๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa+39 ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒธ

๐Ÿชต Gaaffii fi Deebii๐Ÿ‘ˆ

๐ŸšMuslimoota๐Ÿš

1=โœYohaannis 10:34-35
Iyyaasus(kiristoos)
akkana jedhee isaaniif deebise: โ€œ
#Seera
keessan keessatti โ€˜Ani โ€œIsin
#waaqayyolii dhaโ€ jedheeraโ€™ jedhamee hin
#barreeffamnee ree?
inni warra dubbiin Waaqayyoo mormu โ€˜waaqayyoliiโ€™ jedhee kan waamuu fi Kitaabni
Qulqulluun immoo kan
hin diigamne erga taee,
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿค Gaaffii isaanii iddoo kana irratti
๐Ÿ“jecha
#seera jedhu fi Waaqayyolii jedhu irratti ta'a.
1=jecha
#Waaqayyolii jedhu #Daawit dubbate malee #Musee miti jedhuu " sababii kitaaba seera kan jedhamee kani Musee turee wani taโ€™ef jedhuu.

๐ŸคFar_Daawit 82:6_7๐Ÿ‘Œ
Ani akkana nan jedhe: isin
#waaqayyolii dha,
Hundi keessanis ilmaan Isa Hundaa Olii ti.
Taus akkuma
#namootaatti
ni duutu; Akkuma bulchaa kamii iyyuus ni kuftu!โ€™โ€
๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†๐Ÿฆ†
kanafuu Jechi kuni kitaaba Daawit keessatti argama malee kitaaba Musee keessatti hin argamuu.

1=โœ kanafuu kani Dogoggoree Dubbate Kiristoos dha moo...โ“โ“
2=โœ yookiin immoo Yohaannis yeroo barressu Dogoggoree jedhuu...โ“โ“
๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ

โžก๏ธ Deebi keenya
1=Kiristoos hin dogoggore
2=Yohaannis hin Dogoggoree kan jedhu ta'a.

๐Ÿ“™Ragaa kitaaba Qulqulluu

๐ŸŒธ Daawiti jecha kana eessa fudhee dubbate gaaffii jedhuu beekuu qabna.

Daawit kitaaba Farfannaa
booqona 82:6_7 irraa kan jiru kitaaba Musee irraa
#fudhatee. dubbate kanafuu, Waaqayyoli kan jedhamee namoota turee isaan keessa tokko Musee turee.

โ™ˆ๏ธ=โœseera Bau 7:1
Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: โ€œilaa,
ani
#Faraooniif akka #Waaqaa si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taa.
(แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แˆ™แˆดแŠ• แŠ แˆˆแ‹แกโ€” แŠฅแ‹ญแฅ แŠฅแŠ” แˆˆแˆแˆญแ‹–แŠ•
#แŠ แˆแˆ‹แŠญ แŠ แ‹ตแˆญแŒŒแˆƒแˆˆแˆแค แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆแˆ…แˆ แŠ แˆฎแŠ• แŠแ‰ขแ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ•แˆแˆƒแˆแข((แ‹˜แŒธแŠ แ‰ต 7:1)
โ–ฌโ–ฌ **
โž kanafuu Jechi Waaqayyolii jechuu jalqabaa kitaaba Musee isaa kitaaba seera keessa erga jiratee.
๐Ÿ”” Kiristoos kitaaba seera jedhee yoo,dubbate dogoggora mitii kuni Dhugaadha malee.

๐Ÿ”ด Yohaannis illee hin dogoggore Jechi sunii kitaaba Musee keessa jira wanii taโ€™ef.

๐Ÿ…ฑ kanafuu
#Daawiti ofii isaa iyyuu kitaaba Musee keessa fudhatee dubatee malee gara bira eessa fidee ree...โ“โ“
โžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธ
๐ŸŒนlakki yoo, jedhanii immoo Daawiti eessaa fidee dubbatee jenne gaafii isaan gaafana..๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
========//========
โžก๏ธ Ragaa lammaffaa immoo
Kitaabni hundi kani Waaqayyo wanii taโ€™ef,
rakkoo hin qabuu
maalif yoo jedhamee Kitaabni Musee fi Daawiti wali hin falleessu.

โžก๏ธ 2ximotewos 3:16
#Kitaabonni_Qulqulluun hundi geggeessaa #Afuura Waaqayyootiin kan #barreeffamana yeroo tau,
barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan
leenjisuuf fayyadu
=====//.
๐Ÿฅฅ kanafuu kitaaba Daawit yoo, jedhames rakkoo hin qabuu, kitaaba Musee isaa seera yoo, jettees rakkina hin qabu.๐Ÿฅฅ๐Ÿฅฅ๐Ÿฅฅ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
โ™ˆ๏ธ=link kan xuqaa seena๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