๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
โžค wanta inni
#diige, namni tokko illee deebisee ijaaruu hin danda'u;
โžคnama inni balbala itti cufe irraa, namni tokko illee banuu hin danda'u;

=kitaaba iyoob 12:14

๐ŸŒป แŠฅแŠแˆ†แฅ แ‹ญแˆแˆญแˆณแˆแฅ แ‹จแˆแˆจแˆฐแ‹แˆ แ‰ฐแˆ˜แˆแˆถ แŠ แ‹ญแˆ แˆซแˆแค แ‰ แˆฐแ‹แˆ แ‰ขแ‹˜แŒ‹แ‰ แ‰ต แ‹จแˆšแŠจแแ‰ตแˆˆแ‰ต แ‹จแˆˆแˆ

=(แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 12:14)

๐ŸŒปโ€œMee,
#bineensota gaafadhu! Isaanis si barsiisu; warra qilleensa keessa balali'anis gaafadhu! Isaan sitti in himu

Lafatti dubbadhu! Innis si barsiisa; yookiis
#qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!

#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana hundumaa keessaa eenyutu hin beeku?

๐Ÿ‘‰="kitaaba Iyoob 12:7-9

โ™จ๏ธ แŠ แˆแŠ• แŒแŠ•
#แŠฅแŠ•แˆตแˆถแ‰ฝแŠ• แŒ แ‹ญแ‰…แฅ แ‹ซแˆตแ‰ฐแˆแˆฉแˆ…แˆ›แˆแค แ‹จแˆฐแˆ›แ‹ญแŠ•แˆ #แ‹ˆแŽแ‰ฝ แŒ แ‹ญแ‰…แฅ แ‹ญแŠแŒแˆฉแˆ…แˆ›แˆแข

แ‹ˆแ‹ญแˆ
#แˆˆแˆแ‹ตแˆญ แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆญแฅ แŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆ แ‰ณแˆตแ‰ฐแˆแˆญแˆƒแˆˆแ‰ฝแค แ‹จแ‰ฃแˆ•แˆญแˆ #แ‹“แˆฃแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแŠแŒแˆฉแˆƒแˆแข

แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แŠฅแŒ… แ‹ญแˆ…แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ฐแˆจแŒˆ แŠจแŠฅแŠแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แ‹จแˆ›แ‹ซแ‹แ‰… แˆ›แŠ• แŠแ‹?

โœฆ=แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 12:7-9


โœฆmee,gaafadha hundumaa waa'ee Waaqayyo
๐ŸŒน=1=biiftuun maalif
dukkaanofteโ“
=deebi isaa (4)
โž›1โž›
#kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
โœ Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
โž›แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 19:1
#แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• #แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ญแŠ“แŒˆแˆซแˆ‰แฅ แ‹จแˆฐแˆ›แ‹ญแˆ #แŒ แˆแˆญ แ‹จแŠฅแŒแŠ• แˆฅแˆซ แ‹ซแ‹ˆแˆซแˆ

2=fakkeenyi biiftuu
#Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
โœser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, โ€œAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanโ€jedhee obboloota isaatti hime.

Achiis abjuu kana
#abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
โ€œHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaโ“
#Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaโ“โ€ isaan jedhe.
โ—ˆ
#fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
โž›Fakkeenyi
#addeessa "Raahel"
โž›Fakkeenyi
#urjii ijoollee Yaaqoobi
โž›fakkeenyi
#yoseefii Kiristoos
โœLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: โ€œKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa

eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.โ€
๐ŸƒJechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti

=3= inni bira dubbiin
#rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
โœRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma
#hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni
#cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.

#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
โœRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.

=4=Kiristoos yeroo
#lamaffaa
Yero dhufu
#biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
โœMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana
#aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu,
#urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti
#mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateโ“
๐Ÿƒ=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii
#kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
๐ŸŒผโž›Fakkeenyi biraa
#addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
โž›isaan guyyaa sana bayee
Akka akka
#Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
โž›kan akka
#Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนgaafi 3ffaa
3โž›laftii Maalif sochateโ“
โž›jalqabaa dura
#Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni
#dubbatee
โœ iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree โ“

๐ŸŒน lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
โž›lafatti fakkeenya
#namatti
(Mat 13:1-7)

โœRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: โ€˜ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa
#gogaa nan #sochoosa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœLink kan xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha