🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸƒkutaaπŸ•Ή_Β³Β²ffΒͺΒͺ🌼🌷
➧Gaafi fi Deebi
🐀Musiliimota🐦

➧✍Yohaannis 9:17
isaan ammas namicha
#Qaro_dhabeessa ture sanaan, β€œija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jetta❓” jedhaniin. Namichis, β€œinni
#raajii dha” jedhe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“βžGaaffii isaanii
1=Kiristoos
#Raajidha
jedhu❓
--------------------
πŸ“βž§Deebii keenya.

✍Akka jecha namicha
#Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni
#dinqi wanii ta’ef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii ta’ef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura ta’e hin beekuu wani ta’ef

🌸RAGAA KITAABA πŸ‘‡

β“΅=✍Yohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe β€œ inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani
#hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dha” jedhee deebiseef.

β“Ά=✍Yohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku

β“·=✍far_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota
#dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan
#siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.

πŸ“αŠ α‰€α‰± αŠ αˆαˆ‹αŠ¬
#α‹«α‹°αˆ¨αŒαŠΈα‹ α‰°αŠ αˆαˆ«α‰΅ α‰₯α‹™ αŠα‹ አሳα‰₯αˆ…αŠ•αˆ αˆαŠ•αˆ α‹¨αˆšαˆ˜αˆ΅αˆˆα‹ α‹¨αˆˆαˆ #α‰£α‹ˆαˆ«αˆ α‰₯αŠ“αŒˆαˆ­αˆ #αŠ¨α‰αŒ₯ር
αˆαˆ‰ α‰ α‹› =(αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 40 :5)

β“Έ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun
#dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, β€œKun dhuguma iyyuu
#Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dha” jedhan.

β“Ή=✍ Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: β€œNamichi kun
#dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonu❓

β“Ί=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
➧Walumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee
#Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.

1⃣=Yohaannis 5:17πŸ‘‡
inni(Kiristoos) garuu,
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedha” jedhee isaaniif deebise
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link kan xuqaa
hordofuu dandessuπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
≠≠≠≠≠⨳⨳⨳≠≠≠≠β‰