๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนEgaa #ifni dukkana
irra akkuma caalu
akkasuma
#ogummaan gowwummaa irra caaluu
isaa nan arge
=kitaaba Lallabaa 2:13

๐ŸŒป แŠฅแŠ”แˆ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• แŠจแŒจแˆˆแˆ› แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰ แˆแŒฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ #แŒฅแ‰ แ‰ฅ
แŠจแˆตแŠ•แแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰ แˆแŒฅ แŠ แ‹จแˆ
=แˆ˜แŠญแ‰ฅแ‰ฅ 2 :13

๐ŸŒป yero sana isin ana
in
#waammattu, anis
isiniif nan deebisa
gargaarsaaf gara
kootti in iyyattu
anis isin jalaa nan
oowwaadha

isin nama cunqursuu
yoo dhiiftan
#quba
namatti qabdanii jal'ina
nama irratti dubbachuus
yoo dhiiftan isa
#beela'eef nyaata
yoo kennitan

isa
#rakkates yoo
gargaartan
#ifni
keessan dukkana
keessatti in ba'a
dukkanni keessanis
akka guyyaa saafaa
in ta'a
#Ani Waaqayyo
yeroo hundaa isin nan geggeessa,

lafa gogaa keessatti
iyyuu isin nan quufsa, namummaa keessanis
nan jabeessa
yommus isin akka
iddoo dhaabaa
isa yeroo hundaa
#bishaan qabuu
akka
#burqaa bishaan
isaa hin
#hir'annees
in taatu

isa dur diigamee
ture in
#deebiftu
#hundee isa abaabiliin
keessan kaa'an
irrattis in ijaartu
#isin Warra isa
caccabe
#deddeebisan
warra
#karaa isa
duudee ture
tottolchanis in jedhamtu
=Raaji isay 58:9-12

๐ŸŒป แ‹จแ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แˆ…
แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠ•แŒ‹แ‰ต แ‹ญแ‰ แˆซแˆ
แˆแ‹แˆตแˆ…แˆ แˆแŒฅแŠ– แ‹ญแ‰ แ‰…แˆ‹แˆ
แŒฝแ‹ตแ‰…แˆ…แˆ แ‰ แŠแ‰ตแˆ… แ‹ญแˆ„แ‹ณแˆ
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แŠญแ‰ฅแˆญ
แ‰ แŠ‹แˆ‹แˆ… แˆ†แŠ– แ‹ญแŒ แ‰ฅแ‰…แˆƒแˆ

แ‹จแ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ
#แ‰ตแŒ แˆซแˆˆแˆ…
แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‹ญแˆฐแˆ›แˆƒแˆ
#แ‰ตแŒฎแŠปแˆˆแˆ… แŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠฅแŠแˆ†แŠ
แ‹ญแˆ‹แˆ แŠจแˆ˜แŠซแŠจแˆแˆ… แ‰€แŠ•แ‰ แˆญแŠ•
แ‰ฅแ‰ณแˆญแ‰… แŒฃแ‰ตแˆ…แŠ•แˆ แˆ˜แŒฅแ‰€แˆต
แ‰ฅแ‰ตแ‰ฐแ‹ แ‰ฃแ‰ณแŠ•แŒแˆซแŒ•แˆญแˆ

แŠแแˆตแˆ…แŠ•แˆ แˆˆแ‰ฐแˆซแ‰ 
แ‰ฅแ‰ณแˆแˆตแˆต แ‹จแ‰ฐแŒจแŠแ‰€แ‹แŠ•แˆ
แŠแแˆต แ‰ฅแ‰ณแŒ แŒแ‰ฅ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แˆ…
แ‰ แŒจแˆˆแˆ› แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆ แŒจแˆˆแˆ›แˆ…แˆ
แŠฅแŠ•แ‹ฐ
#แ‰€แ‰ตแˆญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ

#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แˆแˆแŒŠแ‹œ
#แ‹ญแˆ˜แˆซแˆƒแˆ แŠแแˆตแˆ…แŠ•แˆ
#แ‰ แˆ˜แˆแŠซแˆ แŠแŒˆแˆญ แ‹ซแŒ แŒแ‰ฃแˆ แŠ แŒฅแŠ•แ‰ตแˆ…แŠ•แˆ แ‹ซแŒ แŠ“แˆ แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒ แŒฃ แŒˆแŠแ‰ต
#แ‹แŠƒแ‹แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ซแ‰‹แˆญแŒฅ
แˆแŠ•แŒญ แ‰ตแˆ†แŠ“แˆˆแˆ…แข

