๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ Waaqayyo #Temaanii
ni dhufa Tulluu
Qulqulluu
#faaraani irraa
in dhufa kabajni isaa samiiwwanii irratti
galanni isaas
lafaa ni guuta

แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แŠจแ‰ดแˆ›แŠ•
แ‰…แ‹ฑแˆฑแˆ
#แŠจแ‹แˆซแŠ• แ‰ฐแˆซแˆซ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ
แŠญแ‰ฅแˆฉ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ตแŠ• แŠจแ‹ตแŠ–แŠ แˆ
แˆแˆตแŒ‹แŠ“แ‹แˆ แˆแ‹ตแˆญแŠ• แˆžแˆแ‰ถแŠ แˆ
=Rajii-inbaqoomi 3:3
=แ‹•แŠ•แ‰ฃแ‰†แˆ 3:3
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=soomii Tsigee
#Kutaa_1_ffaa ๐Ÿ‘ˆ

โž›inbaaqoomi jechuun
Laphee qabeessa
Wanta tokko kan
yaadatuu jechuudhaa
โž›Abbaan inbaaqoomi
=Dakoorri jedhama
โž›Haati inbaaqoomi
=Reefaha jedhamuu
โž›sanyii dhaloota inbaaqomi
=Gosa Simi'ooni
โž›Kitaabni inni bareesse
Boqonna 3 qofa qaba
โž›hojiin inbaaqoomi
=1=rajji dubbachuu fi
=2=Farfannaa dha
โœ kutaa raji dubbachuu
Keessati wa'ee Kiristoos fi
Maariyaami haala,adda taโ€™en
Ifa godhee jira

โœ Fakkeenyaaf Waaqayyo
Temaani ni dhufa jedhee
=Temaani kan jedhamee
Samii irraa yoo,ta'u.
Waaqayyo yoo jedhuu
Immoo Kiristoos jechuu
Isaa dha

๐ŸŒปakka Kitaabni jedhutti
Waaqayyo samiin teessoo
Koo,lafatti ijaanna milaa
Kooti jedha...Far 138/139:7-8
..Mat 5:34...raji-isayaas 66:1
yookiin immoo
#Waaqayyo
Affuurra,bakka hundumatti
Argama...Yoh 4:24

"kana jechuun Waaqayyof
Iddoon kan hin dangeessine
Tau ifa nuufi godha....akka
Namni hubatuufi, samii fi
Lafa jedha malee
Waaqayyo Oso samii fi lafatti
Hin Uumamani jira...far 74:12

=Haaluma kan Waaqayyo Temaani ni dhufa jedha...
โ—ˆTulluu Qulqulluu
#faaraani
irraati Yeroo jedhuu immoo..
Dhalachuu Kiristoos ibsuuf
Ture...
=Qulqulluu jechuun kan
Adda taโ€™e, filatama,,,yeroo
Tau Kuni immoo kabajaa
Maariyaami ibsuufi
=maqaan faaraan jedhuu
Immoo maqaa Maariyaami
Akka taโ€™e ifaa

โž›fakkeenya tokko yoo,fudhanee rajiin isayaas
Durbi durbummaa ni deessi
Kan jedhuu irrattii... isa 7:14

โž›durbaa kan jedhamtee
Dubaroo Maariyaami
๐Ÿ‘‰akkuma isayaas durbaa
Jedhe waamame
๐Ÿ‘‰ inbaaqoomi immoo
Faaraani (แ‹แˆซแŠ•) jedhee
Wamee jira...

โ—ˆ kabajni isaa samiiwwanii
irratti galanii isaa lafa guutee
Kan jedhuu immoo yeroo
Kiristoos haadha keenya irraa
Dhalattuu,,, sana galata Ergamootaa Qulqulluu
Wani argeef inbaqoomi
Akkasi jedhee
Luq 2:14๐Ÿ‘‡
#Samii irratti Waaqayyoof
ulfinni haa tau
#lafa irrattis namoota inni jaallatuuf nagaan haatau.

