🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ€kutaa-22ffΒͺΒͺ☘☘🌹
⏯,Gaaffii fi Deebi
✍ Musiliimoota.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β“΅=Yohaannis 8:14

β“Ά=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
✍ Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. ❓
✍ kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani ta’e jedhuu
...❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
⏩ Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.

β“΅=Yohaannis 8:14

#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
β€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee
#ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi
koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
⏯Kiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan
koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti

β“Ά=Yohaannis 5:31

#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa
koo, sirrii mitii
Jedhe
⏩kanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa
koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee

πŸ“kanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, ta’e garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
⏯Ragaa kitaaba
✍Yohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes
#Fariisonni, β€œAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
miti” jedhaniin
.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
β€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii
koo yoon dhugaa bae illee, #dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.

Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.

Kana malees Seeruma keessan keessatti illee,
#Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dha’ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee
#koo dhugaa ni baa.”

Isaanis, β€œAbbaan kee eessa jira?”jedhaniin Iyyaasuus, β€œIsin anas tae Abbaa
koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa
koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef.
⏩ iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka ta’e ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.

β“Ά=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
β€œAni qofti waaee ofii
koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.


Haatau malee, waaee
koo kan dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.

β“·=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas
#hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kanafuu Kiristoos ani qofti
koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni
koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni
koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.

β“Έ=Yohaannis 17:10

#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
🌹link kan xuqaaπŸ‘‡
πŸ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====
🌺 kutaa-93-ffaaπŸ‘‡
      ➻gaaffii fi deebi
      ➻Musiliimota
✍Yohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture

πŸ‘‡Gaaffii Muslimoota akkanaa ture
1=
#sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu ❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🍳 Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani
#Abbaatti.
πŸ‘‰sagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin
#Ξ»ΟŒΞ³ΞΏΟ…Ο‚(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo
#Ξ›ΟŒΞ³ΞΏΟ‚(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu Ξ›ΟŒΞ³ΞΏΟ‚(logos)

πŸ₯₯HubabachiisaπŸ₯₯
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama Β« Haata’u malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara Β»
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ€amma gara mataa duree keenyaatti
➻dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
✍Ragaa keenyaπŸ‘‡
❢➻Mul’ata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
➻iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
➻kani uffata uffatee suni sagalee dha
➻ sagaleen immoo kani Abbaatti

❷➻Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baΚΌee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
➻Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
➻Abbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.

✍ sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani ta’e Kiristoos akkasii jedhe Β«Ani
kophaa kiyya miti jedhee Β»
❸➻Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
β–¬β–¬β–¬β–¬
Ι’α΄€Κ€α΄€ α΄›α΄‡ΚŸα΄‡Ι’Κ€α΄€α΄α΄€ α΄‹α΄α΄α΄›α΄€πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha