๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ #Deebi isaa kuno ilaala "

๐ŸŒน
#Qophi_kuta_6_ffยชยช
#musilimooni
Waaqayyo hin dadhabu
Kiristoosi maalif dadhabe
Jedhuu...โ“
๐ŸŒนYohannis 4:6๐Ÿ‘‡
#Boolli bishaanii Yaaqoobi
achi jirature.
#Iyyaasus karaa deemuu
isaatiin waan
#dadhabeef boolla bishaanii sana #bira
taa'e Yeroon isaas
gara saa'atii ja'aa(6) ture
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebin keenya
immo Kuno ilaala๐Ÿ‘‡
โžœsababa kiristoos
Dadhabee "Qabxiwwan(5)
====//===//====
๐ŸŒนโžœ1)= Qabxii inni tokkoffan
โ– Fakkeenya Rajoota
Raawwachuufi.
โ– rajoonni heddun nama
Cubbama cubbuu isaa irra
Deebisuufi dadhabani jiru
๐ŸŒน=Yoh 4:38๐Ÿ‘‡
Ani wanta isin itti
hin
#dadhabne akka haammattan isin
ergeera
#Warri kaan itti #dadhabaniiru, isin garuu #bu'aa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.
โžœkan erguu Goofta keenya
โžœkan ergamani duuka buoota
โ– warri kuni kan itti dadhabani
Inni jedhu
#raajoota bara duri
Jechuu isaati
#แ‹ฎแˆแŠ•แˆต_4 :38 แŠฅแŠ”แˆ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ซแˆแ‹ฐแŠจแˆ›แ‰ฝแˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ณแŒญแ‹ฑ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ฐแ‹ตแŠ‹แ‰ฝแˆแค #แˆŒแˆŽแ‰ฝ #แ‹ฐแŠจแˆ™
แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แ‰ แ‹ตแŠซแˆ›แ‰ธแ‹ แŒˆแ‰ฃแ‰ฝแˆ

๐Ÿ…ฐ Luqaasi 10:23-24๐Ÿ‘‡
Sana booda gara
#barattoota isaatti
garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Ijji wantoota isin argaa
jirtan kana argu
gammadaa dha

Ani isiniin nan jedha,
#raajonnii fi #mootonni hedduun wantoota
isin argaa jirtan kana
arguuf kan
#hawwan
taus hin argine
wantoota isin dhagaaa
jirtan kana dhagauuf
kan hawwan
ta'us hin dhageenye.

โ–ibroota 11:13๐Ÿ‘‡
#Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii du'aniiru; taus, #waadaawwan sun yommuu #raawwataman hin argine; kanaa mannaa, #fagootti ilaalanii simatan, akkasumas #biyyattii
keessatti
#keessummootaa fi
yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan ta'uu isaanii
ifatti labsan.

โธ แŠฅแŠแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แŠ แˆแŠแ‹ แˆžแ‰ฑ
แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แŠ•
#แ‹จแ‰ฐแˆตแ‹ แ‰ƒแˆ แŠ แˆ‹แŒˆแŠ™แˆแŠ“ แ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แŠจแˆฉแ‰… แˆ†แŠแ‹ แŠ แ‹ฉแ‰ตแŠ“ แ‰ฐแˆณแˆˆแˆ™แ‰ต แ‰ แˆแ‹ตแˆชแ‰ฑแˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ถแ‰ฝแŠ“ #แˆ˜แŒปแ‰ฐแŠžแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ‘ แ‰ณแˆ˜แŠ‘(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 11:13)
๐ŸŒนโžœRaga dabalata
โœMat 13:16-17
โœ1Mot 19:4
โœyonasi 4:3
โ– kanaafuu rajjoonni
Kuni isaani
#karaa keessa
#Rafaa, kuni isaani #dadbaba
Turani haaluma kan kiristoos
Akkuma isaani dadhabi sana
Irratti hirmate jira
โžœfakkeenya dubbi rajoota
Xumuruufi kiristoosi
Ni dadhabe.
โค๏ธ akkuma yero
#fannifame
#lafeen isaa osoo hin cabini
Hafe, duubi raajota rawwate
โ–ธ โ–ณ Yohannis 19:36
โ–ธ โ–ณ Far-Daawit 34:20
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžœ2)=inni lammaffan immo
#Waaqayyo Amala
dadhaba ta'e
Namati mulachun Amala
Waaqayyooti
โœโžœbara duri keessa
#Abrahamatti yero
Mulateti nama dadhabe
Fakkate itti mulate
๐ŸŒนโžœser.Uum 18:1-8
๐Ÿ’’โžœ
#wali_fakkeenya_isa