แŠจแ‹ฑแˆฎ แ‹˜แˆ˜แŠ•
#แ‹จแˆแˆจแˆฑแ‰ต
แˆตแแˆซแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแˆ แˆซแˆ‰
แ‹จแ‰ฅแ‹™
#แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ แˆ˜แˆ แˆจแ‰ต
แ‹ญแ‰ณแŠแŒปแˆแค แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แˆฐแ‰ฃแˆซแ‹แŠ•
แŒ แŒ‹แŠ แ‹จแˆ˜แŠ–แˆชแ‹ซ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ตแŠ•
แŠ แ‹ณแˆฝ แ‰ตแ‰ฃแˆ‹แˆˆแˆ…
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 58:8-12

๐ŸŒปNamoonni
#hojii
keessan isa gaarii
arganii
#Abbaa keessan
isa waaqa irraaf ulfina
akka kennaniif
#ifni
keessan akkuma
kanaatti namoota
duratti haa ifu jedheen
= Maatewos 5:16

โ™จ๏ธ
#แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ• แˆฅแˆซแ‰ฝแˆแŠ•
แŠ แ‹ญแ‰ฐแ‹ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•
#แŠ แ‰ฃแ‰ณแ‰ฝแˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแŠจแ‰ฅแˆฉ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ“แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ
แ‰ แˆฐแ‹ แŠแ‰ต แ‹ญแ‰ฅแˆซ
=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 5 :16
==//==//====
#Bagaa_Geessaan
Miseensa channeel
Kan hundii keessan
Iyyuu, Kabaja
Ayyaanna Qulqulluu
#Taklayamanootti
=24=

โœ Akkuman dubbachuf
Yaale mataa duree
Sana irratti"jechi ifa
Jedhu bareeffame turee
Haataโ€™u malee sadarkaa
Sana Namoonni jiran
Yeroo kamiyyuu
Waaqayyo fuulduraatti
Hoojiin isaanii kan
Bareduu ta'a
ifa kan jedhamee
Qulqulloota

โ—ˆ Kanaafuu,nama
Hundumaf fakkeenya
Kan taโ€™e Qulqulloota

โ—ˆWarra isin gidduutti geggeessitoota taanii
fi dubbii Waaqayyoo
isinitti himan
yaadadhaa akkasumas
#buaa gaarii jireenyi
isaanii argamsiise
irratti xiinxaluudhaan
#amantii isaanii
hordofaa
=ibr 13:7

โ—ˆ แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•
#แ‰ƒแˆ
แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉแŠ แ‰ฝแˆแŠ• แ‹‹แŠ–แ‰ปแ‰ฝแˆแŠ•
แŠ แˆตแ‰ก แ‹จแŠ‘แˆฎแŠ แ‰ธแ‹แŠ•แˆ
#แแˆฌ แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ณแ‰ฝแˆ
#แ‰ แŠฅแˆแŠแ‰ณแ‰ธแ‹ แˆแˆฐแˆ‰แŠ แ‰ธแ‹
=แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13:7

==//===//===
Ayyaana gaarii
Isinif Haataโ€™uโ€ผ๏ธ
==\\===\\===
๐ŸŒนAmantiin keessan
#Ogummaa namootaa
irratti utuu hin tain humna Waaqayyoo irratti kan
hundaae akka ta'uu.

๐Ÿ‘‰ แŠฅแˆแŠแ‰ณแ‰ฝแˆแˆ
แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠƒแ‹ญแˆ แŠฅแŠ•แŒ‚
#แ‰ แˆฐแ‹ แŒฅแ‰ แ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆ†แŠ•

โžข1 Qor 2:5
โžข1 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 2:5
=====||======
โ–
#Bagaa_Geessaan

โ€ข Muddee 24
โ€ข Ayyaanna qulqulluu
#Taklaymanotti guyyaa
dhaloota isaani

โ€ข Akkasumas boqonna
Aginixiyosi

๐ŸŒป
#sirna_Qidasee
(sirna galatoo)
guyyaa kani Dubbifamu
โ€ข Efe 4:11-17
โ€ข 1 Phex 1;13-xum
โ€ข HDB 19:11-21
โ€ข Far 8;2
โ€ข Mat 18;1-12
โ€ข Sirna galatoo
duuka buโ€™oota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– "Phawuloos" irraa
Kan dhageenye "


โ– kan ani dubbadhee fi
kan ani isiniif lallabes
jechoota
#ogummaa
warra nama sossobaniin
utuu hin tain
#Afuuraa fi
humna Waaqayyoo mulisuudhaan ture

โ– kana kan ani godhes amantiin keessan
ogummaa namootaa
irratti utuu hin
tain humna Waaqayyoo
irratti kan hundaae akka
tauufi

