Kanaaf, eessa irraa akka
kufte yaadadhu, yaada kee geddaradhu,

akkasumas hojiiwwan jalqaba hojjechaa turte sana
hojjedhu. Yoo kana
gochuu baatte, ani sitti nan dhufa,yoo yaada geddarachuu baatte baattuu ibsaa kee iddoo isaatii nan fuudha.
โžœแˆซแŠฅแ‹ญ 2:4-5
แ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แ‹จแˆแŠแ‰…แแ‰ฅแˆ… แŠแŒˆแˆญ แŠ แˆˆแŠ แ‹จแ‰€แ‹ฐแˆ˜แ‹แŠ• แแ‰…แˆญแˆ…แŠ• แ‰ตแ‰ฐแˆƒแˆแŠ“แข

แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แŠจแ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ˆแ‹ฐแ‰…แˆ… แŠ แˆตแ‰ฅ แŠ•แˆตแˆแˆ แŒแ‰ฃ แ‹จแ‰€แ‹ฐแˆ˜แ‹แŠ•แˆ แˆฅแˆซแˆ…แŠ• แŠ แ‹ตแˆญแŒแค แŠ แˆˆแ‹šแ‹ซ แŠฅแˆ˜แŒฃแ‰ฅแˆƒแˆˆแˆ แŠ•แˆตแˆแˆ แ‰ฃแ‰ตแŒˆแ‰ฃ แˆ˜แ‰…แˆจแ‹แˆ…แŠ• แŠจแˆตแแˆซแ‹ แŠฅแ‹ˆแˆตแ‹ณแˆˆแˆ

โœ ฮˆฯ‡ฯ‰ ฯŒฮผฯ‰ฯ‚ #ฮบฮฌฯ„ฮน ฮตฮฝฮฑฮฝฯ„ฮฏฮฟฮฝ ฯƒฮฟฯ…: ฮ— ฮฑฮณฮฌฯ€ฮท ฯƒฮฟฯ… ฮดฮตฮฝ ฮตฮฏฮฝฮฑฮน ฯŒฯ€ฯ‰ฯ‚ ฯƒฯ„ฮทฮฝ ฮฑฯฯ‡ฮฎ.

 ฮ˜ฯ…ฮผฮฎฯƒฮฟฯ… ฮปฮฟฮนฯ€ฯŒฮฝ ฮฑฯ€ฯŒ ฯ€ฮฟฯ ฮพฮญฯ€ฮตฯƒฮตฯ‚ฮ‡ ฮผฮตฯ„ฮฑฮฝฯŒฮทฯƒฮต ฮบฮฑฮน ฮณฯฯฮฝฮฑ ฮพฮฑฮฝฮฌ ฯƒฯ„ฮทฮฝ ฮฑฯฯ‡ฮนฮบฮฎ ฮดฮนฮฑฮณฯ‰ฮณฮฎ ฯƒฮฟฯ…. ฮ‘ฮปฮปฮนฯŽฯ‚, ฮธฮฑ ฮบฮฑฯ„ฮฑฯ†ฯ„ฮฌฯƒฯ‰ ฮณฯฮฎฮณฮฟฯฮฑ ฮณฮนฮฑ ฮฝฮฑ ฮผฮตฯ„ฮฑฮบฮนฮฝฮฎฯƒฯ‰ ฯ„ฮฟ ฮปฯ…ฯ‡ฮฝฮฟฯƒฯ„ฮฌฯ„ฮท ฯƒฮฟฯ… ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮฟฮฝ ฯ„ฯŒฯ€ฮฟ ฯ„ฮฟฯ…, ฮฑฮฝ ฮดฮตฮฝ ฮดฮตฮฏฮพฮตฮนฯ‚ ฮผฮตฯ„ฮฌฮฝฮฟฮนฮฑ.
=====//====//====
๐ŸŒน๐Ÿƒkuta-10ffยชยช๐ŸŒผ=Qophi๐Ÿ…ฐ

โœ Deebi"musilimoota
๐ŸŒ€๐ŸŒ€๐ŸŒ€๐ŸŒ€๐ŸŒ€๐ŸŒ€๐ŸŒ€
Kitaba Yohannis irra kan
jiru irraati " yaada dogogora
Oddeessa deemuu...โš ๏ธ๐Ÿšธ

โœ Yoh 5:20๐Ÿ‘‡
#Abbaan Ilma ni jaallata,
wanta ofii isaatii hojjetu
hundas isatti argisiisa
akka isin dinqisiifattaniif
inni hojiiwwan kana irra caalan iyyuu isatti argisiisuuf jedha
=================
1โžœkanaafuu kan isaan jedhan
Kiristoos jalatamadha, Abbaan
Isaa immoo jalatadha.jedhu..โ“
2โžœ inni bira immmo kiristoos
Abbaa irra Arge hojjata malee
Ofii hin hojjaatu.โ“
3โžœWanti gara fuula durati Abbaan kiristoos argisisuu
jira Jedhuu.....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Deebii keenya hordofa
โœด๏ธShare godha.โš›
=1= akkuma Abbaan ilma
Jalatu ilmis Abbaa ni jalata
Wani taef gargarumma
tokko illee hin qabu
โžœjechi jalatama fi jalata jedhu
Zeroo ta'a(000000)โŒ