๐Ÿ…ฐโ– waaqayyoo Abrahamati
Kan mulate sa'aati 6 tti
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos dubarti kaniti
Kana mulate sa'aati 6 tti

๐Ÿ…ฐโ–Abharami waaqayyotti
Deeme
๐Ÿ…ฑโ– dubartin gara kiristoos deemte

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama nama
Dubarti 3 waajjin ciise jira
๐Ÿ…ฑโ– dubartin dhira 5 wajjin ciiste Jirti
โธ=lamanuu cubbu
rawwatani jiru

๐Ÿ…ฐโ– Abrahami bishaani
Waaqayyoof dhiyeesse jira
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos jalqaba bishani
Akka isaa keenitu ishe gaafate

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama xumura irrati
Gammachu argate
๐Ÿ…ฑโ– dubartin xumuraa irrati
Gammachu argate gara
mana ishee deemte

โ– iccitti kuni maalif
Ta'e kan jeetu yoo, tate
Kan dubbisi โžœ(Yoh 4:2-5)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#kuta_1_ffยชยช
Kana irratti xumurama
#kuta_2_ffยชยช itti fufa
โžœibsa
#bareeffama
#sagaleen Hordoffu
Namni barbaduu
#Link kan xuqa seena
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
=====//===//====
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa-28ffยชยช.๐Ÿ€๐ŸŒน
โŒ=gaaffi fi deebi=โŒ
โœMuslimoota*

โžงโœ=Yohaannis 8:42๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
โ€œ
#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu
#na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....โ“โ“
kanafuu inni
#raajidha jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=deebii keenya๐Ÿ‘‡
โœ
#ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika
bira hin qabuu.

โžงFakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo
#Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
โžงfooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male

1=โœFiliphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos)
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa
#duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.

๐ŸŒนโžงyookiin
#ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.

๐ŸŒนSababiin isaa
#Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.

โœ
#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
jecha "
#Ergama" jechuun ibsame jira.

๐Ÿ’’ RAGAA KITABBA
QULQULLUU๐Ÿ‘‡

2=โœYohaannis 14:26๐Ÿ‘‡
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis
#Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa

โžงkanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha๐Ÿ‘†

๐ŸŒนAffuurri Qulqulluun
#ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.

โค๏ธ gaaru Affuuri Qulqulluun
#Waaqayyo

3=โœYohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœkanafu
#jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.

๐ŸŒน
#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
yoo,
#ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœHaaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun
#osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu gara namoota dhufee.

โžœ
#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu garaa
namoota dhufee jira.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ’’
#hiika jecha ani
isaa
#biraa dhufee jedhu
โžงKiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.

๐Ÿ‘‰
#Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo
#bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa โŒ

Kitaabni Kuni afaanii
#Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo
#bira_dhufne jedhu" #ฮ˜ฮตฯŒ ฮฎฯฮธฮฑ #ฮฑฯ€ฯŒ)

โžงkanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu
#Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.

๐Ÿ’’jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira

4=โœYohaannis 1:6
Yeroo sanatti
#namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.

๐ŸŒน
#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi
#Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba

๐Ÿ’’kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo
bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.

5=โœYohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: โ€œNamni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.

#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura
#ergame
sana dha maleeโ€™ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.

#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.

#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.โ€

#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.

#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.

#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
โœkanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.