โ– Ammas namoota
bilchaatan gidduutti
ogummaa dubbanna,taus
kan dubbannu ogummaa
sirna kanaa yookiin
ogummaa bulchitoota
sirna kanaa warra
baduuf jiranii miti

โœ Kanaa mannaa
ogummaa Waaqayyoo isa
karaa iccitii Qulqulluu mulifame, jechuunis
ogummaa Waaqayyoo
isa dhokataa isa inni
sirna kana dura ulfina
keenyaaf dursee
murteesse sana dubbanna

โœ
#Bulchitoota sirna
kanaa keessaa
ogummaa kana kan
beeke tokko illee
hin turre,utuu beekaniiru
taee silaa

#Gooftaa isa ulfina
qabeessa tae sana
hin fannisan turan

๐ŸŒปHaatau malee akkuma โ€œWantoota Waaqayyo
namoota isa jaallataniif qopheesse, iji hin argine
gurris hin dhageenye
yookiin garaan namootaas
hin yaadneโ€ jedhamee barreeffame tae

โœ Waaqayyo karaa
#Affuura isaa wantoota kana nutti muliseera,sababiin isaas Affuurri wanta hundumaa jechuunis wantoota
Waaqayyoo warra gadi
fagoo taan illee ni
#qora

โœ
#Yaada nama tokko
keessa jiru Affuura
namicha sana keessa
jiru malee, namoota
keessaa eenyutu
beekuu dandaaโ“

๐Ÿ‘‰ Haaluma wal-fakkaatuun
#Afuura_Waaqayyoo
malee, yaada Waaqayyoo
#namni beekuu dandau
hin jiru

โœ Ammas nuti
wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, Afuura
#addunyaa utuu
hin tain
Afuura isa kan
#Waaqayyoo fudhanneerra
Kana malees, wantoota
kana kan dubbannu
#jechoota ogummaa
namootaa irraa baranneen miti

๐ŸŒนkanaa mannaa
#dhimmoota Afuuraa jechoota
Afuuraatiin yommuu ibsinu dubbii Afuura irraa baranneen dubbanna.

โœHaatau malee
wantoonni kun
nama fooniitiif
gowwummaa waan
ta'aniif, namni akkasii

wantoota Afuura
Waaqayyoo irraa dhufan
hin fudhatu,Afuuraan kan qoraman waan taaniifis
inni isaan hubachuu
hin dandau

โœ
#Namni Afuuraa
garuu waan hundumaa
qora taus ofii isaatii
nama kamiin iyyuu hin
qoramu

โœ
#Kitaabni Qulqulluun
โ€œAkka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Waaqayyo beekeโ“โ€ jedha.

#Nuti garuu yaada
Kiristoos qabna
---- 1Qor 2:4-16------
""""""""""""""""
โœEenyutu bishaanota
harkaan hammaaree safareโ“
โœEenyutu samiwwan taakkuudhaan safareโ“
โœEenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu
danda'aโ“
โœEenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'aโ“
โœEenyutu humna
#Afuura Waaqayyoo shallaguu
danda'aโ“
โœEenyutus Waaqayyoon
#gorsee barsiisuu danda'aโ“
โ€ผ๏ธinni eenyuun gorsa
gaafataโ“
โ€ผ๏ธYaada ogummaa eenyu
irraa argataโ“
โ€ผ๏ธ Karaa qajeelaa eenyutu
isa barsiisaโ“
โ€ผ๏ธBeekumsa ittiin hubatus
Raji-isay 40:12-14

๐ŸŒป
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แˆ˜แŠ•แˆแˆต แ‹ซแ‹˜แ‹˜ แ‹ˆแ‹ญแˆต แŠ แˆ›แŠซแˆช แˆ†แŠ– แ‹ซแˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹
แˆ›แŠ• แŠแ‹โ“
โœแ‹ˆแ‹ญแˆต แŠจแˆ›แŠ• แŒ‹แˆญ แ‰ฐแˆ˜แŠซแŠจแˆจโ“ แ‹ˆแ‹ญแˆต แˆ›แŠ• แˆ˜แŠจแˆจแ‹? แ‹จแแˆญแ‹ตแŠ•แˆ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ›แŠ• แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹โ“

๐ŸŒปแŠฅแ‹แ‰€แ‰ตแŠ•แˆต แˆ›แŠ• แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹โ“ แ‹จแˆ›แˆตแ‰ฐแ‹‹แˆแŠ•แˆต แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ›แŠ• แŠ แˆณแ‹จแ‹โ“
"Xumuraa irratti"
โ—‰ Galani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.

โœ
@haadha_Waaqa_naJaladha

===||=====||===