โž›inbaaqoomi erga
Jecha kan xumuree
Booda *haatii isaa fi
Kiristoos akka biyyaa
Itoophiyaa dhufanii
Akka ifaa ta'u tti
Dubbate jira
โž›Raji inbaaqoomi 3:7๐Ÿ‘‡
dunkaanooni(goodoni)
#Itoophiyaa rakkina
keessa akka jiran
biyyi Miidiyaanis
akka rom'ite nan arga
โž›แ‹•แŠ•แ‰ฃแ‰†แˆ 3:7
แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‹ตแŠ•แŠณแŠ–แ‰ฝ
แˆฒแŒจแŠแ‰ แŠ แ‹จแˆ แ‹จแˆแ‹ตแ‹ซแˆ แŠ แŒˆแˆญ แˆ˜แŒ‹แˆจแŒƒแ‹Žแ‰ฝ แ‰ฐแŠ•แ‰€แŒ แ‰€แŒก
=dunkaanoota jechuun
Baayina ibsa
Jechi dunkaana yookiin
Goodo jennuu
Seera oritti keessatii
Beekamadha
=Ser.bau 26:20-30
=ser.baru 33:8
dubbisa,,,Haataโ€™u malee
Iddoo sirni tokko itti rawwwatu
Ykn qophii itti dhiyaatuu
Yookin iddoo jireenya dha
โž›dunkaanooni Itoophiyaa
Dhiphatan yeroo jedhuu
Mooti samii fi haadha
Mooticha Maariyaami
Simachuuf baay'ee akka
Dhiphatan ibsaa...
Kan jechuu kabaja Maariyaamiifi ilma isheef
Godhamuun jechudha

๐ŸŒป ilma ishee qabatee
Gara biyya Gibxii yeroo
Deemte deebituu qophiin
Kuni taโ€™e jira

โ– seena,gababaa
Kitaabota kana irraa๐Ÿ‘‡
โœmaatewos||Boqonnaa 1,2,3,4
โœLuqaas||boqonnaa 1,2,3
โœraji Zakaariyaas||Boqonnaa 4
โœMulโ€™ata Yohaannis||boqonnaa 12
โœFar-Daawit||Boqonnaa 132
โœwangeela Yohaannis ||boqonnaa 2,4
โœMaarqoos ||Boqonna 1
โœser.Uumam ||boqonnaa 1
Irra kan,argame
akkanaa Ture...
โž› Maariyaamin dhalate
Wagga 3 maatii Ishe bira
โž›waggaa 12 mana Qulqulluumma keessa
=3+12=15
waggaa 15 ffaatti.
Ergama,Gabraeel misiraachoo
Itti himee jira
โž›guyyaa sana,Affuurra Qulqulluun ulfoofte
Jia 9 fi guyyaa 5 gaddamessa
Isheeti baatee jirti
โž›erga,deessee booda
Galiilaa keessa Waaggaa
Lama(2) jirtan
โ€ผHerodis sababii
Da'imaa waggaa 2 gadii
Akka ajjeesuu murte.
Godhe Galiilaa keessa
Wagga 2 wani jirtan kan
Waani dhagaeef malee
Oso Akkasi ta'u bate maalif
Da'imaa waggaa 1 gadi yookiin 3 oli ajjeesuu didee reeโ“
Maariyaami fi Kiristoos
Wagga 2,Galiilaa keessaa
Wani jirtaniif
โž›isaa booda gara biyya
Gibxii Herodis jala
Ni deeman Gibxii keessa
Wagga 3 fi ji'a 5 achii turanii
=2+3.5=5.5
Kuni waggaa Kiristoos
Isaa innii biyya Gibxii
Yoomu deebi'u ta'u
Waaggaa 5 fi jia 5 ta'a
=kan haadha isa immoo
=15+5.5+0.9=21.2
Waggaa 21 fi jia 2 ta'a

โ–
#kutaa_2_ffaa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha