๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐Ÿ…ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ‡๏ธ
          
โ™จ๏ธGaaffii fi Deebiiโ™จ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐Ÿšผ

โœYohaannis 11:33๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti  affuurran gadde, ni #jeeqames.
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแˆญแˆตแ‹‹ แˆตแ‰ณแˆˆแ‰…แˆต แŠจแŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆ แŒ‹แˆญ แ‹จแˆ˜แŒกแ‰ต แŠ แ‹ญแˆแ‹ต แˆฒแ‹ซแˆˆแ‰…แˆฑ แŠ แ‹ญแ‰ถ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆฑ แŠ แ‹˜แŠแก แ‰ แˆซแˆฑแˆ แ‰ณแ‹ˆแŠจ
((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:33)).
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“ค Gaaffii isaanii
1= Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโ“โ“
2= Kiristoos Erga Waaqayyo taโ€™e akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya

๐Ÿ‘‰Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa
#dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf

Ragaa kitaaba

โ“ต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin
#tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa

๐Ÿซฑkanafuu Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.

โ“ถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas,
#Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera

โ“ท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya
#Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โœkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.

+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee.
#Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.

โ“ธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ€œ
#Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ€ jedhe.
โžก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โ†ช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐Ÿ“
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ‹•โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”