โœด๏ธ Yoh 14:31
๐Ÿ‘‰ Haatau malee, Ani Abbaa akkan #jaalladhu addunyaan akka beekuuf, akkuma Abbaan ana ajajetti nan hojjedha
Ka'aa, asii haa,deemnu
๐Ÿชด=yero kana immo Ilmi
Abbaa Ni jalata.
โžขAbbaan jalatama jedhama
โžขilmi immoo jalata jedhama.
โ—ˆ kabafuu jalqaba kiristoos
Jalatama jedhani oddeessa
Jiru, amma garuu kiristoos
Jalatama ta'e hafuu qofa osoo
Hin tane "innis jalata ni jedhama
Akkuuma Abbaa isaati
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=2=Eeyyee kiristoos Abbaa
Isaa irraa argee hojjata.
โžœsababin isaa kan Abbaa
Kan tae hundi kan ilmati
Kan ilma kan tae hundi
Kan Abbaati.
โœ Yoh 16:15๐Ÿ‘‡
Wanti #Abbaan qabu hundi
kan koo ti.
Inni wanta kan koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa
kanan jedhes kanumaafi
โœ Yoh 17:10๐Ÿ‘‡
Wanti kan koo tae hundi
kan kee ti; wanti kan
kee tae hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti ulfina argadheera
โžœkanafuu Abbaan ilmati
Ni argisaa yero jenne
kanuma Ilmi beeku
Akkasumas kanuma
Abbaan beeku ilmi
ni beeka....
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=3=wanti gara fula durati
Jedhu namoota lafa irra
Jiratnif malee = Abbaa fi ilmi
Hojji isaani kan xumuran
Guuyyaa 7ffยชยช tti...

๐ŸŒนser.Uumama 2:1-3
#Samii fi lafti, wantoonni
isaan keessa jiran hundis
uumamanii kan xumuraman
akka kanaan ture.
Waaqayyos guyyaa
torbaffaatti hojii
hojjechaa ture ni xumure
hojii isaa isa hojjechaa ture hundumaa irraas guyyaa torbaffaatti boqochuu
jalqabe.

Achiis Waaqayyo guyyaa torbaffaa ni eebbise, ni Qulqulleesses; sababiin isaas, Waaqayyo hojii uumamaa raawwachaa ture hundumaa irraa, wanta hojjechuuf
kaayyeffate hundumaa irraas
boqochuu kan jalqabe
guyyaa kanatti ture.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
kanafuu gara fuula durati
Inni jedhame...
โžœkiristoos gara fuula dura
Namatti dinqiqi gargara
Akka hojjachuuf jedhu ibsuuf
Malee wanta biraf mitti...

๐ŸŒนYoh 1:47-51๐ŸŒผ
Iyyaasus Naatnaael gara
isaa utuu dhufuu argee,
waaee isaa, ilaa, nama
Israael isa dhugaa, isa
haxxummaan keessa
hin jirreโ€ jedhe.

Yeroo kanatti Naatnaael,
โ€œAkkamitti na beekte?โ€ jedheen
Iyyaasuus โ€œFiliphoos utuu
si hin waamin dura, utuu ati muka harbuu jala
jirtuun si argeโ€
jedhee deebiseef

Naatnaaelis deebisee,
#Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaeliโ€ jedhe

Yeroo kanatti Iyyaasuus โ€œAni muka harbuu jalattan si
arge waanan siin jedheef amanteeโ“
Wantoota guguddaa kana caalan ni argitaโ€ jedhee deebiseef.

Achiis Naatnaaeliin, โ€œDhuguman isiniin jedha, samiin banamee maleekonni.(Ergamooni)
Waaqayyoo gara Ilma namaatti yommuu oli baanii fi gadi
buan ni argituโ€ jedheen
๐Ÿ…พ kanafuu jechi gara
Fuula durati jedhu
Namooni hojji dinqisisa
Kiristoos hojjate ni argu
Jechuu ta'a malee
Samii irratti wanti haaran
Hojjatamu tokko
illee hin JiruuโŒ

โœ Yoh 20:30-31
Iyyaasus dinqiiwwan maraa kitaabaa kana keessatti
hin barreeffamne kan
biraa hedduu
barattoota isaa duratti hojjeteera.

Wantoonni kun garuu kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa maqaa isaa jireenya akka argattaniifi

โœ Yoh 21:25
Wantoonni Iyyasuus hojjete kan
biraa hedduunis jiru; hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru ta'ee, addunyaan iyyuu bakka kitaabni maramaan isaan irratti
barreeffaman kaaamu kan qabaatu natti hin fakkaatu. โ€ผ๏ธ

๐ŸŒนlink kan xuqa seena๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
Share ======||====== share
torbe-5.pdf
1.5 MB
Torbe_5 ffยชยช " kitaba kana irra wanta argachuu dandeessan, akka dubbistan isin gargara..
โžœ kitaboota wali bira qabdani akka dubbistanif
Fayyidaa Olaana qaba
โžœhiika isaa
#you_tube irra
Hordoffu ni dandeessan.