โœsamii irraa kan
dhufee๐Ÿ‘‡
โœ=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
โœ=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42

Yohaannis 3:31
โœ=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26


โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงKiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqi๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบNamoonni Kiristoos qaban
ยซ kuni eessaa dhufanii Lataa.โ“
Maatewos ,Maarqoos ,Luqaas fi Yohaannis โ namoonni heduun suni garee kami keessa akka dhufanii ibsaanii jiruu.
โœAfaan Ingiliffaatiin
#from_the kani jedhamee kanafi yookiin afaani Giriikiitiin #แผ€ฯ€o_ฯ„แฟถฮฝ ,Afaan Oromiffaa #bira_dhufanii jedhamee barreefame.
๐Ÿ…ฐ Maqaan gareewwan
sana immoo๐Ÿ‘‡
โ“ต๐Ÿ‘‰Garee loltoota (
#ฯƒฯ€ฮตแฟ–ฯฮฑฮฝ
   =Yohaannis 18:3
โ“ถ๐Ÿ‘‰Garee Eegdotaa Mana  Qulqulluummaa (
#แฝ‘ฯ€ฮทฯฮญฯ„ฮฑฯ‚)
  =Yohaannis 18:3
โ“ท๐Ÿ‘‰Garee Dura Buutota Luboota (
#แผ€ฯฯ‡ฮนฮตฯฮญฯ‰ฮฝ)
  =Yohaannis 18:3)
โ“ธ๐Ÿ‘‰Garee Fariisotaa  (
#ฮฆฮฑฯฮนฯƒฮฑฮฏฯ‰ฮฝ)
  =Yohaannis 18:3)
โ“น๐Ÿ‘‰Garee Maanguddoota Sabaa  
#ฯ€ฯฮตฯƒฮฒฯ…ฯ„ฮญฯฯ‰ฮฝ  ฯ„ฮฟแฟฆ ฮปฮฑฮฟแฟฆ(
  = Maatewos  26:47
=Maarqoos 14:43)
โ“บ๐Ÿ‘‰Garee Barsiisota Seera  
#ฮณฯฮฑฮผฮผฮฑฯ„ฮญฯ‰ฮฝ)
=Maarqoos 14:43)

๐Ÿ…ฑ kanafis
#Maatewos #Namoota.baay'ee jedhee lakkoofsa hedduu jedhe โ€œ yookiin afaanii Ingiliffaatiin ยซgreat multitudeยป jedhe, Afaan Giriikiitiin immoo #ฯ€ฮฟฮปแฝบฯ‚  jedhee.
๐Ÿ…ฐ Namoonni baay'ee Suni gareen sana qofa irraa namoota ergamaan qofa osoo hin tanne ,warri
#ergaani iyyuu #mataan isaani keessa jiruu.
โœLuqaas 22:52
Yeroo kanatti Iyyaasus kiristoos dura buutota lubootaa fi dura buutota mana qulqullummaa, akkasumas maanguddoota isa
#qabuu_dhufaniin_akkana #jedhe: โ€œAkka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?
๐Ÿ…พ Kiristoos immoo namoota baayโ€™ee sanaan illee jedhe jira.
โœMaatewos 26:55
Saสผaatii sanatti Iyyaasus kiristoos
#Namoota sanaan akkana jedhe: โ€œAkka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaสผee barsiisaan ture; isin garuu na hin qabne.
๐ŸŒป kana jechuun Kiristoos
#qaama_lamaanitti iyyuu dubbatee jira // warra Ergamee fi warra Ergee // ยซ  ,kanafis #Luqaas qaamaa tokko baresse, #Maatewos immoo kani qaama bira bareesee.

โš› Gareewwan ja'an(6) kuni immoo maali
#harka isaaniitti qabatanii dhufanii laataโ“โ“
afaanii Oromiffaa fi Afaan Giriikiitiin.ilaali.
โžŠโž›Goraadee
#ฮผฮฑฯ‡ฮฑฮนฯแฟถฮฝ
      ~Maatewos 26:47
โทโž› Ulee
#แฝ„ฯ‡ฮปฮฟฯ‚
       ~Maatewos 26:47
โธโž›meshaa waraana
#แฝ…ฯ€ฮปฯ‰ฮฝ)
Yohaannis 18:3
โนโž›Ibsa
#ฮปฮฑฮผฯ€ฮฌฮดฯ‰ฮฝ (kuni ibsa Zayitaan ifa kennuudhaa
      ~Yohaannis 18:3
โบโž›guca
#ฯ†ฮฑฮฝแฟถฮฝ (ibsa Fanosi isaa jedhamu
      ~Yohaannis 18:3
โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰โ—‰
Link waldaa kanaa argachuuf kana xuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha